en
Feedback
W͙a͙l͙a͙l͙o͙o͙w͙w͙a͙n͙ ᴵˢˡᵃᵃᵐᵃᵃ cོhོaོnོalོ

W͙a͙l͙a͙l͙o͙o͙w͙w͙a͙n͙ ᴵˢˡᵃᵃᵐᵃᵃ cོhོaོnོalོ

Open in Telegram

Yaada nuuf kennuuf:- https://t.me/FiraafanK_telegram Join gochuuf:- https://t.me/walaloo_islaamaa_telegram

Show more
The country is not specifiedThe category is not specified
2 856
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Similar Channels
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
October '24
October '24
+472
in 0 channels
September '240
in 0 channels
Get PRO
August '240
in 0 channels
Get PRO
July '240
in 0 channels
Get PRO
June '240
in 1 channels
Get PRO
May '240
in 0 channels
Get PRO
April '240
in 0 channels
Get PRO
March '240
in 1 channels
Get PRO
February '240
in 1 channels
Get PRO
January '240
in 0 channels
Get PRO
December '230
in 0 channels
Get PRO
November '230
in 0 channels
Get PRO
October '230
in 1 channels
Get PRO
September '230
in 0 channels
Get PRO
August '230
in 0 channels
Get PRO
July '230
in 0 channels
Get PRO
June '230
in 0 channels
Get PRO
May '230
in 0 channels
Get PRO
April '230
in 0 channels
Get PRO
March '23
+57
in 0 channels
Get PRO
February '23
+71
in 0 channels
Get PRO
January '23
+134
in 0 channels
Get PRO
December '22
+81
in 0 channels
Get PRO
November '22
+87
in 0 channels
Get PRO
October '22
+65
in 0 channels
Get PRO
September '22
+84
in 0 channels
Get PRO
August '22
+85
in 0 channels
Get PRO
July '22
+86
in 0 channels
Get PRO
June '22
+94
in 0 channels
Get PRO
May '22
+129
in 0 channels
Get PRO
April '22
+148
in 0 channels
Get PRO
March '22
+176
in 0 channels
Get PRO
February '22
+62
in 0 channels
Get PRO
January '22
+74
in 0 channels
Get PRO
December '21
+81
in 0 channels
Get PRO
November '21
+77
in 0 channels
Get PRO
October '21
+104
in 0 channels
Get PRO
September '21
+69
in 0 channels
Get PRO
August '21
+71
in 0 channels
Get PRO
July '21
+131
in 0 channels
Get PRO
June '21
+235
in 0 channels
Get PRO
May '21
+210
in 0 channels
Get PRO
April '21
+233
in 0 channels
Get PRO
March '21
+187
in 0 channels
Get PRO
February '21
+173
in 0 channels
Get PRO
January '21
+254
in 0 channels
Get PRO
December '20
+944
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
14 October+6
13 October+10
12 October+3
Channel Posts
ODUU ISPOORTII Dorgommii tapha kubbaa miilaa garee Hojjattoota mootummaa fi Qaalayinsa jireenyaa gidduutti gaggeeffamaa jiruun Qaalayiinsi jireenyaa goolii sagalii fi duwwaan(HM 0:9 QJ) dursaa jiraachun dhagahame. Taphichi dirree Hojjattoota mootummaa irratti taphatamaa kan jiru yoo ta'u Qaalayiinsi jireenyaa dirreen ala garaagarummaa goolii hedduutin dursaa jira. Dorgommichaan kilaba Qaalayinsa jireenyatif goolii jalqabaa kan lakkofsise taphataa urjii sarara fuulduraa garichaa kan ta'e Zeeytiin walitti aansee goolii sadi galchuun haatrikii hojjachuun injifannoo cululuqaa garichi galmeessef gahee olaanaa bahachuu danda'eera. Itti dabaluunis Kiraan manaa kubbaa saamunaan mijeessee kenneef goolitti jijjiirun garichi goolii afurii fi duwwaan akka dursu taasiseera. Kana males boqonnaa dura daqiiqaa dabalataa keessatti Xaafiin goolii miidhaagduu Boqoolloon mijeessee kenneef galchuun garichi goolii shanii fi duwwaan boqonnaa akka bahu taasiseera. Boqonnaa booda goolii jalqabaa kan lakkoofsise Boba'aan walitti aansee goolii lama galchuun goolii tokko ammoo Geejjibaaf mijeessee kennuun seenaa hojjateera. Geejjibnis goolii saddeettaffaa Boba'aan mijeessee kenneef galchuun injifannoo irratti injifannoo dabaluu danda'eera. Taphataan sarara gidduu Kasalli(Cileen) goolii Qoraan mijeessee kenneef addaan itti bu'ee kan galche yoo ta'u taphichi ammallee daqiiqaa torbaatamarra ga'ee itti fufaa jira. Daqiiqawwan hafan keessatti taphattootni ciccimoon akka Foonii, Hanqaaguu, Uffataa fi kanneen biroo goolii dabalataa ni galchu jedhamanii eegamu. Gama kilabii Hojjattoota mootummaatiin goolii galchuu irraa abdii kutanii gooliin dabalataa akka irratti hin galle of irraa ittisuu kan itti fufan yoo ta'u. Gareen Qaalayinsa jireenyaas goolii dabalataa galchuudhaf dhiibbaa uumaa jiraachuun dhagahame. Garichi gahuumsa kanaan itti fufnaan waancaa/geeba kaasuu irraa wanti isa dhoorku akka hin jirre beekamaadha jechuun kan gabaase ripportara keenya Hafarsoo Jarjarsooti. Barreessaan.......Gaaf tokko dubbanna... Page keessan #Arbagugu Post #Add yoo gootan waan baay'ee argattuu.....Yoo isinitti tole, Like, Comments, Share godhaaaaaa

2
Bara haaraa jenna Baraan bara lakkaa'aa Guyyaan inuma deema Silas yoom gadi taa'aa Har'a geenyeerraa kinoo Bara meeqa darbinee Bara haaraa malee Wanta haaraa hin arginee Namuu birraa jechaa Gammachuun macha'aa Baga geessan jedhee Jechoota lakkaa'aa Takka turraan garuu Jalqabneerra shakkii Bara darbe wayya Baranarra lakkii Yaa bara dheengaddaa Yaa bara qananii Shaayin shilingiidha Shiroon birrii shanii Bara kana ammoo Wanti hundi cinqiidhaa Kibriitin birrii shan Kan dur shilingiidhaa Barri tokko darbee Kan biraammoo dhufaa Bifa jijjiirratee Rakkoon itti fufaa Bara kaan waraana Bara kaan dhukkubaa Yookan hoongeen bu'ee Ummata guggubaa Rabbii guddaa qofa Kan buqqaasu gufuu Barri jijjiirameef Jijjiiramni hin dhufuu...... By....... Join Join Join 👇👇👇👇 https://t.me/walaloo_islaamaa_telegram
517
3
GARA KAM NAAF WAYYAA......???? Fuuldurri koo taabba...... Taabba dabaaf shiraa Kan bahuun fagaatuu Dudduubben koo boolla..... Boolla gadi fagoo Isa nama nyaatuu Gama tokkoon qoree..... Qoree dhoqqee keessaa Ishee nama dirtuu Ijaan hin muldhattu Bakki isheen jirtuu Gama kaanin ammoo Qileedha hallayyaa Eessan tarkaanfadhu Gara kam naaf wayyaa.....???? Qaasim Kadiirin Join Join Join 👇👇👇👇 https://t.me/walaloo_islaamaa_telegram Yaada nuuf kennuuf https://t.me/FiraafanK_telegram
776
4
"Yaad-rimee Waa'ee Rabbii kiristaanummaa keessatti" Abdussalaam idriis (seyfal_islaam) kitaaba Dr Zakir irraa. Page 11 Size 78k @seyfal_islaam2nd @seyfal_islaam2nd
642
5
Hidhaa Baatii Tokkoo..... Shororkeessummaadhan Erga himatamee Adabbiin ulfaatan Kan natti kennamee Saahibban kootirraa Ana fageessanii Qaallitti nagalchan Natti murteessanii Sibiilan hidhanii Achi na geessanii Jarri akkaan cimoo Garaa jabaatanii Murtii ji'a tokkoo Kan natti laatanii Yaa hiriyoota koo Maalif na gattanii Ji'a tokko guutuu Narraa baqattanii Anoo waa'ee keessan Yaadudhan machaa'ee Dhiphachaatin ture Mana hidhaa taa'ee Hidhamaan ni ba'a Kan du'etu hin kaanee Akka isin yaaddan Isiniif hin taanee Daqiiqan sekondii Guyyaan torbii ta'ee Ji'a tokko geenyan Torbiinis naanna'ee Dhufee jira anis Kunoo hidhaa ba'ee Hojii koo eegale Kaleessa galgalaa Bu'aa buufachaara Jalqabee daldalaa Hojiin kan koo duruu Nama kakaasuudhaa Bultii namaa diigee Adda facaasuudhaa Baay'ifachuu fedhaa Hiriyaa shabaabaa Waliin ta'ee guutuf Abidda azaabaa Jaabaadhee hojjadha Erga bahee hidhaa Wanti namaaf balaa Anaaf ammoo chidhaa Salaata subhirraa Isa kaan raffisee Isa kaan sossobee Jam'aarraa hambisee Gammaduu barbaadee Kan irkate nattii Isa kaanif kamrii Isa kaan zinattii Baasii tokko malee Qabee bira geessaa Hiriyaa koo hundaa Akkasiin milkeessaa Warra narraa dheessan Hunda jibbee dhiisaa Warra natti dheessan Hundumaa ni kiisaa Kanaaf natti koottaa Karaa kootu caalaa Kan gara koo gore Boru abidda dhaalaa Nuun jedhaara kunoo Sheyxaanni hiikamee Ramadaanni baanan Hidhaa gadhiifamee Warri soomni baanan Saalata dhiiftanii Sheyxaana jallataa Maaf gammachiiftanii Kan rabbiin dhiiftanii Gabbartan soomanaa Soomanni ba'eera Kasaarun yoo tanaa Kan rabbiin gabbaran Gabroonni haqiiqaa Ibaadaan aytowum Inkuwaan la daqiiqaa Baxaam xiruu nabbar Macheem huneetaachoow Ibaadan siyaadrguu Hulleem la geetaachoow Ye jaannat turrufaat Tashallaamii naachoow Gizeewun xabbiqoo Salaat ye saggaduu Haraam nagar titoo Halaal ye naggadhuu Isaan milkaa'oodha Har'aa fi borullee Rabbiin isaan waliin Haal milkeesse nullee Waanuma gabaabduu Jechuu fedheetanii Kana caalaa jechuuf Dadhabaadha anii Kana caalaa jechuuf Anatuu wallaalaa Ibaadaa jabeessaa Waan hunduumaa caalaa Kan rabbin gabbare Jaannatuma dhaalaa I have no more power To speech things We have to avoid Drug and sings The way of devils The house of fire Try to cutoff that Fragile wire Unless otherwise Milkaa'un hin jiruu No need of suspecting The death is true.. Qaasim Kadiirin Join Join Join 👇👇👇👇 https://t.me/walaloo_islaamaa_telegram Yaada nuuf kennuuf https://t.me/FiraafanK_telegram
2 440
6
🔴 ሰበር ዜና! በሁሉም የሳውዲ አካባቢዎች ጨረቃ አልታየችም። በመሆኑም ነገ እሁድ የረመዳን ማሟያ 30ኛ ቀን ሲሆን ኢድ አልፎጥር ሰኞ እንደሆነ ተገልፅዋል። 📌 T.me/ahmedin99
🔴 ሰበር ዜና! በሁሉም የሳውዲ አካባቢዎች ጨረቃ አልታየችም። በመሆኑም ነገ እሁድ የረመዳን ማሟያ 30ኛ ቀን ሲሆን ኢድ አልፎጥር ሰኞ እንደሆነ ተገልፅዋል። 📌 T.me/ahmedin99
1 238
7
Badii maalii qabnaa......? Assalaamu aleeykum Obbolaa aakiraa Amriin waa hundaatuu Rabbiin harka jiraa Maalif bara baraan Mataa gadi cabnaa Maalif nu roorrisu Badii maali qabnaa..? Adawwiin islaamaa Raftee hin beektu takkaa Rabbitti amanuun Maalif ta'e yakkaa..? Adawwiin hin rafu Garaansaa dhukkubaa Kanaaf nu salphisee Mana rabbii gubaa Islaamummaan ifaa Akka ji'aaf aduu Adawwiin baay'ateef Abadan hin baduu Seenaa baaroomeedaa Waan daganne seetuu Yeroof kaatti malee Dharti laga hin ceetuu Muslimonni hunduu Haa ta'an kaafiraa Kan hin ta'u jedhe Du'atu isaaf jiraa Teedroos akkas jedhus Mootummaan zaalimaa Meeqa galaafatus Darasaaf aalimaa Maqaa jijjirullee Kiristinnaa kaasee Raas mikaa'el jedhee Maqaas yoo moggaasee Roorron jabaattullee Kinoo har'a geenyee Gidiraa adawwii Hundumaa dandeenyee Ilmaan barsiifachuuf Hanga yoom rakkannaa Biyya keenyarratti Hanga yoom salphannaa..? Ijoolleen musliimaa..... Mirgi ishee eegamee Barachuu hin dandeessuu Hanga maatin dhaqee Harkaan mallatteessuu Hin salaatu jedhii Koottuu mallatteessii Ta'uu baannaan deemii Bakka feete geessii Jedhanii doorsisuu Maatii barattootaa Akkamiin haa bartu Daa'imman barnootaa..? Kanaaf osoo aarruu Dabalan kan biraa Mana rabbii gubnaan Obsa maaltu jiraa...?? Qabeenya musliimaa Lafarraa mancaasaa Badii tokko malee Lubbuu namaa baasaa Ummata nagaa Ololaan sakaaluun Ifaa diin islaamaa Shiraan dhaamsuu yaaluun Yoommuu hin milkaa'u Shiraaf jibbaan keessan Ofumaaf damaatuu Yoomis galma hin geessan Qaasim Kadiirin Join Join Join 👇👇👇👇 https://t.me/walaloo_islaamaa_telegram Yaada nuuf kennuuf https://t.me/FiraafanK_telegram
1 871
8
Godaannisa Musliimotaa fi Mootota Itoophiyaa Kutaa 1ffaa Asalaamualeykum Obbleewwan diinii Waa xiqqoo dubbadhu Naan jette qalbiinii Caalaa ummatootaa Nu godhus rabbiinii Har'a akkam jirra Kaleessa eessa turree Gargar faffacaanee Nutoo taanan burree Yahuudaaf nasaaran Nurratti walkaaftee Luubbuu musliimotaa Lafarraa mancaaftee Lafarraa balleessuuf Qabaatanis hawwii Silas karaan haqqii Hin dhabu adawwii Jalqaba ifaan diinii Addunyaadhaf ifee Ergamaan ilaahii Haqqii qabee dhufee Adawwiin balleessuuf Wanta meeqa gootee Booddee dharti kuftee Haqqiin biyya mootee Handhuura addunyaa Hundaafuu walakkaa Dachee kabajamtuun Baate biiftuun takkaa Hunda caaltuu lafaa Biyyoo biyya makkaa Jalqaba ifaan haqqii Achirraan hanga'ee Kallattii hundaanuu Addunyaa wal ga'ee Roorroof rakkoon cimtus Hundumaa dandeessee Qaanqeen ifaa sanaa Biyyaa keenyas geessee Mootin biyya keenyaas Gammachuun simatee Gaafas abdii kutee Adawwiin rifatee Gaafa ifaan haqqii Habashaa qaqqabee Najjaashin immimman Qabachuu dadhabee Dubbiin haqqii ta'uu Yoosuu isaaf galee Haqqiin hundaaf ifa Beekaa mormu malee Najjashin gammachuun Qabatee shahaadaa Haqqii ol taasisuuf Gaafas seene waadaa Najjaashin dubbate Sagalee ol qabee Tokkichummaa rabbii Habashaaf lallabee Gahee leencaa bahee Kan diinii olqabee Akkasiin anallee Shahaadan qaqqabee Ifaan haqqii latee Lalisee fireessee Gaheen kan kee maali Dabareen si geessee An beekumsa hin qabu Waa tokko hin danda'uu Waa hunda barreessuuf Yeroon naaf hin ga'uu Kanaaf keessa fiigee Tuqee mata duree Silaa naaf mijatee Tokko hin dhiisu turee Mootota Itoophiyaa Kan Najjaashii boodaa Jararraa waan xiqqoo Mee isiniif qoodaa Yohannis afraffaaf Teewodroos dabalatee Ummanni musliimaa Biratti salphatee Kumaatamni du'ee Rabbii isaan walgahee Kumaatamni ammoo Bar kaafira ta'ee Biqiltuu Najjaashin Gad fageessee dhaabee Buqqisuuf addawwii Bara hedduu ta'aabee Mataa irraa murraan Hiddi latee margee Kan dhalootni ammaa Ifaa diinii argee Milnik lammaffaf Kan bara zawdituu Ijji jiraattedhaaf Bar haqqii hin argituu Shiraan ukkamsuudhaf Gaafas dubbii haqaa Heedduu musliimotaa Jijjiiraniis maqaa Haqqii abaan rabbii Kunoo jiraachisee Amantii Bareedduu Kana nu dhaalchisee Bara lij iyyaasuu Kan ija banannee Roorroo bara meeqaa Irraa bayannannee Masjiida ijaarrannus Eeyyama argannee Rabbitti shakkarrus Yeroodhaf gammannee Yeroo xiqqoo booda Lij iyyasuun kufee Mootummaan zaalimaa Booda Hayileen dhufee Ummata musliimaa Karra nutti cufee Hedduun osoo arguu Dhiisee daandii haqaa Fakkaatee jiraachuuf Jijjiiratee maqaa Ulamoota hidhee Isa kaan fannisee Itti yoo naqellee Kaan bishaan danfisee Haqqiin har'a geesse Bar rabbiin hambisee Hayleen awwaalamnaan Booda dargiin dhufee Roorroon musliimotaa Ammas itti fufee....... Kutaan 2ffaan itti fufa... Qaasim Kadiirin Join Join Join 👇👇👇👇 https://t.me/walaloo_islaamaa_telegram Yaada nuuf kennuuf https://t.me/FiraafanK_telegram
1 381
9
Anoo Deemuuf Ka'e......... .........25, 26, 27, 28,29..... Anoo deemuuf ka'ee Dafaa na saammadhaa Hamma wal garruufuu Nagaa nadhaammadhaa Ummata musliimaaf An kennaa rabbiitii Qulqulleessaa dilii Saamunaa zambiitii Yaa warra amantan Jechuun isin yaamee Ramadaana soomaa Kan isiniif dhaamee Akka sodaattaniif Rabbiin na wajjabee Lubbuudhan jiraatee Namni na qaqqabee Rabbiin kennaa guddoo Ana keessa kaa'ee Kan dhugaan na soome Dhugumaan milkaa'ee Isiniif badhaasa Anoo rabbiin biraa Halkan kabajamaan Ana keessa jiraa Halkan tokkichisaa Caalu baatii kumaa Badhaafamuu feenan Kurnan gara dhumaa Ibaadatti cimnaan Kurnan boodaa keessaa Keeyrii halkan sanaa Rabbiin si milkeessaa Kan rabbiin kadhateef Ni baati haajanii Kan rabbiin milkeessef Qabama baajannii Anoo deemuf ka'ee Kinoo isin biraa Yeroon koo dhumaara Qophaa'utti jiraa Yaa nama dhugumaan Natti fayyadamtee Rabbitu siif guuta Waan ati haajamtee Anoo nan deebi'a Waggaadhan naanna'ee Kan wal hin argines Ajalli isaa ga'ee Kan wal arginuulleen Ammaaf nagaattii Qiyaamaa nan dhufa Fayyadamnaan nattii Nuun jedhaara kinoo Soomanni baranaa Yaa jamaa musliimaa Maal jettu jaranaa Gammachuun simannus Beelamni ga'eeraa Maalin gaggeessinu Deemuudhaf ka'eeraa Isa bara dhufuu Rabbitu harkaa qabaa Lubbuudhan jiraatee Eenyutu qaqqabaa Osoo bira hin geenye Ramadaana dhufuu Guyyaan isaa geenyan Hedduudha kan kufuu Yaa mootii aalamaa Kanas nu milkeessii Isa bara dhufuus Nagaan nu geessii Jennee haa kadhannuu Cimsinee du'aayii Fayyaaf umrii wajjiin Ibaadan nu faayii Dilii teenya maraa Yaa rabbi nuuf dhiisii Har'a addunyatti Milkiidhan nu kiisii Jaannatal firdoowsiin Bor nu gammachiisii Jennee haa kadhannuu Jechuu fedheetanii Dhiifama naaf godhaa Xumureera anii..... Qaasim Kadiirin Join Join Join 👇👇👇👇 https://t.me/walaloo_islaamaa_telegram Yaada nuuf kennuuf https://t.me/FiraafanK_telegram
1 523
10
Gaafas Maal Nuuf Wayya Kutaa 2ffaa... Jireenyi lafarraa Hangam yoo jabaattee Filannoowwan danuu Dhala namaaf laattee Kanumaa dadhabee Boo'a ilmi namaa Jireenyi aakiraa Filannoonshee lamaa Milkoofnan jaannata Kasaarran ibiddaa Fudhachuun dirqamaa Akkam gootee diddaa Osoo yeroo kumas Toowbachuu barbaaddee Osoo sheenoftellee Gaabbiidhaan of waaddee Waa sitti hin dabalu Waa sirraa hin hir'isuu Ibidda jahaannamaa Waa sirraa hin ittisuu Kan adduyaarratti Hojiinsaan kasaaree Jahannama keessatti Mana isaa ijaaree Gaafa lubbuun jiru Waan kaafamu hin se'uu Jahaannamitti kufa Siraaxarra hin ce'uu Ee waa kasaareera Ee waa halaakamee Namni osoo jiruu Sheyxaanaan raafamee Osoo lubbuun jiruu Keeyrii sassaabbatee Jaannata keessatti Mana gad dhaabbatee Inni waa milkaa'e Milkii akkaan jabduu Gaafas qalbiin isaa Wanta yaadde hin dhabduu Jireenya jaannataa Yaa jiruu qananii Yaa laga jaannataa Kan dammaaf aannanii Rabbiin abbaa fedhe Kanaan qananiisaa Daandiin achi geessuu Quraanaf hadiisaa Yaa mootii ol ta'e Yaa abbaa rahmataa Atummaan nuuf bani Balbala jaannataa Qaasim Kadiirin Join Join Join 👇👇👇👇 https://t.me/walaloo_islaamaa_telegram Yaada nuuf kennuuf https://t.me/FiraafanK_telegram
1 269
11
Ramadaana Milkii Rabbiin Nuuf Godhu Asalaamualaykum Akkam nagaa jirtuu Kan dhiiraf dubaras Musliimonni martuu Soomanni isin biraan Mee akkam fakkaataa Nu biraa deemuudhaaf Kinoo akkas kaataa Meeqa keenyatu irraa Fayyadama laataa...? Tokko lama jennee Kinoo kurnan boodaa Rabbiin danda'aadhaa Nu hin hanqisin qoodaa Leylatulqadriinis Kurnan kana keessaa Salaataf sadaqaa Du'aayis jabeessaa Kennaa rabbii guddaa Namni biraa rafee Namni kennaa kana Hin milkaa'in hafee Dhugumaan dhabeera Waan dhabuun hin mallee Warra milkaa'erraa Na godhi anallee Hedduudhatu jira Laafan akka kiyyaa Atoo garaa laafta Mee nuuf guuti niyyaa Osoo adda hin qoodin Musliimota hundumaa Waliin nu milkeessi Ajrii baatii kumaa Kan suuta dubbateef Isa ol kaasellee Isa kophaa taa'ee Sitti hasaasellee Hundumaa argita Hundumaa dhageessaa Waliin nu milkeessi Rahmaan ni dandeessaa Waan hundaa keessatti Atoo danda'aadhaa Rahmanni kee guddaan Hundumaaf ga'aadhaa Qooda ramadaanaa Irraa nu badhaasii Qixaaxa keetiraa Mee najaa nu baasii Ramadaana milkii Nu maraaf haa ta'uu Isa itti aanus Rabbiin nuun haa ga'uu Du'aayii nuuf kadhaa Obboleewwan diinii Waliin haa milkeessu Nu hundaa rabbiinii...... Qaasim Kadiirin Qaasim Kadiirin Join Join Join 👇👇👇👇 https://t.me/walaloo_islaamaa_telegram Yaada nuuf kennuuf https://t.me/FiraafanK_telegram
1 508
12
Gaafas Maal Nuuf Wayya Kutaa 1ffaa... Gaafa guyyaan geessee Amriin rabbii taatee Garriin afuufamtee Aduun lixaan baatee Socho'iinsa jabaa Gaaf dachiin sochootee Waan garaashee jiru Hundaa ifa gootee Gaafa ilmi namaa Hundinuu kaafamuu Osoo hin uffatin Kan qullaa dhaabamuu Waan dabarsee dufe Irraa gaafatamuu Gaafa abbaan ilmoo Gatee biraa dheessuu Gaafa haati ulfaa Naasuun ilmoo deessuu Siraax dabalatee Hisaabaf miizaannii Ragaan hojii keenya Gaaf dhufe kitaabni Waggaa kum shantam Hunduu ni dhaabbataa Ebaluu koo jedhee Eenyu wal gaafataa? Wal arguun hin jiru Qullaa dhaabbatanii Nabsee nabsee jedha Hunduu gaafasanii Meeti ree gamoon kee Liiftin buutee baatuu Meeti makiinan kee Kan si baatee kaatuu Meeti ree soofan kee Kan ati irra teessuu Meeti ree firiijin Hoo'aa qabbaneessuu Meeti ree sireen kee Kan ati irra ciiftuu Hirriba filattee Kan salaata dhiiftuu Meeti ree digriin kee Kan ittiin of dhaadduu Ani beekaa jettee Ittiin boonuu yaadduu Lafarratti hafe Hundumtuu hin jiruu Gaafas si fayyadu Rakkina kee hin furuu Kutaan 2ffaan itti fufa Qaasim Kadiirin Join Join Join 👇👇👇👇 https://t.me/walaloo_islaamaa_telegram Yaada nuuf kennuuf https://t.me/FiraafanK_telegram
2 458
13
Ahlan Yaa Ramadaan Yaa ji'a raahmataa Kan keessa banamtu Balbalti jaannaataa Kan milkiif jaalalaa Yaa baatii ibaadaa Hunduu si jaallata Hundumtuu si yaadaa Kennaa kee gurguddaa Musliimotaaf laattaa Bifaan adda hin baastu Hundaaf garaa laaftaa Ahlan yaa ramadaan Baatii araaramaa Badhaasa kee gaarii Sanattan haajamaa Nama dhugaan soomee Sirraa fayyadamuu Rabbiin naaf haa guutu Waan ani haajamuu Qaasim Kadiirin Join Join Join 👇👇👇👇 https://t.me/walaloo_islaamaa_telegram Yaada nuuf kennuuf https://t.me/FiraafanK_telegram
1 636
14
Share 'Walaloo Kennaa Kennaa Caaltu(1).pdf'
1 874
15
As wr wb PDF walaloo Islaamaa bareedduu hedduu qabatte tana buufadhaa, dubbisaa, irraa baradhaa, ittiin booharaa.....Waliif share godhaa....!!!
1 767
16
Anoo si yaadeera..... Erga gargar baanee Waggaa tokko geenyee Yaaddoon kee na miidhe Si obsuu hin dandeenyee Sekondiin daqiiqaa Guyyaan torbii ta'ee Tokko lama jechuun Torbiinis naanna'ee Wal arguuf geenyeerra Kunoo waggaan ga'ee Bareeda akka kee Hin argine takkaa Haalaaf amalli kee Qalbii nama rakkaa Waa garaa hin jabaattuu Tasa garaa laaftaa Jaalalaan moo'attee Hunda qalbii raaftaa Waggaatti al tokko Naaf taatee keessummaa Osoo si jaaladhuu Si dhabus tasumaa Amma wal arguufi Alhamdulillaahi Kan waliin nu gaheef Galata ilaahi Kan qabattee deemtun Gumaata gurguddaa Osoo adda hin qoodin Isa xiqqaaf guddaa Hundumaaf kennita Nama qabuuf qalbii Jaalallee koo dhugaa Yaa badhaasa rabbii Nama waliin oodus Walitti araarsitaa Jaalalaan moo'attee Qalbii xahaarsitaa Ahriibuu ramadaan Jaalallee koo haqaa Qalbiin koo gammaddee Si waamuudhaf maqaa Namni hundi beeka Akka laaftu garaa Waa sitti dhaammadha Ramadaan hadaraa Badhaasawwan qaalii Kan kee san naaf laadhuu Akkan guyyaa boruu Cinqirraa fagaadhuu Lakkaa'amee hin dhumu Wanti an haajamuu Badhaasa keetirraa Akka fayyadamuu Rabbii koon kadhadhaa Isa si naaf kennee Isa baasif xaarii Naaf kafalaa hin jennee Waa'ee kee dubbachuuf Jechi naaf hin gahuu Ji'a carraan milkii Keessa namaaf bahuu We have no good deeds Yellen bogo siraa Zaaree ba adduniyaa Nagee ba aakiraa Keeyrin kumaatamni Bar si keessa jiraa Hunduu si jaalata Eenyutuu si jibbaa Waa takka hajjannee Kan argannu dhibbaa Ji'a carraan guddaan Keessatti kuufamee Kan Quraanni rabbii Keessatti buufamee Silas waa'eeen kan kee Yoom himamee dhumaa Halkan tokkichisaa Caalu baatii kumaa Yaa leeylatul qadr Halkan kabajamaa Ji'a ramadaanaa Keessatti argamaa Rabbiin nu godhuu Irraa fayyadamaa Barreessee fixuudhaf Waa'ee ramadaanaa Waa dandeettii hin qabu Humni koo gadi aanaa Dacheen kun waraqaa Mukni immoo qalamaa Barreessanii fixuun Mee yoom danda'amaa Dhaamsa koo gabaabduu Yoo waliin geessanii Itti fayyadamuuf Hamma dandeessanii Anaas du'aayiidhan Akka hin dagannee Badhaasni guddaan kun Akka na hin hanqannee............... RAMADAN MUBARAK....!!!!! Qaasim Kadiirin Join Join Join 👇👇👇👇 https://t.me/walaloo_islaamaa_telegram Yaada nuuf kennuuf https://t.me/FiraafanK_telegram
2 405
17
Allah is one: ↗️As wr wb ✍chaanalonni Armaan gadii kunniin hundinuu chaanaala Ummata muslimaa fayyaduudhaaf Hundeeffamaniidha. 🏅Kanaaf Kan barbaaddan tuquudhaan @JOIN godhadhaatii irraa fayyadamaa ta'aa 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
3 165
18
🕌Assalaamu Alaykum warhmatullaahi Wabarakaatuh🤝 📚Kabajamtootaaf jaalatamtoota Hawaasa Muslimaa Barnoonni Seenaa Barachuun Baay'ee Barbaachisaadha. 📓Kanaaf Warroonni seenaa Nabiyyootaa barachuu barbaaddan link/promotion Armaan gadii kana keessaa kan isinitti tole tuquudhaan chaanaala @quwwatulislaam Ammuma Join godhadhaatii irraa fayyadamaa! 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
1 359
19
🕌Assalaamu Alaykum warhmatullaahi Wabarakaatuh🤝 📚Kabajamtootaaf jaalatamtoota Hawaasa Muslimaa Barnoonni Seenaa Barachuun Baay'ee Barbaachisaadha. 📓Kanaaf Warroonni seenaa Nabiyyootaa barachuu barbaaddan link/promotion Armaan gadii kana keessaa kan isinitti tole tuquudhaan chaanaala @quwwatulislaam Ammuma Join godhadhaatii irraa fayyadamaa! 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
1 239
20
5, Ay jiruu lafarraa... Jiruu koontiraataa Jireenya lafarraa Dhumuunshee hin hafuu Of dagannus har'aa.... Hedduun osoo fiiguu Naaf dabarti jedhee Duuti isa fuuti Gaafa rabbiin fedhee Kan qabeenya hores... Taabba meeqa ba'ee Laga meeqa bu'ee Osoo hin nyaatin tasa Meeqa biraa du'ee... Naaf dabarti jedhee Meeqa biyyaa ba'ee Kan karatti hafee Soora allaattii ta'ee.. Kan biyaa baqates Cunqursaan jabaatee Meeqa karaarratti Kan galaanni nyaatee..... Dirqamni jireenyaa Kan biyyaa fageessee Aanaaf aaliisaatti Kan garaa jabeessee Lakkaa'amee hin dhumu Kumaafi kitilaa Jireenyi lafarraa Gabaabduudha silaa.... Meeqatu rakkatee Karaarratti ba'ee Harka namaa ilaalun Carraa isaa ta'ee.... Inni kaan dhibamee Siree irratti hafee Fedhii isaa malee Halkan guyyaa rafee.... Kuun agartuu dhabee Itti dukkanaa'ee Kan halkaniifi guyyaan Itti wal qixxaa'ee Kuun dhageettii dhabee Mallattoon dubbataa Kuun mataan dhukkubee Ofiin dudubbataa Kuun ilkaanin kolfaa Keessotti gubataa...... Ilmaan baay'ee horee Kuun waliin rakkataa Ilmoo tokkos dhabee Kuun rabbiin kadhataa Ay jiruu lafarraa Qormaanni kee danuu Naaf dabarta jedhee Si eegaara anuu...... Atoo gabaabduudhaa Dhiisi narrakinii Rakkinaaf gadadoon Osoo na hin arginii.. Anoo deemuuf jiraa Yeroodhaaf taphadhee Rabbiin na gargaarran Xiqqoo daldaladhee Siinqii guyyaa boruu Harkatti qabadhee..... Anoo deemuf jiraa Yaabbadhee bidiruu Yeroo xiqqoo tanaaf Narrakkin yaa jiruu.... Akka naaf laaffisuuf Rabbii koo kadhadhee Waan si biraan dhufu Harkatti qabadhee.... Sillee hin daganne Yaa jiruu aakiraa Dabaree eeggadhee Anoo dhufaa jiraa Amrii naaf laaffisi Rabbii kootin jedhaa Fuula gammachuutin Siin wal arguu fedhaa..... Jireenyi addunyaa Hammam yoo jabaattee Filannoowwan danuu Dhala namaaf laattee.... Kanumaa dhadhabee Kunoo ilmi namaa Jireenyi aakiraa Filannoonshee lamaa... Milkoofnan jaannataa Kasaarran ibiddaa Fudhachuun dirqamaa Akkam gootee diddaa Jireenya lafaatif Namni dhabee sabrii Akkamiin danda'u Gaafas fitnaa qabrii... Siraax dabalatee Hisaabaaf miizaannii Gaaf harka bitaatin Kennameef kitaabnii Way sheenaa koo jechuun Gaabbee quba of nyaataa Mee osoo si ta'ee Gaafas akkam taataa?...... Inni akka kootii Kan diliin faalame Abdii hin kutu rabbiin Yoo naaf araarame.... Mootii rahmanni kee Waan hunda wal gahuu Anoo humna hin qabuu Waa tokko hin dandahuu..... Lakkaa'amee hin dhumu Wanti an anni balleessee Irkoo biraa hin qabuu Rahmaan sitti dheessee Atoo garaa laafta Mootii zalaalamii Dilii tiyya hundaa Mee naaf araaramii Qaasim Kadiirin Join Join Join 👇👇👇👇 https://t.me/walaloo_islaamaa_telegram Yaada nuuf kennuuf https://t.me/FiraafanK_telegram
2 905