cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

๐™ƒ๐™ž๐™ž๐™ ๐™–๐™– ๐™”๐™–๐™–๐™™๐™–๐™– โœ๏ธโœ๏ธโœ

Advertising posts
5 336
Subscribers
-224 hours
+307 days
+9530 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

KUTAA_12FFAA Sagantaa guyyaa qormaata kutaa 12ffaa Kan bara 2016 fudhatan:- โžญ Qoramtoonni saayinsii hawaasaa Roobii (03/11/2016)       Ganama :- Afaan Ingiliffaa       Guyyaa  :- Herregaa Kamisa:- (04/11/2016)       Ganama :- Aptituudii       Guyyaa  :- Ji'oograafii Jimaata:- (05/11/2016)       Ganama :- History       Guyyaa  :- Economics  โžญ Qoramtoonni saayinsii uumamaa Adoolessa 9-11/2016 fudhatu. Kibxata:- (09/11/2016)       Ganama :- Afaan Ingiliffaa       Guyyaa  :- Maths Roobii (10/11/2016)       Ganama :- Aptituudii       Guyyaa  :- Physics Kamisa:- (11/11/2016)       Ganama :- Chemistry       Guyyaa  :- Biology โžญQoramaanni Bara 2016 magaalota filatamoo ta'an keessatti barattoonni filataman toora interneetii kan fudhatan yoo ta'u, barattoonni kan hafan Yunivarsitiiwwan keessatti waraqaan ni fudhatu jedhameera. โžญ Magaalota filatamoo 25 qormaanni kutaa 12ffaa toora interneetiin itti kennamu fuulduratti ifa ni ta'a.   Share Gochuu Hin Dagatinaa!!
Show all...
๐Ÿ‘ 3๐Ÿ‘ 2
#Kaayyoo_Daandii_Qulqulluu Qabaadhu Malee Wanti Sii Danquu Hin Jiruu. ๐Ÿ‘‰Gaarummaan Riqicha Milkaa'inati ๐Ÿ‘‰Yaa Jireenya #Like_Line ๐Ÿ’ช
Show all...
๐Ÿ‘ 8
Sooressa tokkoof $1,000 kenni $100,000 qabate deebi'a. Hiyyeessa tokkoof $1000 kenni iPhone haaraa qabate deebi'a. Gargaaruma isaa
Show all...
๐Ÿ‘ 6
๐†๐š๐š๐Ÿ๐ข๐ข ๐ฃ๐ข๐ซ๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š ๐Š๐ž๐ง๐ฒ๐š ๐ค๐š๐ง ๐ง๐š๐ฆ๐š๐ญ๐ข ๐ญ๐š,๐š๐ง.... โœ… ๐€๐ง๐ข ๐ž๐ง๐ฒ๐ฎ๐ฎ? โœ… ๐„๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐ง ๐๐ก๐ฎ๐Ÿ๐ž? โœ…๐„๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐ง ๐ฃ๐ข๐ซ๐š? โœ…๐„๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐ง ๐๐ž๐ž๐ฆ๐š? โœ…๐‡๐š๐ซ,๐š ๐ฆ๐š๐ฅ๐š๐ง ๐ก๐จ๐ฃ๐ž๐๐ก๐š? โœ…๐Œ๐š๐š๐ฅ ๐ก๐จ๐ฃ๐ž๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ช๐š๐›๐š? โœ…๐Œ๐š๐š๐ฅ๐ข๐Ÿ๐š๐ง ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐ฆ๐ž? โœ…๐Œ๐ฎ๐ฅ,๐š๐ง๐ข ๐ค๐จ๐จ ๐ฆ๐š๐š๐ฅ๐ข? โœ…๐Š๐š๐ซ๐จ๐จ๐ซ๐ข๐ข ๐ค๐จ๐จ ๐ฆ๐š๐š๐ฅ๐ข? โœ…๐–๐š๐š๐ง ๐ก๐š๐š๐ซ๐š ๐ฆ๐š๐ฅ๐š๐ง ๐ก๐จ๐ฃ๐ž๐๐ก๐š?
Show all...
โค 6
Gurgurtaa daldala qinxaaboo boba'aa irratti daballiin taasifame. Ministeera Daldalaa fi Hariiroo Naannoo, Caamsa 1, 2016 halkan sa'aatii 6:00 irra eegale gatiin naafxaa adii, keeroosiinii, bobaโ€™aa xiyyaaraa, naafxaa gurraacha salphaa fi naafxaa gurraacha ulfaataa haaluma tureen akka itti fufu beeksiseera. Haaluma kanaan Liitira tokkoof: - Naafxaa adii birrii 79.75 - Keeroosiinii birrii 79.75 - Boba'aan xiyyaaraa birrii 70.83 - Naafxaa gurraacha salphaa 62.36 - Naafxaa gurraacha ulfaataa birrii 61.16n itti fufa. Gatiin gurgurtaa beenzilaa liitira tokkoof Birrii 78 fi saantima 67 akka ta'u sirreeffameera.
Show all...
๐Ÿ‘ 3
Sammuu Boqonnaa qabuu fi .....โ€ผ๏ธโ€ผ๏ธโ€ผ๏ธโ€ผ๏ธ
Show all...