Walaloo & Nashiidaa
Open in Telegram
https://t.me/SarkameTech Visit My Web https://sarkame.com Walaloo fi Nashiidaa Islaamaa, Bifa Sagalee fi Barreeyfamaa fi Video-tiin Asirraa argattan ___ https://youtube.com/@karaahaqaa ___ https://t.me/Karaa_Haqaa ____ https://www.facebook.com/Karahaqa
Show more4 157
Subscribers
-324 hours
+47 days
+2630 days
Data loading in progress...
Similar Channels
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
September '26
September '26
+30
in 0 channels
August '26
+117
in 0 channels
Get PRO
July '26
+88
in 0 channels
Get PRO
June '26
+106
in 1 channels
Get PRO
May '26
+116
in 0 channels
Get PRO
April '26
+76
in 0 channels
Get PRO
March '26
+74
in 1 channels
Get PRO
February '26
+98
in 0 channels
Get PRO
January '26
+108
in 0 channels
Get PRO
December '25
+96
in 0 channels
Get PRO
November '25
+85
in 0 channels
Get PRO
October '25
+107
in 0 channels
Get PRO
September '25
+64
in 0 channels
Get PRO
August '25
+102
in 0 channels
Get PRO
July '25
+73
in 0 channels
Get PRO
June '25
+112
in 1 channels
Get PRO
May '25
+168
in 0 channels
Get PRO
April '25
+152
in 0 channels
Get PRO
March '25
+40
in 0 channels
Get PRO
February '25
+37
in 0 channels
Get PRO
January '25
+33
in 0 channels
Get PRO
December '24
+35
in 1 channels
Get PRO
November '24
+114
in 0 channels
Get PRO
October '24
+119
in 1 channels
Get PRO
September '24
+166
in 0 channels
Get PRO
August '24
+184
in 1 channels
Get PRO
July '24
+322
in 0 channels
Get PRO
June '24
+306
in 1 channels
Get PRO
May '24
+343
in 1 channels
Get PRO
April '24
+342
in 1 channels
Get PRO
March '24
+655
in 3 channels
Get PRO
February '24
+393
in 2 channels
Get PRO
January '24
+252
in 0 channels
Get PRO
December '23
+169
in 0 channels
Get PRO
November '23
+86
in 1 channels
Get PRO
October '23
+118
in 1 channels
Get PRO
September '23
+98
in 0 channels
Get PRO
August '23
+65
in 0 channels
Get PRO
July '23
+52
in 0 channels
Get PRO
June '23
+79
in 0 channels
Get PRO
May '23
+39
in 0 channels
Get PRO
April '23
+60
in 0 channels
Get PRO
March '23
+86
in 0 channels
Get PRO
February '23
+329
in 0 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 10 September | 0 | |||
| 09 September | +2 | |||
| 08 September | +5 | |||
| 07 September | 0 | |||
| 06 September | +5 | |||
| 05 September | +2 | |||
| 04 September | +2 | |||
| 03 September | +8 | |||
| 02 September | +3 | |||
| 01 September | +3 |
Channel Posts
| 2 | مقطع صوتي من سَـيْـفُ الله ٱلصَّارِمِـيِّ | 492 |
| 3 | مستند من سَـيْـفُ الله ٱلصَّارِمِـيِّ | 1 221 |
| 4 | Yaarabbi mooti ....mp3 | 1 610 |
| 5 | مقطع صوتي من سَـيْـفُ الله ٱلصَّارِمِـيِّ | 10 |
| 6 | مقطع صوتي من سَـيْـفُ الله ٱلصَّارِمِـيِّ | 1 247 |
| 7 | https://youtube.com/@barumsadiin/community?si=ZT9vLZltYKH7UCyr | 910 |
| 8 | AUD-20260704-WA0028.mp3 | 905 |
| 9 | مقطع صوتي من سَـيْـفُ الله ٱلصَّارِمِـيِّ | 1 351 |
| 10 | #join #SarkameTech #WebDesign #OnlineBusiness #TechTips #DigitalMarketing #AI
https://t.me/SarkameTech | 1 234 |
| 11 | 📊 Gabaasa Daawwattoota Keenyaa: Barruu keenya kan daawwatan keessaa %97 hordoftoota (Non-followers) yoo ta'an, warri nu hordofan (Followers) qofa %3 dha!
📢 Dhaamsa Jaallatamaa: Ergaan da'waa fi gorsi gaariin keenya daddafiin akka isin gahuuf, ammuma maatii Karaa Haqaa ta'uun nu Follow godhaa, 👍 Like fi Share gochuun sawaaba kana waliin haa hirmaannuu! | 1 484 |
| 12 | Voice message | 1 492 |
| 13 | Allaahu akbar
Arra guyyaan iidaa
Alhamdulillaahi
Nuuf gammachuu addaa
Iidukum mubaarak
Obbolaakoo hunda
Walqabadhaa harka
Hin bahinaa addaa
Jiraachuu keenyaafi
Mushriktoonni gaddaa
Allaahu akbar
Galanni kan rabbii
Kan waliif nugodhe
Obbolaa diin rabbii
An fidaa keysani
Martinuu ahbaabii
takbiirtaa baayisaa
Jaalachiisaa rabbi
Isumaan gad qabaa
Xilaata diin rabbii
https://t.me/Walaloo_Islaamaa | 1 446 |
| 14 | Bismillaahin jadha
Eegala dubbiiti
Alhamdulillaaha
galanni kan saati
Lakkaawamtee hin dhumtu
qananin isaati
Nurra tola oolee
Caaltu ni'imaati
Kani nuufi kanne
amantii dhugaatii
Eega kanaatiihis
caccaaltuu yarooti
Kharraa fayyadamu
gabroottan isaati
Khurna zulhijjaadhaa
Caalaa aduniyaati
Eega kanaatiihis
guyyaa arafaati
Kan is nuun gahe
rabbin aalamaatii
Guyyaan arraa guyyaa
Sagalaffaadhaati
Isa kan waamamu
Guyyaa arafaatti
Alhamdulillaahi
galanni kan saati
Kani nuuf baayyise
Yaroo ibaadaati
Kan keysa caalchisuu
huji gabrootaati
Alhamdulillaahi
faarun isaan maltii
Washukru lillaahi
galannis kan saati
Irra caltuun kadhaa
guyyaa arafaati
Ja'eeti dubbate
goftaan aalamaati
Irra caalaan jachaa
kanin ja'u ani
Anabiyyonni duraas
kani isa jadhanii
(لا إله إلا الله وحده لاشريك له له الملك وله الحمد وهو على كل شيء قدير)
Yaa obboleyyan ko
keyri baayyifadhaa
Jachottan akanaan
Keyri carraaqqadhaa
Tahlilaaf takbirtaa
Akkaan baayyifadhaa
Tasbihaaf tahmiidan
Keyri carraqadhaa
Yaruma hundaahu
namoonni muslimaa
Keyri carraaqatuu
Dhumaan tilmaama
Osoo sin dabbarre
guyyaan arafaati
Kan isa soomane
Maarama qabaati
Maaramni isaatis
Dilii waggaa lamaa
Yaruma hundaahu
namoonni muslimaa
Keyri carraaqatuu
Dhumaan tilmaama ×
Alhamdulillaahi
faaruun isaan malti
Kanuufillee kanne
Ni'imaa iimaanaatii
Washukru lillaahi
galannis kan saatii
Yaarbbi nuun gahi
Ammas guyyaa iidaa
Allahu akbar
Rabbii kiyya guddaa
Shariika hinqabdu
Khaaliqakoo gudda
Gubbatti oltaate
Khalqii tantee hundaa
Shariika hinqabdu
Tokkoomfamu qabdaa
Kana dhawwaaquuf
Mushriktoonni gaddaa
Gubbaa naaf taasisi
Muslimtoota hunda
Allahuma salli
Wasallim sarmadaa
Alaanabiyyika
Kan anbiyaa booda
https://t.me/Walaloo_Islaamaa | 1 322 |
| 15 | Osoo...
بسم الله الرحمن الرحيم.
Osoo diinii qabnuu
Maaf taane jaahilaa
Osoo gareen kun jiruu
Maaf Taane Ballaa.
Osoo Lubbuun Jirruu
Maaf Taane gufullaa.
Osoo kitaabaa qabnuu
Maalif dhiifne moggattii.
Osoo jannanni jiruu
Maalif yaana ibiddattii.
Osoo Aqlii qabnuu
Maalif taane gowwittii.
Osoo qalbii qabnuu
Maalif taane taguugittii.
Osoo Hawaasni Keenya
Shirkii dabbaallatuu.
Osoo Sheekkoonninis
Hawaasatti Daawwatuu.
Osoo Barsiistoonninis
Galii Qofa Soorattuu.
Osoo Haalli Kun Jiruu
Maalif Taane Sobamtuu??.
Osoo rabbitti amananii
Rabbiin isaanif araaramaa.
Osoo ergamaas dhugoomsanii
Qalbiin isaanii ni sooramaa.
Osoo shirkii dhiisanii
Hojiin isaanif milkaawamaa.
Osoo Toohida qabatanii
Rabbiif tahan muslimaa.
✍sarkame
https://t.me/Walaloo_Islaamaa | 1 362 |
| 16 | Way zabanaa
Zabanni hammatee
Hunduu taa'ee fallaa.
Hunduu wal dhedheeyse
Dhiise wali galaa
Kan nagaan ooleetu
Fallaa ta'ee bulaa.
Amanee Kan bulee
Guyyaa kafree oola.
Nagaan bahuu male
Ni namu shakkee galaa.
Kufrummaan jabaattee
Nuun waxaltee balaa.
Fuurmaata wallaallee
Laata maaltu falaa?!.
Dirmadhuu nu furi
Yaa rabbi yaa Allah.
https://t.me/Walaloo_Islaamaa | 1 357 |
| 17 | Yaa Rabbii Guddicha
Yaa Mootii Tokkicha
Yaa Arjaa Hundarraa
Si Qofa Gabbarraa
Haajamaan Hedduudhaa
Hunda Haajaa Baasi
Sumaa Garaa Laafaa
Rahmaan Nu Milkeeysi
🩵🌸🤲🤲 | 1 397 |
| 18 | 🔗 Linkiilee Keenya:
🎥 YouTube: youtube.com/@karaahaqaa
🟢 WhatsApp Channel: https://whatsapp.com/channel/0029Va9ZjDHId7nTcGJK6934
📢 Telegram: t.me/Karaa_Haqaa
🔵 Facebook: facebook.com/Karahaqa | 1 539 |
| 19 | No text... | 1 559 |
| 20 | 🔗 Linkiilee Keenya:
🎥 YouTube: youtube.com/@karaahaqaa
🟢 WhatsApp Channel: https://whatsapp.com/channel/0029Va9ZjDHId7nTcGJK6934
📢 Telegram: t.me/Karaa_Haqaa
🔵 Facebook: facebook.com/Karahaqa | 1 539 |
