en
Feedback
Kello Media

Kello Media

Open in Telegram

Alagarraa bilisummaa kajeeluu osoo hin taane, qawwee qofaan hadheeffatanii loluutu bilisa nu baasa!

Show more
1 512
Subscribers
No data24 hours
-117 days
-6430 days
Posts Archive
Maashinni Waraanaa kaaba impaayerichaatti lola oomishuun beekkamu ajandaa waraana inni dhaluun  barootaf lubbuun dargaggoota gama kibbaa hedduu nyaatamte. Keessahuu dargaggeessi Oromoo lola wikkilinnaa (proxy war) gama sanatti dhalatu keessatti hirmaachun aarsaa guddaa kaaffale. Waraanni dhalatu kamuu xiqqaattus dantaa wayii of keessaa qaba. Dargaggeessi Oromoo garuu tola dinaaf diinasaan loluu keessatti aarsaa hin barbaachifne kaffalaa har'a gahe. Kana jechuun Sabni guddaan kun akka meeshaatti lola ka'uumsaf galiisaa hin beekne irratti hirmaachuu hin qabu jechuu dha. Dhiigni Oromoo kan dhangala'u dhimma Oromoo qofaaf ta'uu qaba. Oromoon ergamaa ta'ee lola isa hin ilaallanne hunda irratti hirmaachurra humna jabaa garee lamaanuu akka isatti dhufanii isa kadhatan gochuu danda'u (decisive factor) ta'uu gochaan agarsiisuu qaba.    Lolli Gaanfa Afrikaa kanarratti dhalatu kamuu kan dantaa Oromootti bu'uu hin sodaatuf murtii Ummatichaa barbaadu ta'uu akka qabu gochuu danda'uu qaba. Humna sirna cunqursaa kamuu jijjiruu ykn diiguu danda'u, akkasuma humna biyyaa fi sirna nagaaf tasgabbii qabu ijaaruu danda'u akkasuma humna nagaaf tasgabbii gaanfa Afrikaaf murteessaa ta'e ta'uu hubachuu qaba. Waraana Godina Gaanfa afrikaa jeequf deemu kana humni dhaabuf tasgabbeessuu danda'u humna Oromoo qofa ta'uu Addunyaatti agarsiisun dirqama. Nagaaf Tasgabbiin Oromiyaa keessa yoo jiraate qofa Impaayera Ethiopias ta'ee Gaanfa Afrikaatti nagaan dhufa. Humni alaa Gaanfa Afrikaa kana irratti nagaaf tasgabbii fiduu barbaadus  nu ergatee odoo hin taane nu waliin ta'ee ta'uu qaba. Kanaaf bifa kamiinuu Diinni keenya yeroo dogoggora raawwatu (ykn wal-lolu), gidduu galanii sirreessuf yeroo ofii gubuurra dhimma keessoo ofii irratti calleensan hojjechuutu murteessa dha.     Carraaf balaa wal dhaba diinaa xinxaalun humna jabaaf murteessaa ta'uuf hojjechuu feesisa. Hiree argame hundaan Qumaara taphachuurraa gara Humna Keessoo ofii Jabeessuu (Internal Consolidation)tti ce'uu gaafata.          Gara Kaabatii humni murteessan nuti Qabnu tokkichi waraana mataa Daabee  Zoonii kaabaa jiru qofa !

Dubbii Ajajaa Ol Aanaan ABO WBO Jaal Marroon Gaaffiif Deebii Miidiyaa Wajjin Godhan Keessaa Kan fudhatameedha. “Mootummaan ku
Dubbii Ajajaa Ol Aanaan ABO WBO Jaal Marroon Gaaffiif Deebii Miidiyaa Wajjin Godhan Keessaa Kan fudhatameedha. “Mootummaan kun Afaan qawwee qofa beeka. Ammaaf Afaanuma isaan beekan, Afaan Qawweee qofaan wajjin haasofna!” “Lolli keenya namoota nagaa waliin utuu hin taane, sirna saba keenya cunqursee dhaloota darbaniif miidhaa jiru irrattii fi Sirna Oromoo lammii biyyattii keessaa gad buusee ilaaluun wal waraanaa jirra, kaayyoon keenyammoo sirna diimookraatawaa hunda haammatu kan fedha ummataarratti hundaaye ijaaruudha” jechuun Marroon dabalanii dubbataniiru. Liqimsuun barbaachisaadha. Abbaa keenya, hooganaa keenya... Waa hunda keenya!!!

suuraa kana maxxansanii haquun RIB fuula miidiyaa hawaasaa isaanii irraa dhahannaa onnee Isaayyaas ilaaluuf moo maali laata?
suuraa kana maxxansanii haquun RIB fuula miidiyaa hawaasaa isaanii irraa dhahannaa onnee Isaayyaas ilaaluuf moo maali laata? Waan itti hin amanamne maaliif dursa maxxansan? Nullee mirqaansanii nu gaddisiisan🤣🤣

Finxaa**leyyiin Faan*noo Amaa*raa kun gariin karaa nagaa galeera kan hafe barbadaa***yeera nuun hin jenneeyii isaan kun Maalidha? Nagaan Oromiyaaf haa tahu!

#Alert Kolonel abiyyiin tikoota dhokatoo (spy) warra jedhaman leenjisee eebbisuun isaa dhiheenya kana! Akka odeeffannoo argannetti! Warri leenji'e kun irra guddaa keessoo pp ta'anii warra diina ppf hojjetan, hojjetoota mootummaa malaan maltummaa irratti bobba'an qoratee hordoffii guddaa booda tarkaanfii ajjeechaa dhoksaan akka irratti raawwatan murteessee jira. Jarreen kana keessaa namoota 350f mana jireenyaa qaalii magaalaa finfinneetti ijaaree kenneef. Miindaan isaanii durgoo malee 100,000 . Jarri kun kolonel abiyyii jala garagalu taanaanis ni ajjeefamu. Jarri spy tikni basaasaan kun abbaa dhimmaa fakkaachuun wajjiraalee  federaalaa hagaa naannootti ni hojjetu! Mana qopheessaa fi wajjira kantiibotaa ni seenu! Qabsaa'ota fakkaachuun ni socho'u! Haleellee barbaadan yoo fudhatan qaamni isaan qabu hinjiru! Miseensota keenya taatanii warreen mana hojii mootummaa keessa jirtan of eeggannoo godhaa! Nama tokko adda baastanii hubattan malee waliin dubbii addaa hintaasisinaa! Ajjeechaan kolonel abiyyii kan duraan koree ajjeechaa jedhame gara ajjeechaa nama tokkoon raawwachuutti dabree jira! Akka bara dargii sana qay shibbir jechuuf deema namichi! Paartiileen siyaasaa illee dhoksaan ajjeefamuu danda'u! Kanaaf of eeggannoo tolchaa! Oromiyaan Biyya

Odeessa 4kiloo ============= Odeessa qabatamaa amma argannen baanki biyyaatti kamiyyuu keessatti account nama dhunfaa irratti birr miliyoona 100 ol guyyaa 90f sochii hin taasisin jira taanan birrin achirraa jiru gaaffi abbaa qabeenyan ala akka gara account motummaatti akka fudhatamuu ajajii gahee jira. Hanga ammattis akka biyyatitti namoota ykn abbaa qabeenya 35 ol feedhi isaanin ala birriin bahee akka jiru bira geenyerra. Biyya kun Yoo argattes Yoo dhabdees Kan jiraachuf rakkoo taate jirti. Tokkummaan Falmadhu Of-irraa Darbii.

▶️ Gareen Hayiluu Gonfaa fi fakkaatota gandaan ijaarame,kan maqaa "obbolaa lamaan gidduutti lolli ta'u, haa dhaabbatuu" Silence the Gun"jedhu qabattee siyaasa pp foffooyyessaa akka turte miidiyaa hawaasaa warri hordoftan ni yaaddattu jedheen hubadha. Ammoo achirra dhaabbatanii gantoota muraasa asiin dura rifeensa irratti hambisanii iddoo gara garaatti bobbaasanii uummata ajjeesisaa turan, kanneen saamicha uummataa irratti bobbaasanii fi isaan maqaa WBO xureessuuf wiigii mataatti kaa'anii bifa WBO fakkeessuun yakka bifa gara garaa ittiin raawwachaa turan ni yaaddattu. Ardha ammoo siyaasaa dadhabaa uumuun maqaa WBO'tu ergaa isaanii "Silence the Gun"jedhu kana kabajee,karaa nagaan gale,jedhanii fakkeessuuf Giddaa Ayyaanaa'tti waa qopheeffachaa jiru. Qindoomina pp'n WBO fakkeessuun uummata oromoo irratti yakka hojjechaa turte kana keessatti hirmaatee hojjechaa kan turee fi gantuu turaa miseensa Faqqadaa kan ta'e Mooseen keessatti argama.

Loltoonni Giinii-Bisaawuu Fonqolcha Mootummaa raawwachuun aangoo qabachuu isaanii karaa fooddaa televijiinii mootummaatiin mi
Loltoonni Giinii-Bisaawuu Fonqolcha Mootummaa raawwachuun aangoo qabachuu isaanii karaa fooddaa televijiinii mootummaatiin mirkaaneessan Loltoonni Giinii-Bisaawu fonqolchaa Mootummaa raawwachuun angoo qabachuu roobii kaleessaa televijiinii mootummaa biyyatti irratti bahanii mirkaneessan. Filannoo biyyaalessaa biyyattii erga gaggeeffame guyyoota sadii booda naannoo masaraa pirezidaantichaatti dhukaasni banamuu isaa gabaafamee ture. Kanaanis Pireezidaantichi humnaan aangoo irraa fonqolfamuun mana hidhaatti darbatamuu isaa miidiyaan Faransaayi ibseera. Giinii Bisaawuun erga walabummaa argattee as fonqolcha mootummaa yeroo afur irratti raawwatameera.

Addunyaan warra eeggatan osoo hin taane warra socho'aniif jilbeenfatti. Booji'aanii irraa guuruun itti fufa... WBOn Duratti..
+2
Addunyaan warra eeggatan osoo hin taane warra socho'aniif jilbeenfatti. Booji'aanii irraa guuruun itti fufa... WBOn Duratti.... Injifannoon akkuma itti fufeetti jira. IUOf

Faannoon ergama kan fudhattu 4Kiloo Irraati kan jennuuf kanaaf. Gareen abbooti amantii dhimma dhumaati nama nagaa naannoo Ars
+2
Faannoon ergama kan fudhattu 4Kiloo Irraati kan jennuuf kanaaf. Gareen abbooti amantii dhimma dhumaati nama nagaa naannoo Arsiiti dhumatan qorachuuf bobbaa'e ibsa dhengadda kennaanin rakkoo sana guutummaati kan rawwaate faannoo dha jedhanii wan dhiyeessanif qaama motummaa irraa dararri cimaan irra gahaa abbootin amantii kun himachaa jiraachu jiru. Akka gareen qorannoo yakkaa abbooti amantaa kun jedhaniitti taate badii sanaa kan rawwaate shanee jettan cimsitan ibsa keessan keessatti dubbachuu diddaan kanaaf dogoggora qabna jedhaati ibsa dabalataa midiyaaf kennaa yeroo jedhamanitti garee haaraa hundeessa ergadha malee nun lamuu ibsaa hin laannu jechun dura dhaabbatani jiru. Kanaaf sababi dhugaa jiru dubbanneef rakkoo nurra gahaa jiru hawaasi keenyalle nuf baruu qaba jechuun dubbatnii jiru.

Dhimmi Icciti J/Geetachoo Guddiinaa Naanno B/Gumuziitti Kaampi Waraanaa Haaraa Banee Leenjif Itti Jiru Saxilamee. Kaampi haar
+3
Dhimmi Icciti J/Geetachoo Guddiinaa Naanno B/Gumuziitti Kaampi Waraanaa Haaraa Banee Leenjif Itti Jiru Saxilamee. Kaampi haaraan nama kuma 10n simate keenjisu danda'uu Naanno B/Gumuz aanaa Mangee naanno laga Dabbuus irratti Baasi Arab Emirates dhaan ijaarame akka xumuramee jiru iccitin gola diinaa nu dhaqabee jira. Kaampi leenji waraanaa kana kan hogganuu J/Geetacho Guddiinaa yoo ta'u leenjifamtooni K10 kun ammoo kan dhufan dargaggoota Sudan kan loltoota RSF illee akka dabalatu keessa beektoni ni dubbaatu. Kunimmoo kan agarsiisu K/Abiyyi Sudan'nis loluuf akka karoora qabu dha jedhu keessa beektoni.

Baalagummaa kana laalaa mee! Bunni Oromoo biratti wayyuudha. Asheeta bunaa kana fakkaatu gaaza raphanii gubuu dhiisii, isa uu
+2
Baalagummaa kana laalaa mee! Bunni Oromoo biratti wayyuudha. Asheeta bunaa kana fakkaatu gaaza raphanii gubuu dhiisii, isa uumamaan mukarraa lafatti kufeeyyuu irra ejjachuun safuudha. Gaafa joollee ooyruu bunaa keessa yoo deemnu firii lafatti agarru guuruu dhabne irra ejjannaan ni garafamne ture. Addaggeen garuu safuu hin beektu. Buna qonnaan bulaan itti dafqe, yennaa guduunfatee gabayaa geessuuf deemu karaatti eegdee irraa fuutee lafatti jigsitee gaaza itti facaaftee gubdi. Sanuummoo saalfii malee waajjirri kominikeeshinii maxxansa! Laalaa mee bunni milishaan ‘daldala seeraa alaa’ jettee qabde  tun kiiloo kudhan hin caaltu. Waanuma wonnaan bulaan ykn haati warraa gabaa geessitee gurgurtee soogidda itti bitattuudha. Imimmaan ummata kanaa isinuma gubuuf taa’a.

Walta'iinsi biyyoota Galaana Diimaa Masrii fi Sa'ud Arabiyaan ijaaraaman kan 'Red Wave 8' jedhamuu fi hirmaannaa biyyoota bir
Walta'iinsi biyyoota Galaana Diimaa Masrii fi Sa'ud Arabiyaan ijaaraaman kan 'Red Wave 8' jedhamuu fi hirmaannaa biyyoota biroo afurii qabu shaakala waraanaa galaanaa waloon eegalan. Shaakalli waloo kun humnoota galaanaa Masrii, Sa'udii, Joordaan, Sudaan, Yaman fi Jibuutii irraa hirmaataniin kaleessa eegaluu isaa dubbi-himaan waraana Masrii beeksisuu miidiyaan biyyatti Ahram online gabaasera. Faarsee bulaan galaanaa diimaa buuna jedhu kana quba qabaa laata 😁

Ergaa dargaggeessi naato qabeessi tokko dhibee balaafamaa kaanserii sammuun qabamee hiriyoonni fi maatiin isaa dhiphina hamaa
Ergaa dargaggeessi naato qabeessi tokko dhibee balaafamaa kaanserii sammuun qabamee hiriyoonni fi maatiin isaa dhiphina hamaa keessa jiru jedhu tokko irra deddeebiin karaa ergaa keessoo na qaqqabaa turuu ammuman seenee arge. Ani akka tasaa online irra hin turre. Egaa lubbuu dargaggoo kanaa balaa irra hambisuun gahee nama hundaati. Lubbuu qaroo kanaa hambisuuf gatii ciree keenya yookan laaqana keenyaa herrega isaa irratti galchuufiin du-a harka isa buufachuu dandeenya! Itti dabalee guyyaa borii sa'a 2:00 irratti karaa toora facebook live Master Abinet maallaqni walitti guuramaaf jedhamee waan jiruuf, namni hundi yeroo murtaa'eef wal gahee waan deggeruuti qabdan akka deggertan kabajaaf jaalalaan isin gaafadha! Abraham Bacha Regasa 1000055969985 COOP Abraham Bacha Regasa 1478361200001 OIB Abraham Bacha Regasa O13200887216300 Awash Abraham Bacha Regasa 1000531215404 CBE

Jiddu gala marsan michuuwwan koo galaa baatu,🤗 Beegii hanga nyamariitti wal tarree yaatuu!✌️💝 “Biiftuu baate fafakkaattuu”🥰 Mogor irraa marsan michuuwwan koo dhaqaa laalaa,😍 Boosatii hanga sololootti itti naa dhaamaa!👌❤ Aarsaan dhuftanii “GALATOOMAA!!”❤💚❤

Qeellam Wallaggaa Daallee Sadi =====----======================== "𝐐𝐞𝐥𝐥𝐞𝐦 𝐖𝐚𝐥𝐥𝐚𝐠𝐠𝐚𝐚 𝐀𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐃𝐚𝐚𝐥𝐥𝐞𝐞 𝐒𝐚𝐝𝐢𝐢 𝐡𝐚𝐧𝐠𝐚 𝐡𝐚𝐫'𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 01/3/2018𝐭𝐭𝐢 𝐦𝐢𝐢𝐧𝐝𝐚𝐚𝐧.𝐧𝐮𝐮𝐟 𝐡𝐢𝐧 𝐤𝐚𝐟𝐟𝐚𝐥𝐚𝐦𝐧𝐞 𝐇𝐨𝐣𝐣𝐞𝐭𝐚𝐚 𝐦𝐨𝐨𝐭𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐮𝐦𝐚𝐚𝐟. 𝐉𝐢'𝐚 𝐝𝐚𝐫𝐛𝐞𝐬 𝐠𝐚𝐚𝐟𝐚 8/2/2018 𝐛𝐨𝐨𝐝𝐚 𝐤𝐚𝐟𝐟𝐚𝐥𝐚𝐦𝐞 𝐤𝐚𝐧 𝐣𝐢'𝐚 𝐅𝐮𝐥𝐛𝐚𝐧𝐚𝐚𝐚 𝐫𝐚𝐤𝐤𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐫𝐫𝐚. 𝐌𝐚𝐚𝐥𝐨𝐨 𝐪𝐢𝐥𝐥𝐞𝐞𝐧𝐬𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐨𝐨𝐥𝐜𝐡𝐢 𝐬𝐚𝐠𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐧𝐮𝐮𝐟 𝐭𝐚𝐡𝐢"

Injifannoo H/G/W Aanaa Jimmaa Gannatii ganda Guddattuu gannatii naannoo kamisee jedhamutti Niqiloonni dirmannaa waan kaleessaa sanaaf fiigaa turte namni sadii (3) madoo sagal (9) immoo konkolaataa irraa Kimbil jettee amma hospitaala Shaambuu keessaa caraanaa jirti. IUOf

83. Adunya Ireso...... Welega... Alibo 84. Izaddin......W.Hararghe...chiro 85. Alazar kelbesa...W. Welega...Inango 86. Zewdu Siyum...W. Shewa...Adeaberga...Mugar 87. Hora Banti Irena....Ilu Ababor...Gachi 88. Abbas Abduraman....W.Hararghe...Mesela 89. Feyisa Dadhi...W. Shewa...Mugar 90. Chala Mohammed Ahmed...E.Hararghe....Haromaya 91. Bari Seid Ali...W. Hararghe...Mesela 92. Soboka Dilgasu...W. Shewa...Midekign 93. Fahmi Abduraman...Hararghe...Calanko 94. Abdata Olansa...W. Shewa...Ambo 95. Lenco Dinkesa....W. Shewa...Wadesa 96. Abdalla Muhamad Ibro...W. Hararge...Asabot 97. Biruk(Tolasa) Dhufera...W.Shewa...AbunaGindabarat 98. Abdellaa Mohamed.....W.Hararghe...Mieso 99. Yasino Abdalla Ali....W.Hararghe...Mieso 100. Abdala Hasan ...... W.Hararge...Mieso 101. Musa Hasan....W.Hararge....Miesso...sodoma 102. Abdulhakim....W. Hararghe...Mieso..buri 103. Ahmad...W.Hararghe...Mieso...Anano 104. Adam Abdala Ali ...W.Hararghe...Mieso 105. Mohammed Nama...W.Hararghe...Miesso 106. Shelema Teresa...Welega...Jimarare...Goban 107. Muhamad Adem Roba...W.Hararghe...Asabot...Wajaji 108. Birhanu Gadisa...W.Shewa...Wadesa 109. Usmail Sufyan Adem...W.Hararghe...Doba 110. Abeba Lata....W.Shewa...Jibat...Shanan 111. Zerihun Jirenya Beyene......E. Welega.... Arjo Gudetu 112. Gabayyoo Amsalu …………W/Shewa, Bakkoo Tibbee 113.  Tahir Abdu ……………. …..In Arsi,Qadiir 114.  Barihunu Shibiruu …………W/Shewa, Iluu Galaan,Ijaji 115.  Abara Dhabaa………………S/W/ Shewa,Qarsa Mallima, Habebe 116.  Ishetu Fedhessa……….. …W/Wallega,Canqaa 117.  Almazi Guddata ……………W/Wallega,Canqaa 118. Labata dinkessa …………...W/Shewa,Ambo 119. Bari Said Aliyyi ……………..W/Harargee,Masala 119.  Awayi Aliyyi …………………W/Arsi,Adaba 120.  Chala Ahmed ………………Hararge,Haromaya 121. Addisu Tariku……………….E/Wallega,,Arjo guddatu 122.  Zerihun Jirenya……………..E/Wallega, Arjo Guddatu 123. Dirriba Balacho …………….S/W/Shewa,Tole Abebe 124. Kuma Lebjisa ……………….S/W/Shewa,Tole Abebe 125. Dadhii Kumsa………………..S/W/Shewa,Tole Abebe 126. Bekele................................W/shawaa,Dandii 127. Raggaasaa Caalaa…….........W/Shewa,Gincii 128.  Alaminaa Mangashaa ………W/Shawa,Ilfataa goso mika'elitii 129 Gabayyo …………………...…E/Wallega,Sasigaa 130. Alamigana Tashoma………. W/Shewa,Ambo, Biloo 131. Toleraa Lelisaa ………………W/S/Shewa,Iluu ,Amdoo Migiraa 132. Darajjee Gonfaa………………W/Shewa,Jalduu, Bichoti 133. Ifaa Indiris ……………………..W/Arsi/Booraa,Deeggaa 134. Shaashoo Firdiisaa……………E/Wallega,Horroo guduru,Waatiyyo 135. Qananii Fiqaaduu……………..E/Wallega,Horroo guduru,Waatiyyo 136. Tolosa Dufera Obsina ……….W/Shewa,Abune Gindabrat. 137. Badhadha Kabada……………W/Shewa,Muger. 138. Yadata Guya ………………….W/Wallega,Horra Sabbu. 139. Wandimne Wayesa………......W/Wallega,Horra sabbu. 140. Tajir Xaha Adam……………...E/Hararge,Malkaballo. 141. Magarsa Mohamad…………..E/Hararge,Malkaballo.

Sadaasa 9 Guyyaa Yaadannoo Waggaa 20ffaa FDG  Kan ol Kaasne Leellisnuf Dhiiga Qaroo Of-Biraa Dhabne Kanatu Nu Dura Deeme Nu Maraaraf =============================== Maqaa Qaroo ilmaan Oromoo 141 mormiin Sadaasa dhooyee as Wayyaaneen ajjeefamaniiti keessaa hanga tokko😞 Name                                Location 1. Gezahegn Oliqa....Welega...Horoguduru 2. Gutu Abera Deresa.....W.Welega..Guliso 3. Karasa Chala.....W. Welega....Guliso 4. Debala Tafa Robi..... N. Shewa....Fiche 5. Dejene Serbesa......W.Shewa...Tole 6. Mifta Juneydi Bushira.....W.Hararghe...Badano Furda 7. Murad Abdi..... …….E.Hararghe, Haromaya 8. Lucha Gamachu......W. Walaga...Inango 9. Ayana Banti..............W. Walaga...Inango 10. Tafari Dhangia.........E. Walaga.Jimarjo 11. Dame Dabali............W. Walaga..Maqnajo 12. Gamachis Tilahun....W. Walaga..Najo 13. Tilahun Mulata.........W. Walaga.D/Dolo 14. Kano Tola.................E. Waolaga..Gabate 15. Ebisa Tucho.............E.Walaga...Fincha 16. Alazar Kalbesa.........W. welega 17. Bekele Soboka........ W. Shawa...Mugar 18. Bekele Seifu.............W. Shawa...Mugar 19. Chala Tashoma........W. Shawa...Babicha 20. Abdeta Bayisa.........W. Shawa...Babicha 21. Dule.........................W. Shawa...Gedo 22. Tamene Tsegaye...........W. Shawa...Gedo 23. Daraje Gadisa..........W. Shawa....Gedo 24. Fikadu Girma...........W. Shawa....Gedo 25 . Ulfata Chimdi...........W. Shawa...Ambo 26. Girma Ragasa..........W. Shawa...Ambo 27. Lamesa Fayisa........W. Shawa...Ambo 28. Chalchisa Gonfa.....W. Shawa...Asgori 29 .Bilbila Lalisa.............W. Shoa..Asgori 30. Debela Tafa............N.Shawa...Chancho 31. Diso Milkesa...........SW. Shawaa...Ilfata 32. Yalaw Damise.........SW.Shawa..Ilfata 33. Abebe Bulo.............SW.Shawa...Waliso 34. Tade Sefera............SW.Shawa...Amaya 35. Solomon Mogos.....SW.Shawa...Amaya 36. Lencho Hundara.....SW.Shwaa...Waliso 37. Sarbesa Sirnesa.....SW.Shawa...Citu 38. Ayana Rikita...........SW.Shawa..Waliso 39. Wako Moroda.........SW.Shawa..Waliso 40. Habtamu Tsagaye..SW.Shawa..Waliso 41. Tariku Asefa............SW.Shawa..Waliso 42. Boru Gutama...........SW.Shawa..Amaya 43. Inawagaw Hayilu....W.Shawa..Gindabrat 44. Abdeta Lata...........W.Shawa..Gindabrat 45. Bayisa Gedafa.......W.Shawa..Gindabrat 46. Tadesa Dhaba.......W.Shoa..Gindabrat 47. Kabade Tafa...........W.Shawa..Gindabrat 48. Tadese Tsige.........W.shawa....Gindabrat 49. Tadese Dhaba.......W.Shawa..Gindabrat 50. Biranu Hayilu.........W.Shawa..Gindabrat 51. Tadese Abdisa.......W.Shawa..Wanchi 52. Kebede Tadesa......W.Shawa..wanchi 53. Daraje Warkine........W.Shawa..Wanchi 54. Sirnesa Sarbesa......W.Shawa..Wanchi 55. Tashale Irgesa.........W.Shawa..wanchi 56. Aschalo Worku........W.Shawa..Ginchi 57. Seifu Tura................W.Shawa...Ginchi 58. Zarihun..NA.............W.Ginchi 59. Gelane Bekana.........W.Shawa....Chitu 60. Ashenafi .....NA........W.shawa...Ginchi 61. Dinka Chala..............W.Shawa...Ginchi 62. Tsagaye Abara.........W.Shawa..Jaldu 63. Tadasa Jambare......W.Shawa...Jaldu 64. Baqalaa Ragasa......W.Shawa.. Jaldu 65. Biranu Bajiga...........W.Shawa....Jaldu 66. Chaltu Tadesa.........W.Shawa....Jaldu 67. Dajane Bayisa..........W.Shawa....Jaldu 68. Nato Guluma............W.Shawa....Jaldu 69. Magarsa Baji............W.Shawa....Jaldu 70. Bekele Tumsa...........W.Shawa...Jaldu 71. Abeba Gabisa...........W.Shawa....Jaldu 72. Huseen Dula.............W.Arsi...Hadaba 73. Misra Haji Nabo.........W.Arsi...Dodola 74. Nasredin Mohamed...W.Arsi..Hadaba 75. Awel Ibrahim.....W.Arsi....Hadaba 76. Tolasa Lelisa...Welega....Horoguduru...Watiyo 77. Birhanu Dinka...W.Shewa...Wanchi 78. Ababa Gabisa...W. Shewa...Dandi..Galesa 79. Murata Alemu...Sululta 80. Meserat Dinka...... Welega...Lalo Qile 81. Tilahun Gemechis...Welega....Najo 82. Merete Alemu Gutema...Sululta