cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Sanyii Guddataa

Show more
Finland5English1 553Career97
Advertising posts
149 031Subscribers
+7924 hours
+6117 days
+3 28230 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Seeneetiin Ameerikaa wixinee seeraa falmsiisaa TikTok biyyattii keessatti akka cufamu ajaju raggaase. Wixineen seeraa kun erga Seeneetii biyyattiin raggaasifamee booda pireezidantii US Joo Baayidaniif dhiyaatee irratti mallattaa'uun seera ta'ee baha. Baayidan wixineen kun akkuma waajirasaanii qaqqabeen kan mallatteessan ta'uu himaniiru. Via BBC
Show all...
17👍 2
🎴Zamzam Bank SC🎴 ▪️1 - Banking Business Officer ▪️2 - Branch Manager ▪️Find More Details here           💧💧💧💧💧 https://elelanajobs.com/job/zamzam-bank-sc-april-24-24/ ▪️Deadline: May 03/24
Show all...
👍 8
🎴Tsinghua University Schwarzman Scholarship🎴 ▪️University:  Tsinghua University ▪️Degree level:  Masters Degree ▪️Scholarship coverage:  Fully Funded ▪️Eligible nationality:  All Nationalities ▪️Award country:  China ▪️Find More Details here           💧💧💧💧💧 https://elelanajobs.com/job/tsinghua-university-schwarzman-scholarship-april-24-24/ ▪️Deadline: September 12/24
Show all...
9👍 8
Namoota 600 ol barabaada
Show all...
👍 34 28
GATIINKEE HANGAMI..? (HOW MUCH YOUR WORTH IS? Abbaatu du'a isaan dura ilma isaan akkas jedha; "Sa'aatiin kun kan akaakayyuunkee naaf kenneedha; innis waggaa 200 ol fixeera. Garuu, ani osoo siif hin kennin dura dukkaana (suuqii) itti sa'aatiin gurguramu deemiitii gatii hangamii akka baasu gaafadhu!" jedheen. Ilmis deemee dhufee, abbaa isaatiin, " 'Sa'aatichi tureera (dulloomeera)' naan jechuun $5 naaf kennan" jedheen. Abbaanis "Suuqii bunaa deemi gaafadhu!" jedheen. Achis deemee gara isaatti deebi'uun, "Isaan immoo $10 naaf kennan" jechuun itti hime. dhuma irratti abbaan, "Muuziyeema deemii itti agarsiisi!" jedheen. Innis deemee deebi'ee; abbaa isaatiin akkana jedhe, "Sa'aatii umurii heddu lakkoofsiseera. kanaaf $1,000,000 naaf kennan" jedheen. Abbaanis ilma isaan, "Bakki sirriin haala sirriin gatiikee akka dinqisiifattuufi akka beektun barbaade. bakka dogongoraa of hin kaa'iin! Kan gatii kee beeku kan si dinqisiifatuudha; bakka siif hin madaallee hin turin!" jedhee ilma isaa gorse jedhama. Moral (Seexaa): Tarii bakka dhaquun nuuf hin malle ykn nun madaalle deemuun, gatii nun madaalleen dhoofsifamnee ta'uu danda'a. Garuu, inni gatii keenya osoo hin taane, balleessaa bakka filachuu dhabuuti. akkan taane madaalamuun sammuu miidha, guddinas quucarsa. Madaallin sirrii hin taane akkasii nu aarsuu danda'a; garuu aaruu irra madaaltuu sirrii kan bakka isaa eeggateen madaala sirreessuudha. Gatii keenya isa sirrii beekuufi bakka sirrii, haala sirriin nu madaalu deemuu qabna. Right place appreciates your value in right way! Via Ifaa Tasfaa
Show all...
34👍 22
👍 2 2
👍 4 2
#Jireenya Namoonni carraa qabanitti fayyadamuu dadhaban, yaa anaa jedhanii ofii isanii of komatu. Namoonni carraa itti fayyadaman dhaban immoo yaa carraa koo jeechuun carraa isaanii komatu!. Egaa atis bor yaa anaa jettee akka ofi komachaa hin jiraaneef carraa qabdutti fayyadamuun bakka gahuun qaba jette yaaddu gahi argami Jireenyi dorgommii miti, namni hunduu daandii mataa isaa qaba. Akkaataa filannookee, humnakee, sonakee fi amaleefannaa keeti jiraachuu itti fufi. Namni baayyeen jireenya mataa isaa dhiisee, abjuu isaa milkeessuu dhiisee waa’ee jireenya namaa cinqamaa oola #Jireenya ofii keessatti yeroo hedduu addaa addummaa kan uumu #carraa argatanitti fayyadamuu fi fayyadamuu dhiisuudha. Carraan aduu miti naanna'ee dhufuu dhiisuu danda'a. @WABIISG
Show all...
👍 22 2