Motivation Tips
Open in Telegram
Channel kaka'uumsaa fi haaromsa sammuu keenyaaf barbaachisu kana irraa guyyaa guyyaadhaan soorata sammuu akkasumas yaadota miidhagoo xinsammuu keenyaaf itti gargaaramnu ni arganna! Join and share 𝚈𝚊𝚊𝚍af 𝙶𝚊𝚊𝚏𝚏𝚒𝚒 𝚚𝚊𝚋𝚍𝚊n @Kefgosbot
Show more5 645
Subscribers
-424 hours
-207 days
-9930 days
Posts Archive
5 645
Repost from Motivation Tips
✪ Fiixaan ba'umsaaf hojjechuun maallaqaaf hojjechuu caala. Kaayyoon hojii hojjechuudha, mallaqa miti!
@OroMotivationalTips
@OroMotivationalTips
5 645
Repost from Motivation Tips
Abdii kutuun Diina milkaa’inaati! | Motivational
"Abdii kutannaan karaa kufaatiitti geessu isa amansiisaadha!" Genaa Showaalter
"Rakkattee osoo hin milkaa'in hafte yoo ta'e, kan si booda milkaa'u dhaloota tokkotu jira; osoo hin rakkatin milkoofte yoo ta'e garuu si dura nama rakkatetu ture."
■ Yoo ofii kee rakkattee, dadhabdee milkaa'uu baatte, rakkina kee kanatti ilmi kee, dhaloonni si boodaa milkaa'uu danda'a.
■ Ilaali rakkina kee har'aa kana ilaaltee abdii hin kutin! Diinni milkaa'inaa inni guddaan abdii kutuu dha. Waan hojjettu kamiyyuu hamma du'aatti yoo ta'e iyyuu jabeessii itti fufi! Bor yoo duute iyyuu dhaloota boriif eebba taatee duuta.
Dhaloonni si boodaa "rakkina inni rakkachaa ture nuti immoo har'a bu'aa isaa jiraanna!" Siin jechaa seenaa kee yaadachaa jiraatu.
■ Hammuma kufaatiin sitti baay'atu, milkaa'ina keetti dhiyaachaa akka deemtu beeki!
■ Kufaatiin tokko gaafa si qunnamu, deemsa gara galma milkaa'ina keetti gootu dheerina isaa gabaabfachaa jirta jechuu dha.
@OroMotivationalTips
5 645
Amma immoo bifa haaraa ta'een dhufneerra.
Kitaabota Moral Story PDF fi Sagaleedhan qabannee isiniif dhufuuf qophii keenya xumurreerra !
Waan faayidaa qabuu fi gaarii ta'e qofa ni hojjenna !
Nu Waliin ta'aa !!
5 645
አሁን ደግሞ በአዲስ ነገር መጥተናል አዳዲስ ምርጥ Moral Story መፅሐፎችን በ PDF እና በድምፅ ይዘን ልንመጣ ዝግጅት ጨርሰናል።
ጠቃሚ እና አስተማሪ እንዲሁም መልካም ነገሮችን ብቻ እንሠራለን።
አብራችሁን ሁኑ !
5 645
ERGAA PHAAWULOS GARA WARRA FILIPHISIYUUSITTI ERGE
https://youtube.com/watch?v=xtP7DVTNBYk&feature=shared
5 645
Macaafa Haaraa qabannee dhufneerra !
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
#Ergaa_Phaawulos_Gara_Warra_Filiphisiyuusitti_Erge
