uk
Feedback
EJEREE ACADEMY

EJEREE ACADEMY

Відкрити в Telegram

👉The main content of this channel ✅ Entrance Questions(EUEE) ✅Short notes ✅Text books ✅ Teacher guide ✅ General knowledge ✅For contact us @Ejeree1 👉👉⚡⚡⚡⚡ And More⚡⚡⚡ 👉JOIN AND SHARE YOUR FRIENDS!⚡⚡⚡⚡⚡⚡⚡

Показати більше
5 559
Підписники
+724 години
+297 днів
-1430 днів
Архів дописів
Repost from N/a
Entrance Exam ከ 550+ በላይ ማምጣት ለሚፈልግ ብቻ ⭐️

#Waamicha #Woldia_University Yuunivarsiitiin Waldiyaa barattoota isaa haaraaf(freshman) fulbaana 26 fi 27 Waamichaa taasiseer
#Waamicha #Woldia_University Yuunivarsiitiin Waldiyaa barattoota isaa haaraaf(freshman) fulbaana 26 fi 27 Waamichaa taasiseera.

Entrance Exam ከ 550+ በላይ ማምጣት ለሚፈልግ ብቻ ⭐️ 👉 https://t.me/addlist/WdSy2pV7yF5lOWM0

በየትኛው ቦታ ላይ ትገኛላችሁ? ❓

#Ayyaana_Irreechaa Ayyaanni Irreechaa Bara Kanaa Fulbaana 23 fi 24 Akka Kabajamu Ifoome Gamtaan Abbootii Gadaa Oromoo guyyaa
+1
#Ayyaana_Irreechaa Ayyaanni Irreechaa Bara Kanaa Fulbaana 23 fi 24 Akka Kabajamu Ifoome Gamtaan Abbootii Gadaa Oromoo guyyaa ayyaanni Irreechaa malkaa fi tulluu kan bara kanaa itti kabajamu ifoomseera. Akka ibsa Gamtaan Abbootii Gadaa hawaasaaf ifa taasiseetti, ayyaanni Irreechaa bara 2019 (A.L.I) guyyoota Fulbaana 23 fi 24 haala ho'aa fi miidhagaa ta'een kan kabajamu ta'a. Haaluma kanaan sagantaa qabameen, ayyaanni Irreechaa Hora Finfinnee magaalaa Finfinneetti guyyaa Sanbataa, Fulbaana 23 kan kabajamu yoo ta'u; itti aansuudhaan ayyaanni Irreechaa Hora Harsadii magaalaa Bishooftuutti guyyaa Dilbataa, Fulbaana 24 sirna aadaa isaa eeggateen kan kabajamu ta'uun beekameera. Ayyaanni Irreechaa mallattoo tokkummaa, nagaa, araaraa fi galateeffannaa saba Oromoo waan ta'eef, uummanni bal'aan aadaa fi safuu isaa eeggatee, obbolummaa fi jaalalaan akka kabajatu waamichi dhiyaateera. Qophiin ayyaana kanaas haala nagaa fi tasgabbii qabuun akka xumuramuuf hawaasni gahee isaa akka bahu yaadachiifameera.

2018 Chemistry EUEE Exam By @NextGen_12.pdf1.60 MB

+1
Math round 3 EUEE (2) (1).pdf2.80 MB

English round 3 university entrance exam of 2018! For more, join us! @Ejereeacademy @EjereeAcademy

+2
2018 Biology Online EUEE Exam - @NextGen_12.pdf1.47 MB

Chemistry Frist Round University Entrance Exam of 2018.

📭Aptitude 2018 First Round ESSLCE Questions !!! 📕Answer + Explanations       ©

English frist round university entrance exam!

MATHS FRIST ROUND UNIVERSITY ENTRANCE EXAM!

Which one of the following is equal to antilog (-2)?
Anonymous voting

#Beeksisa #ASTU Barattoota Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teeknoolojii Adaamaa Bara 2019 A.L.I Idilee digirii Duraa (Undergraduate) fi digirii 2ffaa/PhD(Post-graduate) Haaraa fi buleeyyii hundumaaf: Guyyaan galmee Fulbaana 20 fi 21/2019 A.L.I ta'a. Barattoota haaraaf ibsi (Orientation) kan kennamu Fulbaana 22/2019 A.L.I ganama keessaa sa'aatii 3:00 irraa eegaleet. Akkaasumas guyyaan galmee adabbii waliin Fulbaana 22/2019 A.L.I kan ta'u yoo ta'u, barumsi kan eegalu Fulbaana 25/2019 A.L.I ta'uu beeksisan. Barattoonni haaraa yeroo galmeef dhuftan: 1. Waraqaa ragaa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa oorijinaalaa fi koophii. 2. Tiraanskriiptii kutaa 9-12 kan barattan originaalaa fi koophii. 3. Suuraa saayizii paaspoortii 4 4.Uffata qorraa fi halkanii (Amsoolaa, uffata boraatii). 5. Uffataa ispoortii fi kophee qabachuun akka dhuftan beeksisaa. Guyyoota armaan olitti ibsamaniin ala dursee yookiin turee kan dhufe barataa kan hin keessumsiifamne ta'uu beeksisan. @EjereeAcademy

Beeksisa Barattoota Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teeknoolojii Adaamaa Bara 2019 A.L.I Idilee digirii Duraa (Undergraduate) fi
Beeksisa Barattoota Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teeknoolojii Adaamaa Bara 2019 A.L.I Idilee digirii Duraa (Undergraduate) fi digirii 2ffaa/PhD(Post-graduate) Haaraa fi buleeyyii hundumaaf: Guyyaan galmee Fulbaana 20 fi 21/2019 A.L.I ta'a. Barattoota haaraaf ibsi (Orientation) kan kennamu Fulbaana 22/2019 A.L.I ganama keessaa sa'aatii 3:00 irraa eegaleet. Akkaasumas guyyaan galmee adabbii waliin Fulbaana 22/2019 A.L.I kan ta'u yoo ta'u, barumsi kan eegalu Fulbaana 25/2019 A.L.I ta'uu beeksisan. Barattoonni haaraa yeroo galmeef dhuftan: 1. Waraqaa ragaa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa oorijinaalaa fi koophii. 2. Tiraanskriiptii kutaa 9-12 kan barattan originaalaa fi koophii. 3. Suuraa saayizii paaspoortii 4 4.Uffata qorraa fi halkanii (Amsoolaa, uffata boraatii). 5. Uffataa ispoortii fi kophee qabachuun akka dhuftan beeksisaa. Guyyoota armaan olitti ibsamaniin ala dursee yookiin turee kan dhufe barataa kan hin keessumsiifamne ta'uu beeksisan. @EjereeAcademy

Repost from N/a
በየትኛው ቦታ ላይ ትገኛላችሁ? ❓

+4
🔰 2017 Biology EUEE with answers and Details explanations 🔰Grade 12 part only from unit 1-6 https://t.me/EjereeAcademy https://t.me/EjereeAcademy https://t.me/EjereeAcademy

+6
📘2017 History Entrance Examination with Answer.