ar
Feedback
Amar Temam

Amar Temam

الذهاب إلى القناة على Telegram
7 987
المشتركون
+524 ساعات
+287 أيام
+7930 أيام

جاري تحميل البيانات...

سحابة العلامات
لا توجد بيانات
هل تواجه مشاكل؟ يرجى تحديث الصفحة أو الاتصال بمدير الدعم الخاص بنا.
الإشارات الواردة والصادرة
---
---
---
---
---
---
جذب المشتركين
سبتمبر '26
سبتمبر '26
+50
في 0 قنوات
أغسطس '26
+127
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '26
+19
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '26
+6
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '26
+14
في 0 قنوات
Get PRO
أبريل '26
+32
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '26
+75
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '26
+27
في 2 قنوات
Get PRO
يناير '26
+17
في 1 قنوات
Get PRO
ديسمبر '25
+368
في 3 قنوات
Get PRO
نوفمبر '25
+31
في 4 قنوات
Get PRO
أكتوبر '25
+44
في 2 قنوات
Get PRO
سبتمبر '25
+792
في 3 قنوات
Get PRO
أغسطس '25
+378
في 6 قنوات
Get PRO
يوليو '25
+279
في 6 قنوات
Get PRO
يونيو '25
+2 610
في 8 قنوات
Get PRO
مايو '25
+69
في 11 قنوات
Get PRO
أبريل '25
+39
في 7 قنوات
Get PRO
مارس '25
+68
في 13 قنوات
Get PRO
فبراير '25
+108
في 5 قنوات
Get PRO
يناير '25
+95
في 10 قنوات
Get PRO
ديسمبر '24
+122
في 6 قنوات
Get PRO
نوفمبر '24
+324
في 1 قنوات
Get PRO
أكتوبر '24
+452
في 4 قنوات
Get PRO
سبتمبر '24
+303
في 5 قنوات
Get PRO
أغسطس '24
+970
في 12 قنوات
Get PRO
يوليو '24
+585
في 8 قنوات
Get PRO
يونيو '24
+364
في 2 قنوات
Get PRO
مايو '24
+622
في 4 قنوات
Get PRO
أبريل '24
+692
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '24
+632
في 1 قنوات
Get PRO
فبراير '24
+391
في 1 قنوات
Get PRO
يناير '24
+342
في 3 قنوات
Get PRO
ديسمبر '23
+227
في 0 قنوات
Get PRO
نوفمبر '23
+15
في 0 قنوات
Get PRO
أكتوبر '23
+198
في 3 قنوات
Get PRO
سبتمبر '23
+449
في 0 قنوات
التاريخ
نمو المشتركين
الإشارات
القنوات
08 سبتمبر+1
07 سبتمبر+6
06 سبتمبر+3
05 سبتمبر+10
04 سبتمبر+7
03 سبتمبر+10
02 سبتمبر+2
01 سبتمبر+11
منشورات القناة
Kunimmoo Ajaa'iba Addaati 😱👌 Duulli Muslimoota irraa hijaaba baasuuf eegalame, namoota Muslima hin ta'inuu hijaaba uffisaa jira🤩 Faransaayitti hijaabni akka hin uffatamne, keesuumaa bakka ummanni itti baay'atutti haguuggiin rifeensa akka dhorkamu yaada paartiin finxaal*eyyii RN jedhamu hordofee wanti hin eegamne tokko bal'inaan ta'aa jira. Kunis Yaada paartiin kun dhiheesseef deebii kennuufi dubartoota Muslimaa waliin akka dhabbatan mirkaneessuun dubartoonni biyyattii hedduun duula bal'aa rifeensa mataa haguuggachuu geggeessaa jiru. Akkanatti yaadni summ*iin, jibbaafi finxaalessummaa muslimoota irra hijaaba fuuchuuf eegalame dubartoota biyyattii kanneen muslima hin ta'in baay'eellee hijaaba uffisaa jira. © Amar Temam #France #hijab #hijabfrance

2
Barattuu qaxalee Dureettii Mohaammad 🏆🥇🧕 Qorumsa biyyaalessaa kutaa 12ffaa baranaan mana barumsa sadarkaa lammaaffaa Godin
Barattuu qaxalee Dureettii Mohaammad 🏆🥇🧕 Qorumsa biyyaalessaa kutaa 12ffaa baranaan mana barumsa sadarkaa lammaaffaa Godina Arsii Lixaa Aanaa Adaabbaarraa saayinsii uumamaatiin qabxii 579.6 galmeessite Link kanaan #video daawaadhaa 👇 https://youtu.be/O8IEJ-M_wJE?si=d0JCg-JpM33SgBHh
1 759
3
https://youtu.be/EmC0uVijuLU?si=psTFVvCbfFQjedv_
2 525
4
https://youtu.be/Oyr_euYt3VA?si=DXAypF8Ww6tYryHO
2 265
5
Gaara Leenci Keessatti Cal'ise Keessatti Adurreen Nugusummmaaf Geeraraa Jirti ** Warri farda Minilik leenjisaa turan hedduun si'iif goota ta'uu malu, anaaf garuu ajj**eestota, weer*artootaafi 'cafcaafii' qofa. Gootota Oromoo osoo hin taane gootota koo jettee gala keen waammachuu dandeessa. Ani kan inni ajje*eses Oromoo waanan ta'eef maqaa waloo kana fayyadamuun kee sirrii akka hin taane ykn seenaa na hataa akka jirtu sitti himuun qaba. Nama na ajj*eese narratti faarsita, waan inni na godhe akkan hin daganne yeroon sitti himu garuu tokkummaa keenyaatu diigama jetta. Bakka meeqatti nu qoodaa sodaatta? Bakka sagalii mitii sagaltamatti haa nu qoodu male hin cal'isu. Na dhukkuba. Dhi*igni bakkee Ganjiitti dhangala'e, mor*mi Calanqootti cirame, duguu-ggaan sanyii Aanolee na dhukkuba. Si'iif seena darbe ta'uu danda'a, anaaf garuu godaannis hin qoorre qofa. Waan tokko yaadadhu, dhum*aatii kanneeniifi heddu booda namoota ati akkan akka gootaatti isaan faarsuu barbaaddutu jira. Gootota koo isaan lafaa si kaasanii si dhaaban, wareegama kumaa kitilaan lafeefi dhii*gaan dhangi'anii biyyaafi ummata kana gadi dhaaban ''alagaa'' fi ''baandaan'' farrajaa, baandota keef maaddii gootummaa dhaabda. Kan kaanii hin beeku, ani garuu asoosama kana dhaloota koo hin dhaalchisu, akakaafi abbaan koo cal'isuun seenaa wal dabarsee gant*oota ol, gootota dhugaa ammoo gadi godheera, ani garuu humnaa fi hamilee kanas hin qabu waanan ta'eef ''gantootaafi weeratoota akka ta'aniin ilmaan koo barsiisa. Falmii bakka biraatti qabnuuf, garee biyya kana ana qofatu ijaare jedhuun falmuuf wabii waammachuu ykn seeneffama waloo isa gahee sadarkaa biyyaaf jecha dhugaa kana cal'isuun eenyummaa kee dagachuu koo sitti hin fakkaatin. Kuni ana Amar Temam ni dhukkubsa. Eeyyeen na dhukkuba. #Amar_Temam@amartemam1133
2 495
6
Gaara Leenci Keessatti Cal'ise Keessatti Adurreen Nugusummmaaf Geeraraa Jirti ** 👇👇👇
Gaara Leenci Keessatti Cal'ise Keessatti Adurreen Nugusummmaaf Geeraraa Jirti ** 👇👇👇
1 315
7
https://youtu.be/F5XXLCMS7_I?si=xnO9m34vGcUXimHR
1 400
8
Argitee akka itti biyyoonni dhihaa dubartoota kabajan? Argite akkamitti akka isaan kabajamuu mirga dubartootaa itti mirkanees
Argitee akka itti biyyoonni dhihaa dubartoota kabajan? Argite akkamitti akka isaan kabajamuu mirga dubartootaa itti mirkaneessan? Akkamitti akka mirgi bilisummaa dubbii kee siif kabajamu argitee? Garaagarummaan yaadaa fi ilaalcha akkamitti akka bakka qabu argitee? Mirgi, bilisummaafi qaroominni isaanii guutee dhangala'u kun si hin ajaa'ibuu? Egaa isaan kana kan waa'een mirga dubartootaa biyyoota Muslimaa nu yaachisee hirriba nu dhorkeera nuun jedhan.
1 797
9
Kunoo 👇 https://youtu.be/WVjMv_17hNA?si=9tbnje1ZztQjnevv
Kunoo 👇 https://youtu.be/WVjMv_17hNA?si=9tbnje1ZztQjnevv
1 831
10
https://youtu.be/WVjMv_17hNA?si=9tbnje1ZztQjnevv
1 713
11
Phaaphaasii sobduu kana argi 👀👇. Godaantonni gara Awurooppaatti dhangala'an baqattoota osoo hin taane weeraartoota ardii kana Islaamessuu fi amantii Kiristaanummaa balleessuu barbaadanidha jedha. Maqaan isaan Athanasius Schneider kan jedhamu yoo ta'u Phaaphaasii dha. Biyyi isaa Kazakhstan yoo ta'u ofii isaatiifuu namni maa garas dhaqa kan jedhu kana Awurooppaa kadhatee lammummaa Jaramanii argate qaba. Yeroo hunda waa'ee godaansaafi Islaamummaa kana wal qabsiisee soba sobuufi farrisuun abbaa amantii morma baasummaan beekamuudha. Baqattuu baqattu jibbitu kadhattuun kadhattuu hin jaallattu jedhama. Wanti inni haasa'u guutuun akkuma warra jibbi Islaamaa ciincessee bobeesu kaanii cal'ifamee waan haasa'amu male waan hundee qabu dubbii ragaa qabuu miti. Namni tokko godaane yoo jedhame inni Muslima baqqaa jechaa lafaa ka'e. Dubbii sobaafi jibbiinsaa isaa kana Daayreektara olaanaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa (WHO) Dr. Tedros Adhanom dabalatee hoggantoonniifi dhaabbileen hedduun balaaleffataniiru. Soba saaxiluu itti fufna, jibba waliin waldhaansoo qabuu hin dhaabnu, dharaafi shira saaxillee eenyummaa fuula shirtotaa agarsiisuu itti fufna. © #Amartemam #Amar_Temam@amartemam1133
2 056
12
Phaaphaasii sobduu kana argi 👀👇👇👇
Phaaphaasii sobduu kana argi 👀👇👇👇
1 445
13
'Yakkamtootaaf bakki jiru mana hidhaati' Washington quuqamtoota haqaan asheetteetti. DCn sagalee haqaa wal argaa yakka*mtoota
'Yakkamtootaaf bakki jiru mana hidhaati' Washington quuqamtoota haqaan asheetteetti. DCn sagalee haqaa wal argaa yakka*mtoota waraa*naa Beeniyaamin Netaaniyaahuu fi Doonaald Tiraamp kanneen hafuura du'aafi dhumaatii harganan mormaniin hafuura jireenya baafataa jirti. Ameerikaafi pirojektiin warreen dhihaa baha jiddugaleessaa keessatti argamtu Izraa'il kaayyoo dugu-uggaa sanyii isaanii Fala🇵🇸sxiin, Libaanos, Iraan fi guutummaa naannoo sanaatti babal'suuf waggaa tokkoofi walakkaa qofa keessatti si'a 8ffaaf wal arganii Waayit Haawusitti mariyatanniiru. #AmarTemam
2 075
14
📢 🪧 Qabsoo Haqaafi Namoomaa ✊✊ 🪧🇩🇪 Magaalaaa guddoo Germany, Berlin keessatti waraa*na Ameerikaafi I-zrael Ga*💔zzaafi b
📢 🪧 Qabsoo Haqaafi Namoomaa ✊✊ 🪧🇩🇪 Magaalaaa guddoo Germany, Berlin keessatti waraa*na Ameerikaafi I-zrael Ga*💔zzaafi bakkoota biroo baha jiddugaleessaa keessatti gaggeessan balaaleffachuun hiriirri mormii kaleessa gaggeeffameera. ❤️‍🩹 🗣️ Hiriirtonn Fala🇵🇸sxiin fi Libaanos 🇱🇧 deeggaruun, waraana isaan irratti gaggeffamaa jiru mormuun sagalee isaanii dhageessisaniiru. #SpiderMedia
1 853
15
'Yakka dhiisaa - Daa'imman ajj**eesuu dhabaa' 🙅‍♀️ 🎞️ Kuni sagalee haqaa galma yakk*amtootaan guutame keessaa dhaga'ameedha
'Yakka dhiisaa - Daa'imman ajj**eesuu dhabaa' 🙅‍♀️ 🎞️ Kuni sagalee haqaa galma yakk*amtootaan guutame keessaa dhaga'ameedha 👀🔊👂 🔴 Finxaa*leyyii bulchiinsa Amrigaa keesaaa tokko kan ta'e leellisaan wara*ana masqalaa Ministeerri Ittisaa Ameerikaa Pete Hegseth waa'ee waraa*aa dubbata, seeneetiin ammoo kaayyoo ajj**eechaa isaafi kan akkasaa guutuuf waa'ee baajata waraanaa doolaara tiriliyoonaan lakka'amuutiif gadi ta'eera. 👉 Jidduutti sagaleen haqaa tokko isaan jidduudhaa dhuk*a'ee dhugaaf tumse. 🗣️ 'Iraaniifi Fala🇵🇸sxiin keessatti daa'immanitti boo**mbii darbachuu dhiisaa! Kun seeraan ala!' #Amar_Temam@amartemam1133
2 320
16
❤️ Onnee koo irraan isin eebbisa, baga gammaddan jedhan Pirezidaant Erdoğan Shaampiyoonaa Adduunyaa Ispeeniin **** 🏆 Pirezid+2
❤️ Onnee koo irraan isin eebbisa, baga gammaddan jedhan Pirezidaant Erdoğan Shaampiyoonaa Adduunyaa Ispeeniin **** 🏆 Pirezidaantiin Turkiye Recep Tayyip Erdoğan gareen kubbaa miilaa biyyaalessaa Ispeen shaampiyoonaa waancaa addunyaa baranaa ta'uu hordofee ergaa dabarsaniin baga gammaddan jedhan. 🇹🇷🤝🇪🇸 “Gareen Biyyoolessaa Ispeen waancaa addunyaa bara 2026 injifachuu isaaniitiin, onnee koo irraan baga gammaddan jedhaani, maqaa koo, biyya koo fi ummata kootiitiin, michuuwwan keenya ummata Ispeeniif nagaa koo nan dabarsa,” jechuun ergaa baga gammaddanii kana Erdohaan barreeffama waltajjii miidiyaa hawaasaa Türkiye NSosyal irratti qoodaniin dubbatan. © Amar Temam #Turkiye #Spain #champions #lamineyamal
2 318
17
🗣️ Shaampiyoonummaa kubbaan qofa osoo hin taane kan qabsoo haqaafi namoomaatiinis miliyoonotaaf fakkeenya taateetta > Bardem
🗣️ Shaampiyoonummaa kubbaan qofa osoo hin taane kan qabsoo haqaafi namoomaatiinis miliyoonotaaf fakkeenya taateetta > Bardem 🎬 Aktarri beekamaan Ispeen Fala🇵🇸sxiin deeggaruun beekamu Javier Bardem, Ispeen Waancaa Addunyaa mo’achuun shaampiyoonaa ta'uu isii hordofuun suuraa Laamiin Jamaal kan inni alaabaa Fala🇵🇸sxiin qabatee jiru maxxansuun akkana jedhe: 🗣️ "Ummattoota mirgi isaanii kabajamuu qabuufiif dhaabbachuun keessan, akkasumas namoota sagaleen isaanii hin dhaga’amneef sagalee ta’uun keessan fakkeenya gaarii ijoollee miliyoonaan lakkaa’amaniif ta’eera. Isin dhugumaan isin qabsaa'ota mirgaa, Shaampiyoonota Addunyaati. 🗣️ Biyya dargaggoonni akka keessanii kun bakka bu'an  irraa ta'uu keenyaatti akka nu boonnu waan nu gootaniif galatoomaa." jedheera. © #AmarTemam #Spain #JavierBardem #spain #FIFAWorldCup #SpiderMedia@spidermediaa
1 878
18
Gabaa wixxirfataa kana keessaa onnee nama tokko qofatu tasgabbii uffattee mu'atti 🩵💚🕌🕋🤲🌙 ٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ وَتَطْمَئ
Gabaa wixxirfataa kana keessaa onnee nama tokko qofatu tasgabbii uffattee mu'atti 🩵💚🕌🕋🤲🌙 ٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ وَتَطْمَئِنُّ قُلُوبُهُم بِذِكْرِ ٱللَّهِ ۗ أَلَا بِذِكْرِ ٱللَّهِ تَطْمَئِنُّ ٱلْقُلُوبُ 📖 <"(Isaan) warri amanan, onneen isaanii zikrii Rabbiitiin tasgabbooftuudha. Dhaga’aa! zikrii (faaruu) Rabbiitiin onneen ni tasgabboofti."> (Qur'aana - 13:28)
1 562
19
Maaleeziyaan lammiileen Izraa'el hatattamaan biyyattii keessaa akka ari'aman ajajje. **** Ministirri Muummee Maaleeziyaa Anwa
Maaleeziyaan lammiileen Izraa'el hatattamaan biyyattii keessaa akka ari'aman ajajje. **** Ministirri Muummee Maaleeziyaa Anwaar Ibraahim lammiileen Izraa’l gariin lammummaa biyya biraa fayyadamuun gara Maaleeziyaa seenaa jiru jedhamuu hordofee deebii kennaniiru. Anwar Ibrahim dhimmicha akka qorataniifi lammileen 'Izraa'il' Malaysia keessatti argaman kamiyyuu hatattamaan biyyaa akka ari’aman dubbatan jedha gabaasni Anadolu. Yakka dugu-uggaa sanyii Izraa'il Ga*💔zzaa keessatti raawwattu irra deddeebiin qeequun kan beekaman Anwaar, Maaleeziyaan biyyummaa Izraa’eliif beekamtii akka hin kennine irra deebiin mirkaneessaniiru. © #AmarTemam #SpiderMedia@spidermediaa
1 777
20
Dooktar Abiy Ahimad Kaataar galan ** Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Kaataar galaniiru. Du’aan boqochuu Amiira du+1
Dooktar Abiy Ahimad Kaataar galan ** Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Kaataar galaniiru. Du’aan boqochuu Amiira duraanii #Qatar Sheek Hamaad Biin Kaaliifaa Altaaniif gadda isaanii ibsachuuf Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Kaataar galaniiru. Amiiriin duraanii Kaataar Sheek Hamaad Biin Kaaliifaa Altaaniin addunyaa kanarraa du’aan boqochuun isaanii kan yaadatamuudha. Du’aan boqochuu Amiira Kaataar Sheek Hamad bin Kaliifaa Al-Tahaniin hordofee Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad ummata biyyattiif ergaa jajjabinaa dabarsanii turan. Imalli Ministira Muummee kun hariiroon Itiyoophiyaa fi Kaataar michummaa cimaa ta’uu agarsiiftuu akka ta’e Waajjirri Ministira Muummee ibsuu FMCn gabaseera. #Ethiopia #Qatar #SheikhHamad #Doha
2 246