en
Feedback
Dave Abdiwaaq

Dave Abdiwaaq

Open in Telegram
779
Subscribers
+124 hours
No data7 days
+830 days

Data loading in progress...

Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
December '24
December '24
+9
in 0 channels
November '24
+29
in 0 channels
Get PRO
October '24
+22
in 0 channels
Get PRO
September '24
+20
in 0 channels
Get PRO
August '24
+14
in 0 channels
Get PRO
July '24
+13
in 0 channels
Get PRO
June '24
+9
in 0 channels
Get PRO
May '24
+13
in 0 channels
Get PRO
April '24
+205
in 0 channels
Get PRO
March '24
+151
in 0 channels
Get PRO
February '24
+34
in 0 channels
Get PRO
January '24
+23
in 0 channels
Get PRO
December '23
+546
in 1 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
20 December0
19 December0
18 December0
17 December0
16 December0
15 December0
14 December0
13 December+1
12 December+1
11 December0
10 December+2
09 December0
08 December0
07 December0
06 December0
05 December+1
04 December+2
03 December0
02 December+1
01 December+1
Channel Posts
2
https://youtu.be/ItsAnbIDKTQ?si=TZdYpj0eeudjY2mQ
374
3
https://youtu.be/HupuThICUfI?si=mrgdT-Or_e_5SyXW
329
4
https://www.facebook.com/share/p/6tJouCZyXmfZ7TXe/?mibextid=qi2Omg
320
5
https://www.facebook.com/share/p/QcRxRHEo8xsLQmB2/?mibextid=xfxF2i
319
6
Gareen waggaa 27 guutuu qabeenya biyyattii saamaa ba'e,mirga dhala namaa sarbaa fi ummata biyyattii ajjeesaa ba'ee aangoo irr
Gareen waggaa 27 guutuu qabeenya biyyattii saamaa ba'e,mirga dhala namaa sarbaa fi ummata biyyattii ajjeesaa ba'ee aangoo irraa qabsoo Qeerroo Bilisummaa Oromootiin gara Maqaleetti maadheffate; waggaa tokko dura ummata nan qabsa'aaf jadhu miiliyoonaan kan ficcisiise,kora 14ffaa dhaaba TPLF godhachaa turee har'a xumurate irratti aangoo irraa wal finqilaachiseera. TPLF qoqqooddii keessoo isaanitti uumameen,garee lamatti wal baasee ture (Garee Dr.Dabratsiyoon fi Geetaachoo Raddaa) ifatti bakka lamatti cabeera. Gareen dura taa'ummaa TPLF qabu Dr.Dabratsiyooniin irra deebiin dura ta'aa godhee yeroo filatu.Geetaachoo Raddaa immoo itti aanaa dura taa'ummaarraa kaaseera. Gareen Geetaachoo Raddaa Mootummaa bulchiinsa yeroo Tigraay of harkaa qabus,hayyoota Tigraay egeree Tigraay irratti qoratan walitti qabuun walga'ii gaggeeffataa jira.walga'ii kana irrattis Garee Dr.Dabratsiyoon kora godhachaa jiruf beekamtii dhorkateera‼ Tarii kan bulchiinsa of harkaa qabu humnaan,kan TPLF'n hogganaa jiru Fonqolcha taasisuu malu.
323
7
https://www.facebook.com/share/p/FQq898JxRd1BaSpc/?mibextid=xfxF2i
253
8
https://www.facebook.com/share/v/6JTTaUBTTFrFVi1u/?mibextid=xfxF2i
286
9
JWBOWII is inviting you to a scheduled Zoom meeting. Topic: Walgahii Addaa Time: Aug 18, 2024 09:00 AM Eastern Time (US and Canada) Join Zoom Meeting https://us06web.zoom.us/j/85933715083?pwd=yNbzs5GmS0Gl5yU0nCiUdYLkL5h3Vv.1 Meeting ID: 859 3371 5083 Passcode: 296812 --- One tap mobile +14388097799,,85933715083#,,,,*296812# Canada +15873281099,,85933715083#,,,,*296812# Canada --- Dial by your location • +1 438 809 7799 Canada • +1 587 328 1099 Canada • +1 647 374 4685 Canada • +1 647 558 0588 Canada • +1 778 907 2071 Canada • +1 780 666 0144 Canada • +1 204 272 7920 Canada • +1 346 248 7799 US (Houston) • +1 360 209 5623 US • +1 386 347 5053 US • +1 507 473 4847 US • +1 564 217 2000 US • +1 646 558 8656 US (New York) • +1 646 931 3860 US • +1 669 444 9171 US • +1 689 278 1000 US • +1 719 359 4580 US • +1 720 707 2699 US (Denver) • +1 253 205 0468 US • +1 253 215 8782 US (Tacoma) • +1 301 715 8592 US (Washington DC) • +1 305 224 1968 US • +1 309 205 3325 US • +1 312 626 6799 US (Chicago) Meeting ID: 859 3371 5083 Passcode: 296812 Find your local number: https://us06web.zoom.us/u/kbEPwVKPaD
1
10
https://www.facebook.com/share/p/KvdaSMACyBZS16Dw/?mibextid=qi2Omg
288
11
ፋኖ የሚባል የአሸባሪዎች ቁንጮና ስብስብ የሆነ ሃይል፣እታገልልኃለው በሚለው በገዛ ህዝቡ ላይ የጭካኔውን ጥግ እያሳየ በመረጃ አስደግፎ ይገድላል‼ የአማራ ህዝብ መንግሥት ከሚበደለው በላይ፣የራሱ ታጣቂ
ፋኖ የሚባል የአሸባሪዎች ቁንጮና ስብስብ የሆነ ሃይል፣እታገልልኃለው በሚለው በገዛ ህዝቡ ላይ የጭካኔውን ጥግ እያሳየ በመረጃ አስደግፎ ይገድላል‼ የአማራ ህዝብ መንግሥት ከሚበደለው በላይ፣የራሱ ታጣቂዎች ቡድን የሚጨፈጭፉት ይብሳል። ይህ ቡድን በኦሮሚያም ተመሳሳይ የጭካኔ ተግባሩን ሲፈጽም ከርሟል። በአለም አቀፍ መድረክ በጅምላ ፍጅት የተከሰሰው ፋኖ፣በኢትዮጵያዊ መንግስት ፓርላማው ለምን አሸባሪነቱን እውቅና እንደማይሰጠው እንቆቅልሽ ነው‼
331
12
https://www.facebook.com/share/p/u1CmU4YSqeAkP3Cp/?mibextid=qi2Omg
294
13
https://www.facebook.com/share/p/hJUXiCaa9eiUuQbo/?mibextid=xfxF2i
399
14
https://www.facebook.com/share/p/teodU2GHKmppf9nR/?mibextid=xfxF2i
437
15
https://youtu.be/L5EclGEUCjI?si=ws0cQ0s4GEqkOHjW
428
16
https://www.facebook.com/share/p/2mzj8LsX9gQeUguP/?mibextid=qi2Omg
361
17
"ኢትዮጵያ አዙሪት ውስጥ ነች። በምኞት ሃገር አትቀጥልም‼ Ani amala tokkoon qaba. Sirna fi seeraan ala dhaabni kun akka butamu hin eyyamu.kanammoo har'a,boris ta'e hiftaan ittan fufa. Kun immoo biyya Ertiraa keessatti si'a baay'ee yaalamee ture.garuu nan dide. Har'as kan yaalalamaa jiru dhaaba kana (ABO) bituudha. ---------- Siyaasa Itiyoophiyaa keessatti kan aadeffatame,ololaan maqaa nama balleesuu,olola sobaan nama rukkuchiisuu fi nama ajjeesisuudha. Dr.Diimaan kana yaale. Yoo ragaa qabatamaa ani waraana hogganaa fi ajajaa jiru yoo jiraata mana murtiitti na himachuu qaba ture. Miidiyaa irratti maqaa na balleessuu utuu hin ta'iin,mana murtiitti ragaa faana dhiheessuu qaba ture. Mootummaan kunis olola sobaa akkasiin akka burjaaja'ee nu shakku taasisuuf yaalu. --------------- Nuti akka dhaabaatti karaa nagaa qabsa'aa jirra. Karaa nagaa jachuun garuu Paarlaamaa galanii harka rukkutuu miti. Paarlaamaa hin gallu,gallees maalfuuna? Harka dhahuuf Paarlaamaa gallaa? Hin gallu. Waraana dhuma hin qabnetti kan of galche mootummaadha.araara biyyoolessaa,mootummaa cahumsaa fi marii biyyoolessaa barbaachisa ture.waraana dhaabanii gara mariitti hin seenamu taanaan,maraammartoo walfakkaataa seenaa biyya kanaa keessa ture keessaa hin baanu...." Jaal.Daawud Ibsaa Ayyaanaa HD.ABO -------------- Guutuu isaa video kana dhaggeeffadhaa. Waan waggaa shan dura dubbatame,maraammartoo siyaasaa walfakkaataa keessaa ba'uun hin danda'amne.
394
18
https://www.facebook.com/share/p/Ezr8s4vV2rwgjoZq/?mibextid=qi2Omg
466
19
Wantoota taajjabnerraa carraa/hireen namoota qabbanaa'oo caalaa,namoota ho'aa ta'aniif jilbeenfatti. Immoo carraa/hireen saalaan durba/dubartii ta'uushee irraa kan ka'e namoota hamma tokko of eeggatoo,garuummoo ho'aa ta'aniif ajajamti. Keessumaa carraa/hireen dargageessa qaama ho'aa ta'e jaallatti. Dargaggeessi carraa/hireekooti jadhee umrii ganamaan akka jilbernfatee kufu gooti. Carraa/hireen kennaa ykn badhaasa miti. Hiree/carraan akka nuti qabiinsa tolletti gaarii ykn hamaa ga'uu dandeessi.yoo nuti faara itti badnee,nyaara itti guurree,onnee guutuu fi haaloota ija jabinaan jijjiiruu yoo dandeenye,hiree/carraan nurratti aangoo fi aaboo hin qabdu. Niccolo Machiavelli (The Prince)
550
20
Carraa (Hiree) ‼ Carraa/hireen namoota akkamii irratti humnashee agarsiifti;Carraa/hireen olaantummaa dhala namaa irratti qabdu,hanga eessaattidha; carraa/hiree kan faallessuu dandeenyu akkamittidha⁉ Dhugaadha jiruuf jireenyi dhala namaa keessatti,carraa/hiree Waaqni ganama kaa'en kan murteeffamudha,dhalli namaa haaloota kana jijjiiruu akka hin dandeenye kan amanan hedduudha,nan beekas! Ilaalcha kanarraa ka'uun,haalotaaf miixachuun barbaachisaa miti.eyyama fi gaarummaa carraa/hireen nurratti qabduuf kennanii dhiisudha jadhanii mirkaneessuun isaanii waan hin hafnedha. Dhalli namaa hireesaa jijjiiruus hin danda'u jadhanii amanuun isaanii beekamaadha.kun yaadoota dhala namaa keessatti bara dheeraa diriree ture fi yaada keenya gararraa ta'ee hubachuun waan nutti ulfaatufidha. Haa ta'utii carraa/hireen jireenya keenya keessatti harka walakkaa gahee kan qabdu ta'us,walakkaan gartokkee garuu to'annaa mataa keenyaaf kan lakkifamedha. Anaaf hireen akka lolaa gannaati.lolaan gannaa gaafa danbali'ee dhufu dirree guutee,jirma fi haafa guuree deema.biyyoo folloqsee fuudha,manas buqqisee fuudhee sokka.waan walitti guure hunda,bakka wayiitti walirra tuula.eenyullee to'achuu akka hin dandeenyeetti garmaamee deema.namni hunduu lolaa waan hunda guuree fiiguuf,asiif achi kaata. Haa ta'uutii humni uumamaa lolaan qabu kana dursanii daandii (bo'oo) kallattii jijjiiru tolchuun,riqicha fi daannoo lolaa ittisu sirreessuun,ittisa mala lolaa dhaabani,humnasaa laaffisan tolchuun fi badii lolaan qaqqabsiisu malu haphisuun gahee namootaati. Carraa/hireenis bifu fi amala kana qabdi. Carraa/hireen kan humnashee itti agarsiifattu,humna jala dhaabatee humnasaa itti agarsiisu hin dandeenye,humna dhiibbaashee dandamatee injifachuu hin dandeenye gaafa argattu qofaadha. Daandii barbaadderratti kan aarsaa kaffalchiiftu fi akka barbaaddetti kan namatti taphattu,humna dura dhaabatee ofirraa ittisuu dadhabu fi dabeessa harka keennatu gaafa argattudha. Hireen/carraan kan nama gantu,namoota laafoo fi dadhaboo gaafa argattudha. Hiree/carraan namoota faallaashee dhaabatan,faallaashee hojjatan fi faallaashee imalan gaafa argitu irraa maqxi,hin sodaatti,hin kabajjis! Namoonni lama daandii garagaraa irra imalanii,bakka walfakkaataa barbaadan ga'uu danda'u. Namoonni lama ammoo daandii walfakkaataa irra deemanii,tokko kufee yeroo hafu tokkommoo bakka barbaade ga'a. Hiree/carraan namoota ishee dura dhaabatanii,faallaashee daandii garagaraa irra onnee guutuun socho'an hin saalfatti. Namni tokko naamusa fi obsaan waan yeroon barbaadu faana yoo imale waan yaade galma geessifata. Akkasumas namni onnee guutuu fi ija jabinaan yoo imale,yeroonsaa kan eyyamu taanaan bakka yaade ni ga'a. Obsi fi naamusni bakka malee,ija jabinni fi onneenis bakka maletti irbaata hiree ta'u. Wanti hunduu haala fi bakka,amala fi yeroo faana hin deemamu taanaan kufaatiidha. Dhalli namaa amala isaa fi adeemsa isaa yeroo faana yoo jijjiiruu danda'e,hiree/carraan dhaabbataa hin jijjiiramnedha.kanaaf kan haala fi yeroo irratti hundaa'ee socho'u hiree/carraa isaa ni injifata. Tokko tokko ni ariifata,tokko tokko suuta jadha,kaan obsa qaba,kaanimmoo onnee qaba. Kan carraa dabaa jijjiiruu danda'u isa onnee fi jarjarsuu qabu akka ta'es beekuu barbaachisa. Carraan nama daagii fi garraamii ta'e,nama of eeggatu fi naamusa qabutti garaa jabaatti. Carraan dhaabbataa yeroo taatu,sochiishee kan jijjiiru nama onnee guuruu haaloota jijjiiruu danda'udha. Altokko tokko carraa/hireen, saallishee Dubartii/durba natti fakkaatti. Namni ejjannoo dhaabbataa fi hin sochoone qabu yeroo hunda murtee fi fedha carraa /hireen isaa laatteen jiraata. Namni jijiiramuu fi kaayyoo isaa bira ga'uu barbaadummoo,carraa/hiree isaa fi hojimaatasaa walitti firoomsuu qaba. Lafa Hiree/carraan fi Hojimaanni wal hin argineetti,hiree/carraan nama gabroomsiti. Akka ilaalchakootti,hiree/carraa ilaalchisuun nama baay'ee of eeggataa ta'uurra,jarjaraa ta'uutu irra wayya. Sababni isaa carraa/hireen akka durba/dubartiiti. Akka naamusa fi amalaan calliftee jiraattif,kabaluu fi adaba qabsiisuu barbaaddi.
410