EJEREE ACADEMY
Открыть в Telegram
👉The main content of this channel ✅ Entrance Questions(EUEE) ✅Short notes ✅Text books ✅ Teacher guide ✅ General knowledge ✅For contact us @Ejeree1 👉👉⚡⚡⚡⚡ And More⚡⚡⚡ 👉JOIN AND SHARE YOUR FRIENDS!⚡⚡⚡⚡⚡⚡⚡
Больше5 477
Подписчики
Нет данных24 часа
-347 дней
-9530 дней
Архив постов
5 477
#Waamicha
#Sagantaa_Reemeediyaalii#Yuunivarsiitii_Dillaa
Waamicha Barattoota Sagantaa Reemeediyaalii Yuunivarsiitii Dillaa
Barattoota bara barnootaa 2019 sagantaa Fooyya'iinsaa (Remedial Program) gara Yuunivarsiitii Dillaatti ramadamtaniif, guyyaan galmee Sadaasa 17–18 bara 2019 A.L.I qaamaan argamuun kan gaggeeffamu ta'uu Yuunivarsiitichi beeksiseera.
Yeroo galmeef deemtan wantoota qabachuu qabdan:
✓ Ragaalee barnootaa fi ibsa qabxii (Certificates fi Transcripts) kutaa 9–12ffaa orijinaala fi kooppii tokko
✓ Kaardii/Sartafikeettii qormaata biyyoolessaa kutaa 8ffaa orijinaala fi kooppii tokko
✓ Suuraa yeroo dhihoo kaatan (3×4) baay'ina afur (4)
✓ Meeshaalee dhuunfaa (ansoolaa, uffata boraatii, uffata qorraa fi hidhannoo ispoortii)
✓ Pootofooliyoo/dookimentii qabduu furdaa (250 giraama kilaaseri)
Hubachiisa:
Iddoon Galmee: Kaampaasii Odayaatti Gamoo Reejistiraaraa lakkoofsa 609 keessatti ta'a.
5 477
Oduu Gammachiisaa🔥🔥🔥
Wave akka afaan oromootti guddaa tahe keessa chaanaalii kee galfachuu barbaaddaa??? Maarree maal eegdaree
Chaanaaliin kee Ulaagaa kana gadii guutnaan ammuma keessaan na dubbisii👇👇
➡️ Subscribers 1k ol
➡️ View kan qabu
Asiin na dubbisii @Mr_waver111
Channel view hin qabnne nati hin fidin!!!
5 477
#Waamicha_Rimeediyaalii
#Ambo_University
Barattoota sagantaa fooyya'iinsaa barachuuf (Remedial program) bara 2019 ALI tti
Yuunivarsiitii Ambootti ramadamtan hundaaf:-
Bara 2019 barattootni sagantaa fooyya'iinsaa Yuunivarsiitii Ambootti ramadamtan guyyaan galmee Sadaasa 07-08, 2019 ta'uu beektanii qaamaan argamuun akka galmooftan isin beeksisna.
Hubachiisa:
Bakki galmee barattoota Saayinsii Hawaasaa fi Saayinsii Uumamaa Kaampaasii Haacaaluu Hundeessaa (Magaalaa Amboo) ta'a.
Yeroo galmeef dhuftan
✍️ Sartiifikeetii kutaa 8ffaa (Oriijinaalaafi koppii),
✍️Tiraaniskiriiptii kutaa 9-12ffaa (Oriijinaalaafi koppii),
✍️Sartiifikeetii kutaa 12ffaa (Oriijinaalaafi koppii),
✍️Suuraa (3*4) afur,
✍️Ansoolaa, Uffata qorraa, Aguuggii boraatii fi Uffata ispoortii qabattanii akka dhiyaattan.
Barataa guyyaa eerame dursee ykn dabarsee dhufu kan hin keessummeessine ta'uu cimsinee isin hubachiisna.
5 477
#Waamicha
#Sagantaa_Reemeediyaalii
#Yuunivarsiitii_Bulee_Horaa
Waamicha Barattoota Sagantaa Reemeediyaalii Yuunivarsiitii Bulee Horaa
Barattoonni sagantaa Reemeediyaalii bara 2019tti Yuunivarsiitii Bulee Horaatti ramadamtan hundi, guyyaan galmee Sadaasa 10–11 bara 2019 A.L.I ta'uu Yuunivarsiitichi beeksiseera. Guyyoota jedhaman kanatti qaamaan argamuun akka galmooftan hubachiiseera.
Yeroo galmeef dhuftan wantoota qabachuu qabdan:
✓ Tiraanskiriiptii kutaa 9–12 orijinaala fi kooppii 1
✓ Sartafikeettii kutaa 8ffaa fi 12ffaa orijinaala fi kooppii 1
✓ Suuraa gurdii (3×4) baayinni isaa afur (4)
✓ Uffata halkanii (birdilibsii), ansoolaa, uffata boraatii fi uffata ispoortii
✓ Waraqaa eenyummaa Fayidaa (Fayda National ID)
Hubachiisa:
Barataan guyyaa armaan olitti caqasame dura yookiin booda dhufe kamiyyuu yuunivarsiitichi kan hin simanne ta'uu cimsinee isin hubachiisna.
5 477
Daqiiqaa 10 booda ni haqamaa😱😱😱
Biliisaan gara Dubai deemuu barbaadnaan join bakka jedhu tuqii galmaahii👇👇👇
Carraan kun sin darbin 👇👇
5 477
Seekoondii 30 booda ni haqamaa😱 Gaaffii hirmaachisaa
Kaardii Abbaa 50 nama 10f 👇👇
Maqaan Itiyoophiyaa durii maal turee???
5 477
Bifa suuraa kana irraa argitaniin jaalallee keessaniifi hiriyoota keessan waliin hojjetachuu yoo barbaaddan join gochun comment jalatti maqaa keessan kahaa
Join
5 477
Goooooooooooollllll 🔥🔥🔥 Rooooonaldooooo 🔥🔥
Woooooow goolii ajaa'ibaa video isaaf👇👇👇
5 477
#Salale_University
#Waamicha_Rimeediyaalii
Barattoonni bara 2019 A.L.I. gara Yuunivarsiitii Salaaleetti ramadamanii sagantaa barnootaa idilee (Regular Program) fi sagantaa Riimidiyaalii (Remedial Program) keessatti barachuuf carraa argattan hundi, galmeen keessan sadaasa 9–10/2019 A.L.I. akka gaggeeffamu isin beeksifna.
Galmeef wantoonni isin qabattanii deemuu qabdan
✍️Ragaa barnootaa kutaa 8ffaa hanga 12ffaa (Original fi Copy).
✍️Uffata siree fi meeshaalee siree barbaachisan.
✍️Kaardii eenyummaa biyyaalessaa (National ID).
Suuraa 3×4 ta'e afur (4).
HUBACHIISA
✍️Barattoonni yeroo galmee isaanii keessatti yeroon argamuun galmee isaanii xumuruun dirqama.
✍️Barattoonni guyyaa galmee irratti hin argamne, ramaddii isaanii irratti rakkoon uumamuu akka danda'u hubachuu qabu.
@EjereeAcademy
5 477
Seekoondii 30 booda ni haqamaa😱 Gaaffii hirmaachisaa
Kaardii Abbaa 50 nama 10f 👇👇
Maqaan Itiyoophiyaa durii maal turee???
5 477
#Waamicha_Rimeediyaalii
#Yuunivarsiitii_ Salalee
Yuunivarsitiin Salalee barattoota Sagantaa Remedial bara 2019 A.L.I (2026/2027) Yuuniversiitichatti ramadamtan hundaaf ibsa baaseera.
Haaluma kanaan:
Guyyaa Galmee: Onkololeessa 09 fi 10/2019 A.L.I.
Bakka Galmee: Yuunivarsitii Salalaee Kaampasii Jeneraal Taaddasaa Birruu.
Waan qabattanii deemuu qabdan:
1. Ragaalee barnootaa kutaa 8ffaa hanga 12ffaa (Orijinaalaa fi Koppii),
2. Waraqaa Eenyummeessaa Biyyaalessaa (National ID),
3. Suuraa gurdii 3×4 ta'e afur (4),
4. Ansoolaa, Uffata boraatii, fi Uffata halkanii!
5 477
🎉GIVE AWAY Nama Dursee join godheef nama 5nif badhaasa kaardii abbaa 100
dafi atis Iddoo join Jedhu tuqi badhaafamaa tahi🫵
Free waver 👉 @Mr_waver111
5 477
#WolaitaSoddoUniversity
Barattoonni haaraan bara 2019 A.L.I. Yuunivarsiitii Wolayitaa Soddoo keessatti sagantaa barnoota Remedial hordofuuf ramadamtan, galmeen keessan Sadaasa 15, 2019 A.L.I. akka raawwatamu Yuunivarsiitichi beeksiseera.
1, Barattoota Saayinsii Uumamaa (Natural Science)
~ Maqaan keessan qubee A hanga E yoo ta’e, Kaampaasii Guddaa Magaalaa Wolayittaa Soddoo keessatti ramadamtu.
~ Maqaan keessan qubee F hanga K yoo ta’e, Kaampaasii Boodittii (Magaalaa Boodittii) keessatti ramadamtu.
~ Maqaan keessan qubee L hanga Z yoo ta’e, Kaampaasii Dawuroo Tarachaa (Magaalaa Tarachaa) keessatti ramadamtu.
2, Barattoota Saayinsii Hawaasaa (Social Science)
~ Maqaan keessan qubee A hanga L yoo ta’e, Kaampaasii Guddaa (Magaalaa Wolayittaa Soddoo) keessatti ramadamtu.
~ Maqaan keessan qubee M hanga Z yoo ta’e, Kaampaasii Dawuroo Tarachaa (Magaalaa Tarachaa) keessatti ramadamtu.
3, Haala Galmee
Guyyaa eerame kana, barattoonni hundi Kaampaasii itti ramadamanitti qaamaan argamuun Waajjira Galmee Barattootaa (Registrar Office) keessatti galmee isaanii akka raawwatan ibsameera.
4, Waan Galmeef Barbaachisu
~ Kaardii kutaa 8ffaa (Original fi Copy).
~ Sertifikeetii kutaa 12ffaa (Original fi Copy).
~ Tiraanskiriiptii kutaa 9ffaa hanga 12ffaa (Original fi Copy 2).
~ Waraqaa eenyummaa biyyaalessaa Fayda.
~ Suuraa paaspoortii safara ta'e 4.
~ Uffata siree (Blanket), shaaloo siree (Bedsheet), uffata boraatii (Pillowcase) fi uffata ispoortii (Sport wear).
Barattoonni haaraan hundi guyyaa galmee isaanii osoo hin darbin Kaampaasii itti ramadamanitti argamuun galmee isaanii akka xumuran yaadachiifamaniiru.
https://t.me/EjereeAcademy