488
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Data loading in progress...
Similar Channels
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
November '24
November '24
+2
in 0 channels
October '24
+8
in 0 channels
Get PRO
September '24
+1
in 0 channels
Get PRO
August '240
in 0 channels
Get PRO
July '240
in 0 channels
Get PRO
June '240
in 0 channels
Get PRO
May '240
in 0 channels
Get PRO
April '240
in 0 channels
Get PRO
March '240
in 0 channels
Get PRO
February '240
in 0 channels
Get PRO
January '240
in 0 channels
Get PRO
December '230
in 0 channels
Get PRO
November '230
in 0 channels
Get PRO
October '23
+2
in 0 channels
Get PRO
September '23
+2
in 0 channels
Get PRO
August '23
+1
in 0 channels
Get PRO
July '23
+6
in 0 channels
Get PRO
June '23
+6
in 0 channels
Get PRO
May '23
+1
in 0 channels
Get PRO
April '23
+4
in 0 channels
Get PRO
March '23
+12
in 0 channels
Get PRO
February '23
+56
in 0 channels
Get PRO
January '23
+1
in 0 channels
Get PRO
December '22
+6
in 0 channels
Get PRO
November '22
+17
in 0 channels
Get PRO
October '22
+37
in 0 channels
Get PRO
September '22
+214
in 0 channels
Get PRO
August '22
+552
in 0 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 23 November | 0 | |||
| 22 November | 0 | |||
| 21 November | 0 | |||
| 20 November | 0 | |||
| 19 November | 0 | |||
| 18 November | +1 | |||
| 17 November | 0 | |||
| 16 November | 0 | |||
| 15 November | 0 | |||
| 14 November | 0 | |||
| 13 November | 0 | |||
| 12 November | 0 | |||
| 11 November | 0 | |||
| 10 November | 0 | |||
| 09 November | +1 | |||
| 08 November | 0 | |||
| 07 November | 0 | |||
| 06 November | 0 | |||
| 05 November | 0 | |||
| 04 November | 0 | |||
| 03 November | 0 | |||
| 02 November | 0 | |||
| 01 November | 0 |
Channel Posts
| 2 | Professor Gabisa Ejeta received highest honors, the National Medal of Science
Congratulations π | 0 |
| 3 | No text... | 0 |
| 4 | Waan Waraanaa Waraanatu furata. Mufiis tahu komee jiru hoggansa waraanaatu waliin mari'atee sirreessa. Hoggansii waraana biyya ambaa taahee raakoo fuuruuf komee dhaggeeffatu hin jiru.
Waraana gidduu seenee inni asiif achiin oloola oofu hafarsituu jedhama. Irri guddeessii hattuuf kashalabbee dha.
Himannaa fi oloollii karaa midiyaa hawwaassummaa dhangalahu kan faarsee bulaa fi kan waa butaati. Ummati Oromoo maammuloota oduu funaantee waraana gidduutti summii gamaaf gamasaniin facaaftu kana laalee bira taruu malee garee qabatee jaallan irbuu waliin seenan gidduu seenuu hin qabu.
Summiin gandummaa ka diinni facaasu hanqannaan ofii itti daddaballee daran hawwaasa wal irraa fageessuun ceera.
Jaallan qawwee baatanii midiiyaan ammoo wal irratti ololan yoo jiraatan hoggansatu hubachiisee akka dhaabbatan godha. Maammullii qaama waraanaa hin taane hamilee ittin garee kamuu faarsituuf qeeqxuu hin qabdu.
Ammoo dhugaa Oromoon qabu fi kayyoo jaallan irratti wareegamaa jiran ilaalanii mudaalee xixiqqoo irra taruun boriif tola.
Kanas jennu sana, rakkoo diyaasphooraan furtu hin jiru. Himannaa Diyaasphooraan caqastee murtee kennitus hin jiru. ABO-WBOn hogganaa diyaasphooraa hin qabu. Hogganaaniis hayyuuniis suma faana jira mufii fi rakkookee isumatti iyyadhu.
Oromiyaan Biyya!! | 0 |
| 5 | Kaleessa itti duula har'a suuraa baatee maraata. IJA HIN FUUNEE!
Dhimma waraanaa waraanatu hikkata dhiisaa gaafa jennu addaggeen gatii lubbuu hin beekne asiif achiin waraana qoddee duulaa baate.
Gurmuu Kashalabbee maqaa ABO-WBOn ABO-WBO gargar facaasuuf fiffigu bakka hundaa qulqulleessaa. | 0 |
| 6 | Wallagaa keessatti Oromoon mesha maleessi [Civilian] Dhibee, beelaa fi rasaasaa dhumaa jira. Inni irraa hafe saamamaa, Gudeedamaa fi godaanaa jira.
Gidduu Gala Oromiyaa keessatti Oromoon rasaasaan ajjeefamaa jira. Saamamaa jira buqqa'aa jira.
Kibba Oromiyaa Oromoon rasaasaan dhumaa jira. Beelaa fi hongeen harca'aa jira. Godaanaa jira.
Kaaba Oromiyaa Oromoon waraana Abiyyii fi Waraana Faannoo/Shaabiyaan dhumaa jira.
Baha Oromiyaas Oromoon waraanaan dhumaa jira.
Kana hunda Osoo arguu Oromoon innii bakka xiqqoo nagaa qabu jiraatu Abiyyiif falma. Motummaan kun kan Oromooti jedha. Murna shiftaa maqaa Oromoon daldalu faarsa. Gariin ammoo callisee isa dhumaa jiru laala. Hanga isa qaqqabutti ciisee dabaree eeggata.
Kan hunda caalaa nama raaju amoo ijoolleen maatiin isaanii bakka adda addaatti dararamaa jiru harka mirgaa murna angoo qabatee jiruu kanaa tahanii alaaf keessaan firootaafi maati isaanii irratti du'a murteessanii yoo shooshilan agarra.
Waa'een Oromoo akkanatti fuldurrii isaa akkam akka tahuuf deemu nama yaadessa. Innii kaan ni sirba kaan nii boo'a. Kaan gandaa fi Loqodaan walqoodee qabsoon itti jiramu akka fiixaan hin baaneef kaata.
Yoo xiqqaate Oromoon harki wayyabi walfaana yoo hin falmanne ammallee gadadoo fi roorroo kana caaluuf of qopheessaa jiraachuun dubbii jala muraati.
Gandaan, Loqodaan, Hiryummaan, Firaan walquuduu dhiisi walfaana falmadhuyee. | 0 |
| 7 | Walaloo Dr. Zalaalam " Obboo Abbaa Xadaa" isa jedhu keessaa toorrii wayii "Namni hin beeku seha ollaatu uursee kolfa" jedha akka inni DAWWIITI gadi garagalchee dubbisu.
Namooti tokko tokko waan isaa godhaa oolan namni hin beeku seehu. Akka abshaalaatti of lakkaahu.
Waa'ee jaraa garuu ollaan uursee kolfa. Kolfa gaggabayyuuti male. Ere dhisaa. | 0 |
| 8 | Ummannii Addunyaa garii Seexana haafuraa jira jedhee amana. Seexannii ilmoo namaa tahu morma. Seexanni ani beeku warruma foon uffatee lafa irra jiraatee du'u. Seexanni namoota lubbuu dhala namaaf rifuu hin qabne hojii ceeraa dalagaa olani. In fact, Seexana omishee kan biyya lafaa irra gadi dhiise mana amantaa fi amantaa dha. Anaaf seexanni Joo Baayideen caalu hin jiru. Seexanni Antooniy Bilinkeen caalu hin jiru. Abiy Ahimed Chattooga seexanaati. Adunyaa kana irratti namoota jiraatanii darban kan akka Adoolf Hitlar, Beenittoo Moosoolooni, Jooseef Istaaliinnfaa kan caalaa seexanni afuuraan barbaaddan hin jiru.
Angawoonni hedduu seexanooti mannii amantaa fi ilaalchi amantaa omishe dha. Amantaan tooftaa dahoo godhatanii seexana garaajabaataa sifaana jiru si irraanfachiisanii seexana afuuraa akka egdu ittin si gowwomsani dha.
Seexanoota sigidduu deddeebihan dhiistee seexana yaadaa [imaginary] osoo yaadaan boccuu jiraattee duuta.
Seexanoota ilmoo nama rifuu malee dantaa adda addaaf duguugantu addunyaa kana sochoosa.
Amantaan madda gowwomsaa fi wallaalummaa dha. | 0 |
| 9 | Gaafa rakkoo fi cinqii nii baqatta, gaafa bal'oo ni mararfatta, ni caraanta. Firri dhugaa gaafa rakkoo madaalamti. Daldaltoota, hattoota, kijibdootaa fi fakkeessitoota laallee taajjabaa jirra. No shame at allπ
Qaamonni ilmoo namaa akka qodaatti itti fayyadamani gaafa rakkinaa ammoo darbatanii gatanii biraa deebihaniis maalummaa isaanii barre.
Namni dhugaa qabu badee hin Badu. Haqi nama dhugaa bayi'ina oloolaan hin dabu, hin jijjiramullee. Addunyaa kijibdootaa fi fakkeessitootaa keessatti kaayyoo tokkoof waliin imaluun garuu raakoo jabduu dha.
Fakkeessitoota Gaaraaf Godaaf!π | 0 |
| 10 | Qabsoon Oromoo siyaasa suuraa irra erga taree Bara hin qabu. Ummatti amma isa dubbatan hojiin akka itti agarsiisan fedha. Siyaasni suuraa fi oduu ammatti akka waggaa Afurii fi Shanan har'aa sana bu'aa hin qabu. Yeroo sanatti ittin ummata dammaqsineerra, ittin qabsoo Oromoo beeksiifneerra. Amma Oromoon isaa facaafate haammachuu feedha. Akka sirba Gowwaa waggaa 20 oliif waanuma takko irraa deddeebiyaa oluutu ABO Ertiraatti googsee hambise.
Amma haafuura dhokfatanii hojiin agarsiisutu siyyaasaafisa qabsoofis tola. Dhugaatti isa lafarraa hojetamu jabeessutu dansa.
Siyaasi Suuraa duras akkuma Oromoon dammaquuf malee Riphee Lolaan 24/7 suuraa kahaa maxxansaa oloolaa hin oolu. Sana Riphe lolaa dhiisii inni angoo of harkaa qabuhuu hin godhu.
Riphee lolaa yeroon irraa hafee suuraan fala fidu dhiheenyuma agarre. Siyaasi suuraa bilaasha, irra darbeeras. Lafa irratti waan jabaa yoo qabaattee suuraan haguuguun sinfeessisu. Hojiinuu ni mul'isa.
Siyaasi Suuraa Siyaasa Hojii fi Siyaasa Furmaataatti haa jijjiiramu. | 0 |
| 11 | No text... | 0 |
| 12 | No text... | 0 |
| 13 | Ati Oromootu dhume jettee boosa, Diyaasphoran halkanii guyyaa maallaqa fidi jettu ammoo kanatti jirti. Nama Tisiisi irraa kahe hinfakkaatan. Ajab! | 0 |
| 14 | No text... | 0 |
| 15 | Falli Maali?
Oromo Abdiinkee suma mataakeeti. Qaamni Finfinnee irraa kahee bakka ati dhumaa jirtuutti sibaraaru hin jiru. Inni Finfinnee irraa dhufu ittuu dabalee sidugugee siyaasa hojjeta. Kan ajjeechaakee qindeessu isa Finfinnee dha. Goda Beegii Irraas kahee kan si baraaru hin jiru.
Akka argattutti hidhadhu hidhachiisi of tiksi matinee tiksi. Qe'eekee tiksi. Sabni hin hidhanne fi hin dammaqne meeshaa isa dammaqee aangoo qabateefi isa dammaqee angoo qabachuuf kaatu taha.
Warraaqsaan of hidhachiisuutu kabaja sitti hora. Yoo sana goote inni siifan qabsaha jedhu si kabajee akka ati jeettutti siif qabsaha. Bakka bakkan akka isaaf tahutti hin fiffiigu. Inni angoo irra jiruus akka saree ajeesee si hin ajjeessisu.
You all are on your Own. | 0 |
| 16 | Ajjeechaa kana PPtu qindeesse yaada jedhuun qaba.
Karaa tokkoon lola Faannoo itti jabaataa dhufe lola ummataa gochuu feeti. Karaa biraa WBO baadiyyaa Oromiyaa keessaa Oromoofin wareegama jedhu ittin hawwaasa biratti himna dhabsiisuuf tahuuf gargaara. Sadeessoon Siyaasa Faannoo dhabbilee idila addunyaa fi biyyoota gurguddoo biratti maqaa xureessuf itti gargaaramti. Sanas tahu kana Oromoon akka sabaati meeshaa siyyaasaa tahe jira. Kan isa ajjeesu malee kan isaa ajjeesu hagas hin jiru.
Hunduu karakaraa walqoccolee Oromoos qoccolee siyaasa tarkaanfachiifachuu fedha. Dhumaati Oromoon angoo tikfachuu fi angoo qabachuutu mul'ata.
Falli Maali? Ittan deebiha | 0 |
| 17 | Girrisoooonnii PP WBOn eessa jira jedhu Girrisoonni WBO ammoo Motummaan eessa jira jedhu. Lamaanuu hojii siyaasaatti malee quqama ummata qalamaa jiru godhatanii miti. Gidduutti Oromoon dhume.
Motummaa Oromooti jedhee xinnoonis guddaanis Oromoo akka saree ajjeesa. Oromoon inni Diina loluus inni dina faana Oromoo loluus tapha siyaasaatti jira. | 0 |
| 18 | Mo'iboon Baqqalaa akkamiin ajjeefame?
Bilbilli Raagu'eelfaa fi Bakki isaan walitti qabamnii ture akkamiin saaxilame?
Magaa Naqamtee fi Naanoo isheetti ajjeechaa fi Saamicha maqaa WBOn godhamu adda durummaan enyuutu ofaa ture?
Ijollee QBO, keessattuu Naannoo Naqamtee fi Liixa Wallaggaa keessatti kan meeshaa waliin qabsiisu eenyu?
Kashalabboota Maqaa Qeerroo Bilisummaa Oromoo fi ABO-WBOn ummata Oromoo gidirsaa jiran Gibxii, Keniyaa, Finfinnee, Naqamtee fi Waraana keessaa ummataaf ragaa guutuu waliin balbaloomsuun dirqii dha. | 0 |
| 19 | Akka ilmaan silatii nutti dubbatamuu hin qabuun kun wallaalummaa dha.
Badii jiru walitti himaa wal sirreessun eenyu caalaa isa qawwee baatee lubbuu isaa wareegamaaf qopheesseef tola. Kashalbbeen lubbuu isaan gaafa daldaltu laalaa, hattuun wareegama isaan gaafa qoostu argaa calliisuun wareegama ofiitti bishaan naquu dha.
Qabsoon hattootaaf kashalabbootaan galma geessu hin jirtu. Hanga Mooraan qabsoo qullaahutti wal dammaqsuun sabas dammaqsuun dirqama. Faaltii golaa qabnu harachuu irra faaltii dhoksuun fala hin tahu. Gollii ABO-WBO faaltii haramuu qabu tuullatee keessa ciisaa jira. Sana haranii qulqulleessutu kaayyo jaarmiyichi dhaabateef sana galmaan gaha. Diinnii keessaaf alaan faaltii kanatti dhimma bahee summii dhibee facaasaa jira.
Qawwee fudhatanii sabaaf bahuun galata, garuu waanuma qaawwee qabanneef akka ilmaan silatii hatoonnii keenyaaf kashalabboonni keenya qulqullaahu hin qaban jechuun ammoo tapha kichummaa dha.
Waraana jabaa ijaaruun naamusaan taliigamuun walqabata. Waraanni naamusa hin qabne ummataafuu yaaddoo dha. Sana seenaa Dargii, Wayyaanee, fi Baxaaxinaa irraa agarreerra. Bor waraanni saba kana tiksu kashalabbeen guutamnaan ummata hireema darbeef deebisee kenna.
Kashalabbummaa waliin of irraa haa ittifnu. | 0 |
| 20 | Sagaxee akkanaa of jala naqxee Oromiyaan bilisoomsitu hin jiru. Sagaxeen waa butachuuf qabsoo qabsoo taphatti malee dhimma Oromoof Oromiyaakee hin qabdu.
Jalqaba sagaxee keessaaf alaatu sirraahuu qaba. | 0 |
