en
Feedback
Amar Temam

Amar Temam

Open in Telegram
8 001
Subscribers
+624 hours
+327 days
+9830 days

Data loading in progress...

Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
September '26
September '26
+67
in 0 channels
August '26
+127
in 0 channels
Get PRO
July '26
+19
in 0 channels
Get PRO
June '26
+6
in 0 channels
Get PRO
May '26
+14
in 0 channels
Get PRO
April '26
+32
in 0 channels
Get PRO
March '26
+75
in 0 channels
Get PRO
February '26
+27
in 2 channels
Get PRO
January '26
+17
in 1 channels
Get PRO
December '25
+368
in 3 channels
Get PRO
November '25
+31
in 4 channels
Get PRO
October '25
+44
in 2 channels
Get PRO
September '25
+792
in 3 channels
Get PRO
August '25
+378
in 6 channels
Get PRO
July '25
+279
in 6 channels
Get PRO
June '25
+2 610
in 8 channels
Get PRO
May '25
+69
in 11 channels
Get PRO
April '25
+39
in 7 channels
Get PRO
March '25
+68
in 13 channels
Get PRO
February '25
+108
in 5 channels
Get PRO
January '25
+95
in 10 channels
Get PRO
December '24
+122
in 6 channels
Get PRO
November '24
+324
in 1 channels
Get PRO
October '24
+452
in 4 channels
Get PRO
September '24
+303
in 5 channels
Get PRO
August '24
+970
in 12 channels
Get PRO
July '24
+585
in 8 channels
Get PRO
June '24
+364
in 2 channels
Get PRO
May '24
+622
in 4 channels
Get PRO
April '24
+692
in 0 channels
Get PRO
March '24
+632
in 1 channels
Get PRO
February '24
+391
in 1 channels
Get PRO
January '24
+342
in 3 channels
Get PRO
December '23
+227
in 0 channels
Get PRO
November '23
+15
in 0 channels
Get PRO
October '23
+198
in 3 channels
Get PRO
September '23
+449
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
10 September+3
09 September+7
08 September+8
07 September+6
06 September+3
05 September+10
04 September+7
03 September+10
02 September+2
01 September+11
Channel Posts
Manni Barumsaa Tarbiyaa Intarnaashinaal Eebbifamee Sirna Baruufi Barsiisuuf Saaqame Spider Media: Rabi I 28, 1448 AH Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Sabbataatti Manni Barumsaa Tarbiyaa Intarnaashinaal dameewwan isaa sadii saquun guyyaa har'aa sirna baaniinsaa gaggeesseera. Sirnicharratti hoggantoonni mootummaa, bulchitoonni magaalichaa, akkasumas bakka bu’oonni hawaasaa fi dhaabbilee amantii argamaniiru. Manni barumsichaa rakkoolee fi hanqinoota sirna barnootaa keessatti mul’atan bu’uura irraa furuuf kaayyeeffatee kan hundeeffame ta'uu ibsuun, sadarkaa KG irraa hanga kutaa 8ffaatti barnoota ammayyaa kennuun cinaatti, naamusaa fi amala gaarii barattootaa horachiisuuf xiyyeeffannoo addaa akka kennus ibseera. Sirnicha irratti argamuun haasawa kan taasisan Maanaajarri mana barumsichaa Dargaggoo Saalih Muzammil akka ibsanitti, Tarbiyaa Intarnaashinaal barnoota kitaabaa qofa irratti kan daangeffamu osoo hin taane, barattoota barnoota irraa gara ogummaatti, ogummaa irraa gara hojiitti, hojii irraa gara oomishaatti ceesisuuf manneen barumsaa keessatti hojmaata addatti qopheessuun carraa hojii fi oomishaa uumuu irratti akka hojjatu himan. Itti dabaluun, kaayyoon Tarbiyaa Akkaadaamii mana barumsaa qofa ijaaruu osoo hin taane, dhaloota beekumsa, naamusa, ogummaa, kalaqaa fi eenyummaa qabu, maatii fi hawaasa isaa tajaajilu, akkasumas biyya isaa ijaaru horachuu ta’uu ibsaniiru. Tarbiyaa Intarnaashinaal Magaalaa Shaggar, Kutaa Magaalaa Sabbataatti, dameewwan sadii walitti aansee banuun adeemsa baruu fi barsiisuu eegaluuf qophii xumuruu kan ibse yoo ta'u, galmeen barattootaas eegalee jiraachuu beeksiseera. © #AmarTemam #SpiderMedia@spidermediaa

2
Manni Barumsaa Tarbiyaa Intarnaashinaal Eebbifamee Sirna Baruufi Barsiisuuf Saaqame 🏫✨ Spider Media: Rabi I 28, 1448 AH Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Sabbataatti Manni Barumsaa Tarbiyaa Intarnaashinaal dameewwan isaa sadii saquun guyyaa har'aa sirna baaniinsaa gaggeesseera. 🎓 Sirnicharratti hoggantoonni mootummaa, bulchitoonni magaalichaa, akkasumas bakka bu’oonni hawaasaa fi dhaabbilee amantii argamaniiru. 👥 Manni barumsichaa rakkoolee fi hanqinoota sirna barnootaa keessatti mul’atan bu’uura irraa furuuf kaayyeeffatee kan hundeeffame ta'uu ibsuun, sadarkaa KG irraa hanga kutaa 8ffaatti barnoota ammayyaa kennuun cinaatti, naamusaa fi amala gaarii barattootaa horachiisuuf xiyyeeffannoo addaa akka kennus ibseera. 🌱 Sirnicha irratti argamuun haasawa kan taasisan Maanaajarri mana barumsichaa Dargaggoo Saalih Muzammil akka ibsanitti, Tarbiyaa Intarnaashinaal barnoota kitaabaa qofa irratti kan daangeffamu osoo hin taane, barattoota barnoota irraa gara ogummaatti, ogummaa irraa gara hojiitti, hojii irraa gara oomishaatti ceesisuuf manneen barumsaa keessatti hojmaata addatti qopheessuun carraa hojii fi oomishaa uumuu irratti akka hojjatu himan. 💼 Itti dabaluun, kaayyoon Tarbiyaa Akkaadaamii mana barumsaa qofa ijaaruu osoo hin taane, dhaloota beekumsa, naamusa, ogummaa, kalaqaa fi eenyummaa qabu, maatii fi hawaasa isaa tajaajilu, akkasumas biyya isaa ijaaru horachuu ta’uu ibsaniiru. 🌟 Tarbiyaa Intarnaashinaal Magaalaa Shaggar, Kutaa Magaalaa Sabbataatti, dameewwan sadii walitti aansee banuun adeemsa baruu fi barsiisuu eegaluuf qophii xumuruu kan ibse yoo ta'u, galmeen barattootaas eegalee jiraachuu beeksiseera. 📝 © #AmarTemam #SpiderMedia@spidermediaa
11
3
Manni Barumsaa Tarbiyaa Intarnaashinaal Eebbifamee Sirna Baruufi Barsiisuuf Saaqame 🏫✨ 👇👇👇+9
Manni Barumsaa Tarbiyaa Intarnaashinaal Eebbifamee Sirna Baruufi Barsiisuuf Saaqame 🏫✨ 👇👇👇
326
4
Kunimmoo Ajaa'iba Addaati 😱👌 Duulli Muslimoota irraa hijaaba baasuuf eegalame, namoota Muslima hin ta'inuu hijaaba uffisaa
Kunimmoo Ajaa'iba Addaati 😱👌 Duulli Muslimoota irraa hijaaba baasuuf eegalame, namoota Muslima hin ta'inuu hijaaba uffisaa jira🤩 Faransaayitti hijaabni akka hin uffatamne, keesuumaa bakka ummanni itti baay'atutti haguuggiin rifeensa akka dhorkamu yaada paartiin finxaal*eyyii RN jedhamu hordofee wanti hin eegamne tokko bal'inaan ta'aa jira. Kunis Yaada paartiin kun dhiheesseef deebii kennuufi dubartoota Muslimaa waliin akka dhabbatan mirkaneessuun dubartoonni biyyattii hedduun duula bal'aa rifeensa mataa haguuggachuu geggeessaa jiru. Akkanatti yaadni summ*iin, jibbaafi finxaalessummaa muslimoota irra hijaaba fuuchuuf eegalame dubartoota biyyattii kanneen muslima hin ta'in baay'eellee hijaaba uffisaa jira. © Amar Temam #France #hijab #hijabfrance
968
5
Barattuu qaxalee Dureettii Mohaammad 🏆🥇🧕 Qorumsa biyyaalessaa kutaa 12ffaa baranaan mana barumsa sadarkaa lammaaffaa Godin
Barattuu qaxalee Dureettii Mohaammad 🏆🥇🧕 Qorumsa biyyaalessaa kutaa 12ffaa baranaan mana barumsa sadarkaa lammaaffaa Godina Arsii Lixaa Aanaa Adaabbaarraa saayinsii uumamaatiin qabxii 579.6 galmeessite Link kanaan #video daawaadhaa 👇 https://youtu.be/O8IEJ-M_wJE?si=d0JCg-JpM33SgBHh
1 864
6
https://youtu.be/EmC0uVijuLU?si=psTFVvCbfFQjedv_
2 602
7
https://youtu.be/Oyr_euYt3VA?si=DXAypF8Ww6tYryHO
2 309
8
Gaara Leenci Keessatti Cal'ise Keessatti Adurreen Nugusummmaaf Geeraraa Jirti ** Warri farda Minilik leenjisaa turan hedduun si'iif goota ta'uu malu, anaaf garuu ajj**eestota, weer*artootaafi 'cafcaafii' qofa. Gootota Oromoo osoo hin taane gootota koo jettee gala keen waammachuu dandeessa. Ani kan inni ajje*eses Oromoo waanan ta'eef maqaa waloo kana fayyadamuun kee sirrii akka hin taane ykn seenaa na hataa akka jirtu sitti himuun qaba. Nama na ajj*eese narratti faarsita, waan inni na godhe akkan hin daganne yeroon sitti himu garuu tokkummaa keenyaatu diigama jetta. Bakka meeqatti nu qoodaa sodaatta? Bakka sagalii mitii sagaltamatti haa nu qoodu male hin cal'isu. Na dhukkuba. Dhi*igni bakkee Ganjiitti dhangala'e, mor*mi Calanqootti cirame, duguu-ggaan sanyii Aanolee na dhukkuba. Si'iif seena darbe ta'uu danda'a, anaaf garuu godaannis hin qoorre qofa. Waan tokko yaadadhu, dhum*aatii kanneeniifi heddu booda namoota ati akkan akka gootaatti isaan faarsuu barbaaddutu jira. Gootota koo isaan lafaa si kaasanii si dhaaban, wareegama kumaa kitilaan lafeefi dhii*gaan dhangi'anii biyyaafi ummata kana gadi dhaaban ''alagaa'' fi ''baandaan'' farrajaa, baandota keef maaddii gootummaa dhaabda. Kan kaanii hin beeku, ani garuu asoosama kana dhaloota koo hin dhaalchisu, akakaafi abbaan koo cal'isuun seenaa wal dabarsee gant*oota ol, gootota dhugaa ammoo gadi godheera, ani garuu humnaa fi hamilee kanas hin qabu waanan ta'eef ''gantootaafi weeratoota akka ta'aniin ilmaan koo barsiisa. Falmii bakka biraatti qabnuuf, garee biyya kana ana qofatu ijaare jedhuun falmuuf wabii waammachuu ykn seeneffama waloo isa gahee sadarkaa biyyaaf jecha dhugaa kana cal'isuun eenyummaa kee dagachuu koo sitti hin fakkaatin. Kuni ana Amar Temam ni dhukkubsa. Eeyyeen na dhukkuba. #Amar_Temam@amartemam1133
2 504
9
Gaara Leenci Keessatti Cal'ise Keessatti Adurreen Nugusummmaaf Geeraraa Jirti ** 👇👇👇
Gaara Leenci Keessatti Cal'ise Keessatti Adurreen Nugusummmaaf Geeraraa Jirti ** 👇👇👇
1 317
10
https://youtu.be/F5XXLCMS7_I?si=xnO9m34vGcUXimHR
1 400
11
Argitee akka itti biyyoonni dhihaa dubartoota kabajan? Argite akkamitti akka isaan kabajamuu mirga dubartootaa itti mirkanees
Argitee akka itti biyyoonni dhihaa dubartoota kabajan? Argite akkamitti akka isaan kabajamuu mirga dubartootaa itti mirkaneessan? Akkamitti akka mirgi bilisummaa dubbii kee siif kabajamu argitee? Garaagarummaan yaadaa fi ilaalcha akkamitti akka bakka qabu argitee? Mirgi, bilisummaafi qaroominni isaanii guutee dhangala'u kun si hin ajaa'ibuu? Egaa isaan kana kan waa'een mirga dubartootaa biyyoota Muslimaa nu yaachisee hirriba nu dhorkeera nuun jedhan.
1 797
12
Kunoo 👇 https://youtu.be/WVjMv_17hNA?si=9tbnje1ZztQjnevv
Kunoo 👇 https://youtu.be/WVjMv_17hNA?si=9tbnje1ZztQjnevv
1 831
13
https://youtu.be/WVjMv_17hNA?si=9tbnje1ZztQjnevv
1 713
14
Phaaphaasii sobduu kana argi 👀👇. Godaantonni gara Awurooppaatti dhangala'an baqattoota osoo hin taane weeraartoota ardii kana Islaamessuu fi amantii Kiristaanummaa balleessuu barbaadanidha jedha. Maqaan isaan Athanasius Schneider kan jedhamu yoo ta'u Phaaphaasii dha. Biyyi isaa Kazakhstan yoo ta'u ofii isaatiifuu namni maa garas dhaqa kan jedhu kana Awurooppaa kadhatee lammummaa Jaramanii argate qaba. Yeroo hunda waa'ee godaansaafi Islaamummaa kana wal qabsiisee soba sobuufi farrisuun abbaa amantii morma baasummaan beekamuudha. Baqattuu baqattu jibbitu kadhattuun kadhattuu hin jaallattu jedhama. Wanti inni haasa'u guutuun akkuma warra jibbi Islaamaa ciincessee bobeesu kaanii cal'ifamee waan haasa'amu male waan hundee qabu dubbii ragaa qabuu miti. Namni tokko godaane yoo jedhame inni Muslima baqqaa jechaa lafaa ka'e. Dubbii sobaafi jibbiinsaa isaa kana Daayreektara olaanaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa (WHO) Dr. Tedros Adhanom dabalatee hoggantoonniifi dhaabbileen hedduun balaaleffataniiru. Soba saaxiluu itti fufna, jibba waliin waldhaansoo qabuu hin dhaabnu, dharaafi shira saaxillee eenyummaa fuula shirtotaa agarsiisuu itti fufna. © #Amartemam #Amar_Temam@amartemam1133
2 056
15
Phaaphaasii sobduu kana argi 👀👇👇👇
Phaaphaasii sobduu kana argi 👀👇👇👇
1 445
16
'Yakkamtootaaf bakki jiru mana hidhaati' Washington quuqamtoota haqaan asheetteetti. DCn sagalee haqaa wal argaa yakka*mtoota
'Yakkamtootaaf bakki jiru mana hidhaati' Washington quuqamtoota haqaan asheetteetti. DCn sagalee haqaa wal argaa yakka*mtoota waraa*naa Beeniyaamin Netaaniyaahuu fi Doonaald Tiraamp kanneen hafuura du'aafi dhumaatii harganan mormaniin hafuura jireenya baafataa jirti. Ameerikaafi pirojektiin warreen dhihaa baha jiddugaleessaa keessatti argamtu Izraa'il kaayyoo dugu-uggaa sanyii isaanii Fala🇵🇸sxiin, Libaanos, Iraan fi guutummaa naannoo sanaatti babal'suuf waggaa tokkoofi walakkaa qofa keessatti si'a 8ffaaf wal arganii Waayit Haawusitti mariyatanniiru. #AmarTemam
2 075
17
📢 🪧 Qabsoo Haqaafi Namoomaa ✊✊ 🪧🇩🇪 Magaalaaa guddoo Germany, Berlin keessatti waraa*na Ameerikaafi I-zrael Ga*💔zzaafi b
📢 🪧 Qabsoo Haqaafi Namoomaa ✊✊ 🪧🇩🇪 Magaalaaa guddoo Germany, Berlin keessatti waraa*na Ameerikaafi I-zrael Ga*💔zzaafi bakkoota biroo baha jiddugaleessaa keessatti gaggeessan balaaleffachuun hiriirri mormii kaleessa gaggeeffameera. ❤️‍🩹 🗣️ Hiriirtonn Fala🇵🇸sxiin fi Libaanos 🇱🇧 deeggaruun, waraana isaan irratti gaggeffamaa jiru mormuun sagalee isaanii dhageessisaniiru. #SpiderMedia
1 853
18
'Yakka dhiisaa - Daa'imman ajj**eesuu dhabaa' 🙅‍♀️ 🎞️ Kuni sagalee haqaa galma yakk*amtootaan guutame keessaa dhaga'ameedha
'Yakka dhiisaa - Daa'imman ajj**eesuu dhabaa' 🙅‍♀️ 🎞️ Kuni sagalee haqaa galma yakk*amtootaan guutame keessaa dhaga'ameedha 👀🔊👂 🔴 Finxaa*leyyii bulchiinsa Amrigaa keesaaa tokko kan ta'e leellisaan wara*ana masqalaa Ministeerri Ittisaa Ameerikaa Pete Hegseth waa'ee waraa*aa dubbata, seeneetiin ammoo kaayyoo ajj**eechaa isaafi kan akkasaa guutuuf waa'ee baajata waraanaa doolaara tiriliyoonaan lakka'amuutiif gadi ta'eera. 👉 Jidduutti sagaleen haqaa tokko isaan jidduudhaa dhuk*a'ee dhugaaf tumse. 🗣️ 'Iraaniifi Fala🇵🇸sxiin keessatti daa'immanitti boo**mbii darbachuu dhiisaa! Kun seeraan ala!' #Amar_Temam@amartemam1133
2 320
19
❤️ Onnee koo irraan isin eebbisa, baga gammaddan jedhan Pirezidaant Erdoğan Shaampiyoonaa Adduunyaa Ispeeniin **** 🏆 Pirezid+2
❤️ Onnee koo irraan isin eebbisa, baga gammaddan jedhan Pirezidaant Erdoğan Shaampiyoonaa Adduunyaa Ispeeniin **** 🏆 Pirezidaantiin Turkiye Recep Tayyip Erdoğan gareen kubbaa miilaa biyyaalessaa Ispeen shaampiyoonaa waancaa addunyaa baranaa ta'uu hordofee ergaa dabarsaniin baga gammaddan jedhan. 🇹🇷🤝🇪🇸 “Gareen Biyyoolessaa Ispeen waancaa addunyaa bara 2026 injifachuu isaaniitiin, onnee koo irraan baga gammaddan jedhaani, maqaa koo, biyya koo fi ummata kootiitiin, michuuwwan keenya ummata Ispeeniif nagaa koo nan dabarsa,” jechuun ergaa baga gammaddanii kana Erdohaan barreeffama waltajjii miidiyaa hawaasaa Türkiye NSosyal irratti qoodaniin dubbatan. © Amar Temam #Turkiye #Spain #champions #lamineyamal
2 318
20
🗣️ Shaampiyoonummaa kubbaan qofa osoo hin taane kan qabsoo haqaafi namoomaatiinis miliyoonotaaf fakkeenya taateetta > Bardem
🗣️ Shaampiyoonummaa kubbaan qofa osoo hin taane kan qabsoo haqaafi namoomaatiinis miliyoonotaaf fakkeenya taateetta > Bardem 🎬 Aktarri beekamaan Ispeen Fala🇵🇸sxiin deeggaruun beekamu Javier Bardem, Ispeen Waancaa Addunyaa mo’achuun shaampiyoonaa ta'uu isii hordofuun suuraa Laamiin Jamaal kan inni alaabaa Fala🇵🇸sxiin qabatee jiru maxxansuun akkana jedhe: 🗣️ "Ummattoota mirgi isaanii kabajamuu qabuufiif dhaabbachuun keessan, akkasumas namoota sagaleen isaanii hin dhaga’amneef sagalee ta’uun keessan fakkeenya gaarii ijoollee miliyoonaan lakkaa’amaniif ta’eera. Isin dhugumaan isin qabsaa'ota mirgaa, Shaampiyoonota Addunyaati. 🗣️ Biyya dargaggoonni akka keessanii kun bakka bu'an  irraa ta'uu keenyaatti akka nu boonnu waan nu gootaniif galatoomaa." jedheera. © #AmarTemam #Spain #JavierBardem #spain #FIFAWorldCup #SpiderMedia@spidermediaa
1 878