en
Feedback
Walaloo & Nashiidaa

Walaloo & Nashiidaa

Open in Telegram

https://t.me/SarkameTech Visit My Web https://sarkame.com Walaloo fi Nashiidaa Islaamaa, Bifa Sagalee fi Barreeyfamaa fi Video-tiin Asirraa argattan ___ https://youtube.com/@karaahaqaa ___ https://t.me/Karaa_Haqaa ____ https://www.facebook.com/Karahaqa

Show more
4 157
Subscribers
-324 hours
+47 days
+2630 days
Posts Archive
‏مقطع صوتي من سَـيْـفُ الله ٱلصَّارِمِـيِّ

‏مستند من سَـيْـفُ الله ٱلصَّارِمِـيِّ

Yaarabbi mooti ....mp311.55 MB

‏مقطع صوتي من سَـيْـفُ الله ٱلصَّارِمِـيِّ

‏مقطع صوتي من سَـيْـفُ الله ٱلصَّارِمِـيِّ

AUD-20260704-WA0028.mp311.55 MB

‏مقطع صوتي من سَـيْـفُ الله ٱلصَّارِمِـيِّ

Repost from Sarkame Tech
#join #SarkameTech #WebDesign #OnlineBusiness #TechTips #DigitalMarketing #AI https://t.me/SarkameTech
#join #SarkameTech #WebDesign #OnlineBusiness #TechTips #DigitalMarketing #AI https://t.me/SarkameTech

📊 Gabaasa Daawwattoota Keenyaa: Barruu keenya kan daawwatan keessaa %97 hordoftoota (Non-followers) yoo ta'an, warri nu hord
📊 Gabaasa Daawwattoota Keenyaa: Barruu keenya kan daawwatan keessaa %97 hordoftoota (Non-followers) yoo ta'an, warri nu hordofan (Followers) qofa %3 dha! 📢 Dhaamsa Jaallatamaa: Ergaan da'waa fi gorsi gaariin keenya daddafiin akka isin gahuuf, ammuma maatii Karaa Haqaa ta'uun nu Follow godhaa, 👍 Like fi Share gochuun sawaaba kana waliin haa hirmaannuu!

Voice message01:00

Allaahu akbar Arra guyyaan iidaa Alhamdulillaahi Nuuf gammachuu addaa Iidukum mubaarak Obbolaakoo hunda Walqabadhaa harka Hin bahinaa addaa Jiraachuu keenyaafi Mushriktoonni gaddaa Allaahu akbar Galanni kan rabbii Kan waliif nugodhe Obbolaa diin rabbii An fidaa keysani Martinuu ahbaabii takbiirtaa baayisaa Jaalachiisaa rabbi Isumaan gad qabaa Xilaata diin rabbii https://t.me/Walaloo_Islaamaa

Bismillaahin jadha Eegala dubbiiti Alhamdulillaaha galanni kan saati Lakkaawamtee hin dhumtu qananin isaati Nurra tola oolee Caaltu ni'imaati Kani nuufi kanne amantii dhugaatii Eega kanaatiihis caccaaltuu yarooti Kharraa fayyadamu gabroottan isaati Khurna zulhijjaadhaa Caalaa aduniyaati Eega kanaatiihis guyyaa arafaati Kan is nuun gahe rabbin aalamaatii Guyyaan arraa guyyaa Sagalaffaadhaati Isa kan waamamu Guyyaa arafaatti Alhamdulillaahi galanni kan saati Kani nuuf baayyise Yaroo ibaadaati Kan keysa caalchisuu huji gabrootaati Alhamdulillaahi faarun isaan maltii Washukru lillaahi galannis kan saati Irra caltuun kadhaa guyyaa arafaati Ja'eeti dubbate goftaan aalamaati Irra caalaan jachaa kanin ja'u ani Anabiyyonni duraas kani isa jadhanii (لا إله إلا الله وحده لاشريك له له الملك وله الحمد وهو على كل شيء قدير) Yaa obboleyyan ko keyri baayyifadhaa Jachottan akanaan Keyri carraaqqadhaa Tahlilaaf takbirtaa Akkaan baayyifadhaa Tasbihaaf tahmiidan Keyri carraqadhaa Yaruma hundaahu namoonni muslimaa Keyri carraaqatuu Dhumaan tilmaama Osoo sin dabbarre guyyaan arafaati Kan isa soomane Maarama qabaati Maaramni isaatis Dilii waggaa lamaa Yaruma hundaahu namoonni muslimaa Keyri carraaqatuu Dhumaan tilmaama × Alhamdulillaahi faaruun isaan malti Kanuufillee kanne Ni'imaa iimaanaatii Washukru lillaahi galannis kan saatii Yaarbbi nuun gahi Ammas guyyaa iidaa Allahu akbar Rabbii kiyya guddaa Shariika hinqabdu Khaaliqakoo gudda Gubbatti oltaate Khalqii tantee hundaa Shariika hinqabdu Tokkoomfamu qabdaa Kana dhawwaaquuf Mushriktoonni gaddaa Gubbaa naaf taasisi Muslimtoota hunda Allahuma salli Wasallim sarmadaa Alaanabiyyika Kan anbiyaa booda https://t.me/Walaloo_Islaamaa

Osoo... بسم الله الرحمن الرحيم. Osoo diinii qabnuu Maaf taane jaahilaa Osoo gareen kun jiruu Maaf Taane Ballaa. Osoo Lubbuun Jirruu Maaf Taane gufullaa. Osoo kitaabaa qabnuu Maalif dhiifne moggattii. Osoo jannanni jiruu Maalif yaana ibiddattii. Osoo Aqlii qabnuu Maalif taane gowwittii. Osoo qalbii qabnuu Maalif taane taguugittii. Osoo Hawaasni Keenya Shirkii dabbaallatuu. Osoo Sheekkoonninis Hawaasatti Daawwatuu. Osoo Barsiistoonninis Galii Qofa Soorattuu. Osoo Haalli Kun Jiruu Maalif Taane Sobamtuu??. Osoo rabbitti amananii Rabbiin isaanif araaramaa. Osoo ergamaas dhugoomsanii Qalbiin isaanii ni sooramaa. Osoo shirkii dhiisanii Hojiin isaanif milkaawamaa. Osoo Toohida qabatanii Rabbiif tahan muslimaa. ✍sarkame https://t.me/Walaloo_Islaamaa

Way zabanaa Zabanni hammatee Hunduu taa'ee fallaa. Hunduu wal dhedheeyse Dhiise wali galaa Kan nagaan ooleetu Fallaa ta'ee bulaa. Amanee Kan bulee Guyyaa kafree oola. Nagaan bahuu male Ni namu shakkee galaa. Kufrummaan jabaattee Nuun waxaltee balaa. Fuurmaata wallaallee Laata maaltu falaa?!. Dirmadhuu nu furi Yaa rabbi yaa Allah.      https://t.me/Walaloo_Islaamaa

Yaa Rabbii Guddicha Yaa Mootii Tokkicha Yaa Arjaa Hundarraa Si Qofa Gabbarraa Haajamaan Hedduudhaa Hunda Haajaa Baasi Sumaa Garaa Laafaa Rahmaan Nu Milkeeysi 🩵🌸🤲🤲

🔗 Linkiilee Keenya: 🎥 YouTube: youtube.com/@karaahaqaa 🟢 WhatsApp Channel: https://whatsapp.com/channel/0029Va9ZjDHId7nTcG
🔗 Linkiilee Keenya: 🎥 YouTube: youtube.com/@karaahaqaa 🟢 WhatsApp Channel: https://whatsapp.com/channel/0029Va9ZjDHId7nTcGJK6934 📢 Telegram: t.me/Karaa_Haqaa 🔵 Facebook: facebook.com/Karahaqa

🔗 Linkiilee Keenya: 🎥 YouTube: youtube.com/@karaahaqaa 🟢 WhatsApp Channel: https://whatsapp.com/channel/0029Va9ZjDHId7nTcG
🔗 Linkiilee Keenya: 🎥 YouTube: youtube.com/@karaahaqaa 🟢 WhatsApp Channel: https://whatsapp.com/channel/0029Va9ZjDHId7nTcGJK6934 📢 Telegram: t.me/Karaa_Haqaa 🔵 Facebook: facebook.com/Karahaqa