cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking Β«Accept allΒ», you agree to the use of cookies.

avatar

SBO Press

🌎 Karaa Midiyaalee Hawaasaa Biroon Nu Argachuuf;πŸ‘‡πŸ‘‡ Yuutiyuubii: πŸ‘‰ youtube.com/@sbopress Feesbuukii: πŸ‘‰ facebook.com/barsiisota/ Filannoo keessan godhattanii waan nu hordoftaniif isin galateeffanna!

Show more
Finland746The language is not specifiedEducation17 570
Advertising posts
8 497
Subscribers
+3424 hours
+4487 days
+2 14930 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Moosaajii Roosteraa qophaa’e keessa kam buufattee fayyadamte? Yoo hin buufanne immoo kam buufachuu barbaadda?Anonymous voting
  • Kan Kutaa 1ffaa Hamma 4ffaa
  • Kan Kutaa 5ffaa fi 6ffaa
  • Kan Kutaa 7ffaa fi 8ffaa
  • Kan Kutaa 9ffaa fi 10ffaa
  • Kutaa 11ffaa fi 12ffaa kan Natural Science
  • Kutaa 11ffaa fi 12ffaa kan Social Science
0 votes
❀ 28πŸ‘ 16πŸ₯° 5
πŸ”· Moosaajii Roosteraa Kana "Akkamitti Ittiin Hojjachuu Dandeenya?" Gaaffii jedhuuf Deebiin Link armaaan gadii kana banaati Youtube keenya irraa video isaa ilaalii. Youtube Channel keenya Subscribe gochuu hin dagatinaa.πŸ‘‡ https://youtu.be/02abe_wV48o
Show all...
Moosaajii Roosterri Qabxii Barattoota Kutaa 1ffaa hanga Kutaa 12ffaa Ittiin Hojjatamuu

Bilbila ykn Kompiitara fayyadamnee roostera qabxii barattoota yeroo gabaabaa keessatti karaa ittiin hojjachuu dandeenyu. Fayyadamuuf Baayyee Salphaa fi Mijataa dha.

πŸ‘ 22❀ 7
Gaaffilee Shaakalaa Barattoota Kutaa 8ffaa ♻️JOIN AND πŸ”—SHARE ╔════════════╗ πŸ§‘β€πŸ’»JOIN:@Barsiisota πŸ§‘β€πŸ’»JOIN:@Barsiisotaf β•šβ•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•
Show all...
πŸ‘ 24❀ 4
Online teessa taanaan, dafii waan kana taphadhuu saantimii walitti qabadhu! Erga online seenuunkee hin oollee fayyadami! Business karaa telegram dhufeedha. Booda akka hin gaabbine! Yoo taphachuu dhiistanis, isinumatu gaabba! Of hin dabarsinaa! πŸ‘‰ https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_5633382527
Show all...
πŸ‘ 16❀ 4πŸ‘ 1
Waraqaan Deebii (Answer Sheet) kanatti Barattoonni Kutaa 6ffaa fi 8ffaa akka shaakalan gochuun bareedaadha.
Show all...
πŸ‘ 32❀ 9πŸ‘Ž 4
Photo unavailableShow in Telegram
Xumuramuuf guyyoota muraasa qofaatu hafe. Warreen hin eegaliin Link armaaan gadii kana banuun Start kan jedhu erga tuqtee booda saantima quba keetiin tuquu qofaan qabxii walitti qabaachuu dandeessa. Qabxii kanaas guyyoota muraasa booda haala fakkii irratti mul’atu kanatti sharafachuu ni dandeessa. πŸ‘‰ https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_5633382527
Show all...
πŸ‘ 17❀ 8
Barattoonni Kutaa 12ffaa qormaata Online yeroo qoraman qajeelfamoota tartiibaan raawwachuu qaban. ♻️JOIN AND πŸ”—SHARE ╔════════════╗ πŸ§‘β€πŸ’»Join:@barsiisotaf πŸ§‘β€πŸ’»Join:@barsiisota β•šβ•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β• 
Show all...
πŸ‘ 21❀ 2
Namoota 4000 tu Moosaajii Roosteraa kana buufatee jira. Sana keessa immoo namoota 500 πŸ™† qofaatu Youtube keenya Subscribe godhe. Kuni qaanyii guddaadha. Barsiisota keenya Video daawwachuu Data qusachuuf jecha kan dhiiftan yoo ta'ee illee, Subscribe godhuun fedhii malee kaffaltii isin gaafatu tokkollee hin qabu. Kanaafuu mee barsiisonni keenya qulqulluun warreen tajaajila keenyatti gammaddan qoftiin Link armaaan gadii kana banaati Youtube keenya Subscribe qofa godhaa deebi'a. πŸ‘‰ http://youtube.com/@sbopress πŸ”· Odeeffannoo qulqulluu dhugaa ta'ee fi haala yeroo waliin deemuu qofa isiniif dhiheessine isin tajaajiluun fedhii keessa keenya maddeedha. Galatooma! πŸ™ #share #follow #sbopress #like
Show all...
πŸ‘ 66❀ 10πŸ‘Ž 4
01:30
Video unavailableShow in Telegram
Roostera Barattootaa! πŸ”· Moosaajii Roosteraa kana akkamitti ittiin hojjachuu dandeenya? πŸ”· Password itti galchuun ni barbaachisaa? πŸ”· Password yoo barbaanne hoo eessaa argachuu dandeenya? Gaaffilee jedhamu hundaafuu deebii argachuuf liinkii armaaan gadii kana banuun Video kana guutuu isaa daawwadhaa. Chaanalii Youtube keenya immoo Subscribe gochuu hin dagatinaa. πŸ‘‰ https://youtu.be/02abe_wV48o πŸ”· Moosaajii Roosteraa kana argachuuf Link armaaan gadii kana bani! πŸ‘‰ https://t.me/barsiisotaf/353?single πŸ”· #Share godhuun Barsiisota hunda biraan geenye barsiisonni hojii Roosteraa kana akka ofirraa salphisaan haa taasifnuu! Galatooma! πŸ™
Show all...
πŸ‘ 31❀ 21πŸ‘Ž 7
Moosaajii Roosteraa! Moosaajiin Kuni Bilbila Harka keenya jiru ykn Kompitara (Laptop) Fayyadamnee Yeroo Gabaabaa Keessatti Qabxii Barattootaa Ittiin Hojjachuu kan nu dandeessisuudha. Moosaajiin Kuni baay’ina gosa barnoota baratamuu irratti hundaa’uun Kutaa 1 hanga kutaa 12 tti adda addaan qindaa’e kan jiru yoo ta’u, baay’ina Barattootaa daree tokko keessa jiranii hamma 190 tti nuuf hojjachuu ni danda’a. πŸ”· Moosaajiin Roosteraa Kuni Maal Fa'a Hojjachuu Danda’a? πŸ‘‰ Ida'ama Qabxii Barattootaa! πŸ‘‰ Averege Qabxii Barattootaa! πŸ‘‰ Qaaccessa Qabxii Barattootaa! πŸ‘‰ Cuunfaa Qabxii Barattootaa! πŸ‘‰ Sadarkaa Barattootaa! πŸ‘‰ Barattoota Darbanii fi Hin Darbinee Saalan adda baasee nuuf hojjata! πŸ‘‰ Print gochuuf Mijataadha fi Salphaadha. πŸ”· Eessaa argachuu dandeenya? πŸ‘‰ Deebii πŸ”· Akkamitti Ittiin Hojjachuu Dandeenya? πŸ‘‰ Deebii
Show all...
πŸ‘ 87❀ 24πŸ”₯ 10πŸ‘ 7πŸ‘Ž 6