en
Feedback
Kutaa Faaruu WDB Wiirtuu Waacaalee.

Kutaa Faaruu WDB Wiirtuu Waacaalee.

Open in Telegram

👉Kun Chaanaalii Faaruu afuurawaa Ortodoksaawaan irratti darbudha! Waaqayyoo tajaajilicha haa bal'isu. Link @farOrthodox @farOrthodox ይህ ቻናል ኦርቶዶክሳዊ መንፈሳዊ መዝሙራ የሚተላለፍበት ነው። እግዚአብሔር አገልግሎቱን ያስፋ. @farOrthodox @farOrthodox

Show more
3 308
Subscribers
-224 hours
+337 days
+10630 days

Data loading in progress...

Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
September '26
September '26
+51
in 2 channels
August '26
+144
in 3 channels
Get PRO
July '26
+100
in 3 channels
Get PRO
June '26
+100
in 3 channels
Get PRO
May '26
+93
in 2 channels
Get PRO
April '26
+63
in 2 channels
Get PRO
March '26
+51
in 2 channels
Get PRO
February '26
+64
in 1 channels
Get PRO
January '26
+95
in 3 channels
Get PRO
December '25
+82
in 7 channels
Get PRO
November '25
+98
in 1 channels
Get PRO
October '25
+33
in 1 channels
Get PRO
September '25
+78
in 1 channels
Get PRO
August '25
+43
in 1 channels
Get PRO
July '25
+40
in 0 channels
Get PRO
June '25
+51
in 2 channels
Get PRO
May '25
+41
in 1 channels
Get PRO
April '25
+44
in 1 channels
Get PRO
March '25
+62
in 1 channels
Get PRO
February '25
+54
in 2 channels
Get PRO
January '25
+82
in 4 channels
Get PRO
December '24
+90
in 0 channels
Get PRO
November '24
+84
in 0 channels
Get PRO
October '24
+132
in 4 channels
Get PRO
September '24
+180
in 2 channels
Get PRO
August '24
+163
in 1 channels
Get PRO
July '24
+114
in 0 channels
Get PRO
June '24
+84
in 0 channels
Get PRO
May '24
+191
in 1 channels
Get PRO
April '24
+139
in 3 channels
Get PRO
March '24
+334
in 3 channels
Get PRO
February '24
+167
in 0 channels
Get PRO
January '24
+182
in 0 channels
Get PRO
December '23
+161
in 3 channels
Get PRO
November '23
+97
in 1 channels
Get PRO
October '23
+118
in 5 channels
Get PRO
September '23
+121
in 0 channels
Get PRO
August '23
+70
in 0 channels
Get PRO
July '23
+59
in 0 channels
Get PRO
June '23
+30
in 0 channels
Get PRO
May '23
+40
in 0 channels
Get PRO
April '23
+30
in 0 channels
Get PRO
March '23
+41
in 0 channels
Get PRO
February '23
+33
in 0 channels
Get PRO
January '23
+73
in 0 channels
Get PRO
December '22
+68
in 0 channels
Get PRO
November '22
+54
in 0 channels
Get PRO
October '22
+33
in 0 channels
Get PRO
September '22
+55
in 0 channels
Get PRO
August '22
+70
in 0 channels
Get PRO
July '22
+25
in 0 channels
Get PRO
June '22
+235
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
09 September0
08 September+1
07 September+7
06 September+10
05 September+10
04 September+4
03 September+8
02 September+6
01 September+5
Channel Posts
Faarfannaa_Bara_Haaraa_Faarfattoota_Arfaniin_ARGINE_BARA_HAARAA.mp36.23 MB

2
Arjummaa_Keetiin_Faaruu_Bara_haaraa_Faarfattoota_6n_New_Orthodox.mp3
167
3
Kootta gammadaa ✝ Kotta gammad nutti yaatolu hundii keesssan gammada waaqni nuflaate ebba adda hundi keessan gammadaa faarfachuuf dhufne waqayyo (2) waaqa farfaachuudhaf dhufne×2 yoohanisin finne Waaqa faarfachudhaf dhufne Hababoon meerre(2) ....Kunoo kanwaqni uume            bokkan guddisee    lafti gammojji jiidha magarsee          bara moofichaa nurra dabarsee           gogaan mijjate          margi margeraa                             duddandhagahee           jaamaan argeraa           Hababoo×2 late goftaan nuuf laatee rakkinichaaf dhiphina gudda nuraati gatee Bokka kan robsu .... Waaqa                          kan aduu baasu        dukkana keessa        kan nama baasu      qamadiin gahee         nu asheeteraa            hababoonwagga                              babbareederaa                                  dukkani ife                  lafti bari'e                    gamaachun quufaa   inni beela'e Hababoo Hababoo  ifee Rakkini hin hafe Inni diinni nurratti raaje  hundumti hafe Sumaaf dadhabaan Sumaan abdataan Simbiroon samii Harkakee eegataan Bishaan niguute Coqorsi jira Hunduu gammadee siwaamaa jira Namni siwaame Maqaakee eebbise Mukni inni goge Kunoo lalisee Bineensaaf horii Budeena baseef Hababoo×2 jenne waaqa faarfaanne ×2 Ijooleensaa hundumti keenya isumaa abdanne × Haadha gaarii giiftidha ati eyyen giiftidha ati Harka diinarratti nugatiin ati Nu eegderta hamma yoonatti Eyyeen giiftidha ati Nugadhiisiin harka diinatti Eyyeen giiftidha ati Eyyeen giiftidha ati×3 Abbiyyee eyyeen dhufeera mana kee Ammasa yaa haadhakoo nagaa yaa'ee  hin dhumne Naaf kenne waaqnikoo ×2 Ulfinaan turaa ulfinaani Qalbiin sinduraa badinii Gadde yaa leeyya'u diinni Qalbii keessan jijjiraadha Fooniif dhiigaa isaa fudhadha Amantiin cimaa dhaabbadhaa Mana waaqatii bahinaa Isiniif yaa laatu fayyinaa ×2 https://t.me/farOrthodox https://t.me/farOrthodox
322
4
Burte(kotta hund).mp3
172
5
Hoojenne dhufnee hoo jennex2 Waaqayyoo qabanne Maariyamii qabanne Abaaboo qabanne Nageenya lallabnee Daddarareera...Eeyyen Daraaranii Nuyiif dhufeera Barri haaranii Gooftaan Waggaa haaraa Nu ilaalchise Nujaallateera Hundaa caalchise Sifaarfannaa waaqa Abboota keenya nuuf kenni nageenya Akka dubbannu ... Galata jenne Jiraatan baraa Bara nuuf kenne Dukkanaaf dhiphuu Isaan dabarree Waggaa haaraatti Ifa agarre Meexxii qabannee...Eeyyen Nagaa lallabna Waaqa Abbaa nagaa Kiristoos qabna Nuyi Ijoolleensaa Nun dhiisu yoomu Baraan maqaansaa Hagalatoomu Ergamoota kee..eyyeen Ergii nutiksi Amantii keenyan Dhaabii nucumsii Akka hin banneef Hirkoo nuuf ta'i Bara egeree Ittiin nugahi Bara haaraan kana ....Eeyyee Bara gammachuu Kan tokkummaafi Kan waljaalachuu Bara guddinaa Bara nageenya Nuuf taasisi yaa waaq Ati Abba keenya Kabajaan turaa ulfinaani/2/ Ijoolleef horii horattani Wangeela Gooftaa barattanii Gaabbi galtanii dhiqattanii Fooniif dhiigasaa fudhattanii Mootummaasaa akka dhaaltani Kabajaan tura ulfinaani
167
6
Hoo jenne dhufne hoo jenne×4 Abbotiin koo baga geessan jenne Haadholiin koo baga geessan jenne Obbolaan koo baga geessan jenne Hababoo argite...laliise Hababoo argine Birradhaaf bona Arfaasaaf Ganna Eyyana isaatiin Dabarsitani Bara haaradha Baga geessani Gooftaan yaa seenu Mana keessanni Barri kun bara nagenyaa yaa ta'u hunda keenya ×2 Barri kun bara jaalala yaa ta'u hunda caalaa×2 Hababoo argite... lalise Hababoo argine Dukkanni dabre... Ifatti baane Saminiis ife Habaaboo arginine Haaraa yaa taanu Bara haaratti Gooftaan yaa seenu Mana keessani Barri kun bara nageenya yaa ta'u huunda keenyaa×2 Barri kun bara jaalala yaa ta'u hunda caalaa×2 Habaaboo argite... Laliise Habaaboo agine Balbala keerra Waaqayyo jira Bahii simadhu Dhaabbate jira Amma yaa seenu Gara laphekee Mana isaati ati Innis mana ke Barri kun bara nageenya yaa ta'u hunda keenya×2 Barri kun bara jaalala yaa ta'u hunda caalaa×2 Ijoollen kiristaana×2 kiristoosin qabna Maatiwwan kiristaana×2 Maariyaamin qabna×2 Gara tullutti baana×2 ilellen faarfana×2 Waggadha gaha waggadhani×2 Mana waaqayyotti argamtani Fooniif dhigasaa fudhattani Umrii jaalalaa argattanni Daandii ishee dhugaa qabattani Wagadha gaha waggadhani https://t.me/farOrthodox https://t.me/farOrthodox
262
7
Hoo jennee dhufne Tigist Jiddaa (1).mp3
224
8
BARA_HAARAAN_FAARUU_GAMTAA_HAARAA_,FAARFANNAA_AFAAN_OROMOO_ORTODOKSII.m4a
468
9
Kootta gammadaa ✝ Kotta gammad nutti yaatolu hundii keesssan gammada waaqni nuflaate ebba adda hundi keessan gammadaa faarfachuuf dhufne waqayyo (2) waaqa farfaachuudhaf dhufne×2 yoohanisin finne Waaqa faarfachudhaf dhufne Hababoon meerre(2) ....Kunoo kanwaqni uume            bokkan guddisee    lafti gammojji jiidha magarsee          bara moofichaa nurra dabarsee           gogaan mijjate          margi margeraa                             duddandhagahee           jaamaan argeraa           Hababoo×2 late goftaan nuuf laatee rakkinichaaf dhiphina gudda nuraati gatee Bokka kan robsu .... Waaqa                          kan aduu baasu        dukkana keessa        kan nama baasu      qamadiin gahee         nu asheeteraa            hababoonwagga                              babbareederaa                                  dukkani ife                  lafti bari'e                    gamaachun quufaa   inni beela'e Hababoo Hababoo  ifee Rakkini hin hafe Inni diinni nurratti raaje  hundumti hafe Sumaaf dadhabaan Sumaan abdataan Simbiroon samii Harkakee eegataan Bishaan niguute Coqorsi jira Hunduu gammadee siwaamaa jira Namni siwaame Maqaakee eebbise Mukni inni goge Kunoo lalisee Bineensaaf horii Budeena baseef Hababoo×2 jenne waaqa faarfaanne ×2 Ijooleensaa hundumti keenya isumaa abdanne × Haadha gaarii giiftidha ati eyyen giiftidha ati Harka diinarratti nugatiin ati Nu eegderta hamma yoonatti Eyyeen giiftidha ati Nugadhiisiin harka diinatti Eyyeen giiftidha ati Eyyeen giiftidha ati×3 Abbiyyee eyyeen dhufeera mana kee Ammasa yaa haadhakoo nagaa yaa'ee  hin dhumne Naaf kenne waaqnikoo ×2 Ulfinaan turaa ulfinaani Qalbiin sinduraa badinii Gadde yaa leeyya'u diinni Qalbii keessan jijjiraadha Fooniif dhiigaa isaa fudhadha Amantiin cimaa dhaabbadhaa Mana waaqatii bahinaa Isiniif yaa laatu fayyinaa ×2 https://t.me/farOrthodox https://t.me/farOrthodox
789
10
Burte(kotta hund).mp3
770
11

124
12

1
13
Kootta gammadaa ✝ Kotta gammad nutti yaatolu hundii keesssan gammada waaqni nuflaate ebba adda hundi keessan gammadaa faarfachuuf dhufne waqayyo (2) waaqa farfaachuudhaf dhufne×2 yoohanisin finne Waaqa faarfachudhaf dhufne Hababoon meerre(2) ....Kunoo kanwaqni uume bokkan guddisee lafti gammojji jiidha magarsee bara moofichaa nurra dabarsee gogaan mijjate margi margeraa duddandhagahee jaamaan argeraa Hababoo×2 late goftaan nuuf laatee rakkinichaaf dhiphina gudda nuraati gatee Bokka kan robsu .... Waaqa kan aduu baasu dukkana keessa kan nama baasu qamadiin gahee nu asheeteraa hababoonwagga babbareederaa dukkani ife lafti bari'e gamaachun quufaa inni beela'e https://t.me/farOrthodox https://t.me/farOrthodox
1
14
https://t.me/farOrthodox https://t.me/farOrthodox
873
15
Ceenee bara haaraatti Yaa arjaa Arjummaa keetti Irreen Keenya Si faanaa Hundaa Ni Moonaa Bara Haaraa bara araaraa Bara Carromtoota Haaromsitee Nuuf Dabalta Galatoomi Gooftaa 𝐀𝐫𝐣𝐮𝐦𝐦𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧 𝐦𝐚𝐚𝐥𝐭𝐮 𝐬𝐢 𝐟𝐚𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐚 𝐚𝐛𝐛𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮 𝐬𝐢𝐧 𝐪𝐢𝐱𝐱𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 Yaa guddichaa hangafa lubaa situ nudhaaf Mala Si qabannee sin gonfannee kan ceene kitilaa 𝐀𝐭 𝐣𝐢𝐫𝐚𝐚𝐧𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐦𝐚𝐚𝐥𝐭𝐮𝐧𝐮 𝐭𝐚𝐤𝐚𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐀𝐭 𝐧𝐮 𝐪𝐚𝐛𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐢 𝐧𝐮𝐭𝐭𝐢 𝐭𝐨𝐥𝐚𝐚 Dhuguma dhukkuba keenya gaddaa Keenya baattee Bara araaraa Nuuf kennite aangoo du'aa gitte 𝐦𝐞𝐞 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐤𝐞𝐞 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮 𝐤𝐚𝐧 𝐧𝐮 𝐛𝐚𝐚𝐭𝐞𝐞 𝐄𝐞𝐧𝐲𝐮 𝐚𝐤𝐥𝐚 𝐤𝐞𝐞 𝐥𝐮𝐛𝐛𝐮𝐮 𝐤𝐚𝐧 𝐧𝐮 𝐥𝐚𝐚𝐭𝐞𝐞 Yeroo haaraa nuuf kennitee nutoo ragaa baanaa Maalirraa akkaa nu fayyistee  ni beekna ni beekna 𝐘𝐚𝐚 𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚𝐬𝐮𝐮𝐬 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚𝐟 𝐬𝐢 𝐟𝐚𝐚𝐫𝐟𝐚𝐧𝐧𝐚𝐚 𝐘𝐚𝐚 𝐤𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐨𝐨𝐬 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚𝐟 𝐬𝐢 𝐥𝐚𝐥𝐥𝐚𝐛𝐧𝐚𝐚 Nut Dhaloonni filatamnee dhiigaan kan bitamee Dukkana irraa Gara Ifaa Si'iin kan waamamne 𝐁𝐚𝐫𝐚 𝐡𝐚𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐥𝐚𝐭𝐚 𝐡𝐚𝐚𝐫𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐍𝐢 𝐬𝐢𝐦𝐚𝐧𝐧𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐦𝐦𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐠𝐮𝐝𝐝𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢 MaqaaKee Humna Nuuf ta'ee Hundaa Ni moo'anne Fuldura isaa siin oolfate  eenyutu leeyya'e 𝐒𝐢𝐢𝐧 𝐪𝐚𝐛𝐚𝐭𝐞𝐞 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐭𝐮 𝐪𝐚𝐚𝐧𝐚'𝐞 𝐒𝐢𝐧 𝐝𝐮𝐫𝐟𝐚𝐦𝐞 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐭𝐮 𝐪𝐚𝐚𝐧𝐚'𝐞
835
16
https://t.me/farOrthodox https://t.me/farOrthodox
707
17
httphttps://t.me/farOrthodoxs ://t.me/farOrthodox
770
18
https://t.me/farOrthodox https://t.me/farOrthodox
815
19
httpshttps://t.me/farOrthodox ://t.me/farOrthodox
809
20

843