Mana Barumsaa Balballeettii Sadarkaa 1ffaa. Bara 1956
Ir al canal en Telegram
6 229
Suscriptores
+2124 horas
+717 días
-830 días
Archivo de publicaciones
Repost from SBO Press
Gaaffilee Shaakalaa Qormaata Seensaa Manneen Barnoota Bultii Addaa Sadarkaa 2ffaa
🔦 Bara 2026 tti yuunivarsiitiiwwan Itiyoophiyaa keessa jiran Sadarkaadhaan
1.Addis Ababa University
2.University of Gondar
3.Jimma University
4.Bahir Dar University
5.Mekelle University
6.Hawassa University
7.Haramaya University
8.ASTU
9.AASTU
10.Arba Minch University
11.Dire Dawa University
12.Jigjiga University
13.Debre Birhan University
14.Wolaita Sodo University
15.Debark University
16.Dilla University
17.Unity University
18.Wollo University
19.Debre Markos University
20.Ethiopian Civil Service University
21.Kotebe Education University
22.Mattu University
23.Arsi University
24.Madda Walabu University
25.Ambo University
26.Wachemo University
27.Aksum University
28.Wolkite University
29.Adigrat University
30.Woldia University
31.Assosa University
32.Wollega University
33.Samara University
34.Mizan-Tepi University
35.Bule Hora University
36.Debre Tabor University
37.Werabe University
38.Bonga University
39.Injibara University
40.Kebri Dehar University
41.Oda Bultum University
42.Oromia State University
43.Gambella University
44.Raya University
45.Rift Valley University
46.Selale University
47.Mekdela Amba University
48.Jinka University
49.Dembi Dolo University
50.Borena University
Hiriyyoota keessaniif share godhaa 😊
#Beeksisa
Barattoota #Qormaata_Naannoo_Kutaa_8ffaa Bara 2018 Fudhatan Hundaaf
----------
BBO - Adoolessa 14/2018 Qormaatni Naannoo Kutaa 8ffaa Bara 2018 Waxabajjii 11-12/2018 tti kennamaa ture qabxiin/firiin/ isaa guyyaa boruu Adoolessa 15/2018 Waaree Dura Sa'aatii 4:00 -6:00 keessatti kan ibsamu ta'a.
Kanaafuu, Fuula FB keenya kanarratti akka nu hordoftan beeksifna.
#Hubachiisa:- #Qabxiin_Qormaata_Kutaa_6ffaa guyyoota kudhan booda kan ibsamu ta'uu odeeffannoo argannerraa hubachuun danda'ameera. Obsaan nu eeggadhaa!
#Barsiisotaaf......🙋♂️
Gosoota malleen baruu barsiisuu!
1. Mala Od-ibsaa (Lecture Method)
* Hiika: Barsiisaan odeeffannoo kallattiin barattootaaf dhiyeessuu.
* Fakkeenya: Barsiisaan Seenaa waa’ee gootota Oromoo barattootaaf qofa dhiyeessuu.
2. Mala Marii Garee (Group Discussion Method)
* Hiika: Barattoonni garee xixiqqootti qoodamanii yaada wal-jijjiiruu.
* Fakkeenya: Barattoonni garee 5-5 ta’anii "Maaliif qilleensi naannoo keenyaa faalama?" jedhu irratti mari’achuu.
3. Mala Agaree (Demonstration Method)
* Hiika: Gocha tokko akkamitti akka hojjetamu agarsiisuu.
* Fakkeenya: Barsiisaan Baayoloojii microscopy akkamitti akka fayyadaman agarsiisuu.
4. Mala Marii Paanalii (Panel Discussion)
* Hiika: Namoonni muraasni barattoota dura ta’anii dhimma tokko irratti mari’achuu.
* Fakkeenya: Hayyoonni sadii waa'ee "Miidhaa Narkootikii" barattoota dura ta'anii mari'achuu.
5. Mala Falmii (Debating Method)
* Hiika: Dhimma tokko irratti garee deggeruu fi mormuun falmuu.
* Fakkeenya: Gareen tokko "Barnoonni teeknoolojii caala" yoo jedhu, gareen biraa immoo "Teeknoolojiitu barnoota caala" jedhee morkachuu.
6. Mala Yaada Burqisiisuu (Brainstorming Method)
* Hiika: Yaada hunda osoo hin mormin dafee walitti qabuu.
* Fakkeenya: Barsiisaan "Maqaa bineensota bosonaa beektan hunda dubbadha" jedhee barattoonni akka yaada maddisiisan gochuu.
7. Mala Gaaffii (Questioning Method)
* Hiika: Gaaffii fi deebii giddu-galeessa godhachuu.
* Fakkeenya: Barsiisaan barsiisaa gidduutti "Magaalaan guddoon Itoophiyaa eenyu?" jedhee barattoota gaafachuu.
8. Mala Diraamaa (Drama Method)
* Hiika: Barnoota tokko gocha diraamaatiin agarsiisuu.
* Fakkeenya: Seenaa "Abbaa Gadaa" tokkoo barattoonni diraamaan uffata aadaa uffatanii agarsiisuu.
9. Mala Gahee Taphachuu (Role Play Method)
* Hiika: Barattoonni bakka nama biraa bu'anii taphachuu.
* Fakkeenya: Barataan tokko akka "Barsiisaa", inni biraan akka "Barataa" ta'ee waliin dubbachuu.
Repost from Wiirtuu Beekumsaa waliigalaa worldwide/wk23/
GAAFFILEE SHAAKALAA S.NAANNOO KUTAA 6FFAA(0).pdf5.25 KB
Midline Summary Report Format 2018 (1).xlsx0.57 KB
Midline Summary Report Format 2018 (1).xlsx0.57 KB
Repost from SBO Press
Gaaffilee Shaakalaa Qormaata Madaallii Gahumsa Ogummaa(COC) gosa barnoota Herregaa
Gaaffilee biroo argachuuf Channel keenya #Join godha.
👇👇👇👇👇👇
✅️ @OroAcademic
Repost from Oro Central Station
Gaaffilee Shaakalaa Qormaata Madaallii Gahumsa Ogummaa(COC) gosa barnoota Afaan Oromoo
Gaaffilee biroo argachuuf Channel keenya #Join godha.
👇👇👇👇👇👇
✅️ @OroAcademic
Repost from Oro Central Station
Gaaffilee Shaakalaa Qormaata Madaallii Gahumsa Ogummaa(COC) Deppartiment S/Hawaasaaf kan qophaa'e.
Gaaffilee biroo argachuuf Channel keenya #Join godha.
👇👇👇👇👇👇
✅️ @OroAcademic
Repost from SBO Press
Gaaffilee Shaakalaa Qormaata Maddaallii Gahumsa Ogummaa(COC) gosa barnoota Lammummaa Fi Amala Gaarii
Gaaffilee biroo argachuuf Channel armaan gadii kana #Join godha.
👇👇👇👇👇👇
✅️ @OroAcademic
Repost from SBO Press
Gaaffilee Shaakalaa Saayinsii Naannoo Kutaa 6ffaa
Gaaffilee biroo argachuuf Channel armaan gadii kana #Join godha.
👇👇👇👇👇👇
✅️ @OroAcademic
Repost from SBO Press
Yaadannoo Gabaabaa Afaan Oromoo
Yaadannoon kuni barattoota kutaa 6ffaa, 7ffaa fi 8ffaa illee ni fayyada. Kanaafuu buufattanii dubbisuun qormaata biyyoolessaa fuuldura keessan jiruuf of qopheessuu ni dandeessu.
Repost from SBO Press
Gaaffilee Shaakalaa Saayinsii Waligalaa Kutaa 8ffaa
Gaaffilee biroo argachuuf Channel armaan gadii kana #Join godha.
👇👇👇👇👇👇
✅️ @OroAcademic
