cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking Β«Accept allΒ», you agree to the use of cookies.

avatar

Kello Media

Alagarraa bilisummaa kajeeluu osoo hin taane, qawwee qofaan hadheeffatanii loluutu bilisa nu baasa!

Show more
Finland2 376The language is not specifiedPolitics15 589
Advertising posts
1 728
Subscribers
+824 hours
+297 days
+16130 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Injifannoo Diina AkkaΒ  Malee Rifaasise Kaaba Shaggar kan ona Kuyyuutti lola ijibbaata diinni taasisten leencichi abbaan haqaa injifannoo boonsaa galmeessun *Morgaa- 116 *Madoo- 143 hojiin ala gochuun olaantumman golabe jira! Injifannoon abbaa haqaaf IUOf π™’π˜½π™Šn 𝙃𝙖𝙖 𝙒𝙖𝙖𝙧π™ͺ
Show all...
❀ 5πŸ‘ 1
Aanaa Ganjii Godina wallagga lixaa aanaa Ganjiitti bakka albuuda Warqee bara mootummaa Wayyaanee irraa kaasee baasuun investirootni chayinaa akka biyyeetti ammaarrachuun wayyaanota waliin hirmachaa turte! Bara sana gochaan badii mootummaa Wayyaanee OPDO Uummata naannoo sanaa biratti dallansuu uumaa ture! Kunis kanta'eef investerootni kunniin warqee hedduu irraa guurrachuu malee bu'aan uummatni naannoo argate hinjiru! Achirraa kaasee qabeenyi Kun qabeenya Uummata Oromooti malee qabeenya gabroonfataa miti jechuun WBOn bara 2006 irraa kaasee akka albuudni Warqee Kun hinsaamamne jechuun investeroota chainaa kana irraa ari'ee jira! Haa ta'uutii baatii darban kana keessa mootummaan PP hojiin albuuda baasuu Kun humnaan akka jalqabu jechuun waraana federaalaa hedduu naannoo warqeen ba'u kanatti humna guddaa bobbaasuun warqaa baasuun akka eegalu godhe! Nutis baatii darbe kana keessa akeekkachiisa cimaa itti kenninee turre! Kanumaan Wal qabatee WBOn bakkichatti tarkaanfii cimaa fudhachuun waraana federaalaa kana hedduu ishee achirraa ajjeesee jira! Ammas itti fufa! Uummatni oromoo naannoo kaampii kanaatti akka hindhiyaanne ammas cimsinee isinitti himna!
Show all...
πŸ‘ 7
Photo unavailableShow in Telegram
Kan argaa jirtan kun hundi kan WBOn leenjise eebbisaa jiru isintti hin fakkaatin kan Bobbaa Irbuu Shinniggaatin leencichi booji'e walitti guure dha. π™’π˜½π™Š π™’π™–π™‘π™žπ™žπ™£ 𝙁π™ͺ𝙑𝙙π™ͺπ™§π™–π™©π™©π™ž
Show all...
πŸ‘ 5
01:16
Video unavailableShow in Telegram
Imaltun Imala Kaayyoo Hin Tessu
Show all...
46.78 MB
❀ 5πŸ”₯ 2
Eeruu Jaallanif Toora Guddaattu Arjooti Waraanni Impayeera garee faannoo naanno sana keessa riphxee jirtu waliin ta'un bakka Fuhaafate jedhamu qabatte wan jirtuf jaallan toora sana jirtan akka itti xiyyeeffattan dhaamna.
Show all...
~Nageenyi Qawwee WBOn, Malee Marii Kijibaa PPn, Addunyaa Gowwomsuuf Gaggeessaa Jirtuun Hin Argamu! ~~ Nageenyi waaraa marii kijibaa PPn utuu hin taane rasaasa afaan qawwee WBOn, baatu keessaa dhuka'uun argama. Of-gowwomsuun hintaatu! Uummanni keenya hin burjaaja'inaa! Murni PP, marii siyaasaa waltajjii Idil-Addunyaa gubbaatti WBO waliin gooteen erga injifatamtee as shiraafi daba hanqaaquun siyaasa tortoraa harkatti alaa'e mi'eeffachuuf har'a marii biyyaalessaa jechuun kaadirootaafi deggertoota ishee walitti qabdee Addunyaa gowwomsuuf yaalaa jirtii, argi. Nageenyi waaraa argamuu kan danda'u sobaan utuu hin taane dhugaani. Dhugaan sun ammoo murna PPf liqimfamaa waan hin jirreef dhugichis ejjennoo mataa isaan nagaa waaraa Gaanfa Afriikaatti buusuuf hidhannoo mudhiifi sammuu jabeeffachuun falma gubbaa jira. Dhugaan humna! Dhugaan injifannoodha. Laal! Afaan qawween cabne ammoo afaan qawween impaayeerattii diignee bilisummaa keenya akka ofii keenyaa barbaannetti gonfanna. Marii kijibaa PPn mootummoota Addunyaa gowwomsuuf gaggeessaa jirtu ittuu Impaayeerattii badduu baasa, quba qabaadhu! Oromiyaan Biyya!
Show all...
πŸ‘ 1πŸ‘Ž 1
Somaalee fi Affaar daangaa irratti wal lolaa jiru. Lolli kun guyyaa lammaffaa qabatee jira.
Show all...
Harargee lixaa aanaa Ciroo wajjiira polisii Dhagaa Cabsaa irratti injifannoo boonsaa fudhateera leencichi. IUOf
Show all...
❀ 7
Photo unavailableShow in Telegram
Godina shawaa kabaa aanaa Warra Jarsooti Samichaa fi reebichaa hamaa kan gaggessaa turan qarshi saamaa turan 460,000 waliin qabaman jiru.
Show all...
πŸ‘ 6❀ 2
Irree ofii jabeeffachuu Hiree ofii murteeffachuu Eebba milkii.
Show all...
πŸ‘ 3
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.