cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Amar Temam

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
3 425
Obunachilar
-424 soatlar
+457 kunlar
+30130 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Hujjaajonni sirna hajjii raawwachuu eegaluuf gara duunkanaawwan Miinaa seenaa jiru Spider Media: Zul-Hijjah 6/1445 Sirna Hajjii bara 1445 eegaluuf keessummoonni Rahmaan Miinaa seenaa jiru. Guyyaa tokkoof sirna achitti raawwatamu etga xumuranii booda guyysa borii ammoo inshaa Allaah Miinaa irraa gara gaara Arafaatti imalu. © Amar Temam Nu hordofaa: YouTube https://youtube.com/@Spidermedia1 Facebook https://www.facebook.com/SpiderMedia01 Telegram channel https://t.me/spidermediaa Tik Tok https://www.tiktok.com/@spidermultimedia?_t=8bvc1u3btiv&_r=1 WhatsApp https://whatsapp.com/channel/0029VaAgkUd8fewqlY5Jlb3I Umma Life https://ummalife.com/Spidermedia >#SpiderMedia
Hammasini ko'rsatish...
1718352047584.jpg3.07 KB
1718352049246.jpg2.54 KB
1718352051273.jpg5.14 KB
1718352052986.jpg2.90 KB
1718352054499.jpg2.62 KB
1718352056037.jpg2.49 KB
1718352057904.jpg2.67 KB
Photo unavailableShow in Telegram
Pirofeesar Ahmad Huseen #Congratulations ~~~ Yunivarsiitiin Finfinnee kaleessa hayyoota 12'f piroofeesara guutuu kenneera. Isaan keessaa tokko kan ta'an Pirofeesarri Analytical Chemistry Ahmad Huseen waraqaalee qorannoo 20 barruuwwan Idil-addunyaa dhiibbaa guddaa uumaman irratti maxxansaniiru. Amar Temam © Spider Media
Hammasini ko'rsatish...
5
Daa'ima lubbuu harmee isaa baraaruuf lubbuu ofiisaa dhabe ~~~ Wanti Minesotaatti ta'e tokko namoota taatecha dhaga'an biratti rifaasuu uumeera. Daa'imni waggaa 8 Amiir Hardan waldhabdee maatii isaa jidduutti mudate hordofee harmee isaa haleellaa abbaasaa jalaa baararuuf osoo jedhuu rasa-asaan dhahamee lubbuun usaa darbeera. Waldhabdee walfakkataa irra deddeebiin mudatu kanaan harmeen Amiir yeroo garaa garaatti miidhaadhaaf saaxilaamaa turte. Daa'imni waggaa 8 Amiir yeroo waldhabdee uumame hordofee abbaa isaa Daaniyar Hardan harkaa 'shug*guxii' fuudhee lubbuu haadha isaa oolchuuf osoo yaaluuti kan ofiif lubbuun darbe. Taatecha hordofee poolisiin naannicha wayita bakka kun ta'e ga'anitti Amiir gara aakhiraa godaaneera. ''Ana baraaruuf daa'imni waggaa 8 yeroo ga'eessa waggaa 30 harkaa meeshaa fuuchuuf waldhaansoo wal qabu arguun taatee umrii koo guutuu onnee koo keessaa baduu hin dandeenyeedha'' jette harmeen Amiir Chetsh Edwaard. Itti dabaluun ''yeroo abbaan isaa na rukutuu eegalu gara ollaa deemee gargaarsa akka naaf waamu gaafadhullee inni ana bararuuf wareegama isa xumuraa kaffaleera'' jette. Abbaan daa'imichaa Daaniyar ammoo waan ta'e kanatti gadduun yaalii lubbuu ofii balle-essuuf taasise hordofee yeroo ammaa haala ulfaataa keessa jiraachuunis ibsameera. Balaa mudate qorachuun dhimmicha mana murteetti polisiin dhiheessuu kan gabaasa isaatiin kan eere daily mail manni murtichaas bakka himatamaan yakkicha raawwate hin jirretti adeemsi murtiifi himataa akka itti fufu ajajeera. Daaniyar haala keessa jiruun walqabatee carraan lubbuun hafuu isaa dhiphaa ta'uun kan ibsame yoo ta'u yoo lubbuun hafe hidhaatu isa eeggatas jedhameera. Amar Temam © Spider Media
Hammasini ko'rsatish...
👍 6😭 5
Photo unavailableShow in Telegram
Daa'ima lubbuu harmee isaa baraaruuf lubbuu ofiisaa dhabe 👇👇👇
Hammasini ko'rsatish...
00:38
Video unavailableShow in Telegram
Harmee qe'ee Rasuulaatti ﷺ Anagafa hujjaajota miliyoona 1.5 #hajj
Hammasini ko'rsatish...
43.60 MB
8
#BREAKING Keessummoota Rahmaan tajaajiluuf taaksiiwwan qopha'an bar'isuu eegalan Spider Media: Zul-Hijjah 6/1445 Sa'uud Arabiyaan tajaajila geejjiba hujjaajotaatiif qopheessitee kan turte taaksiiwwan qilleensa irra balali'an guyyaa har'aa ifatti hojii eegalaniiru. Taaksiiwwan kunneen Madiinaafi Makkaa jidduu hujjaajotaaf tajaajila geejjibaa kennuufmn dabalataatti galteewwan meeshaalee yaalaa akka geejjibsiisanis SPAln gabaaseera. Guyyaa Roobii har'aa wayita taaksiiwwan kunneen balallii taasisan hooggantoonni olaanoon Ministeera Geejjibaafi Loojistikii Sa'uudii sirnicha irratti aragamaniiru. Taaksiiwwan kunneen hujjaajota sirna hajjii bara kanaa (1445) tuuf tajaajila akka kennan ministeerichi baatii dura ifoomsuu Spider Media n gabaasee turuun ni yaadatama. © Amar Temam Nu hordofaa: YouTube https://youtube.com/@Spidermedia1 Facebook https://www.facebook.com/SpiderMedia01 Telegram channel https://t.me/spidermediaa Tik Tok https://www.tiktok.com/@spidermultimedia?_t=8bvc1u3btiv&_r=1 WhatsApp https://whatsapp.com/channel/0029VaAgkUd8fewqlY5Jlb3I Umma Life https://ummalife.com/Spidermedia >#SpiderMedia
Hammasini ko'rsatish...
Spider Media

Sacrifice of truth

3
#BREAKING Keessummoota Rahmaan tajaajiluuf taaksiiwwan qopha'an bar'isuu eegalan 👇👇👇
Hammasini ko'rsatish...
Haati guyyoottaniif baddee barbaadamaa turte garaa Jawwee keessaa argamte ~~~ Lammii Indoneeshiyaa kan taateefi guyyoottaniif baddee barbaadamaa kan turte haati ilmaan afurii Fariidaa jedhamtu garaa Jawwee faana 16 dheeratu keessaa reenfi isii argame. Fariidaan torban darbe gaafa Kamisaa dhimmaaf bakka deemtee osoo deebituu ture bosona keessatti balichaaf kan saaxilamte. Abbaan warraa isii gara manaatti deebi'uu dhiisuu isii hordofee hawaasa naannichaa waliin naannawicha keessa barbaaduu eegalan. Hawaasni naannichaaa Kamisa irraa eegalee barbaacha isii irratti boobba'an kunneen meeshaalee Fariidaan qabattee turte dabalatee huccuuwwan isii ciccitee daandii irratti harca'e osoo hordofanuu bosona keessatti jawwee garaan isaa iita'ee ciisuu argu. Haalicha shakkuun erga ajje*esanii booda qala-an*ii reenfa garaa keessaa baasan. Indoneeshiyaan adduunyaa irraa biyyoota Jawween gurguddoon itti hedduummaatan keessaa isii adda dureedha. Bara darbe Jawween faana 26 dheeratu qotee bulaa hojii qonnaa irraa ture liqimsuun guyyoottan booda argameera. ALA bara 2018ttis manguddoon waggaa 54 reenfi isaanii Jawwee keessaa argamuun kan yaadatamuudha. Spider Media © Spider Media
Hammasini ko'rsatish...
👍 3 2😭 2
Photo unavailableShow in Telegram
Haati guyyoottaniif baddee barbaadamaa turte garaa Jawwee keessaa argamte 👇👇👇
Hammasini ko'rsatish...
😱 2