en
Feedback
QEERROO PRESS

QEERROO PRESS

Open in Telegram

✦Humni Jabaan Addunyaa kana raasu, kan Gabromfata jalaa bilisa si baasu, TOKKUMMAADHA. Lafa jirtutti ijaaramii, Wal ijaari! ✦ᴏʀᴏᴍɪʏᴀᴀɴ ᴡᴀʀᴇᴇɢᴀᴍᴀ ɪʟᴍᴀᴀɴ ɪsʜᴇᴇᴛɪɪɴ ɴɪ ʙɪʟɪsᴏᴏᴍᴛɪ! ᴏʀᴏᴍᴜᴍᴍᴀᴀɴ ᴅʜɪɪɢᴀ!! ❤️💚❤️ @Sololoobot

Show more
4 201
Subscribers
No data24 hours
-217 days
-15130 days

Data loading in progress...

Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
May '26
May '26
+3
in 0 channels
April '26
+6
in 0 channels
Get PRO
March '26
+7
in 0 channels
Get PRO
February '26
+9
in 1 channels
Get PRO
January '26
+8
in 1 channels
Get PRO
December '25
+7
in 1 channels
Get PRO
November '25
+13
in 1 channels
Get PRO
October '25
+13
in 2 channels
Get PRO
September '25
+13
in 0 channels
Get PRO
August '25
+14
in 0 channels
Get PRO
July '25
+29
in 0 channels
Get PRO
June '25
+50
in 0 channels
Get PRO
May '25
+45
in 0 channels
Get PRO
April '25
+39
in 2 channels
Get PRO
March '25
+35
in 0 channels
Get PRO
February '25
+90
in 0 channels
Get PRO
January '25
+81
in 0 channels
Get PRO
December '24
+160
in 2 channels
Get PRO
November '24
+439
in 4 channels
Get PRO
October '24
+275
in 4 channels
Get PRO
September '24
+391
in 2 channels
Get PRO
August '24
+337
in 2 channels
Get PRO
July '24
+450
in 5 channels
Get PRO
June '24
+483
in 8 channels
Get PRO
May '24
+557
in 4 channels
Get PRO
April '24
+589
in 8 channels
Get PRO
March '24
+320
in 1 channels
Get PRO
February '24
+763
in 4 channels
Get PRO
January '24
+923
in 4 channels
Get PRO
December '23
+937
in 3 channels
Get PRO
November '23
+134
in 0 channels
Get PRO
October '23
+9
in 0 channels
Get PRO
September '23
+5
in 0 channels
Get PRO
August '23
+10
in 0 channels
Get PRO
July '23
+70
in 0 channels
Get PRO
June '23
+9
in 0 channels
Get PRO
May '23
+11
in 0 channels
Get PRO
April '23
+13
in 0 channels
Get PRO
March '23
+29
in 0 channels
Get PRO
February '23
+88
in 0 channels
Get PRO
January '23
+139
in 0 channels
Get PRO
December '22
+156
in 0 channels
Get PRO
November '22
+262
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
26 May0
25 May0
24 May0
23 May0
22 May0
21 May0
20 May0
19 May+1
18 May0
17 May+1
16 May0
15 May0
14 May0
13 May0
12 May0
11 May0
10 May0
09 May0
08 May0
07 May0
06 May0
05 May+1
04 May0
03 May0
02 May0
01 May0
Channel Posts
Bishaan ROOBEE kan bara dabre ji’a sadi keessatti xumurame jedhame sun achumaan hafee? Bilciliciin suuraa ka’aniituma itti dhiisanii edaa ? =====•••••====== “Ani amma Baalee Roobeen jiraadha,mee bishaan dhugaatii hin jiru, jarri koridarii ifaa bulu malee dhimma kana gatii hin qabdu,mee barsiisoota Yuuniivarsiitii madda Walabu gaafadhu bishaan waan takka hin jiru,keessattu condominium University Madda walabu keessa! Rakkoo hamtuudha”

2
#inbox “ Barsiisaa Geetu Qannoo jedhama Godina wallagga bahaa aanaa Gobbuu sayyoo Ganda adaree Tiksaa Bakka laga ejeree jedha
#inbox “ Barsiisaa Geetu Qannoo jedhama Godina wallagga bahaa aanaa Gobbuu sayyoo Ganda adaree Tiksaa Bakka laga ejeree jedhamutti Gaafa guyyaa 14/6/2018 Balleessa tokko malee waraannii mootummaa makaalakiyaa jedhamu rasaasa itti roobsuun erga ajjeesanii reeffa isaa immoo harreetti fe'anii isa booda uummanni iyyinaan reeffa harree irraa buusani .. Barsiisaa herregaati nama jabaa kana nu jalaa ajjeessani maaloo sagalee nuuf ta'i”
463
3
Guyyaa24/2/2026 WBOn Zoonii Lixaa guyyaa har'a Godina wallagga lixaa Aanaa laaloo Assaabii bakka addaa Laga Huwwaa jedhamutti waraan ergamtuu pp konkolaataa Ooraalii 1 fi 3F lamaan deemtu irratti Haxxee hidhuun Tarkaanfii fudhateen heedduu du'aaf madoo adabee konkolaataa oraaliin su hanga ammaatti achi ka'uu didee galgala kana gotottee deemaa jirti Madoo ulfaataan kan hospitaala ga'e 5 keessaa tokko duutetti. #መረጃ፦ዛሬ በ24/02/26 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ምዕራብ ዞን ሥር በምዕራብ ወለጋ ዞን ላሎ አሰቢ ወረዳ ልዩ ስሙ ሁዋ ወንዝ በተባለ ሥፍራ ላይ በአንድ ኦራልና በሁለት 3f ተጓትተው ሲጓዙ የነበሩ የፋሽስት ሠራዊትን ክበባ ውስጥ በማስገባት በከካውን በማዝነብ በርካቶች ሙትና ቁስለኛ ሆነዋል ቀኑን ሙሉ አውለት አሁን በጎታች እያነሱት ሲሆን ክፉኛ ቆስለው ከገቡት ሆስፒታል አንዱ ላይመለስ ሄዷል......
377
4
G/Q/W/ Aanaa #Haroo_Sabbuu ganda #Jajjoo_Akaakil keessatti Guyyaa Kaleessaa Dargaggoo Maqaan isaa #Takkaalinyi_Mangashaa jedh
G/Q/W/ Aanaa #Haroo_Sabbuu ganda #Jajjoo_Akaakil keessatti Guyyaa Kaleessaa Dargaggoo Maqaan isaa #Takkaalinyi_Mangashaa jedhamu Gara laafina tokko malee Waraanni pp Rasaasa itti roobsuun ajjeesan. #አሳዛኝ_መረጃ፦በትላንትናው ዕለት በ23/02/26 በቄሌም ወለጋ ዞን ሀሮ ሰቡ ወረዳ ጀጆ አካኪሌ ቀበሌ ውስጥ #ታሪኩ_መንገሻ የተባለን ወጣት የፋሽስት ብልፅግና ወታደሮች ያለምንም ርህራሄ በጥይት ደብድበው ገለውታል.....
349
5
Abbaan Taayitaa Miidiyaa Itoophiyaa eyyama miidiyaa maarsariitii kan Addis Standard Gurraandhala 24, 2026 kaasuun haquu beeksise. Abbaan Taayitaa Miidiyaa Itoophiyaa Addis Standard naamusa miidiyaa, seera biyyaalessaafi “faayidaa biyyaa waan sarbu hojjechuun eyyama dhaabbatichaa haquu ibsa isaan beeksiseera. Haa ta’uyyuu male ibsichi gabaasi Addis Standard kam murtee kanaaf akka isa geessise waanti eere hin jiru. Xalayaa isaa harra ifoomseen, Abbaan Taayitaa Miidiyaa Itoophiyaa Addis Standard gabaasawwan naamusa miidiyaa, seera Itoophiyaafi faayidaa biyyaalessaaafi ummataa balaa keessa buusan irra deddeebiin tamsaasaa ture jedhe. Kanas hordoffii irratti taasifamaa tureefi himata hawaasa biraa irratti dhiyaataa turuus ibsa isaa keessatti eereera. Ibsi kun Abbaan Taayitaa Miidiyaa Itoophiyaa Addis Standard hojii isaa “daandii diigumsaa” jedhe kanarraa akka deebi’uuf gorsi kennamuufii eeree, ta’us garuu yeroo gara garaa akeekkachiifni akka naamusa ogummaan hojjatuufi faayidaa biyyaalessaa bifa eeguun akka hojjatu himamuufis Addis Standard kan hin fudhanne jedhe. Kanaafis eyyamni hojii miidiyaa Addis Standard Gurraandhala 24, 2026 kaasuun akka haqame ibsee, hawaasnis miidiyaan kun eyyama hojii akka hin qabne beeksisee jira. Himata Abbaan Taayitaa Miidiyaa Itoophiyaa dhiyeesse kana Qopheessaa Olaanaan Addis Standard Yoonaas Kadiir kufaa taasisee jira. Yoonaas, dhaabbatichi haga yoonaa sarbama seeraa raawwachuu isaa kan eeru of eeggannoon akka isa dhaqqabee hin beekne ibsan. “Himanni Addis Standard irra deddeebiin of eeggannoon kennameefii ture jedhu haqa irraa kan fagaate. Abbaan Taayitaa Miidiyaa Itoophiyaa badii kanaan duraa akkasumas tarkaanfiiwwan fudhataman ilaalchisee Kutaa Oduu Addis Standard’f waan beeksise hin jiru” jechaan Yoonaas dubbateera. Dabaluunis maxxansaan Addis Standard, Dhaabbati Maxxansaa JAKENN kan Itti Gaafatamni isaa murtaaye mirga isaa kabachiisuuf filannoowwan gama seeraan jiran ilaalaa akka jirus Qopheessaa Olaanaan Addis Standard ibseera. Tarkaanfiin kun, tarkaanfilee dhaabbilee miidiyaa biyyattii keessatti hojjetan irratti fudhatamaa jiru hordofee kan mudatedha. Dhiyeenyas miidiyaa Waazeemaa Raadiyoo eyyama hojiisaa akka deebisu Abbaan Taayitaa Miidiyaa Itoophiyaa taasisuun kan yaadatamudha. Dhaabbanni Waazeemaa Raadiyoos alas “murteen kun sirriidha jennee hin amannu, taatechi nu gaddisiiseera” jechuun ibsa baaseen ifoomsuun kan yaadatamuudha. Dabalatas Gurraandhala 06, 2018, Abbaan Taayitaa Miidiyaa Itoophiyaa eyyama gaazexeessitoota Rooyitarsi sadii haaressuu diduu Rooyitarsi ibsuunsaa ni yaadatama. Kana malees eyyamni hojii gaazexeessitoota Dooche Veelee lama kan dhowwame yoo ta’u, kan gaazexeessitoota BBC’s akkasuma hin haaromfamin hafuun hojmaanni miidiyaa Itoophiyaa keessaa yaaddessaa ta’uu ibsa. Gartuun kabaja mirga Gaazexeessitootaaf falmu sadarkaa walabummaa pireesii baasee tureen Itoophiyaa biyyoota addunyaa 180 keessaa 145ffaarra kaa’uunsaa ni yaadatama. Bara 2011 hojii maxxansa Baruun kan hojii jalqabe Addis Standard yeroowwan darban dhiibbaafi hordoffiin irra gahaa tureera. Dhaabbatichi angawootarraa yoo aggaammiin akkasii irra gahu kun kan jalqabaa miti. Fakkeenyaaf Eebla 2017 Poolisiin sakatta’iinsa tasaa waajjira Addis Standardfi mana jireenyaa hojjetaaa isaa tokko irratti gaggeessuun kan yaadatamudha. Wayita sanis hoji gaggeessitoota sadii saatii muraasaaf to’annaa jala kan oolfamanii turan yoo ta’u, meeshaalee akka laaptooppii, bilbilaafi meeshaalee odeeffannoon itti kuufamus to’ateeti ture. Hojjettoonni alas to’annoo jala oolfaman yeroo muraasa booda gadi dhiifamanus, poolisiin garuu meeshaalee to’atee ture kunneen torbeef utuu hin deebisin tursee ture. Kunis kutaan oduu dhaabbatichaa akka saaxilamu taasiseera. Wayita kun mudates gartuun mirga gaazexeessitootaaf falmu CPj’n odeeffannoowwan sakatta’iinsa tasaan argaman kunneen akkaataa hin malleen faayidaarra oluu malu jechuun sodaa qabu ibsuunsaa kan yaadatamuudha. AS
256
6
Abbaan Taayitaa Miidiyaa Itiyoophiyaa ragaa galmee Addis Standard Internet Media haqee jira. Abbaan taayitichaa, "Miidiyaa gama Miidiyaa hawaasaan tamsaasuun beekamu Addis Istaandardii irra deddeebiin gabaasa naamusa miidiyaa, seera Itoophiyaa, fi dantaa biyyaalessaa biyyattii fi ummataa balaadhaaf saaxilan tamsaaseera jechuun eeyyama isaa haquu beeksise "Addis Standard amala isaa akka sirreessuu fi amala diigumsaa isaa irraa akka of qusatu irra deddeebiin gorfamaa tureera kan jedhu Abbaan Taayiyaa Miidiyaa Itiyoophiyaa garuu of sirreessuu dideera" waan taheef eeyyama isaa haquu beeksise. Akka gabaasa Abbaa Taayitaatti Addis Standard naamusa ogummaa fi dantaa biyyoolessaa biyyaa fi ummataatiin damee miidiyaa irratti akka hojjatu irra deddeebiin akeekkachiifamaa fi gorsi kennamaaf turullee of sirreessuu dideera" jedhe Kana hordofuun "ragaan galmee guraandhala 17, 2018 irraa eegalee haqamuu isaa; hayyama miidiyaa ykn beekamtii tokkollee akka hin qabne" beeksiseera. Abbaan Taayitaa kana haa jedhu malee Dhaabbanni Miidiyaa Addis Standard afaanota sadiin jechuun Afaan Oromoo,Afaan Amaaraa fi Afaan Engilish tamsaasa isaa gama miidiyaalee hawaasaan kan tamsaasu Yoo tahu sagalee ummata cunqurfamootaa tahee waggoota hedduuf tajaajileera. Hundeessituu fi hoggantuun Miidiyaa Addis Standard Aadde Tsadaalee Lammaa baatii muraasa dura Obbo Geetaachoo Raddaa afgaaaffii Aljezera irratti gaafatame irratti gaaffii hin hin barbaachisne kaastee gaafatte jedhamuun qondaaltota Mootummaa fi deeggartoota sirna PPn qeeqamaa turuun ishee ni yaadatama. Dhaabbatni Miidiyaa Addis standard dhugaa fi haqa Ummataa golgamee akka hin ukkamsamneef qaamota dhiittaa Mirga Namoomaa raawwatan hunda dabalatee ifatti madaalawaa tahee kan hojjetu ture.
223
7
No text...
189
8
Komishiniin Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa [HRW) ji'oota jahan darban keessa namoota 1,336 naannoolee Itiyoophiyaa adda addaa ke
Komishiniin Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa [HRW) ji'oota jahan darban keessa namoota 1,336 naannoolee  Itiyoophiyaa adda addaa keessatti seeraan ala hidhamanii kanneen turan gadi lakkiseera jedhe. Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota  hidhamanii  fooyya’iinsa agarsiiseera kan jedhan komishinarri olaanaa komishinichaa obbo Birhaanuu Adeeloo ibsa gaazexeessitootaaf guraandhala24/2026 kennaniin tahus ammallee hidhaan seeraan alaa lammiilee nagaa irratti raawwatamaa jira jedheera. Namootni seeraan ala hidhaman irra caalaan isaanii naannoo Oromiyaa keessa akka tahan komishiner Birhanuu Adeeloo himaniiru. Komishiniin mirga Namoomaa Itiyoophiyaa akka jedhetti namoota seeraan ala  hidhamanii turan baatiiwwan jaha darban jedhe keessaa  naannoo Oromiyaatti namoota 915, naannoo Amaaraatti 186, naannoo Benishaangul Gumuz 46 fi naannoo Gaambeellaatti 66 fi naannoo Somaaleetti namoonni 123 seeraan ala hidhamanii turan lakkisiisuu isaa ibseera.
194
9
https://youtu.be/2F1Fuf_Ch1I?si=GppYwzj4KRZb49wQ
210
10
Godina Matakkal Aanaa Dibaaxii jalatti gandoota argaman keessatti manneen barnootaa waraana RIBn cufamanii hojiin ala tahanii barattootni barnoota malee hafaniiru. 1, M/barumsaa Damaddasii 2, M/barumsaa Coqorsaa 3, M/barumsaa Goongoo 4, M/barumsaa Geshee 5, M/barumsaa Sobboo siree 6, M/Barumsaa Daalattii 7, M/barumsaa Bofoo 8, M/barumsaa Calliyaa 9, M/barumsaa Daalee 10, M/barumsaa Tuskii Gambeellaa jedhaman guutummaa guutuutti cufamanii barattootnis Maatii waliin buqqa’anii daandii irra jiraachuu jiru.
231
11
https://youtu.be/g3vU_zBUqks?si=fTT-UEgA1Bkn-jUk
231
12
#Inbox Godina wallaggaa lixa aanaa Gimbii Ganda malkaa gaazii naannoo yukkur jedhamuuti mucaa dubaraa maqaan ishee #Iftuu_Lam
#Inbox Godina wallaggaa lixa aanaa Gimbii Ganda malkaa gaazii naannoo yukkur jedhamuuti mucaa dubaraa maqaan ishee #Iftuu_Lammeessa umurii waggaa 15n kan tate gafa guyyaa 7/2/2026 waraana motummaa Abiy Ahmed Ali ajj*eefamte. #አሳዛኝ_መረጃ፦በምዕራብ ወለጋ ዞን ጊምቢ ወረዳ መልካ ጋዚ ቀበሌ ልዩ ቦታው ዩኩር የተባለ ሥፍራ ላይ የምትመልከቷት ስማ #ኢፍቱ_ለሜሳ የተባለች የ15 ዓመት ልጅአገረድ የአብይ ፋሽስት ወታደሮች በ7/02/26 በጥይት ደብድበው ገለዋታል.....
307
13
#Odouu_Cabsaa Hospitaallii Oromiyaa keessaa jiruu hundii Hojii dhaabuu murteessaani Kessumaa Hojetootni hospitala keessaa hojetan hundii Night duty nu itti miindeeffaamnee sabatier 24 osoo hojjeennuu nu kanfaluu waan diidaani akka dhaaban murteessinee jedhuu haa tahuu garuu mootummaan ammoo hin kaffaalluu waraanaaf kaffala jirraa waan taheef kan jedhan sababa dhiyeessani
270
14
Dhaamsa Arifachiisaa Dhaabbanni "INSA" isiin basaasuf jecha application "Sydo" jedhamu kana fudhatee dhufee wan jiruuf namni
Dhaamsa Arifachiisaa Dhaabbanni "INSA" isiin basaasuf jecha application "Sydo" jedhamu kana fudhatee dhufee wan jiruuf namni kamu wan kana buusee itti fayyadamu irraa akka qusatu isiniif dhaamna.
242
15
#Of_eeggannoo. Impaayerri itoophiyaa kufaatii hamaa itti dhufaa jiru yaadda'uun tooftaalee garaagaraatiin duulaa jirti. Gurra
#Of_eeggannoo. Impaayerri itoophiyaa kufaatii hamaa itti dhufaa jiru yaadda'uun tooftaalee garaagaraatiin duulaa jirti. Gurraandhala 22/2026 QBO irraa. Yaadachiisa ppn Appilikeeshinii "sydro"jedhu karaa INSA kalaquun gadi dhiiftee jirti. kun immoo miidiyaa hawaasaa kamuu hordofuuf ishee fayyada. kanaaf ijoolleen keenyi  kamuu hin buufatinaa,kanneen miidiyaalee hawaasaa fayyadamtan cufti akka hin saaxilamneef isin of eeggachuun maxxansa kana wal-qaqqabsiisaa. Ilmaan oromoo impaayerattii kuffisuuf duultanii jirtan cufti appii ammaa kana hin buufatinaa. Yoo isin buufattanii bilbila keessan irraa qabaattan isin saaxilamoodha. Kana dursinee dhaga'uun keenyi injifannoodha. Erga dhageenyee hin buufannu.
237
16
#SALAALEE Harki namaa akkam itti Looniif mana wal faana guba? Kana gochuu irra nama ajjeessuun hin salphatuu? Ayi uummata kiy+2
#SALAALEE Harki namaa akkam itti Looniif mana wal faana guba? Kana gochuu irra nama ajjeessuun hin salphatuu? Ayi uummata kiyya Salaalee. Guyyaa dheengaddaa ammas waan ulfaatatu uummata Salaalee Darraa irratti rawwate. Kamisa dhuftuus karoora haaraa Mootummaafi Fannoon mootummaa akka waliin qaban sagaleen suuraa na qaqqabee jira. Adaraa uummata kana irraa dhaabbadhaa, adaraa saba kana dhiisaa haa jiraatu. Uummanni amma isinii dandaa’ame of tiksaa. በህዝቤ ላይ ለሠራችኋት ግፍ ቆጥራችሁ ትቀበሏታላችሁ ግፈኛ ካለፉት ግፈኞች መማር የማይችል የሰው አውሬ ነው....
310
17
Godina Matakkal Aanaa #Dibaaxiitti Manneen Barumsaa 10 cufamanii hojiin ala tahanii jiru. Waraanni RIB baatii lama dura sakatta’umsa addaa taasifna jechuun Godina Matakkal Aanaa Dibaaxiitti guutummaa guutuutti ummata Oromoo jumulaan buqqisuun qe’ee fi qabeenya isaanii barbadeessaa jiraachuu odeessaaleen arganne ni mul’isa. Aanaa Dibaaxii gandoota Ummatni Oromoo keessa jiraatu keessatti manneen barnootaa 10 guutummaatti yoo cufaman Buufatni fayyaa tokkos Hojiin ala tahuu hawaasni Oromoo Godina Matakkal Aanaa Dibaaxii ni dubbatu. Aanaa Dibaaxii jalatti gandoota argaman keessatti manneen barnootaa waraana RIBn cufamanii ummatni akka buqqa’an tahan: 1, M/barumsaa Damaddasii 2, M/barumsaa Coqorsaa 3, M/barumsaa Goongoo 4, M/barumsaa Geshee 5, M/barumsaa Sobboo siree 6, M/Barumsaa Daalattii 7, M/barumsaa Bofoo 8, M/barumsaa Calliyaa 9, M/barumsaa Daalee 10, M/barumsaa Tuskii Gambeellaa jedhaman guutummaa guutuutti cufamanii barattootnis Maatii waliin buqqa’anii daandii irra jiraachuu jiraattotni ni dubbatu. Manneen barnootaa 10 cufamuun alattis Buufatni fayyaa Tuskii Gambeellaa jedhamu cufamee jira jedhameera.
353
18
+5
No text...
335
19
+9
No text...
344
20
Addi Bilisummaa Oromoo(ABO)n haala yeroo fi Filannoo Marsaa 7ffaa ilaalchisee Miseensota isaa waliin mariiyate. ABOn dhimma fialnnoo marsaa 7ffaa ilaalchisee Guraandhala 21/2026 Qondaaltota,dabballootaa fi miseensota isaa waliin waajjira isaa muummee Gullalleetti mariiyate. Marii kana kan gaggeessan Hoggana ABO olaanoo keessaa tokko kan tahan jaal Abdii Raggaasaa fi miseensa GS-ABO jaal Gammachiis Tolasaati. Marii kana irratti Hogganni ABO osoo biyya keessa hin galiin duras Oromoo ijaaruu irratti bakka Oromoon jiru takkaa hanqatee hin beeku kan jedhan jaal Abdii Raggaasaa kan Oromiyaa keessa jirus kan Oromiyaan ala jirus ijaaraa ture jedhan. Ijaarsi keenya inni bu'uuraa ganda irraa ka'uu qaba jechuun kan dhaaman jaal Abdii Raggaasaa Ummatni Oromoo ijaaramee mirga isaaf kan duraa caalaa jaarmiyaa isaa jalatti kurfaayee falmachuu qabas jedhaniiru. Dhaabni qabsoo gaggeessu al tokko tokko ni jabaata al tokko tokko immoo ni laaffata kan jedhan jaal Abii Raggaasaa kun immoo murannoo fi kutannoo miseensotni dhaabichaa hojjetaniin tahas jedhaniiru. Qabsoo gaggeessinu keessatti namoonni Irbuu seenanii qabsoo ganan ykn faayidaaf deeman yoo jiraatan isa abbumatu itti rakkata malee ABO ykn nama biraa mitis jedhaniiru. Jaal Abdii Raggaasaa marii kana irratti ABOn namoota ijaaree kaayyoo fi akeeka isaa barsiisee Irbuu seensisee hojiitti bobbaasaa turuu eeruun namoonni Irbuu seenanii Irbuu ganan jiraatan illee kan milkaaye hin jiru kan bade malee jedhan. Namootni kaayyoo fi akeeka ABO ofitti fudhatanii Irbuu itti seenan ganan qabsoon ABO qabsoo dhiigaa fi lafeeti waan tahee waaqayyo iyyuu isaan gaafata waan taheef hin milkaayan jedhan. Miseensonni kamuu naamusa dhaabaa tikfatee kaayyoo fi akeeka dhaaba keenyaa akka ummatichi jirutti qabannee ijaaruu dandahuu qabnas jedhan jaal Abdii Raggaasaa. Nuyi yoo warra dhugaa taane ummatni keenya haala kam keessattuu nu biraa hin hafu kan jedhan jaal Abdii Raggaasaa yoo nuyi nama sobaa taane kan qabnu iyyuu ni dhabna waan taheef yoo itti hin amanne dhiisuu malee ummata sobaan hin ijaariinaas jedhaniiru. ABOn gaafa dhugaa qulqulluu qabatee qabsaahe injifannoon isaas dachaan guddaadhas kan jedhan jaal Abdiin gaafa dhugaan imallu ; haqaaf qabsoofnu ummata qofa osoo hin taane caasaalee mootummaa keessatti salphaatti ijaarranna waan taheef dhugaa qofa qabannee ummatatti haa dubbannu jechuun dhaamaniiru. Marii gaggeeffame kana ilaalchisee hirmaattota irraas yaadota ka'an keessaa Carraa argametti fayyadamnee dhaaba keenya ABO tumsinee haalota danqaa keessatti hulaa argametti fayyadamuun fedhiin osoo hin taane dirqama miseensota hundaa waan taheef filannoo marsaa 7ffaa dhufaa jiruuf hunduu cimee akka hojjetuu qabus waliif himaniiru. ABOn Ayyaana Oromooti kanaaf Oromoon Ayyaana isaa jabeeffachuu qaba kan jedhan immoo qondaala ABO jaal Yaasoo kabbabaa Hordofaati. Jaal Yaasoo Kabbabaa Dhaabni Oromoon filannoo keessatti hirmaachifachifate yoo jiraate hanga ammaattillee kan bara kanaa ABOn yoo hirmaate seenaa filannoo keessatti isa duraa fi guddaa tahuu kan akeeke qondaalli ABO jaal Yaasoo kabbabaa kanaaf Oromoon carraa kanaan mirga isaatti fayyadamee qooda isaa bahachuu akka qabus dubbataniiru. Jaal Yaasoo Kabbabaa itti dabaluun Qabsoo ABOn gaggeessu keessatti yoo ni dhumna tahe illee dhumnee hanga nama tokkotti galluttillee dhumna malee akka ABOtti dubbachuu qabna malee of qusachuu hin qabnus jedheera . Gama biraanis Dhaaba gatiin lubbuu guddaan itti kaffalamee as gahe nuyi immoo of qusachuu hin qabnu kan jette jaal Keeriyaa Ibraahim filannoo marsaa 7ffaa dhufuuf of kenninee qusannoo tokko malee hojjechuu qabna kan jedhu dhaammatteetti. Qabsoon ABO kaleessas qabsoo of irratti hirkannaati kan jette jaal Keeriyaa Ibraahim ammas hanga ummatni Oromoo jirutti dhaabni keenya rakkachuu akka hin qabne dhaamuun akkuma kalee of irratti hirkatee saba isaa abdatee jiru ammas ummata keenya irratti hirkatee waan jiruuf jabeessuuf nuyi miseensonni jabaannee hojjechuu qabna jechuun dhaamteetti. ABOn Wiirtuu Nagaa Oromooti.
181