en
Feedback
Oromian Students

Oromian Students

Open in Telegram

■Channel kanarraa:- ✓Reference book ✓Text book ✓Teacher guide ✓ Work sheet ✓Entrance Exam ✓Odeeffannoo waa'ee barnootaa ni argattu! Buy ads: https://telega.io/c/Oromian_Students

Show more
7 066
Subscribers
No data24 hours
-277 days
-12530 days
Posts Archive
Qormaatni Madaallii Gahumsa Ogummaa Barsiisotaafi Hoggansa Manneen Barnootaa Guyyaan Beekame. --------- BBO- Guraandhala 21/2018 Biiroon Barnootaa Oromiyaa barsiisotaafi hoggansa manneen barnootaa naannichaa yeroo yeroon qormaata madaallii gahumsa ogummaa barsiisotaafi hoggansa manneen barnootaa mirkaneessu kennuun Heyyama Gahumsa Ogummaa kennaa turuun ni beekama. Haaluma kanaan bara 2018 keessa qormaata marsaa bara kanaaf kennamu fudhachuuf fedhiin 'online'n galmaa'an:- #Barsiisotniifi_hoggansi manneen barnootaa Sad.1ffaa (kutaa 1-6) barsiisan - 11,572 #Barsiisotniifi_HMB_Sad_Giddu_Galeessaa (kutaa 7-8) barsiisan - 7,244 fi #Barsiisotniifi_HMB_Sad_2ffaa (kutaa 9-12) barsiisan - 5,776 , #Walumaa_galatti naannoo keenyatti fedhiisaanitiin galmaa'un #guyyaa_qormaataa_madaallii_ogummaa_eeggachaa_jiran 24 592 ta'uun beekameera. Qormaatni Madaallii Gahumsa Ogummaa Barsiisotaafi hoggansa manneen barnootaa Bara 2018 Kennamu #Akka_Biyyaatti_Guyyaafi_Sa'aatii #Walfakkaatu_Keessatti_Kan_Kennamu Ta'uu Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa Ergaa Dabarseera. Kanaafuu, #Guyyaa_Qormaataa :- Bitootessa 28/2018, #Sa'aatiin Qormaataa :- Ganama Sa'aatii 3:00 - 5;00 tti kennama. #Haala_Qormaataa :- 'Online' kompitaraan #Qophii_Qormaataa:- Barsiisaan hunduu Sadarkaa Sadarkaa Barsiisaa Jirutti Gosa barnootaa barsiisaa Jiru keessaa qophaa'a. #Iddoo_Qormaataa:- Waajjirri Barnootaa Godinaalee, Magaalotaa, Kutaa Magaalotaafi Aanaaleen ogeessota ICT isaanii waliin ta'uun dursanii kan isin beeksisan ta'uu kallattiin

Breaking :- Filannoo Biyyaalessaa fi Barattoota Yuunivarsiitii Ministeerri Barnootaa xalayaa dhaabbilee barnoota olaanootiif ergeen waa'ee jiraachuu Barnootaa yeroo filannoo biyyaalessaa kana jedheera. Caamsaa 24 bara 2018 kan gaggeeffamu Filannoo Biyyaalessaa irratti barattoonni filachuu akka danda'aaniif barnoonni kennamu filannoo dura akka xumuramu fi barattoonni gara maatii isaaniitti akka deeman hojimaanni yaadamee ture kenniinsa qulqullina barnootaa akkasumas qophii barattootaa qormaataaf akkasumas Bu'a qabeessummaa irratti sababa dhiibbaa inni qabuutiin rakkisaa ta'ee waan argameef, barattoonni deemanii filatanii deebi'uuf guyyoonni isaan barbaachisan qofti yaadamee akka isaaniif eeyyamamu fi filatanii akkuma deebi'aniin barnoota isaanii akka itti fufan Ministeerri Barnootaa fi Boordiin Filannoo Biyyaalessaa waliin dubbachuun walii galtee irra gahaaniiru. Kana waan ta'eefis guyyoota isaaniif eeyyamame keessatti deemanii filatanii deebi'uu akka danda'aaniif eeyyamni akka isaaniif kennamu hubachiisaa, kanaafis akka gargaaru Boordii Filannoo irraa bu'uura kallattii kennamuutiin galmeen filannoo barattootaa fi dhimmoonni wal fakkaatoo kanneen biroo mijeessuun Boordichaaf deeggarsa akka taasistan. #MoE

photo content

📢 Advertising in this channel You can place an ad via Telega․io. It takes just a few minutes. Formats and current rates: Vie
📢 Advertising in this channel You can place an ad via Telega․io. It takes just a few minutes. Formats and current rates: View details

photo content
+1

Xumura ji’a kanaatti qormaanni bahumsaa kan kennamu yoo ta’u, barattoota yeroo jalqabaatiif qormaata kana fudhatan akka qormaata sana fudhachuuf Waraqaa Eenyummaa Biyyaalessaa (National ID) fayyadamuun mirkaneessa eenyummaa (Identity Verification) akka raawwatan dhaabbileen barnoota olaanaa yaadachiisaa jiru. Dhaabbileen kunneen akka ibsanitti, barattoonni/namoonni qormaataaf dhiyaatan hedduun hanga ammaatti mirkaneessa eenyummaa isaanii hin raawwanne. Guyyoota hafan keessatti galmaa’aa/mirkaneessa gochuu hin dagatinaa! 👉 Liinkii armaan gadii fayyadamuun mirkaneessaa: https://verify.ethernet.edu.et/

Qaxarrii Barsisotaa (1).pdf7.98 KB

Walaloo jaalalaa babareduu argachuu yoo barbaadan #Join godha

Namoonni channel babbareedoo armaan gadii kanatti dabalamuu barbaaddan button asii gadii kana tuquun #Join godhaa

#Yuunivarsiitii_Arsii Mashiniin *MRI* yeroo dheeraaf eegamaa ture Hoospitaala Asallaa dhaqqabee jira. Mashiniin MRI gaaffii hawaasaa yeroo dheera ture Amajjii guyyaa 03, 2018 Hoospitaala Asallaa gahee jiraachuu Yuunivarsiitii Arsii fuula miidiyaa hawaasaa isaa irratti beeysise. Hoospitaalli barnootaa fi riifaraalaa Asallaa maashaa Ammayyaa'aa MRI kanatti dhimma bahuudhaan tajaajila yaalaa qulqulluu fi saffisaa ta'e hawaasaaf kennuuf akka gargaaru himame. Dhuma irratti gaaffii hawaasaa yeroo dheeraa ture bu'aa bayii hedduu keessa darbee deebi quubsaa ta'e argatee meeshichi qabatamaan Hoospitaala Asallaa akka qaqqabuuf hoggansa Yuunivarsiitii Arsii dabalatee qooda fudhattoota gahee taphatan hundaaf hoggansi Yuunivarsiitichaa maqaa hawaasa Yuunivarsiitii Arsii hundaan galata guddaa isinii dhiyeessa jedhe Yuunivarsiitichi. Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf 📌Join and share 👇👇👇              ✳️@Oromian_Student🎯              ✳️@Oromian_Student🎯 #Join Godhaa

Repost from Exam cafe ☕️
+3
👀 Entrance ላይ English አሪፍ ማምጣት ከፈለጋችሁ ይሄን በደንብ አጥኑ እና ስሩት 😋😇 📌Join and share 👇👇👇              ✳️  @Ethio600   🎯              ✳️  @Ethio600   🎯

Solar Exam Book EUEE 2002-2006.pdf333.17 MB

Galaxy Chemistry Grade 11.pdf37.56 MB

+2
Physics.pdf1.17 MB

Aptitude.pdf2.61 KB

Animals Offsprings by Negeri G..pdf2.04 KB

Blood relationship by Negeri G.pdf1.25 KB

Essential_Grammar_in_Use_Supplementary_Exercises_Hashemi,_Murphy.PDF4.30 MB

APTITUDE HANDOUT FOR GRADE 12_082046.docx0.83 KB

Aptitude Mathematics part Worksheet With its Solution.pdf6.55 KB