Oromian Students
■Channel kanarraa:- ✓Reference book ✓Text book ✓Teacher guide ✓ Work sheet ✓Entrance Exam ✓Odeeffannoo waa'ee barnootaa ni argattu! Buy ads: https://telega.io/c/Oromian_Students
إظهار المزيد7 068
المشتركون
+224 ساعات
-17 أيام
-130 أيام
- المشتركون
- التغطية البريدية
- ER - نسبة المشاركة
جاري تحميل البيانات...
معدل نمو المشترك
جاري تحميل البيانات...
Manneen barumsaa qormaata xumura kutaa 12ffaa kan bara 2016 toora interneetiin qoran ifoomeera.
Qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2016 bifa waraqaa fi toora interneetiin akka kennamu ni beekama. Bu’uura kanaan barattoonni qormaata kana karaa interneetii fudhatan magaalota filatamoo kanneeniin qofatti kan fudhatan ta'a.
Haaluma kanaan, qoramtoonni qormaaticha fudhachuun dura shaakala gahaa gochuun barbaachisaa waan ta'eef, guyyaa har'a Sanbata Caamsaa 10/2016 irraa eegalee naannoolee argamanitti waan ramadaniif shaakaluu ni danda'u jechuun ibsameera.
Qoramtoonni Maqaa Fayyadamaa(username) fi 'Password' manneen barnootaa isaanii irra fudhachuu ni danda'u.
Haaluma kanaan akkuma gara toora shaakala seenaniin jecha icciitii (Passwordii) dhuunfaa isaanii kan hin dagatamnee kan jijjiiran ta'uu ibsameera.
@tikvahethafaanoromoo @tikvahorobot
❤ 10👍 7
#KUTAA_12FFAA
Sagantaa guyyaa qormaata kutaa 12ffaa Kan bara 2016 fudhatan:-
➭ Qoramtoonni saayinsii hawaasaa
Roobii (03/11/2016)
Ganama :- Afaan Ingiliffaa
Guyyaa :- Herregaa
Kamisa:- (04/11/2016)
Ganama :- Aptituudii
Guyyaa :- Ji'oograafii
Jimaata:- (05/11/2016)
Ganama :- History
Guyyaa :- Economics
➭ Qoramtoonni saayinsii uumamaa Adoolessa 9-11/2016 fudhatu.
Kibxata:- (09/11/2016)
Ganama :- Afaan Ingiliffaa
Guyyaa :- Maths
Roobii (10/11/2016)
Ganama :- Aptituudii
Guyyaa :- Physics
Kamisa:- (11/11/2016)
Ganama :- Chemistry
Guyyaa :- Biology
➭Qoramaanni Bara 2016 magaalota filatamoo ta'an keessatti barattoonni filataman toora interneetii kan fudhatan yoo ta'u, barattoonni kan hafan Yunivarsitiiwwan keessatti waraqaan ni fudhatu jedhameera.
➭ Magaalota filatamoo 25 qormaanni kutaa 12ffaa toora interneetiin itti kennamu fuulduratti ifa ni ta'a.
Share Gochuu Hin Dagatinaa!!
@tikvahethafaanoromoo
👍 15❤ 1
Photo unavailableShow in Telegram
☦Hordooftoota amantaa Kiristaanaa maraan baga guyyaa yaadannoo Ayyaana du’aa ka’uu gooftaa keenya Iyyasuus Kiristoosiin isin ga'e☦
😍Ayyaana Gaarii😍
🥰 15👍 4❤ 2🤩 1
00:31
Video unavailableShow in Telegram
Who's here?
We've asked for a free link to a paid channel, for our subs.
x2-x3 Signals here
👉 CLICK HERE TO JOIN 👈
👉 CLICK HERE TO JOIN 👈
👉 CLICK HERE TO JOIN 👈
❗️JOIN FAST! FIRST 1000 SUBS WILL BE ACCEPTED
👍 6
Guyyaan Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa ifoomeera.
Guyyaan qormaata kutaa 12ffaa bara barnootaa 2016 barattoota saayinsii Hawaasaaf Adoolessa 3 hanga Adoolessa 5tti, barattoota saayinsii uumamaaf Adoolessa 9 hanga Adoolessa 11/2016 yoo ta'u, qormaatichi toora interneetii fi waraqaan yuunivarsitiiwwan keessatti ni kennama.
Qorattoonni saayinsii hawaasummaa waraqaan fudhatan Waxabajjii 30 hanga Adoolessa 01, 2016tti, saayinsii uumamaa ammoo Adoolessa 6 Adoolessa 7, 2016tti gara yuniversitii ni seenu jedhameera.
@tikvahethafaanoromoo
👍 15
Photo unavailableShow in Telegram
"Qormaanni biyyooleessaa kutaa 12ffaa magaalota filataman keessatti toora interneetidhaan ni kennama" - Prof. Birhaanu Nagga
Qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2016 magaalota filatamoo keessatti toora interneetii irratti akka kennamu Ministeerri Barnootaa beeksise.
Ministirri Barnootaa Prof. Birhaanuu Naggaa, "Qormaanni kun guutummaan guutuutti toora interneetii irratti kennamuu kan hin dandeenye ta'us magaalota naannolee filataman keessatti akka kennamuuf hojjetamaa jira" jedhan.
Barattoonni naannolee hunda keessatti filataman qormaata isaanii toora interneetii irratti akka fudhatan beeksifameera.
Kanneen hafan qormaata isaanii haala idileetiin akka Fudhatan ibsaniiru.
Daarektarri Madaallii Barnootaa fi Qormaata Doktar Ishetuu Kabbadaa akka jedhanitti; Qormaata kana toora interneetii irratti gaggeessuuf hojiin qophaa'inaa hojjetamaa aka jirus himaniiru.
Barattoonni qormaata yaaliitiin akka shaakalan ni taasifamuu jedhaniiru.
➡️JOIN AND ➡️SHARE
╔════════════╗
⏩JOIN: @Oromian_students
⏩JOIN: @Oromian_students
╚════════════╝ ⇲
👍 12❤ 3
Qormaanni barattoota sagantaa sirreeffamaa bara 2016 jalqaba ji'a Waxabajjii keessa kennama. - Ministeera Barnootaa
Qormaanni barattoota sirreeffamaa jalqaba ji'a Waxabajjii keessa guyyoota 15f Yuunivarsiitii mootummaa qofa keessatti akka kennamu Ministeerri Barnootaa beeksiseera.
Rakkoo bara darbe mudate irra aanuuf qormaanni sirreeffamaa yunivarsiitiiwwan mootummaa qofa keessatti kennamuuf akka jiru himameera.
Akkasumas qormaata kana keessaatti dhibbeentaan 70 jalqaba baatii Waxabajjii keessa guyyoota 15 f karaa toora interneetii fi waraqaatiin too'annaa cimaa waliin akka qophaa’u ibsameera.
Bara kana barattoonni kuma 78 ol ta'an yuunivarsiitii mootummaa keessatti barnoota sirreeffamaa fudhachaa akka jiran ibsameera.
Barumsi sirreeffamaa Muddee irraa eegalee hanga dhuma baatii Waxabajjii 2016tti kennamaa kan jiru yoo ta’u, bu’aan isaanii %30 adeemsa barnoota yunivarsiitiiwwanii irratti hundaa’ee fi %70 ammoo qormaata giddugalichi qopheesse irratti hundaa’uun akka ta’e ibsaniiru.
📢JOIN AND 🔗SHARE
╔════════════╗
📚JOIN: @Oro_library_bot
📚JOIN: @Oromian_students
╚════════════╝ ⇲
👍 8❤ 3
Do you enjoy reading this channel?
Perhaps you have thought about placing ads on it?
To do this, follow three simple steps:
1) Sign up: https://telega.io/c/Oromian_Students
2) Top up the balance in a convenient way
3) Create an advertising post
If the topic of your post fits our channel, we will publish it with pleasure.
Advertising in the Telegram channel «Oromian Students» from 3.60 - Telega.io
Advertising in the telegram channel Oromian Students with a guarantee of placement! Telegram channel «@Oromian_Students». Category: Education. Subscribers: 7102. Cost of advertising publication: $3.60.
👍 4
Photo unavailableShow in Telegram
Eid Mubarak☪
Hordoftoota amantaa Musliimaa martuu baga ayyaana Iid Al-fixrii 1445ffaa geessan.
📢 | ■ @Oro_Tech_Tipz
👍 9🥰 1