EJEREE ACADEMY
رفتن به کانال در Telegram
👉The main content of this channel ✅ Entrance Questions(EUEE) ✅Short notes ✅Text books ✅ Teacher guide ✅ General knowledge ✅For contact us @Ejeree1 👉👉⚡⚡⚡⚡ And More⚡⚡⚡ 👉JOIN AND SHARE YOUR FRIENDS!⚡⚡⚡⚡⚡⚡⚡
نمایش بیشتر5 559
مشترکین
+724 ساعت
+297 روز
-1430 روز
آرشیو پست ها
5 559
#Waamicha
#Woldia_University
Yuunivarsiitiin Waldiyaa barattoota isaa haaraaf(freshman) fulbaana 26 fi 27 Waamichaa taasiseera.
5 559
+1
#Ayyaana_Irreechaa
Ayyaanni Irreechaa Bara Kanaa Fulbaana 23 fi 24 Akka Kabajamu Ifoome
Gamtaan Abbootii Gadaa Oromoo guyyaa ayyaanni Irreechaa malkaa fi tulluu kan bara kanaa itti kabajamu ifoomseera. Akka ibsa Gamtaan Abbootii Gadaa hawaasaaf ifa taasiseetti, ayyaanni Irreechaa bara 2019 (A.L.I) guyyoota Fulbaana 23 fi 24 haala ho'aa fi miidhagaa ta'een kan kabajamu ta'a.
Haaluma kanaan sagantaa qabameen, ayyaanni Irreechaa Hora Finfinnee magaalaa Finfinneetti guyyaa Sanbataa, Fulbaana 23 kan kabajamu yoo ta'u; itti aansuudhaan ayyaanni Irreechaa Hora Harsadii magaalaa Bishooftuutti guyyaa Dilbataa, Fulbaana 24 sirna aadaa isaa eeggateen kan kabajamu ta'uun beekameera.
Ayyaanni Irreechaa mallattoo tokkummaa, nagaa, araaraa fi galateeffannaa saba Oromoo waan ta'eef, uummanni bal'aan aadaa fi safuu isaa eeggatee, obbolummaa fi jaalalaan akka kabajatu waamichi dhiyaateera. Qophiin ayyaana kanaas haala nagaa fi tasgabbii qabuun akka xumuramuuf hawaasni gahee isaa akka bahu yaadachiifameera.
5 559
🔰2018 Biology Entrance exam Second Round
https://t.me/EjereeAcademy
https://t.me/EjereeAcademy
https://t.me/EjereeAcademy
5 559
English round 3 university entrance exam of 2018!
For more, join us!
@Ejereeacademy
@EjereeAcademy
5 559
#Beeksisa
#ASTU
Barattoota Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teeknoolojii Adaamaa Bara 2019 A.L.I Idilee digirii Duraa (Undergraduate) fi digirii 2ffaa/PhD(Post-graduate) Haaraa fi buleeyyii hundumaaf:
Guyyaan galmee Fulbaana 20 fi 21/2019 A.L.I ta'a.
Barattoota haaraaf ibsi (Orientation) kan kennamu Fulbaana 22/2019 A.L.I ganama keessaa sa'aatii 3:00 irraa eegaleet.
Akkaasumas guyyaan galmee adabbii waliin Fulbaana 22/2019 A.L.I kan ta'u yoo ta'u, barumsi kan eegalu Fulbaana 25/2019 A.L.I ta'uu beeksisan.
Barattoonni haaraa yeroo galmeef dhuftan:
1. Waraqaa ragaa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa oorijinaalaa fi koophii.
2. Tiraanskriiptii kutaa 9-12 kan barattan originaalaa fi koophii.
3. Suuraa saayizii paaspoortii 4
4.Uffata qorraa fi halkanii (Amsoolaa, uffata boraatii).
5. Uffataa ispoortii fi kophee qabachuun akka dhuftan beeksisaa.
Guyyoota armaan olitti ibsamaniin ala dursee yookiin turee kan dhufe barataa kan hin keessumsiifamne ta'uu beeksisan.
@EjereeAcademy
5 559
Beeksisa

🔰 2017 Biology EUEE with answers and Details explanations
🔰Grade 12 part only from unit 1-6
https://t.me/EjereeAcademy
https://t.me/EjereeAcademy
https://t.me/EjereeAcademy