cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Motivation Tips

Channel kaka'uumsaa fi haaromsa sammuu keenyaaf barbaachisu kana irraa guyyaa guyyaadhaan soorata sammuu akkasumas yaadota miidhagoo xinsammuu keenyaaf itti gargaaramnu ni arganna! Join and share 𝚈𝚊𝚊𝚍af 𝙶𝚊𝚊𝚏𝚏𝚒𝚒 𝚚𝚊𝚋𝚍𝚊n @Kefgosbot

نمایش بیشتر
پست‌های تبلیغاتی
5 645
مشترکین
-524 ساعت
-197 روز
-7630 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Repost from Motivation Tips
✪ Fiixaan ba'umsaaf hojjechuun maallaqaaf hojjechuu caala. Kaayyoon hojii hojjechuudha, mallaqa miti! @OroMotivationalTips @OroMotivationalTips
نمایش همه...
👍 4
Repost from Motivation Tips
00:40
Video unavailableShow in Telegram
Abdii kutuun Diina milkaa’inaati! | Motivational "Abdii kutannaan karaa kufaatiitti geessu isa amansiisaadha!" Genaa Showaalter "Rakkattee osoo hin milkaa'in hafte yoo ta'e, kan si booda milkaa'u dhaloota tokkotu jira; osoo hin rakkatin milkoofte yoo ta'e garuu si dura nama rakkatetu ture."  ■ Yoo ofii kee rakkattee,  dadhabdee milkaa'uu baatte, rakkina kee kanatti ilmi kee, dhaloonni si boodaa milkaa'uu danda'a. ■ Ilaali rakkina kee har'aa kana ilaaltee abdii hin kutin! Diinni milkaa'inaa inni guddaan abdii kutuu dha. Waan hojjettu kamiyyuu hamma du'aatti yoo ta'e iyyuu jabeessii itti fufi! Bor yoo duute iyyuu dhaloota boriif eebba taatee duuta. Dhaloonni si boodaa "rakkina inni rakkachaa ture nuti immoo har'a bu'aa isaa jiraanna!" Siin jechaa seenaa kee yaadachaa jiraatu. ■ Hammuma kufaatiin sitti baay'atu, milkaa'ina keetti dhiyaachaa akka deemtu beeki! ■ Kufaatiin tokko gaafa si qunnamu, deemsa gara galma milkaa'ina keetti gootu dheerina isaa gabaabfachaa jirta jechuu dha. @OroMotivationalTips
نمایش همه...
2.85 MB
👍 11 2🤯 1
نمایش همه...

👍 2
የጨነቀው_ባል_ አጭር አስተማሪ ታሪክ
نمایش همه...
የጨነቀው_ባል__SD 360p_MEDIUM_FR24.mp33.99 MB
2
نمایش همه...

🤯 2
"ራስን መዳኘት" አጭር አስተማሪ ቪዲዮ https://youtube.com/watch?v=04EkkjSPc24&feature=shared
نمایش همه...
"ራስን መዳኘት" አጭር አስተማሪ ቪዲዮ

የጨነቀው_ባል__SD 360p_MEDIUM_FR24.mp3
نمایش همه...
የጨነቀው_ባል__SD 360p_MEDIUM_FR24.mp33.99 MB
👍 1
አጭር አስተማሪ ታሪክ 👇👇👇👇
نمایش همه...
نمایش همه...