cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

Motivation Tips

Channel kaka'uumsaa fi haaromsa sammuu keenyaaf barbaachisu kana irraa guyyaa guyyaadhaan soorata sammuu akkasumas yaadota miidhagoo xinsammuu keenyaaf itti gargaaramnu ni arganna! Join and share ๐šˆ๐šŠ๐šŠ๐šaf ๐™ถ๐šŠ๐šŠ๐š๐š๐š’๐š’ ๐šš๐šŠ๐š‹๐š๐šŠn @Kefgosbot

Show more
Finland1 048The language is not specifiedMotivation & Quotes6 962
Advertising posts
5 645
Subscribers
-524 hours
-197 days
-7630 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Repost fromย Motivation Tips
โœช Fiixaan ba'umsaaf hojjechuun maallaqaaf hojjechuu caala. Kaayyoon hojii hojjechuudha, mallaqa miti! @OroMotivationalTips @OroMotivationalTips
Show all...
๐Ÿ‘ 4
Repost fromย Motivation Tips
Abdii kutuun Diina milkaaโ€™inaati! | Motivational "Abdii kutannaan karaa kufaatiitti geessu isa amansiisaadha!" Genaa Showaalter "Rakkattee osoo hin milkaa'in hafte yoo ta'e, kan si booda milkaa'u dhaloota tokkotu jira; osoo hin rakkatin milkoofte yoo ta'e garuu si dura nama rakkatetu ture."  โ–  Yoo ofii kee rakkattee,  dadhabdee milkaa'uu baatte, rakkina kee kanatti ilmi kee, dhaloonni si boodaa milkaa'uu danda'a. โ–  Ilaali rakkina kee har'aa kana ilaaltee abdii hin kutin! Diinni milkaa'inaa inni guddaan abdii kutuu dha. Waan hojjettu kamiyyuu hamma du'aatti yoo ta'e iyyuu jabeessii itti fufi! Bor yoo duute iyyuu dhaloota boriif eebba taatee duuta. Dhaloonni si boodaa "rakkina inni rakkachaa ture nuti immoo har'a bu'aa isaa jiraanna!" Siin jechaa seenaa kee yaadachaa jiraatu. โ–  Hammuma kufaatiin sitti baay'atu, milkaa'ina keetti dhiyaachaa akka deemtu beeki! โ–  Kufaatiin tokko gaafa si qunnamu, deemsa gara galma milkaa'ina keetti gootu dheerina isaa gabaabfachaa jirta jechuu dha. @OroMotivationalTips
Show all...
๐Ÿ‘ 11โค 2๐Ÿคฏ 1
Show all...

๐Ÿ‘ 2
แ‹จแŒจแŠแ‰€แ‹_แ‰ฃแˆ_ แŠ แŒญแˆญ แŠ แˆตแ‰ฐแˆ›แˆช แ‰ณแˆชแŠญ
Show all...
โค 2
Show all...

๐Ÿคฏ 2
"แˆซแˆตแŠ• แˆ˜แ‹ณแŠ˜แ‰ต" แŠ แŒญแˆญ แŠ แˆตแ‰ฐแˆ›แˆช แ‰ชแ‹ฒแ‹ฎ https://youtube.com/watch?v=04EkkjSPc24&feature=shared
Show all...
"แˆซแˆตแŠ• แˆ˜แ‹ณแŠ˜แ‰ต" แŠ แŒญแˆญ แŠ แˆตแ‰ฐแˆ›แˆช แ‰ชแ‹ฒแ‹ฎ

แ‹จแŒจแŠแ‰€แ‹_แ‰ฃแˆ__SD 360p_MEDIUM_FR24.mp3
Show all...
๐Ÿ‘ 1
แŠ แŒญแˆญ แŠ แˆตแ‰ฐแˆ›แˆช แ‰ณแˆชแŠญ ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Show all...
Show all...