en
Feedback
Abdurazak.Husein Official Chanal

Abdurazak.Husein Official Chanal

Open in Telegram

⛳️Haqaaf ! ⚖️Let's do our best to serve justice! 🔐Justice For All✍️ """......and avoid the false statement (Forged wetness, lying speech)"""

Show more
1 201
Subscribers
-124 hours
-27 days
+3430 days

Data loading in progress...

Attracting Subscribers
September '26
September '26
+14
in 0 channels
August '26
+50
in 2 channels
Get PRO
July '26
+10
in 2 channels
Get PRO
June '26
+12
in 3 channels
Get PRO
May '26
+11
in 3 channels
Get PRO
April '26
+32
in 6 channels
Get PRO
March '26
+15
in 1 channels
Get PRO
February '26
+21
in 4 channels
Get PRO
January '26
+46
in 4 channels
Get PRO
December '25
+30
in 6 channels
Get PRO
November '25
+14
in 2 channels
Get PRO
October '25
+90
in 3 channels
Get PRO
September '25
+56
in 1 channels
Get PRO
August '25
+40
in 6 channels
Get PRO
July '25
+34
in 2 channels
Get PRO
June '25
+60
in 2 channels
Get PRO
May '25
+57
in 2 channels
Get PRO
April '25
+2
in 1 channels
Get PRO
March '25
+9
in 0 channels
Get PRO
February '25
+11
in 1 channels
Get PRO
January '25
+10
in 4 channels
Get PRO
December '24
+37
in 2 channels
Get PRO
November '24
+85
in 0 channels
Get PRO
October '24
+56
in 1 channels
Get PRO
September '24
+82
in 1 channels
Get PRO
August '24
+102
in 1 channels
Get PRO
July '24
+34
in 1 channels
Get PRO
June '24
+31
in 1 channels
Get PRO
May '24
+27
in 0 channels
Get PRO
April '24
+27
in 1 channels
Get PRO
March '24
+35
in 2 channels
Get PRO
February '24
+86
in 2 channels
Get PRO
January '24
+97
in 1 channels
Get PRO
December '23
+89
in 2 channels
Get PRO
November '23
+17
in 0 channels
Get PRO
October '23
+44
in 3 channels
Get PRO
September '23
+23
in 0 channels
Get PRO
August '23
+7
in 0 channels
Get PRO
July '23
+11
in 0 channels
Get PRO
June '23
+9
in 0 channels
Get PRO
May '23
+10
in 0 channels
Get PRO
April '23
+23
in 0 channels
Get PRO
March '23
+25
in 0 channels
Get PRO
February '23
+12
in 0 channels
Get PRO
January '23
+254
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
09 September0
08 September0
07 September0
06 September0
05 September+2
04 September+1
03 September+1
02 September+5
01 September+5
Channel Posts
ማስታወቂያ ለዓቃቤ ሕግ ደረጃ ሦስት ተወዳዳሪዎች የፈተና ቀን ስለማሳወቅ:- የኢ.ፌ.ዲ.ሪ ፍትሕ ሚኒስቴር ሐምሌ 18 ቀን 2018 ዓ.ም በአዲስ ዘመን ጋዜጣ በወጣው ክፍት የሥራ ቅጥር ማስታወቂያ መሰ
+3
ማስታወቂያ ለዓቃቤ ሕግ ደረጃ ሦስት ተወዳዳሪዎች የፈተና ቀን ስለማሳወቅ:-
የኢ.ፌ.ዲ.ሪ ፍትሕ ሚኒስቴር ሐምሌ 18 ቀን 2018 ዓ.ም በአዲስ ዘመን ጋዜጣ በወጣው ክፍት የሥራ ቅጥር ማስታወቂያ መሰረት በዐቃቤ ሕግ ደረጃ ሦስት (በዜሮ ዓመት ልምድ) የተመዘገባችሁ እና መስፈርቱን የምታሟሉ ተመዝጋቢዎች (ለፈተና የሚቀርቡ ተወዳዳሪዎች ዝርዝር ከሚፈተኑበት አዳራሽ አድራሻ ጋር ከዚህ ማስታወቂያ ስር ተያይዟል) የመጀመሪያ ዙር የጽሁፍ ፈተና መስከረም 09 ቀን 2019 ዓ.ም አዲስ አበባ መርካቶ አማኑኤል ሆስፒታል ፊት ለፊት በሚገኘው ኢ.ፌ.ዲ.ሪ  ፍትሕ ሚኒስቴር የአዲስ ከተማ ቅርንጫፍ ጽ/ቤት ከጠዋቱ 3፡00 ጀምሮ የሚሰጥ በመሆኑ ማንነታችሁን የሚገልፅ ዲጅታል መታወቂያ በመያዝ በሰአቱ በቦታው እንድትገኙ እያሳወቅን ወደ ፈተና አዳራሽ ምንም ዓይነት የኤሌክትሮኒክስ መገልገያ ፣ ማጣቀሻም ሆነ ሕግጋትን ይዞ መግባት በጥብቅ የተከለከለ መሆኑን እናሳውቃለን፡፡


2
Manni Amantaa Tokko Mana Amantaa Kan Biroo Irraa Fageenya (Akkaataa Seeraatti) Eeggatee Ijaaramuu Qabu Eeggatee Ijaaramuu Dhabuun Mana Amantaa Isa Dursee Ijaarame Irratti Jeequmsa Uumeera Ni Jechisiisaa? Ykn Akka Diigamu Ni Taasisaa? ^^^^√√√√^^^^^√√√√√√^^^^^^^√√√√√√ Dhaddachi Ijibbaataa MMWF hiikkoo seeraa dhaddacha gaafa 28/07/2014 ooleen Lakk.Ga.211289 ta'e irratti, mana amantaa iyyattuu-Mana Amantaa Hawaariyaat Itoophiyaa Damee Sidaamaafi Waamamtuu-Mana Amantaa Wangelaawwit Makanayyasuusii Itoophiyaa, gidduutti ilaalee sagalee caalmaatiin kenne keessatti: ✅Himannaa manni amantaa waamamtuun ammaa dhiyeessite: Manni amantaa waamamtuun ammaa bara 2005 irraa eegalee akkaataa dambii ittiin bulmaataatiin mirga nama kamiiyyuu osoo hin tuqin kadhannaa taasisuu irratti argamti. Manni amantaa iyyattuun ammaa kun mana amantaa kan biroo irraa meetira 600 fagaattee ijaaruu osoo qabduu dambii kana darbuun fageenya meetira 93 irratti gaafa 28/06/2011 irraa eegalee ijaartee mirga nagayaan kadhachuu mana amantaa keenya dhiibuun jeequmsa uumaa waan jirtuuf jeequmsi uumame akka naaf dhaabbatu kan jedhudha. Manni amantaa iyyattuun ammaa mormiiwwan adda addaa kaasuun mana kadhannaa ijaaruu isheefi rakkoo kan itti hin uumne ta'uu ibsitee falmiteetti. ✅Kanatti aansuun, Manni Murtii Sadarkaa jalqabaa mormii ka'e kuffisee, ragaa dhagahee akkaataa manni amantaa iyyattuun ammaa akkaataa qajeelfama bulchiinsaafi raawwii haala dhiyeessaafi itti fayyadama iddoo kadhannaafi awwaalchaatiin fageenya dhaabbilee amantaa lama gidduu jiraachuu qabuun ala bahuun meetira 93 irratti mana amantaa waan ijaaruun jeequmsa uumuun ishee mirkanaa'eera. Kanaaf, manni amantaa iyyattuun ammaa jeequmsa uumte dhaabuun mana amantaa ijaarte diigdee akka kaastu jedheera. Manneen murtii oliyyannoo Naannoo Sidaamaa murtii kana cimsaniiru. ✅Dhaddachi Ijibbaataa MMWFs sagalee caalmaatiin (abbootii seeraa sadii) manni amantaa iyyattuun ammaa fageenya meetira 600 eegeera jettee hin falmine; kan isheen jette sagaleen akka hin baaneef kallattii jijjiiree waanan ijaareef jeequmsa hin uumne kan jedhudha. Kanaaf, fageenya eeggachuu qabdu kan hin eegganne ta'uun waan mirkanaa'eef murtii manneen murtii naannichaa cimsineerra jedheera. ✅Yaadni Addaa (abbootii seeraa lama) immoo Qajeelfamni Biiroo Misooma Magaalaafi Manneenii Naannichaatiin bahe hojiirra ooluu kan qabu falmii kenniinsaafi dhiyeessii iddootiin walqabatee qaama mootummaa dhiyeessuufi mana amantaa gaafatu irrattidha malee SHH kwt 1140fi 1149n walqabsiisuuf yaadamee miti. Qabiyyee manni amantaa waamamtuun to'attee jirtu irrattis jeequmsi uumame hin jiru. Sababuma meetira 93 irratti ijaarameef qofa jeequmsi uumameera jedhamuu hin qabu. Kaayyoon qajeelfamichaa bilisummaa amantaa namootaa irratti daangaa kaa'uu waan hin taaneef sababoota kanaan yaada addaa barreessineerra kan jedhudha. ❓Murtii kana akkamitti ilaaltu? ❓Namni dhuunfaa akkaataa pilaanii misooma qe'eetiin (Local Devt Plan) fageenyi eegamu dhabuu ibsee himannaa dhiyeessuuf dantaa ni qabaa? ❓Tumaa SHH kwt 1149 (kan waamamtuun caqaste) jijjiiruun kallattumaan tumaa qajeelfamichaa caqasuun manni fageenya osoo hin eeggatin ijaarame akka diigamu ajajuun ni danda'amaa?     Join:-@desberofMM        Desalegn B.
45
3
Qajeelfamni Akka Naaf Bahu Jechuun Qaama Baasuuf Aangoo Qabu Gaafachuun (Akka Mirgaatti) Ni Danda'amaa? ===✓✓✓=====✓✓✓✓✓=====✓✓✓✓ Qajeelfamni Akka Bahu Gaaffii Dhiyeessuu 1) Namni kamiyyuu qaamni bulchiinsaa tokko qajeelfama baasuu qabu yeroo itti baasuu qabu keessatti yoo baasu baate qajeelfamicha akka baasu barreeffamaaan gaafachuu ni danda’a. 2) Qaamni bulchiinsaa gaaffiin dhiyaateef guyyoota soddoma keessatti adeemsa qajeelfama baasuu jalqabuu yookin sababa ibsuun gaafficha kufaa taasisuu qaba.    (Labsii Adeemsa Bulchiinsaa Federaalaa, Lakk.1183/2012 kwt 6 ilaali) Hubachiisa: ✅Labsileefi Dambileen hedduun qabiyyee isaanii keessatti dhimmoonni tokko tokko raawwatamuuf qajeelfamni bahuu kan qabu ta'uu tumu. Haala tumaa armaan oliitiin qajeelfamni irratti naaf haa bahu jedhanii wal mudduun ni danda'ama jechuudha. ✅Sadarkaa Naannoo keenyaatti wixineen labsii walfakkaataa qophaa'ee osoo hin ragga'in kan jiru ta'uun ni beekama.     Join:-@desberofMM          Desalegn B.
62
4
Abbaa Seeraa Kamaal Ismaa'eliin haa deeggarru! 👉Abbaan seeraa kun pireezdantii MMA ta'uudhaanis Godina Arsii Lixaatti nama t+2
Abbaa Seeraa Kamaal Ismaa'eliin haa deeggarru! 👉Abbaan seeraa kun pireezdantii MMA ta'uudhaanis Godina Arsii Lixaatti nama tajaajilaa turedha. 👉Yeroo ammaa kanatti immoo dhibee Tiruu cimaa ta'een qabamee yaalamaa akka jirutu himamaa jira. 👉Lakk.herreegaa CBE 1000795181125 maqaa Jemal Husen, Ayele Abe and Genemo Babso jedhuun baname irratti haa deeggarru. Osoo namni lubbuun jiru wal gargaaruu haa aadeffannu!! Waan hanga humna keessanii deeggartaniif galatoomaa! 🙏🙏🙏
64
5
Qabiyyee Lafaa Maqaa Nama Biroon Galmaa’ee Jiru Irratti Namni Mallaqa/Baasii fi Humna Ofiitiin Ijaarsa Raawwate Mirga Akkamii Qaba? Burjaajjii Hubannoo Bal’aa Gama Kanaan Jiru; Ejjannoo Dh Ijb MMWF fi Mana Maree Federeshiinii Waliin  ==================================== Seerota Rogummaa Qaban Jedhamanii Ilaalamuun Hiikkoon Irratti Kennamaa turee fi Hiikkoo Kennamaa Tureefis Bu’ura Ta’an Heera Mootummaa Federaalaa kwt 40(1,2,3,7); SHH kwt 1178, 1179, 1195 fi 1196; Labsii Lafa Baadiyaa fi Labsii Liizii Lafa Magaalaa: Hiikkoo Dh Ijbt MMWF Glm Lkk 30101 ( Jld 6ffaa) fi Glm lkk 38638 (Jld 9ffaa); Hiikkoo Mana Maree Federeeshiinii Glm Lkk 75/11, Glm Lkk 105/15, Glm Lkk 106/15 fi Glm Lkk 150 ta’an irratti kennamanidha. ==================================== Yeroo hedduu Hariiroo diinagdee fi hawaasummaa keessatti namoonni walitti dhufeenya seeraa fi seeraan alas uumuun kan baratame yemmuu ta’u gaafa Waldiddaan uumamu garuu bu’aa akkamii hordofsiisa kan jedhu walxaxaa fi falmisiisaa waan ta’uuf hiikkoo seeraa sababii haqaa fi seeraan deeggarame cimaa barbaada. Kanumaan walqabatee namni lafa maqaa Nama biroon galmaa’ee jiru irratti eeyyama abbaa qabiyyeenis ta’ee ykn eeyyama malee sababa adda addaatiin mana ykn qabeenya dhaabbataa biroo eega horate booda falmiin abbaa qabiyyee yeroo irratti ka’u bal’inaan mul’ata. Yeroo akkasii falli seeraa kennamuu qabu maaliidha ykn seera kamtu akkamitti hiikamuu qaba kan jedhu irratti burjaajjiin bal’inaan kan jiru ta’uu caalaayyuu Dh Ijb MMWF birattis ta’ee Mana Maree Federeeshiiniitiin ejjannoon qabatamaa ture daddaaqaa fi sirritti ifa kan hintaane akka ture beekamaadha. Akka waliigalaatti xiinxalli tumaalee seerotaa fi murtiilee Dh Ijbta fi Mana Maree Federeeshiinii tokko tokkoon yeroo adda addaatti Ogeeyyii adda addaan taasifamuun karaa sab-qunnamtiiwwan hawaasummaa adda addaa qoodamaa kan ture waan ta’ee burjaajjii turee fi cuunfaa ejjannoo Dh Ijb MMWF, ejjannoo Mana Maree Federeeshii fi hiikkoo seeraa ammatti burjaajjii ture hambisuuf raawwatiinsa qabu qofa akka itti aanutti gabaabinaan dhiyeessuuf yaalamee jira. Qabxii ijoo olitti ibsame ilaalchisee namni qabiyyee lafaa nama biroon galmaa’ee jiru  irratti ijaarsa raawwate (mana ykn qabeenya dhaabbataa biroo) yeroo abbaa qabiyyeetiin falmiin irratti ka’e fala maalii qaba kan jedhu irratti burjaajjiin kan ture yoo ta’u innis gama tokkoon eeyyama abbaa qabiyyee malee kan ijaare yoo ta’e diiggatee kaafachuu akka qabuu fi eeyyamaan ykn mormii malee kan ijaare yoo ta’e laficharratti abbaa mirgaa akka ta’u SHH kwt 1178-1180 bu’ura gochuun ogeessonni hedduu akka falmanii fi Manneen Murtii sadarkaa adda addaatiis , Naannoo kaasee hanga Federaalaatti, haaluma kanaan murtii kennaa turuu isaanii qabatamni hojii jiru niagarsiisa. Gama biraan mirgi abbaa qabeenyummaa lafaa kan mootummaa fi ummataa ta’uun Heera Mootummaa kwt 40(3,4) jalatti tumamuu ibsuudhaan SHH kwt 1178-1180 raawwatiinsa kan hinqabne ta’uu ogeessonni falmanis ta’ee Manneen Murtii haala kanaan hiikkoo kennaa jiranis hedduudha.  Kana malees Lafa Magaalaa fi Baadiyaa adda addatti ilaaluun ijaarsi lafa Nama biroo irratti kan raawwatame Lafa magaalaa yoo ta’ee fi mormii malee kan ijaarame yoo ta’e namni qabeenyichi baasii/mallaqa ofiin mormii malee horate akkaataa SHH kwt 1179n mirga akka qabaatuu garuu Lafa Baadiyaa yoo ta’e raawwatiinsa kan hinqabnee fi diiggatee gad-dhiisuu akka qabutti hiikkoo kennamaa ture darbee darbee akka jirus qabatama jira irraa nihubatama. 
76
6
Bu'uura Seera Deemsa Falmii Yakkaafi Ragaa Haarayaatiin Dhimma Yakkaa Federaalaafi Dhimma Yakkaa Naannoo Agarsiistuu Akkamiitiin Adda Baafanna? Gochi Yakkaa Qoricha Sammuu Namaa Adoochu Oomishuu ykn Seeraan Ala Naannessuutiin Walqabatu hoo Aangoo Mana Murtii Federaalaamoo Naannooti? ^^^√√√√^^^^^√√√√√^^^^^^^^√√√√√√√ ✅Seerri Deemsa Falmii Yakkaafi Ragaa Haarayaan kwt 26 (1) mata duree 'የወንጀል የዳኝነት ሥልጣን ድልደላ' jedhu jalatti dhimmoota manneen murtii federaalaa aangoo waloo irratti qaban tarreesseera. Keewwatuma kana kwt xiqqaa (2) mata duree 'የክልል ፍርድ ቤቶች' jedhu jalatti immoo yakkoonni akkaataa raawwii isaaniitiin mootummaa naannoo irratti ykn daangaa bulchiinsaa naannoo tokkoo ol hin taane ilaalchisee raawwataman, fi dhimmoota manneen murtii federaalaatiif hin kennamne irratti manneen murtii naannolee aangoo abbaa seerummaa kan qaban ta'uu tumeera. ✅Seerri Adeemsaa kun bifuma qooddii aangoo mootummaa federaalaafi naannoo gidduutti taasifameen (akkuma Heerri kwt 51fi 52 jalatti qoode) walfakkaatuun (horizontally), aangoon abbaa seerummaa kan federaalaati jedhamee hin tarreeffamne kan Naannoo ta'uu haala agarsiisuun aangoo haftee (Residual Judicial Power) kan Naannoo taasiseera. ✅Seerichi kwt 25(4) jalatti immoo aangoon abbaa seerummaa seerota addaatiin addatti manneen murtiitiif kennaman akkuma jirutti ta'ee, aangoon abbaa seerummaa seera kana keessatti ibsame gabatee qaama seera kanaa ta'een qoodameera jedha. Ta'us, naannoleen haala qabatamaa isaanii irratti hundaa'uun aangoo abbaa seerummaa gabatee kanaan tarreeffamee qoodame gabatee ofiif baafataniin murteessuu kan danda'an akka ta'es ibseera. 🔛As irratti, dhimmi gabaticha keessatti ibsame akkuma seeraatti ilaalamee kan kabajamuu qabu ta'uu agarsiiseera. ✅Gama birootiin, Labsiin Manneen Murtii Federaalaa, Lakk.1234/2013 kwt 4(7) jalatti, dhimmi yakkoota qorichoota adagamoofi sammuu namaa adoochan seeraan ala naannessuun walqabatu, aangoo waloo manneen murtii federaalaa jalatti kan kufu ta'uu ifatti tumee ture. Haa ta'u malee, Seerri Deemsaa Falmii Yakkaa inni haarayaan, akka gabatee keessatti ibsuuf yaaletti, dhimmi qorichoota kana naannessuu akkuma haala isaatti dhimma federaalaa ykn dhimma naannoo akka ta'uu danda'u haala akeekuun tumeera. Haala kanaan, dhimma federaalaa yoo ta'e, Mana Murtii Sadarkaa Duraa Federaalaatiin, dhimma naannoo yoo ta'e immoo Mana Murtii Aanaa Naannootiin kan ilaalamuu danda'u akka ta'etti tumeera. Kunis, akkaataa raawwii yakkichaa ykn naannoo tokkoo ol waliin tuttuqaa qabaachuu irratti hundaa'ee kan ilaalamu ta'uu agarsiisa. Hubachiisa: 👉Manni Maree Bakka Bu'oota Uummataa (HPR), yaada ka'umsaa dhimma Yakkaa ilaalchisee, seera adeemsaa (Criminal Procedure) isaas ta'e dhimma aangoo abbaa seerummaa isaa murteessuuf aangoo dhuunfaan qaba jedhu irraa ka'ee seera adeemsaa kana kan baase ta'uu isaa qabiyyee seerichaa ilaaluun hubachuun ni danda'ama. 👉Seerri adeemsaa kun isa dhumaa jedhamee miidiyaa hawaasaa irratti raabsamuun ala gaazexaa irratti maxxanfamuu isaa ilaalchisee wanti mirkanaa'e hin jiru. ❓❓Isin akkamitti hubattan? Mee waliin haa bilcheessinu.    Join:-@desberofMM         Desalegn B.
116
7
🌱 𝐒𝐀𝐍𝐘𝐈𝐌𝐀 𝐅𝐀𝐂𝐀𝐀𝐒𝐓𝐄 𝐇𝐀𝐀𝐌𝐌𝐀𝐓𝐓𝗔𝐀!!!!! 🎍🎍🎍🎍🎍🎍🎍🎍🎍🎍 “Sanyiin gaariin ofiif; malummaanis abbaa isaatiif!”‼️ ✅️Jireenya keessatti yaadni ati yaaddu, jechi ati dubbatttu fi gochi ati hojjettu hundi sanyii ati facaastudha. Guyyaa tokko waan ati facaaste sana haamta. ✅️Namni nama biraa kufsuuf boolla qotu, yeroo baay’ee ofii isaa itti kufa. ✅️Nama irratti daba xaxuun yeroo muraasaaf milkaa’ina fakkaachuu danda’a; garuu dhuma irratti sodaa, shakkii, gaabbii fi salphina gara nama dabaa xaxetti deebisa. Faallaa kanaatiin, qajeelinni, dhugaan, gaarummaan fi namaaf yaaduun bu’uura jireenyaa cimaa ijaaru. Nama biraa gargaaruun nama biraa qofa hin fayyadu; sammuu fi qalbii nama gaarii hojjetus nagaa fi gammachuudhaan guuta. ✅️ Jireenyi akka daawwitiitti waan ati itti agarsiiftu gara keetti deebifti. ✅️Kanaaf: 🌿 Waan gaarii yaadi, Jecha gaarii dubbadhu, Namaaf gaarii hojjedhu, Daba irraa fagaadhu akkasumas Qajeelinaan jiraadhu. ✅️Sababni isaas, 🌿waan ati har’a facaastu, boru jireenya kee keessatti ni biqila; waan facaastu haamta!‼️ ✍️Nuradin Xaha wobaffanne
117
8
𝐒𝐀𝐍𝐘𝐈𝐌𝐀 𝐅𝐀𝐂𝐀𝐀𝐒𝐓𝐄 𝐇𝐀𝐀𝐌𝐌𝐀𝐓𝐓𝗔𝐀!!!!! 🎍🎍🎍🎍🎍🎍🎍🎍🎍
𝐒𝐀𝐍𝐘𝐈𝐌𝐀 𝐅𝐀𝐂𝐀𝐀𝐒𝐓𝐄 𝐇𝐀𝐀𝐌𝐌𝐀𝐓𝐓𝗔𝐀!!!!! 🎍🎍🎍🎍🎍🎍🎍🎍🎍
68
9
AMBO UNIVERSITY – ODEEFFANNOO BARATTOOTA HAARAA GARA YUUNIVERSITII KEENYAA DHUFUU BARBAADDANIIFI AKKASUMAS BARUU BARBAADDANIIF:- ✅️Barattoota qormaata seensaa darbanii Yuunivarsiitii filachaa jirtaniif, waa’ee Yuunivarsiitii Amboo odeeffannoo isin barbaachisuufi waa'ee Yuuniversitii Amboo gurra isin buusuuf👇 🏛️ 1. Ambo University eessati argama? Yuunivarsiitii Amboo magaalaa Ambo Godina Shawaa Lixaati (West Shewa) argama. 📍 Amboon, Finfinnee irraa gara Lixaaatti naannoo 114 km fagaatte argamti. 🌦️ 2. Haalli qilleensaa akkami? Amboo qilleensa jireenyaaf mijataa ta’e kan qabdu yoo ta'u • ♨️ qileensa isaa baayyee hin qorrus,hin ho'us (giddugalessadha) Kanaaf, barataa haaraa tokkoof halli qilleensaa Amboo baay’ee namaaf mijataa jechuun ni danda’ama. 🏫 3. Ambo University Campus meeqa qabaa? Amma Yuunivarsiitichi Campus 4 qaba: 1️⃣ Main Campus – Ambo 2️⃣ Hachalu Hundessa Campus – Ambo 3️⃣ Guder Mamo Mezemir Campus – Guder 4️⃣ Waliso Campus – Waliso 📚 4. Department/College fi Campus isaanii 🟢 A. MAIN CAMPUS – AMBO Main Campus keessatti dameewwan barnootaa garaagaraa ni argamu, keessumaa: 🔹 Natural & Computational Sciences - Biology - Chemistry - Mathematics - Physics - Statistics - Sport Science - kkf. 🔹 Social Sciences & Humanities - Afaan Oromoo fi Literature - English Language & Literature - Sociology - Social Work - Political Science & International Relations - Journalism & Communication - Linguistics - Civics & Ethical Studies 🔹 Education & Behavioral Sciences - Psychology - Educational Planning & Management - Adult Education & Community Development - Early Childhood - Special Needs & Inclusive Education - kkf. 🔹 School of Law - Law Yuunivarsiitichi Business & Economics, Medicine & Health Sciences fi dameewwan biroo illee qaba. 🔵 B. HACHALU HUNDESSA CAMPUS – AMBO Kun keessumaa Institute of teknolojioti. Department/Program ijoo: ⚙️ Civil Engineering ⚡ Electrical & Computer Engineering 💻 Computer Science 🖥️ Information Technology 🔧 Mechanical Engineering 🏗️ Construction Technology & Management 💧 Hydraulic & Water Resources Engineering 🏭 Industrial Engineering 🏙️ Urban & Regional Planning 🏛️ Architecture 📐 Cadastral Surveying & Geomatics 🌾 Agricultural Bio-Process Engineering kkf. Institute of Technology’n engineering, technology fi science irratti xiyyeeffata. 🟡 C. GUDER MAMO MEZEMIR CAMPUS – GUDER 📍 Guder magaalaa Amboo irraa gara 12 km irratti argamti. Campus kun keessumaa College of Agriculture & Veterinary Science tin beekkama. Department ijoo: 🌱 Plant Science 🐄 Animal Science 🌳 Natural Resource Management 🗺️ Land Administration & Surveying 🐾 Veterinary Science 🌲 Forestry 🌾 Agricultural Economics 🚜 Horticulture 💧 Water Resource & Irrigation Management 🤝 Rural Development & Agricultural Extension kkf. Olka’iinsa 1,850 m, ho’a waggaa giddugaleessaa 20.9°C fi rooba waggaa naannoo 1,000 mm qaba. D. WALISO CAMPUS – WALISO 📍 Waliso, magaalaa guddoo South West Shewa Zone ti. Campus kun dameewwan: 💼 Business & Economics ⚖️ Governance & Law ⚙️ Engineering & Technology 🏥 Health Sciences irratti barnoota kenna. 🏥 5. Medicine & Health Sciences hoo? Ambo University keessatti College of Medicine & Health Sciences jira. Dameewwan isaa keessaa: 🩺 Medicine 💊 Pharmacy 👩‍⚕️ Nursing 👉 Emergency and Care Nursing 👉 Psychiatry Nursing 👉 Pediatric 💉 Anesthesia 🤱 Midwifery 🔬 Medical Laboratory Sciences 🧑‍⚕️ Public Health fi kkf. 6. Maaliif Ambo University filachuu dandeessa? ✅ Magaalaa guddina qabu keessatti argama ✅ Qilleensa jireenyaaf mijataa qaba ✅ Dameewwan barnootaa hedduu qaba ✅ Engineering fi Technology irratti carraa gaarii qaba ✅ Agriculture & Veterinary Science irratti muuxannoo dheeraa qaba ✅ Medicine & Health Sciences qaba ✅ Library fi e-resource qaba ✅ Campus adda addaa qaba ✅ Barattoota Undergraduate fi Postgraduate hedduu simata.
74
10
የግድ ፍርድ ቤት ቀርበው መፅደቅ ያለባቸው ጉዳዮች:- #የጉዲፈቻ_ውል የኢትዮጵያ የቤተሰብ ሕግ ቁጥር 194 የጉዲፈቻ ውል በፍርድ ቤት ካልጸደቀ የሕግ ውጤት አያስከትልም። ምሳሌ፦ አቶ አበበ እና ወ/ሮ አልማዝ ልጅ ጉዲፈቻ ቢያደርጉም ፍርድ ቤት ካላጸደቀው ልጁ በሕግ ልጃቸው አይቆጠርም። #በጋብቻ_ውስጥ_የሚደረግ_የስጦታ _ውል፦ የፍትሐብሔር ሕግ ቁጥር 2447–2448 በባልና ሚስት መካከል የሚደረግ አንዳንድ የስጦታ ውል በፍርድ ቤት መጽደቅ ያስፈልገዋል። #በጋብቻ_ውስጥ_የግል_ንብረት_ስምምነት፦ የተሻሻለው የቤተሰብ ሕግ አንቀጽ 57–60 ባልና ሚስት ንብረትን በተመለከተ የሚያደርጉት ስምምነት በፍርድ ቤት መጽደቅ አለበት። ምሳሌ፦ ቤቱ የባል ብቻ ንብረት ነው ብለው ቢስማሙ ፍርድ ቤት ካላጸደቀው በሦስተኛ ወገን ላይ አይተገበርም። #የጋብቻ_ውልን_ማሻሻል፦ የቤተሰብ ሕግ አንቀጽ 61 የጋብቻ ውል ማሻሻያ በፍርድ ቤት ሳይጸድቅ ሕጋዊ ውጤት አያስከትልም። #ፍቺ፦ የተሻሻለው የቤተሰብ ሕግ አንቀጽ 76 እና ተከታዮቹ ባልና ሚስት በራሳቸው ስምምነት ብቻ ትዳርን ማፍረስ አይችሉም፤ የፍርድ ቤት ውሳኔ ያስፈልጋል። #የወራሽነት_ማረጋገጫ፦ የፍትሐብሔር ሕግ ከአንቀጽ 947 በኋላ ያሉ ድንጋጌዎች የፍትሐብሔር ሥነ-ሥርዓት ሕግ የውርስ ማረጋገጫን የሚመለከቱ ሂደቶች ወራሽነት በፍርድ ቤት ተረጋግጦ የወራሽነት ማስረጃ እስኪሰጥ ድረስ በሕግ አይረጋገጥም። #ውል_ማሻሻል፦ የፍትሐብሔር ሕግ ቁጥር 1675 እና ተከታዮቹ ሕጉ የፍርድ ቤት ፍቃድ እንዲያስፈልግ በግልጽ በደነገገባቸው ጉዳዮች ውስጥ ማሻሻያው ያለ ፍርድ ቤት ጸደቃ ውጤት አያስከትልም። #የግል_ወይም_የቤተሰብ_ስም_መቀየር የፍትሐብሔር ሕግ ቁጥር 32 እስከ 46 ሰዎችን የሚመለከቱ ድንጋጌዎች የፍትሐብሔር ሥነ-ሥርዓት ሕግ የፍርድ ቤት ማመልከቻ ሂደት የስም ለውጥ በፍርድ ቤት ከተፈቀደ በኋላ ብቻ በመንግስት መዝገቦች ይመዘገባል። #ውክልና፦ የፍትሐብሔር ሕግ ቁጥር 2199 እና ተከታዮቹ በመሠረቱ ውክልና የፍርድ ቤት ጸደቃ አያስፈልገውም። በአቃቢ ህግ የሚፀድቅ ሆኖ ሕጉ በልዩ ሁኔታ የፍርድ ቤት ፍቃድ ወይም ሹመት የሚጠይቅበት እንደ ሞግዚትነት ወይም አሳዳሪነት ካሉ ጉዳዮች ይለያል። #መክሰር፦ የንግድ ሕግ የመክሰር ድንጋጌዎች አንድ ነጋዴ መክሰሩ የሚታወጅው በፍርድ ቤት ውሳኔ ነው። #የመጥፋት_ውሳኔ፦ የፍትሐብሔር ሕግ ቁጥር 154 እሰከ 173 ሰዎችን የሚመለከቱ ድንጋጌዎች አንድ ሰው እንደጠፋ ወይም እንደሞተ በሕግ የሚታወቀው በፍርድ ቤት ውሳኔ ነው። #የልጅ_ሞግዚት_መሾም፦ የቤተሰብ ሕግ ከአንቀጽ 255 ጀምሮ ያሉ የሞግዚትነት ድንጋጌዎች ለሕፃን ሞግዚት የሚሾመው በፍርድ ቤት ብቻ ነው። ምሳሌ፦ የሕፃን ወላጆች ከሞቱ በኋላ አጎቱ ራሱን ሞግዚት ብሎ መቀጠል አይችልም፤ በፍርድ ቤት ሹመት ማግኘት አለበት:: via:- ethio legal service For more information:- Join us 👇👇👇👇👇👇👇👇 ABDURAZAK.H OFFICIAL ABDURAZAK.H OFFICIAL ABDURAZAK.H OFFICIAL
107
11
Hubannoo Waaraa Hawaasa maraaf MURTII DhIjMMWF PST 1 Guyyaa: Qaammee 2, 2018 Sa'atii 1:19 HAQABAAS Qoodiinsi qabeenya haadha warraafi abbaa warraa erga taasifamee booda, gaafii haaraa qoodiinsi qabeenyaa akka taasifamuuf dhiyaatuun wal qabatee Murtii (MMWFDHIJ) mana murtii waliigala federaalaa dhaddacha ijibbaataa muraasa 1)- Murtii hin maxxanfamne galmee Lakk.224960 ta’e irratti dhaddacha gaafa 01/02/2015 ooleen kenname-Haati warraa fi abbaan warraa qabeenyaa waliigaltee isaaniitiin qooddatanii mana murtiitti mirkaneessisan keessatti - “mana addeessaa yeroo seera qabeessa ta’u qooddanna” jechuun utuu hin qooddatiin hafan ilaalchisee himannaa haaraa dhiyeessuu kan danda’an ta’uu fi seerummaan haaraa dhiyaate kun faallaa SDFHH keewwata 216 kan hin taane ta’uu. 2).Murtii hin maxxanfamne galmee lakk. 251385 ta’e irratti dhaddacha gaafa 07/02/2017 ooleen kenname irratti -haati warraa fi abbaan warraa gaa’elli isaanii diigamee qabeenyaas waliin akka qooddatan murtaa’ee buleera. Qabeenyaa akka qooddatan murtaa’e keessaa tokko qarshii kondominiyeemiif qusachaa turanidha. Haa ta’uutii murtiin kun utuu hin raawwatamiin carraan kondomiiniyeemii bahee kondominiyeemiin kun garee tokko harka yoo seeneefi gareen biraa himannaa haaraa hundeessuun qabeenyaa waliinii waan ta’eef akka nuuf qoodamu jechuun himata yoo dhiyeesse- himannichi bu’uura SDFHH keewwata 5 tiin dhimma yeroo lama dhiyaatedha kan hin jedhamne ta’uu.Maallaqni duraan kan waliiniiti jedhamee murtaa’e gara qabeenyaa biraatti jijjiiramee mana ta’ee jiraa.Carraan mana kondominiyeemii sun bahuuf haal duree kan ture maallaqa qusannaa kan waliiniiti jedhame sana dha. Kanaaf dhimmi dura murtii argate,maallaqa qusannaa yoo ta’u, himannaan amma dhiyaate ammoo maallaqa qusannaa kan waliiniiti jedhame sanaan qabeenyaa argame sababa ta’eef ijoon falmii isaa gara garadhadhaa. 3).Murtii galmee lakk.105054(jildii 19ffaa) ta’e irratti kennameen - Haadha warraa fi abbaan warraa gaa’elli diigamee , qabeenyaa waliigaltee araaraa taasisaniin jaarsaan qooddatanii –waliigalteen araaraa kunis mana Murtiin mirkanaa’ee bulee booda – irra deebiin qoodiinsi nuuf yaa taasifamu jechuun kan hin danda’amnedha. 4). Dhimma galmee lakk.93779(jildii 15ffaa) irratti murtii argate- Wal fuutonni diigiinsa gaa’elaatiin wal qabatee dhimmi isaanii Mana Murtii idileetti dhiyaatee falmiin taasifamee murtiin dhumaa erga kennamee booda,dhimma wal fakkaataa irratti sirna amantii hordofuun falmiin Mana Murtii shari’aatti geggeessan fudhatama kan hin qabne ta’uu(SDFHH kewt 5(1) fi 2) 5)-Murtii galmee lakk. 196971(jildii 27ffaa) ta’e irratti kenname- Himataan qabeenyaa himachuu danda’u itti yaadee himannaa keessaa hir’isee yoo dhiyeesse- qabeenyaa hir’isee dhiyeesse sana ilaalchisee himannaa biraa dhiyeessuu kan hin dandeenye ta’uu. Tumaaleen SDFHH raawwatiinsa kan qabaatan dhimmoota adeemsaa Seera Maatii keessatti hin tumamne qofaa irrattidha. SDFHH keewwatni 216(3) fi (4) akkuma haala isaatti falmii qoodiinsa qabeenya haadha warraa fi abbaa warraa irratti raawwatiinsa ni qabaatu. Kaayyoon keenya Hawaasa olaantummaa seeraatti amanuu fi dhaloota Seeraaf sirnaan bulu horachuudha
87
12
Hojjattuun Mootummaa Ulfi ji'a jahaa (6) Irraa bahe, (Abortion) tokko Eeyyama Boqonnaa Guyyoota 60 argachuuf mirga akka qabdu beektuu? Seerri maal jedhaa? Dhimma kana Labsii Hojjattoota Mootummaa Naannoo Oromiyaa Labsii lakk 215/2011 Wajjin wal bira qabnee ilaalla. Akkaataa Labsii Hojjattoota Mootummaa Naannoo Oromiyaa keewwata 42(7) irraa hubachuu dandeenyutti; Hojjettuun mootummaa ulfa ji’a jahaa guutte kamiyyuu, eeyyama dahumsaa duraa osoo hin fudhatiin dursee ulfi yoo irraa bahe ragaa yaalaa kana mirkaneessu yoo dhiyeeffatte eeyyamni dahumsa boodaa guyyoonni 60 jaatamni ni kennamaaf jechuun seerichi tumee jira.
101
13
Share Moodeela_Dambii_bulmaataa_yuuniyeenii_itti_fayyadamtootaa.doc
108
14
+1
Guca Wabii Dorgomtoota Diploomaafi Sertifikeetii (1) (1).docx
136
15
SEERA KAAMPAANII KEESSATTI "MAALLAQA HAADHOO" (CAPITAL) JECHUUN MAAL JECHUUDHAA? JECHICHI OGEEYYII HERREGAA YKN DINAGDEE BIRATTI HOO AKKAMITTI HUBATAMAA? MAALLAQNI KUN WABUMMAA GAAFATTOOTA MAALLAQAATIIF QOFA OOLAMOO ITTIIN HOJJECHUUN NI DANDA'AMA? ••••√√√√√•••••••••√√√√√√••••••••••√√√√ የዋና ገንዘብ (ካፒታል) ምንነት ✅በአክሲዮን ኩባንያ ውስጥ ዋና ገንዘብ (Capital) እና አክሲዮን ተነጣጥለው የማይታዩ ፅንሰ ሐሳቦች ናቸው:: ምክንየቱም ከሕግ አንፃር ዋና ገንዘቡ አክሲዮን በመሸጥ የሚገኝ ነውና:: በንግድ ሕግ ቁጥር 80 ላይ ያለው የዋና ገንዘብ ትርጓሜ ይህንኑ በዋና ገንዘብ እና በአክሲዮን መካከል ያለውን ግንኙነት የሚያሳይ ነው:: በዚህ ድንጋጌ አተረጓጎም ዋና ገንዘብ ማለት 'ከባለቤቱ ወይም ከማህበርተኞቹ በየድርሻቸው በገንዘብ ወይም በዓይነት ለጥቅም ማስገኛ የንግድ ቤቱ የተሰጠው መሠረታዊ ሀብቱ ነው:: ስለዚህ በአክሲዮን ኩባንያ ውስጥ ከባለአክሲዮናቹ የሚሰበሰበው ገንዘብ ነው ዋና ገንዘብ ወይም ካፒታል ሊባል የሚችለው፡፡ ✅ከላይ በቁጥር 80 የተሰጠው የካፒታል ትርጓሜ በሂሳብ አያያዝ ወይም በምጣኔ ሀብት ሞያ ካለው የካፒታል ፅንሰ ሐሳብ የተለየ ነው:: በኋለኞቹ ሙያዎች ካፒታል ማለት ነጋዴው ከኪሱ ያወጣው ገንዘብ ወይም በዓይነት ንግዱን ሲጀምር ያወጣው መዋጮ ብቻ ሳይሆን በብድርም የተገኘውን ለስራ መነሻ የሆነውን ሀብት በሙሉ የሚጨምር ነው፡፡ በኩባንያ ሕግ ግን ዋና ገንዘብ ከኩባንያው አባላት የተውጣጣው ሀብት ድምር ውጤት ብቻ ነው:: ✅ከዚህ ጋር ተያይዞ የሚነሳው በባለአክሲሆኖች እና ባለገንዘቦች መካከል ያለው የጥቅም ግጭት ነው:: ይህም የጥቅም ግጭት በአንድ በኩል በባለአክሲሆኖች በኩል ያለው የኩባንያቸው ዋና ገንዘብ በስራ ላይ ውሎ የተገኘው ትርፍ ከተቻለ ሙሉ በሙሉ ለእነርሱ እንዲከፈል ካላቸው ፍላጎት እና በሌላ በኩል ደግሞ የኩባንያ ባለገንዘቦች ካላቸው የኩባንየው ሀብት ተጠብቆ እነዲቆይ አሊያም ትርፍ ከተገኘ ዕዳው በቅድምያ መከፈል አለበት ከሚል እሳቤ ነው::የኩባንያ ሕግ ይህን ግጭት እንኳን ባይሆን መቀነስ እና ሚዛናዊ በሆነ መንገድ የማስተናገድ ዓላማ ነው ያለው::         (Kitaaba Fiqaaduu Peexiroos mata duree "የኢትዮጺያ የኩባንያ ሕግ" jedhuun bara 2008 marsaa 2ffaaf maxxansiise keessaa kan fudhatame) Hubachiisa: 👉Maallaqni haadhoon wabummaa maallaqa gaafattootaatiif qofa kuufamee kan taa'u miti. 👉Ogeeyyiin herregaafi dingadee bifa seerri kaampaanii jechichatti hiikkoo kenneen hin hubatan.80      Join:@desberofMM         Desalegn B.
127
16
Leenjii Duudhaalee Aadaa, Safuu fi Naamusa  Tajaajiltummaa Cimsu jedhu Hayyuu Aadaa fi Afoola Oromoo, Barsiisaa fi Qorataa Aadaa Yuunivarsiitii Naannoo Oromiyaa, Obbo Leeniin Quuxoo tiin gaafa Hagayya 30/2018 Inistiitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa (ILQSO)tti leenjifamtoota leenjii hojiin duraa marsaa 19ffaaf kennameedha. Ppt by Obbo Leeniin Quuxoo @Ardaaseeraa
102
17
+8
Dambii Kenna Tajaajilaa 261.2018 (1).pdf
231
18
+5
No text...
109
19
#Galii_Gibira_Galii_Irraa_Bilisa_Ta’e ↪1) Galiiwwan armaan gadii gibira galii irraa bilisa ta'u ✅(a)Jiraataan naannichaa hunduu galii argatu irraa gibira galii akka kafalu beekamaadha haa ta'uu maleegaliiwwan armaan gadii qaxaramadhaaf kaffalaman gibira galii irraa bilisa ta’u: ✔(i) Maallaqa hojjechiisaan hojjetaan isaa yoo dhukkubsatu tajaajila fayyaa hojjetichaatiif kaffale: ✔(ii) Akkaataa waliigaltee hojiitiin durgoo geejjibaa hojjetaadhaaf kaffalamu; ✔(iii) Sababa rakkisummaa iddoo yookiin haala hojiitiin durgoo hojjetaadhaaf kaffalamu; ✔(iv) Hojjetichi hojii idilee isaatiin ala hojicha hojjechuuf yeroo socho’utti durgoo geejjibaa fi durgoo oolmaaf kaffalamuuf; ✔(v) Kaffaltiin geejjibaa bu’uura waliigaltee qaxarriitiin kan kaffalame yoo ta’e, hojjetaa iddoo hojii isaatiin alatti akka hojjetuuf filatamee qaxarameef baasiin geejjibaa yeroo hojii galu yookiin hojii isaa xumuree deebi’u kaffalamuuf akkasumas baasii geejjibaa hojjettoonni biyya alaa biyya isaaniitii yoo dhufanii fi gara biyya isaaniitti yoo deebi’an kaffalamu; ✔(vi) Nyaataa fi dhugaatii hojjechiisaan hojii albuuda baasuu,oomishaa fi daldala qonnaa irratti bobba’e tolaan hojjetaa isaatiif dhiyeessu; ✔(vii) Mootummaan Naannichaa hojjettoota biyya alaatti erguuf durgoo kaffalu. ✅(b) Miseensa boordii yookiin barreessaa dhaabbata misoomaa mootummaa yookiin waajjiraalee mootummaa akkasumas garee qo’attootaa Bulchiinsi Mootummaa Naannichaa yookiin Bulchiinsi magaalaa dhaabu keessatti miseensa yookiin barreessaa ta’uun durgoo kaffalamu; ✅(c) Faayidaa hojjetaatiif jecha miindaa ji’aa qaxaramichaa irraa %15 hanga hin caalleen ji’aan buusii sooromaa yookiin proovidant fandii qaxaraadhaan buufamu; ✅(d) Labsii Sooromaa Hojjettoota Mootummaa fi Labsii Sooroma Hojjettoota Dhaabbata Dhuunfaatiin galii sooromaa gibira irraa bilisa taasifame; ✅(e) Galii Naannichii fi bulchiinsi magaalotaa hojii idilee isaaniitiin wal qabsiisuun argatan; ✅(f) Bu’uura waliigaltee idil-addunyaatiin hanga galii gibira irraa bilisa taasifame; ✅(g) Bu’uura waliigatee mootummaa Federaalaa Dimokiraatawaa Rippaabiliika Itiyoophiyaa gibira irraa bilisa taasisuun akkuma jirutti ta’ee, bu’uura waliigaltee mootummaan naannichaa galiin kamiyyuu gibira irraa bilisa kan ta’u haalawwan armaan gadii guutamanii yoo argamaniidha: 👉🏻(i) Waliigaltichi kan taasifame mootummaaf gargaarsa maallaqaa, teeknikaa, namoomaa yookiin gargaarsa bulchiinsaa dhiyeessuuf yoo ta’e; 👉🏻(ii) Keewwata gibira irraa bilisa taasisuu danda’u ilaalchisee Abbaan Taayitichaa waliigaluu isaa barreeffamaan yoo ibsu. ✅(h) Damee hojii kamiinuu raawwii hojii ol’aanaadhaaf yookiin bu’uura Labsii Bulchiinsa Taaksii keewwata 135 tiin badhaasa kennamu; ✅(i) Nama miidhaan irra ga’eef yookiin sababa du’a nama biraaf beenyaa kaffalamu; ✅(j) Labsii kana keewwata 55 jalatti kan tumame akkuma eegametti ta’ee, kennichi galii qaxaramuu, kiraa yookiin hojii daldalaa yoo ta’e malee maallaqa callaa yookiin qabeenya kennaadhaan yookiin dhaalaan argamu; ✅(k) Dhaabbata barnootaa keessatti barumsa tolaan hordofuuf kaffaltii raawwatamu; ✅(l) Kaffaltiiwwan qallabaaf yookiin deeggarsa daa’immaniif kennaman; ✅(m) Galii hojii daldalaa kaayyoo dhaabbatichi dhaabbate waliin wal hin qabanne osoo hin dabalatin galii dhaabbatni bu’aaf hin dhaabbatne argatu; ✅(n) Maallaqni yeroo lakkaa’amu hir’ina qaqqabu bakka buusuuf hanga ta’u qofa qaxaraan qaxaramaa isaatiif kan kaffaluu fi kaayyoo kanaaf ooluun isaa kan mirkanaa’e kaffaltii maallaqa callaa bakka buusuuf oole; ✅(o) Bu’uura seera Naannichaa ragga’ee ittiin hojjetamaa jiruutiin haala addaatiin galii gibira irraa bilisa taasifame. ✅p) Hojjettoota mana jireenyaatii hojjetaniif miindaa kaffalamu; ✅(q) Kontraaktarri hojii boba’aa irratti bobba’e kontraaktaroota xiqqaatiif kaffaltii kaffallu. ↪2) Keewwata kana keewwata xiqqaa a – q kan tumame akkuma eegametti ta’ee, sababa diinagdee, bulchiinsaa yookiin hawaasummaatiif galii tokko haala gibira galii irraa bilisa itti ta’u ilaalchisee Manni Maree Bulchiinsaa Mootummaa Naannichaa Dambii baasuu ni danda’a.
140
20
+1
No text...
137