cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

WALALOO AFUURAA

“Gatii malee fudhattanii gatii malee kennaa!” (Mat.10:8). Channel kun kan banameef kennaa qabnuu walaloo fi Faarfannaa haaraa fi kan duraanii gatii malee tajaajila kennuudha!

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
4 321
المشتركون
+1224 ساعات
+197 أيام
+25530 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

إظهار الكل...

11
00:58
Video unavailableShow in Telegram
Baga taate ergisaa Tokkoo qotee miti shamatee hin baatu garuu dhadhaa nyaata Tokkoommo beela obsee hidhatee mudhii jiraachuuf dhagaa baata Tokko afaanii fudhee ilmoosa guddiisa ta'ee ashkarii gandaa Tokkommoo hatee ofiisa mul'isaa sobee sobaan ta'ee baandaa Tokkoo kiisii hiyyeessaa qorkee aangoosan nyaata gubboo Tokkommoo garaa qullaa deema qammasee shayiif daabboo Ayii×2 yaa biyyaa lafaa waa'ee kee haasa'an hin dhumuu Ajab jennee dhiisu malee maal jechuutu jira yoomu Ati eenyuu hin miinee eenyumaf hiltee hundumaa qoraa ooltaa gaarummaan qabdu jiru kanaaf garaan si ciiffata miindaa cubbuu keenyaa ati liqaadha baguma taate ergisaa yaa jireenyaa lafarraa gidiraan kee hunduu yeroof nu rakkisa mannii keenyaa samiidha nuti siif ormaa nu reebdus darbattee dhakaa sirraa ni godaannaa yeroof turree bubbullaa sin feenu waa takkaa
إظهار الكل...
41.84 MB
10👍 3👏 3
Maal Jedheen Dubbadha Maal jedheen dubadha yaa haadha koo Maalan himee fixaa an waa’ee kee (×2) Nyaataf dhugaati kooti anaaf maqaan kee(×2)            @Ceesisa Beela'ee dheebodhee yaa gaftii koo Waa of biraa dhabee an nan  joore Yeemuun kufee ciisuu Of dadhabee Si nawajjin tahee na gargaree Kottuu yaa mariyami na bira hin hafini Beela'aa mucaa kee nan in irranfatinii            @Ceesisa Fira of biraa laaleen yaa haadha koo Argachuu dandenyee kan naaf dhimmuu Achii laalee darba namnii hundumtuu Dhibee garaa kooti yoomun himu Sin argadhe kunoo bakka fira kootii Lammata beela'uu anoo quufu kooti            @Ceesisa Ol ka'uu dadhabee humna dhabee Boohee imimaan koo Dhangalaasee Kadhanaan hadhakoo maal dadhabaa Kunoo dhiphina jalaa na baasee Ammaa bara barat an garbicha/itti keetii Na booji'e durbee waa'een gochaa keetii            ==•|•=== F/ttuu Mabraat Dirribsaa
إظهار الكل...
Maal jedheen dubbadha Fttuu Mabraat Dirribsaa.mp310.34 MB
24👍 4
MAARIYAAM Maariyaam Deessu Waaqa Koo Yaa Maariyaam yaa badhaasa koo Sin waamaa Eebba keen koottu Diinni arge golga haa baqatu Atu hin dagattu anoo nan beeka Kan naaf ta'u hunda sumatu beeka Hir'uu dookimaas at kan argitee Kan koos ni beektaa kan natti ulfaate Kan naaf kennamte fannoo jalatti Guyyaa jimaataa yaa qulqulleetti Kanaaf at koodha an mucaa keeti Tasa na hin gattu iddoo hundumatti Mirga ilma kee at naaf dhaabbatta Akkan hin badneef at naaf kadhatta Araarsummaa kee kan abdatu Guyyicha dhumaas tasa hin salphatu Dhandhameen beekaa mi'aayina kee Laphee koorratti mallatteeffamte Kanaaf Maariyaam an sin waammadha  Bara koo guutuu  sin nan farfadha @araarsiituu
إظهار الكل...
Maariyaam Faar Shawaa Battee.mp36.57 MB
👍 5 5👎 1
إظهار الكل...
إظهار الكل...

12
Hin ilaalinaa
إظهار الكل...
01:26
Video unavailableShow in Telegram
3.89 MB
5
إظهار الكل...
TikTok · Kooluu'eel

95 likes, 11 comments. Check out Kooluu'eel’s video.

🥰 10 5
01:06
Video unavailableShow in Telegram
Kutaa 3ffaa
إظهار الكل...
2.59 MB
20👍 3
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.