WALALOO AFUURAA
“Gatii malee fudhattanii gatii malee kennaa!” (Mat.10:8). Channel kun kan banameef kennaa qabnuu walaloo fi Faarfannaa haaraa fi kan duraanii gatii malee tajaajila kennuudha!
Show more📈 Analytical overview of Telegram channel WALALOO AFUURAA
Channel WALALOO AFUURAA (@araarsiituu) in the Amharic language segment is an active participant. Currently, the community unites 15 427 subscribers, ranking 5 471 in the Religion & Spirituality category and 2 211 in the Ethiopia region.
📊 Audience metrics and dynamics
Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 15 427 subscribers.
According to the latest data from 07 September, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by 394 over the last 30 days and by 29 over the last 24 hours, overall reach remains high.
- Verification status: Not verified
- Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 1.15%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 0.91% reactions from the total number of subscribers.
- Post reach: On average, each post receives 178 views. Within the first day, a publication typically gains 140 views.
- Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 3.
📝 Description and content policy
The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
““Gatii malee fudhattanii gatii malee kennaa!” (Mat.10:8).
Channel kun kan banameef kennaa qabnuu walaloo fi Faarfannaa haaraa fi kan duraanii gatii malee tajaajila kennuudha!”
Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 08 September, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Religion & Spirituality category.
Data loading in progress...
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 08 September | +5 | |||
| 07 September | +29 | |||
| 06 September | +5 | |||
| 05 September | +4 | |||
| 04 September | 0 | |||
| 03 September | +34 | |||
| 02 September | 0 | |||
| 01 September | +39 |
| 2 | Isin Ortodoksi dha❓ | 41 |
| 3 | Filmii Waregamtoota Liibiyaa Afaan Oromotin Qopha'ee Channel Asiin Gadii jOin Gochuun Argadha👇👇👇
🥰Channel afaan oromoo🥰 | 34 |
| 4 | ✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇 | 38 |
| 5 | Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃♂🏃♂
Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇 | 5 |
| 6 | Isin Ortodoksi dha❓ | 11 |
| 7 | Filmii Waregamtoota Liibiyaa Afaan Oromotin Qopha'ee Channel Asiin Gadii jOin Gochuun Argadha👇👇👇
🥰Channel afaan oromoo🥰 | 14 |
| 8 | ✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇 | 25 |
| 9 | Mallattoo onnee kanaa gadi jiru tuquun waan ajaa'ibaa isiniif dhufu ilaalaa!
Ajab! 👇👇👇 🤔
Ajab! 👇👇👇 🤔
Ajab! 👇👇👇 🤔
┼┼▄██▄┼┼┼▄██▄┼┼
┼██████┼██████┼
┼█████████████┼
┼█████████████┼
┼┼███████████┼┼
┼┼┼█████████┼┼┼
┼┼┼┼┼█████┼┼┼┼┼
┼┼┼┼┼┼███┼┼┼┼┼┼
┼┼┼┼┼┼┼█┼┼┼┼┼┼┼
💙👆💙👆💙👆💙👆💙👆💙 | 37 |
| 10 | Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃♂🏃♂
Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇 | 16 |
| 11 | Isin Ortodoksi dha❓ | 17 |
| 12 | ✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇 | 34 |
| 13 | Filmii Waregamtoota Liibiyaa Afaan Oromotin Qopha'ee Channel Asiin Gadii jOin Gochuun Argadha👇👇👇
🥰Channel afaan oromoo🥰 | 29 |
| 14 | 🎧🎵Faaruu eenyuu dhaggeeffachuu barbaaddu?
👤F/taa Firaanol Moosisaa
👤 F/ttuu sister hiwet teferra
👤F/taa Mendaayee Berhaanuu
👤 F/taa Yilmaa Hayiluu
👤F/taa Dn Abeel Mekbbeb
👤 F/taa Diyaaqon Muluken Kebede
👤 F/taa Tewodroos Yooseef
👤 F/ttuu Faasikaa Dinquu
👤 F/ttuu Bezawork Asfaaw
👤 F/ttuu mirtnesh Tilahun
👤 F/ttuu Worknesh
👤 F/taa Ytbarek Tegeny
👤 F/taa Ge/Yohannes Ge/Tsadek
🌐 Faaruu Ortodoksii hunda 🎶 | 40 |
| 15 | Birraan bari’e
Birraan bari’ee dukkanni ifee
Barri haaraanis kunoo ni dhufee
Ililleen dhoo’ee dacheen urgaa’ee
Gaarummaa gooftaan hunduu mi’aa’ee
Yaadannoo hedduutu jira bara haaraa
Yeroo lapheen dhiisnuu nuti wanta yaraa
Namummaa haaradhaan gaabbiin qulqulloofnee
Laphee keenya guutuun Waaqayyotti amannee
Ganna sodaachisus baay’isee dukkannii
Har’a bari’eeraa hayyama Waaqaanii
Ardiin faayameeraa ayyaana waaqaanii
Hundinuu wal argaa nagaaf gammachuunii
Faaruuf gammachuudhaan Waaqayyoon faarfatuu
Waaqa uumaasaanii ulfinaan jajatuu
Uumamni martinuu baay’isee gammadaa
Birraan waan bari’eef akkamittiin gaddaa?
Barris jijjiirramee dhodhootee ililleenii
Dhala namaa hundaaf ta’e gammachuunii
Nus jijjiirramneetoo tajaajilla gooftaa
Gaabbiidhaan deebinee taana amantootaa
Barumaan yoo lakkoofne bara qofa nutii
Gaabbii yoo hin galle tasaan qabu gatii
Kanaaf hundi keenyaa mee haa gallu gaabbii
Of haa qulleessinuu addaannee akka gaabii
Nagaan akka bu’uu waraanichi hafee
Akka nurraa hafuu kan nu cabsu lafee
Oduun jibbaa suniif waraanni obbolaa
Bara haaraa kanatti yaa hafu adaraa
Inquxaaxash jennaa faaruudhaaf qophoofnee
Yaa mootittii Saabaa lapheetti si yaadannee
Akka kennaa qabattee dhaqxe biyya sanaa
Ji’a abaabootti deebite fulbaanaa
Manni kiristaanaa nuuf laattee waan gaarii
Isheen nuuf kalaqee biyyaaf kalaandarii
Lakkoofsa baraa herreega dinqiidhanii
Bara haaraa lakkoofnaa Itiyoophiyaanonnii
Yoo itti siiqanii irraa baratanii mana kiristaanaa
Dhala namaaf kennitii ogummaaf fayyinaa
Kan namaan barbaadnuu keenya haa qabannuu
Kajeellaa maaf deemnaa keenyan jabeeffannuu?
Birraan bari’ee firris walgahee
Dhala namaatiif gammachuun ta’ee
Baga geessanii ayyaana gaarii
Abbootii kootiif haadholii marrii
Birraan kan qufaa bara amantii
Bara itti cimuu nagaaf jaalaltii
Hundaaf haa ta’uu bara gammachuu
Bara gammachuu itti argachuu
@Walaloo_AO | 481 |
| 16 | https://youtu.be/_64HYBwU-VU?si=kn3E4fvFK8Ws-c3- | 231 |
| 17 | Isin Ortodoksi dha❓ | 160 |
| 18 | Filmii Waregamtoota Liibiyaa Afaan Oromotin Qopha'ee Channel Asiin Gadii jOin Gochuun Argadha👇👇👇
🥰Channel afaan oromoo🥰 | 164 |
| 19 | ✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇 | 126 |
| 20 | Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃♂🏃♂
Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇 | 7 |
