EJEREE ACADEMY
Open in Telegram
👉The main content of this channel ✅ Entrance Questions(EUEE) ✅Short notes ✅Text books ✅ Teacher guide ✅ General knowledge ✅For contact us @Ejeree1 👉👉⚡⚡⚡⚡ And More⚡⚡⚡ 👉JOIN AND SHARE YOUR FRIENDS!⚡⚡⚡⚡⚡⚡⚡
Show more5 772
Subscribers
-524 hours
-137 days
-6030 days
Posts Archive
5 772
#Kutaa_12ffaa #Kutaa_8ffaa #Kutaa_6ffaa #BBO
Naannoo Oromiyaatti bara 2018 barattoonni miiliyoona 1.1 ol ta'aan qormaata biyyaalessaa fi naannoo ni fudhatu.
Naannoo Oromiyaatti Waxabajjii 8-10 kan kennamu qormaata naannoo kutaa 6ffaa barattoonni 547,351 ni fudhatu.
Akkasumas Waxabajjii 11 fi 12 bara 2018 kan kennamu qormaata naannoo kutaa 8ffaa barattoonni fudhatan 430,152 dha.
Gama biraatiin qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 barattoota 202,671'f ni kennama.
Barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 naannoo Oromiyaatti fudhatan kanneen keessaan barattoonni kuma 113 ol karaa online qormaata kana akka fudhatan ni eegama.
Barattoota qormaata kutaa 6ffaa, 8ffaa fi 12ffaa fudhattan hundaaf Carraa Gaarii!
5 772
Which of the following taxonomic categories of organisms is in the correct sequence?
5 772
Which one of the following diseases and their mode of transmission is correctly
matched?
A. Candidiasis-droplet infection
B. Salmonellosis-contaminated food
C. Chicken pox-fecal-oral-route
D. Common cold-direct contact
5 772
The binomial system of naming developed by Linnaeus comprises two names.Which hierarchical groups are used?
A. Kingdome and species
B. Order and family
C. Genus and species.
D. Kingdome and phylum
5 772
Which one of the following chemical reactions summarizes the process of photosynthesis?
A. 6CO2+6H2O→C6H12O6+6O2+ATP
B. C5H10O5+6O2→6CO2+12O2+12H2O
C. C6H12O6+6O2→6CO2+6H2O+ATP
D. 6CO2+12H2O→C6H12O6+6O2+6H2O
5 772
What is the basic difference between anabolism and catabolism?
A. Catabolism is condensation while anabolism is hydrolysis reaction.
B. Anabolism is related to respiration while catabolism is to photosynthesis.
C. Anabolism is energy absorbing while catabolism is energy releasing process.
D. Catabolism is a constructive while anabolism is destructive reaction.
5 772
🖊English: Grade 12 Entrance Questions
🔻1995-2015 EUEE: on "Letter Writing" with Answers!!
@Qesemacademy ⭐
5 772
✅2016 Entrance
✅Subject: Chemistry
✅ Grade 12 Part only
🔰 Contains 27 questions with answers and detail explanations
5 772
2015 Entrance
Subject: Chemistry
https://t.me/Ejeree_academy
https://t.me/Ejeree_academy
https://t.me/Ejeree_academy
5 772
🔰2016 Entrance exam With Answers
🔰 Subject: Chemistry
JOIN AND SHARE
👇👇👇👇👇👇👇
@EjereeAcademy
@EjereeAcademy
@EjereeAcademy
5 772
Repost from EJEREE ACADEMY
#Barattoota_kutaa_12ffaatiif
Barattoonni kutaa 12ffaa qoormaata"online" toora weebsaayitii https://exam1.ethernet.edu.et kana fayyadamuun shakalaa akka jirtan abdiin qaba.
Mee har'a immoo qoormataa online keessatti wantoota murteessoo fi heedduu isin fayyaadanin isiniif qooda.
1. Faayidaa #flag_questions
"Flag_questions" faayidaan isaa gaaffii isin dhibe ykn deebii isaa shakkitan boodarra itti deebitanii "check" gochuuf isin gargara yoo #flag_question taasistan
2. #Clear_my_choice
Kun immoo deebii keessan jijjirruuf isin fayyaada.
#Hubaachisa: yeroo hundayyuu filannoo gaaffii yeroo jirtan" Clear my choice" taasisuu qabdu.
Yoo" clear my choice" osoo hin taasisin jirtan koompitaarri deebii jalqaba guuttaniin qabata.
Kanaafuu yeroo hundayyuu filannoo deebii keessanii yoo jijjirtan clear my choice gochuu hin dagaatinaa!
5 772
#Update
#Kutaa_12ffaa
Odeeffannoo Lakkoofsa Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018
564,219 ➫ Barattoota qormaataaf galmaa’an
306,964 ➫ Barattoota Qormaata damee Saayinsii Uumamaa fudhatan
257,255 ➫ Barattoota Qormaata damee Saayinsii Hawaasaa fudhatan
570 ➫ Wiirtuuwwan qormaataa naannolee keessatti qophaa’an
667 ➫ Wiirtuuwwan haala addaan qophaa’an
122,000 ➫ Koompitaraawwan qormaataaf qophaa’an
97 ➫ Dhaabbilee Barnoota Olaanaa qormaanni keessatti kennamu
🔔 Qormaanni Kutaa 12ffaa bara kanaa kitaabota barnootaa kutaa 9ffaa hanga 12ffaa irratti qofa kan hundaa’e ta’uu fi sirna barnootaa haaraa waliin guutummaatti kan walsimu ta’uu isaa Tajaajilli Madaallii fi Qormaata Barnootaa beeksiseera.
Available now! Telegram Research 2025 — the year's key insights 
