en
Feedback
WALALOO AFUURAA

WALALOO AFUURAA

Open in Telegram

“Gatii malee fudhattanii gatii malee kennaa!” (Mat.10:8). Channel kun kan banameef kennaa qabnuu walaloo fi Faarfannaa haaraa fi kan duraanii gatii malee tajaajila kennuudha!

Show more

📈 Analytical overview of Telegram channel WALALOO AFUURAA

Channel WALALOO AFUURAA (@araarsiituu) in the Amharic language segment is an active participant. Currently, the community unites 15 427 subscribers, ranking 5 471 in the Religion & Spirituality category and 2 211 in the Ethiopia region.

📊 Audience metrics and dynamics

Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 15 427 subscribers.

According to the latest data from 07 September, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by 394 over the last 30 days and by 29 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 1.15%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 0.91% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 178 views. Within the first day, a publication typically gains 140 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 3.

📝 Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
“Gatii malee fudhattanii gatii malee kennaa!” (Mat.10:8). Channel kun kan banameef kennaa qabnuu walaloo fi Faarfannaa haaraa fi kan duraanii gatii malee tajaajila kennuudha!

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 08 September, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Religion & Spirituality category.

15 427
Subscribers
+2924 hours
+907 days
+39430 days
Posts Archive
Isin Ortodoksi dha❓

✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇

Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇

Birraan bari’e Birraan bari’ee dukkanni ifee Barri haaraanis kunoo ni dhufee Ililleen dhoo’ee dacheen urgaa’ee Gaarummaa gooftaan hunduu mi’aa’ee Yaadannoo hedduutu jira bara haaraa Yeroo lapheen dhiisnuu nuti wanta yaraa Namummaa haaradhaan gaabbiin qulqulloofnee Laphee keenya guutuun Waaqayyotti amannee Ganna sodaachisus baay’isee dukkannii Har’a bari’eeraa hayyama Waaqaanii Ardiin faayameeraa ayyaana waaqaanii Hundinuu wal argaa nagaaf gammachuunii Faaruuf gammachuudhaan Waaqayyoon faarfatuu Waaqa uumaasaanii ulfinaan jajatuu Uumamni martinuu baay’isee gammadaa Birraan waan bari’eef akkamittiin gaddaa? Barris jijjiirramee dhodhootee ililleenii Dhala namaa hundaaf ta’e gammachuunii Nus jijjiirramneetoo tajaajilla gooftaa Gaabbiidhaan deebinee taana amantootaa Barumaan yoo lakkoofne bara qofa nutii Gaabbii yoo hin galle tasaan qabu gatii Kanaaf hundi keenyaa mee haa gallu gaabbii Of haa qulleessinuu addaannee akka gaabii Nagaan akka bu’uu waraanichi hafee Akka nurraa hafuu kan nu cabsu lafee Oduun jibbaa suniif waraanni obbolaa Bara haaraa kanatti yaa hafu adaraa Inquxaaxash jennaa faaruudhaaf qophoofnee Yaa mootittii Saabaa lapheetti si yaadannee Akka kennaa qabattee dhaqxe biyya sanaa Ji’a abaabootti deebite fulbaanaa Manni kiristaanaa nuuf laattee waan gaarii Isheen nuuf kalaqee biyyaaf kalaandarii Lakkoofsa baraa herreega dinqiidhanii Bara haaraa lakkoofnaa Itiyoophiyaanonnii Yoo itti siiqanii irraa baratanii mana kiristaanaa Dhala namaaf kennitii ogummaaf fayyinaa Kan namaan barbaadnuu keenya haa qabannuu Kajeellaa maaf deemnaa keenyan jabeeffannuu? Birraan bari’ee firris walgahee Dhala namaatiif gammachuun ta’ee Baga geessanii ayyaana gaarii Abbootii kootiif haadholii marrii Birraan kan qufaa bara amantii Bara itti cimuu nagaaf jaalaltii Hundaaf haa ta’uu bara gammachuu Bara gammachuu itti argachuu @Walaloo_AO