cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

๐—œ๐—ฐ๐—ฐ๐—ถ๐—ถ๐˜๐—ถ ๐™…๐™ž๐™ง๐™š๐™š๐™ฃ๐™ฎ๐™–๐Ÿ’ก

Channel kun namoota kaayyoo isaani milkeessuf ifaaja jiran onnachiisuufi akkaata namoonni isaan dura milkaawan keessa dabran qoodudhafi #CONTACT ME @Ramiiz1l You are going to be successful one day and make your parents proud๐Ÿ’ฏ

Show more
Finland2 473The language is not specifiedMotivation & Quotes34 192
Advertising posts
816
Subscribers
No data24 hours
+77 days
+1130 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Onnattuu lubbuu koo! Hamileen sin bu'in Ilaaltee waan baraa Humna naaf godhadhu Jajjabaadhu adaraa Gufuu si sakaalu Laaltee huraaf huubaa Onnattuu lubbuu koo Hin laalin of duubaa Qormaataan eela'ee Madaa'us keessi kee Takkaa of duubatti Hin deebin deemsi kee Yeroof wanta yaadde Argachuus yoo haftee Miira keef bitamtee Hin kufin moo'amtee Yaadaan hin faca'in Woli sassaabbadhuu Obsi hunda moo'i Jabaadhuu dhaabbadhuu Yaaddoon hin yeela'in Balbala kee cuftee Fuulduratti deemi Nan qaanessin kuftee... Lubbuu koo bareedduu Ba'i gaara guddaa Cimii irra aani Dagadhu waan hundaa Doonii jaalalaarraa Hin dhidhimin lamuu Tasa sin baraaru Jabaaf beekaan kamuu Kaayyoo kankee qofaaf Booji'amii fiigii Addunyaa dhuunfadhuu Karra cubbuu diigii.. Jajjabaaduu lubbuu koo Gadi galoo nyaarii Ifa keen dhaqqabii Addunyaa ijaarii.... Onnattuu lubbuu koo Galma sobaa raasii Akka worra darbee Seenaa kee ol kaasii! #Nuredin_Ahmed https://t.me/of_uum
Show all...
๐—œ๐—ฐ๐—ฐ๐—ถ๐—ถ๐˜๐—ถ ๐™…๐™ž๐™ง๐™š๐™š๐™ฃ๐™ฎ๐™–๐Ÿ’ก

Channel kun namoota kaayyoo isaani milkeessuf ifaaja jiran onnachiisuufi akkaata namoonni isaan dura milkaawan keessa dabran qoodudhafi #CONTACT ME @Ramiiz1l You are going to be successful one day and make your parents proud๐Ÿ’ฏ

๐Ÿ‘ 5
Umrii tee guutuu osoon tahin Sa'aa 24 qofa Qilleensa qulqulluu (oxygen) fudhachuu keetiif Alhamdulillaah ja'i! ๐Ÿ˜ฅ Namni kun Pool Aleksaandar jaโ€™ama. lammii Ameerikaa Yoo tahu Amma umriin isaa waggaa 76. Gaafa Umriin isaa waggaa 6 ti dhukkuba pooliโ€™otiin qabamee, mataa isaa malee qaamni guutuun laamshaโ€™e ( paralyze taโ€™e). ofii isaatiin harganuu (hafuura baafachuu) waan hin dandeenyeef Bara 1995 irraa kaasee silindarii (sanduuqa sibiilaa) kana kessaa jiraata kunis akka afuuraa baafachuu dandaโ€™uuf isa gargaara Daqiiqaa fillee siliindarii kana keessaa bahuu hin dandaโ€™u. Obboleessa kiyya ati fayyaa guutuu qabda. Akkanumaanuu rabbii kee komachaa oolta. Alhamdulillah jaโ€™i! โœ Hamzaa Abdulhakiim ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ T.me/of_uum
Show all...
โค 5
๐—ก๐—ฎ๐—บ๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ฎ ๐—ฎ๐—ธ๐—ธ๐—ฎ ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜†๐—ฎ ๐—ก๐—ฎ๐—บ๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ฎ ๐—ต๐—ถ๐—ป ๐—พ๐—ฎ๐—ฏ๐—ป๐—ฒ๐—ฒ๐—ณ ๐—ก๐—ฎ๐—บ๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ฎ ๐—ฎ๐—ธ๐—ธ๐—ฎ ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜†๐—ฎ ๐—ป๐—ฎ๐—บ๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ฎ ๐—ต๐—ถ๐—ป ๐—พ๐—ฎ๐—ฏ๐—ป๐—ฒ๐—ฒ๐—ณ๐—ถ ๐—ณ๐—ถ ๐—ฅ๐—ฎ๐—ฏ๐—ฏ๐—ถ๐˜๐˜‚๐˜‚ ๐—ท๐—ถ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ๐—ณ.๐Ÿ˜ แ—ฉแ—ทแ—ชII Kแ‘ŒTแ‘Œแ‘Œแ‘Ž แ—ชแ•ผOแ–‡Kแ—ฉแ—ฉแ—ชแ•ผแ—ฉ.แ—ทแ–‡O https://t.me/of_uum
Show all...
Icciiti Jireenya๐Ÿ’ก

Channel kun namoota kaayyoo isaani milkeessuf ifaaja jiran onnachiisuufi akkaata namoonni isaan dura milkaawan keessa dabran qoodudhafi #CONTACT ME @Ramiiz1l You are going to be successful one day and make your parents proud๐Ÿ’ฏ

๐—–๐—ต๐—ฎ๐—ป๐—ป๐—ฒ๐—น ๐—พ๐—ฎ๐—น๐—ฏ๐—ถ๐—ถ ๐—ป๐—ฎ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ๐—ณ ๐—ท๐—ถ๐—ถ๐˜€๐˜‚๐˜‚ ๐—ณ๐—ถ ๐—ฐ๐—ต๐—ฎ๐—ป๐—ป๐—ฒ๐—น ๐—น๐—ฎ๐—ณ๐—ฎ ๐—ฑ๐—ต๐˜‚๐—ณ๐—ฎ ๐—ธ๐—ฎ๐—ป ๐—ฎ๐—ธ๐—ธ๐—ฎ ๐—ฎ๐—ท๐—ฎ'๐—ถ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ ๐—ถ๐˜€๐—ถ๐—ป ๐—ท๐—ฎ๐—ท๐—ท๐—ฎ๐—ฏ๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐˜‚ ๐—ฎ๐—บ๐—บ๐—ฎ๐˜€ ๐˜„๐—ฎ๐—ฎ ๐—ต๐—ฒ๐—ฑ๐—ฑ๐˜‚ ๐—ถ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฟ๐—ฎ๐˜๐˜๐—ฎ๐—ป แ’ชIแ‘ŽK แ—ฉแ—ชIIแ‘Ž แ˜œแ—ฉแ—ชI Kแ—ฉแ‘Žแ—ฉ Tแ‘Œแ‘ซแ—ฉ แ’OIแ‘Ž แ˜œOแ—ชแ•ผแ—ฉ๐Ÿ‘‡ แด‡แดแด€ษด แด›แดœส™แด‡โ™ก https://t.me/Emantube2
Show all...
แด‡แดแด€ษด แด›แดœส™แด‡โ™ก

แŠขแŠ•แˆปแŠ แˆ‹แˆ… แ‰ แ‹šแˆ… แ‰ปแŠ“แˆ ~แŠ แˆตแ‰ฐแˆ›แˆช แ‰ณแˆชแŠฎแ‰ฝแŠ• ~แŠ แŒซแŒซแˆญ แˆ€แ‹ฒแˆถแ‰ฝแŠ• ~แŠ แŠแ‰ƒแ‰‚ แˆ˜แˆแŠญแ‰ถแ‰ฝแŠ• แ‰ณแŒˆแŠ™แ‰ แ‰ณแˆ‹แ‰น

โค 2
Nama dhugaan si jaalatu ofi irraa hin fageessin na amani gaafa tokko osoo urjii lakkooftu ji'a yaadda๐Ÿ‘ https://t.me/of_uum
Show all...
Icciiti Jireenya๐Ÿ’ก

Channel kun namoota kaayyoo isaani milkeessuf ifaaja jiran onnachiisuufi akkaata namoonni isaan dura milkaawan keessa dabran qoodudhafi #CONTACT ME @Ramiiz1l You are going to be successful one day and make your parents proud๐Ÿ’ฏ

โค 3
Namoota tokko tokko fakkeessufi kijibuu isaanii irra kanka'e 'China' nu nuti hin hojjanne jettee waakkatte๐Ÿ˜ @Ramiiz1l https://t.me/of_uum
Show all...
Icciiti Jireenya๐Ÿ’ก

Channel kun namoota kaayyoo isaani milkeessuf ifaaja jiran onnachiisuufi akkaata namoonni isaan dura milkaawan keessa dabran qoodudhafi #CONTACT ME @Ramiiz1l You are going to be successful one day and make your parents proud๐Ÿ’ฏ

#Gatii Kiyyaa nan beeka! =========ยฎ========= Natti tolee gammadee Rakkaadheefis hin boo'u Nan Beeka hundumattuu Haalaaf barri nan moo'u =========ยฎ========= Herreega koo nan beeka Hubadhee hagan Baasu Jette jetteen namootaa Gonkumayyuu nan raasu =========ยฎ========= Galma Guddaa dhaqqabuuf Osoon joorsuu miila koo Gonkumaa gara galee Hin odeessu jiila koo ========ยฎ========= Gatii Kiyyaan tilmaamin Osoo nan beekin teessee Tarii naan hin maadaalu Gatiin ati naaf keessee ... =========ยฎ========= Gatii X fakkeessitee Herreegnaan siifin ba'uu Dhimma koo anaaf dhiisi An Beekaa amman ga'uu =========ยฎ========= Dhimmi kee osoo jiruu Kan Kiyyaa maaf si jeeqaa ? Kanuma kee tilmaami An gatii kan koo nan beekaa!! https://t.me/of_uum
Show all...
Icciiti Jireenya๐Ÿ’ก

Channel kun namoota kaayyoo isaani milkeessuf ifaaja jiran onnachiisuufi akkaata namoonni isaan dura milkaawan keessa dabran qoodudhafi #CONTACT ME @Ramiiz1l You are going to be successful one day and make your parents proud๐Ÿ’ฏ

โค 4๐Ÿ‘ 1๐Ÿฅฐ 1
Jechi kee eennu akka ati ta'uuf deemtu ibsa . Gochi kee immoo eennu akka ati taate ibsa. Jecha kee gocha kee booda aansi isatuu eennu akka taate ibsa waan ta'eef . Ganama milkii isiniif hawwa๐Ÿ™Œ https://t.me/of_uum
Show all...

โค 2
Eennulleen Akka si waliin jiraatuf hin dirqisiisiin. Ofii keetis eennullee waliin jiraachu ofi hin dirqisiisiin. Namoota si filatan filadhu. Ganama milkii qabaadha๐Ÿ™Œ T.me/of_uum

โค 7๐Ÿ‘ 3