en
Feedback
Mana Barumsaa Balballeettii Sadarkaa 1ffaa. Bara 1956

Mana Barumsaa Balballeettii Sadarkaa 1ffaa. Bara 1956

Open in Telegram

𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐢𝐧𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐮 𝐋𝐚𝐦𝐦𝐢𝐢 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐚𝐚𝐟....𝐄𝐝𝐮𝐜𝐚𝐭𝐢𝐨𝐧 𝐅𝐨𝐫 𝐚𝐥𝐥

Show more
6 229
Subscribers
+2124 hours
+717 days
-830 days
Posts Archive
Repost from SBO Press
+1
Gaaffilee Shaakalaa Qormaata Seensaa Manneen Barnoota Bultii Addaa Sadarkaa 2ffaa

🔦 Bara 2026 tti yuunivarsiitiiwwan Itiyoophiyaa keessa jiran Sadarkaadhaan 1.Addis Ababa University 2.University of Gondar 3.Jimma University 4.Bahir Dar University 5.Mekelle University 6.Hawassa University 7.Haramaya University 8.ASTU 9.AASTU 10.Arba Minch University 11.Dire Dawa University 12.Jigjiga University 13.Debre Birhan University 14.Wolaita Sodo University 15.Debark University 16.Dilla University 17.Unity University 18.Wollo University 19.Debre Markos University 20.Ethiopian Civil Service University 21.Kotebe Education University 22.Mattu University 23.Arsi University 24.Madda Walabu University 25.Ambo University 26.Wachemo University 27.Aksum University 28.Wolkite University 29.Adigrat University 30.Woldia University 31.Assosa University 32.Wollega University 33.Samara University 34.Mizan-Tepi University 35.Bule Hora University 36.Debre Tabor University 37.Werabe University 38.Bonga University 39.Injibara University 40.Kebri Dehar University 41.Oda Bultum University 42.Oromia State University 43.Gambella University 44.Raya University 45.Rift Valley University 46.Selale University 47.Mekdela Amba University 48.Jinka University 49.Dembi Dolo University 50.Borena University Hiriyyoota keessaniif share godhaa 😊

#Beeksisa Barattoota #Qormaata_Naannoo_Kutaa_8ffaa Bara 2018 Fudhatan Hundaaf ---------- BBO - Adoolessa 14/2018 Qormaatni Naannoo Kutaa 8ffaa Bara 2018 Waxabajjii 11-12/2018 tti kennamaa ture qabxiin/firiin/ isaa guyyaa boruu Adoolessa 15/2018 Waaree Dura Sa'aatii 4:00 -6:00 keessatti kan ibsamu ta'a. Kanaafuu, Fuula FB keenya kanarratti akka nu hordoftan beeksifna. #Hubachiisa:- #Qabxiin_Qormaata_Kutaa_6ffaa guyyoota kudhan booda kan ibsamu ta'uu odeeffannoo argannerraa hubachuun danda'ameera. Obsaan nu eeggadhaa!

#Barsiisotaaf......🙋‍♂️ Gosoota malleen baruu barsiisuu! 1. Mala Od-ibsaa (Lecture Method) * Hiika: Barsiisaan odeeffannoo kallattiin barattootaaf dhiyeessuu. * Fakkeenya: Barsiisaan Seenaa waa’ee gootota Oromoo barattootaaf qofa dhiyeessuu. 2. Mala Marii Garee (Group Discussion Method) * Hiika: Barattoonni garee xixiqqootti qoodamanii yaada wal-jijjiiruu. * Fakkeenya: Barattoonni garee 5-5 ta’anii "Maaliif qilleensi naannoo keenyaa faalama?" jedhu irratti mari’achuu. 3. Mala Agaree (Demonstration Method) * Hiika: Gocha tokko akkamitti akka hojjetamu agarsiisuu. * Fakkeenya: Barsiisaan Baayoloojii microscopy akkamitti akka fayyadaman agarsiisuu. 4. Mala Marii Paanalii (Panel Discussion) * Hiika: Namoonni muraasni barattoota dura ta’anii dhimma tokko irratti mari’achuu. * Fakkeenya: Hayyoonni sadii waa'ee "Miidhaa Narkootikii" barattoota dura ta'anii mari'achuu. 5. Mala Falmii (Debating Method) * Hiika: Dhimma tokko irratti garee deggeruu fi mormuun falmuu. * Fakkeenya: Gareen tokko "Barnoonni teeknoolojii caala" yoo jedhu, gareen biraa immoo "Teeknoolojiitu barnoota caala" jedhee morkachuu. 6. Mala Yaada Burqisiisuu (Brainstorming Method) * Hiika: Yaada hunda osoo hin mormin dafee walitti qabuu. * Fakkeenya: Barsiisaan "Maqaa bineensota bosonaa beektan hunda dubbadha" jedhee barattoonni akka yaada maddisiisan gochuu. 7. Mala Gaaffii (Questioning Method) * Hiika: Gaaffii fi deebii giddu-galeessa godhachuu. * Fakkeenya: Barsiisaan barsiisaa gidduutti "Magaalaan guddoon Itoophiyaa eenyu?" jedhee barattoota gaafachuu. 8. Mala Diraamaa (Drama Method) * Hiika: Barnoota tokko gocha diraamaatiin agarsiisuu. * Fakkeenya: Seenaa "Abbaa Gadaa" tokkoo barattoonni diraamaan uffata aadaa uffatanii agarsiisuu. 9. Mala Gahee Taphachuu (Role Play Method) * Hiika: Barattoonni bakka nama biraa bu'anii taphachuu. * Fakkeenya: Barataan tokko akka "Barsiisaa", inni biraan akka "Barataa" ta'ee waliin dubbachuu.

GAAFFILEE SHAAKALAA S.NAANNOO KUTAA 6FFAA(0).pdf5.25 KB

Midline Summary Report Format 2018 (1).xlsx0.57 KB

Midline Summary Report Format 2018 (1).xlsx0.57 KB

Repost from SBO Press
Gaaffilee Shaakalaa Qormaata Madaallii Gahumsa Ogummaa(COC) gosa barnoota Herregaa Gaaffilee biroo argachuuf Channel keenya #Join godha.      👇👇👇👇👇👇       ✅️ @OroAcademic

Gaaffilee Shaakalaa Qormaata Madaallii Gahumsa Ogummaa(COC) gosa barnoota Afaan Oromoo Gaaffilee biroo argachuuf Channel keenya #Join godha.      👇👇👇👇👇👇       ✅️ @OroAcademic

Gaaffilee Shaakalaa Qormaata Madaallii Gahumsa Ogummaa(COC) Deppartiment S/Hawaasaaf kan qophaa'e. Gaaffilee biroo argachuuf Channel keenya #Join godha.      👇👇👇👇👇👇       ✅️ @OroAcademic

Repost from SBO Press
Gaaffilee Shaakalaa Qormaata Maddaallii Gahumsa Ogummaa(COC) gosa barnoota Lammummaa Fi Amala Gaarii Gaaffilee biroo argachuuf Channel armaan gadii kana #Join godha.      👇👇👇👇👇👇       ✅️ @OroAcademic

Repost from SBO Press
Gaaffilee Shaakalaa Saayinsii Naannoo Kutaa 6ffaa Gaaffilee biroo argachuuf Channel armaan gadii kana #Join godha.      👇👇👇👇👇👇       ✅️ @OroAcademic

Repost from SBO Press
Gaaffilee Shaakalaa Qormaata Gahumsa Ogummaa(COC) gosa barnootaa GJQ

Repost from SBO Press
Yaadannoo Gabaabaa Afaan Oromoo Yaadannoon kuni barattoota kutaa 6ffaa, 7ffaa fi 8ffaa illee ni fayyada. Kanaafuu buufattanii dubbisuun qormaata biyyoolessaa fuuldura keessan jiruuf of qopheessuu ni dandeessu.

Repost from SBO Press
Gaaffilee Shaakalaa Saayinsii Waligalaa Kutaa 8ffaa Gaaffilee biroo argachuuf Channel armaan gadii kana #Join godha.      👇👇👇👇👇👇       ✅️ @OroAcademic