Kutaa Faaruu WDB Wiirtuu Waacaalee.
Open in Telegram
👉Kun Chaanaalii Faaruu afuurawaa Ortodoksaawaan irratti darbudha! Waaqayyoo tajaajilicha haa bal'isu. Link @farOrthodox @farOrthodox ይህ ቻናል ኦርቶዶክሳዊ መንፈሳዊ መዝሙራ የሚተላለፍበት ነው። እግዚአብሔር አገልግሎቱን ያስፋ. @farOrthodox @farOrthodox
Show more3 308
Subscribers
-224 hours
+337 days
+10630 days
Posts Archive
Faarfannaa_Bara_Haaraa_Faarfattoota_Arfaniin_ARGINE_BARA_HAARAA.mp36.23 MB
Arjummaa_Keetiin_Faaruu_Bara_haaraa_Faarfattoota_6n_New_Orthodox.mp37.75 MB
Kootta gammadaa ✝
Kotta gammad nutti yaatolu
hundii keesssan gammada
waaqni nuflaate ebba adda
hundi keessan gammadaa
faarfachuuf dhufne waqayyo (2)
waaqa farfaachuudhaf dhufne×2 yoohanisin finne
Waaqa faarfachudhaf dhufne
Hababoon meerre(2) ....Kunoo
kanwaqni uume
bokkan guddisee
lafti gammojji
jiidha magarsee
bara moofichaa
nurra dabarsee
gogaan mijjate
margi margeraa duddandhagahee
jaamaan argeraa
Hababoo×2 late goftaan nuuf laatee
rakkinichaaf dhiphina gudda nuraati gatee
Bokka kan robsu .... Waaqa kan aduu baasu
dukkana keessa
kan nama baasu
qamadiin gahee
nu asheeteraa
hababoonwagga
babbareederaa
dukkani ife
lafti bari'e
gamaachun quufaa
inni beela'e
Hababoo Hababoo ifee
Rakkini hin hafe
Inni diinni nurratti raaje hundumti hafe
Sumaaf dadhabaan
Sumaan abdataan
Simbiroon samii
Harkakee eegataan
Bishaan niguute
Coqorsi jira
Hunduu gammadee
siwaamaa jira
Namni siwaame
Maqaakee eebbise
Mukni inni goge
Kunoo lalisee
Bineensaaf horii
Budeena baseef
Hababoo×2 jenne waaqa faarfaanne ×2
Ijooleensaa hundumti keenya isumaa abdanne ×
Haadha gaarii giiftidha ati eyyen giiftidha ati
Harka diinarratti nugatiin ati
Nu eegderta hamma yoonatti
Eyyeen giiftidha ati
Nugadhiisiin harka diinatti
Eyyeen giiftidha ati
Eyyeen giiftidha ati×3
Abbiyyee eyyeen dhufeera mana kee
Ammasa yaa haadhakoo
nagaa yaa'ee hin dhumne
Naaf kenne waaqnikoo ×2
Ulfinaan turaa ulfinaani
Qalbiin sinduraa badinii
Gadde yaa leeyya'u diinni
Qalbii keessan jijjiraadha
Fooniif dhiigaa isaa fudhadha
Amantiin cimaa dhaabbadhaa
Mana waaqatii bahinaa
Isiniif yaa laatu fayyinaa
×2
https://t.me/farOrthodox
https://t.me/farOrthodox
Repost from Kutaa Faaruu WDB Wiirtuu Waacaalee.
Hoojenne dhufnee hoo jennex2
Waaqayyoo qabanne
Maariyamii qabanne
Abaaboo qabanne
Nageenya lallabnee
Daddarareera...Eeyyen
Daraaranii
Nuyiif dhufeera
Barri haaranii
Gooftaan Waggaa haaraa
Nu ilaalchise
Nujaallateera
Hundaa caalchise
Sifaarfannaa waaqa Abboota keenya nuuf kenni nageenya
Akka dubbannu ...
Galata jenne
Jiraatan baraa
Bara nuuf kenne
Dukkanaaf dhiphuu
Isaan dabarree
Waggaa haaraatti
Ifa agarre
Meexxii qabannee...Eeyyen
Nagaa lallabna
Waaqa Abbaa nagaa
Kiristoos qabna
Nuyi Ijoolleensaa
Nun dhiisu yoomu
Baraan maqaansaa
Hagalatoomu
Ergamoota kee..eyyeen
Ergii nutiksi
Amantii keenyan
Dhaabii nucumsii
Akka hin banneef
Hirkoo nuuf ta'i
Bara egeree
Ittiin nugahi
Bara haaraan kana ....Eeyyee
Bara gammachuu
Kan tokkummaafi
Kan waljaalachuu
Bara guddinaa
Bara nageenya
Nuuf taasisi yaa waaq
Ati Abba keenya
Kabajaan turaa ulfinaani/2/
Ijoolleef horii horattani
Wangeela Gooftaa barattanii
Gaabbi galtanii dhiqattanii
Fooniif dhiigasaa fudhattanii
Mootummaasaa akka dhaaltani
Kabajaan tura ulfinaani
Hoo jenne dhufne hoo jenne×4
Abbotiin koo baga geessan jenne
Haadholiin koo baga geessan jenne
Obbolaan koo baga geessan jenne
Hababoo argite...laliise
Hababoo argine
Birradhaaf bona
Arfaasaaf Ganna
Eyyana isaatiin
Dabarsitani
Bara haaradha
Baga geessani
Gooftaan yaa seenu
Mana keessanni
Barri kun bara nagenyaa yaa ta'u hunda keenya ×2
Barri kun bara jaalala yaa ta'u hunda caalaa×2
Hababoo argite... lalise
Hababoo argine
Dukkanni dabre...
Ifatti baane
Saminiis ife
Habaaboo arginine
Haaraa yaa taanu
Bara haaratti
Gooftaan yaa seenu
Mana keessani
Barri kun bara nageenya yaa ta'u huunda keenyaa×2
Barri kun bara jaalala yaa ta'u hunda caalaa×2
Habaaboo argite... Laliise
Habaaboo agine
Balbala keerra
Waaqayyo jira
Bahii simadhu
Dhaabbate jira
Amma yaa seenu
Gara laphekee
Mana isaati ati
Innis mana ke
Barri kun bara nageenya yaa ta'u hunda keenya×2
Barri kun bara jaalala yaa ta'u hunda caalaa×2
Ijoollen kiristaana×2 kiristoosin qabna
Maatiwwan kiristaana×2 Maariyaamin qabna×2
Gara tullutti baana×2 ilellen faarfana×2
Waggadha gaha waggadhani×2
Mana waaqayyotti argamtani
Fooniif dhigasaa fudhattani
Umrii jaalalaa argattanni
Daandii ishee dhugaa qabattani
Wagadha gaha waggadhani
https://t.me/farOrthodox
https://t.me/farOrthodox
BARA_HAARAAN_FAARUU_GAMTAA_HAARAA_,FAARFANNAA_AFAAN_OROMOO_ORTODOKSII.m4a7.05 MB
Kootta gammadaa ✝
Kotta gammad nutti yaatolu
hundii keesssan gammada
waaqni nuflaate ebba adda
hundi keessan gammadaa
faarfachuuf dhufne waqayyo (2)
waaqa farfaachuudhaf dhufne×2 yoohanisin finne
Waaqa faarfachudhaf dhufne
Hababoon meerre(2) ....Kunoo
kanwaqni uume
bokkan guddisee
lafti gammojji
jiidha magarsee
bara moofichaa
nurra dabarsee
gogaan mijjate
margi margeraa duddandhagahee
jaamaan argeraa
Hababoo×2 late goftaan nuuf laatee
rakkinichaaf dhiphina gudda nuraati gatee
Bokka kan robsu .... Waaqa kan aduu baasu
dukkana keessa
kan nama baasu
qamadiin gahee
nu asheeteraa
hababoonwagga
babbareederaa
dukkani ife
lafti bari'e
gamaachun quufaa
inni beela'e
Hababoo Hababoo ifee
Rakkini hin hafe
Inni diinni nurratti raaje hundumti hafe
Sumaaf dadhabaan
Sumaan abdataan
Simbiroon samii
Harkakee eegataan
Bishaan niguute
Coqorsi jira
Hunduu gammadee
siwaamaa jira
Namni siwaame
Maqaakee eebbise
Mukni inni goge
Kunoo lalisee
Bineensaaf horii
Budeena baseef
Hababoo×2 jenne waaqa faarfaanne ×2
Ijooleensaa hundumti keenya isumaa abdanne ×
Haadha gaarii giiftidha ati eyyen giiftidha ati
Harka diinarratti nugatiin ati
Nu eegderta hamma yoonatti
Eyyeen giiftidha ati
Nugadhiisiin harka diinatti
Eyyeen giiftidha ati
Eyyeen giiftidha ati×3
Abbiyyee eyyeen dhufeera mana kee
Ammasa yaa haadhakoo
nagaa yaa'ee hin dhumne
Naaf kenne waaqnikoo ×2
Ulfinaan turaa ulfinaani
Qalbiin sinduraa badinii
Gadde yaa leeyya'u diinni
Qalbii keessan jijjiraadha
Fooniif dhiigaa isaa fudhadha
Amantiin cimaa dhaabbadhaa
Mana waaqatii bahinaa
Isiniif yaa laatu fayyinaa
×2
https://t.me/farOrthodox
https://t.me/farOrthodox
Kootta gammadaa ✝
Kotta gammad nutti yaatolu
hundii keesssan gammada
waaqni nuflaate ebba adda
hundi keessan gammadaa
faarfachuuf dhufne waqayyo (2)
waaqa farfaachuudhaf dhufne×2 yoohanisin finne
Waaqa faarfachudhaf dhufne
Hababoon meerre(2) ....Kunoo
kanwaqni uume
bokkan guddisee
lafti gammojji
jiidha magarsee
bara moofichaa
nurra dabarsee
gogaan mijjate
margi margeraa duddandhagahee
jaamaan argeraa
Hababoo×2 late goftaan nuuf laatee
rakkinichaaf dhiphina gudda nuraati gatee
Bokka kan robsu .... Waaqa kan aduu baasu
dukkana keessa
kan nama baasu
qamadiin gahee
nu asheeteraa
hababoonwagga
babbareederaa
dukkani ife
lafti bari'e
gamaachun quufaa
inni beela'e
Hababoo Hababoo ifee
Rakkini hin hafe
Inni diinni nurratti raaje hundumti hafe
Sumaaf dadhabaan
Sumaan abdataan
Simbiroon samii
Harkakee eegataan
Bishaan niguute
Coqorsi jira
Hunduu gammadee
siwaamaa jira
Namni siwaame
Maqaakee eebbise
Mukni inni goge
Kunoo lalisee
Bineensaaf horii
Budeena baseef
Hababoo×2 jenne waaqa faarfaanne ×2
Ijooleensaa hundumti keenya isumaa abdanne ×
Haadha gaarii giiftidha ati eyyen giiftidha ati
Harka diinarratti nugatiin ati
Nu eegderta hamma yoonatti
Eyyeen giiftidha ati
Nugadhiisiin harka diinatti
Eyyeen giiftidha ati
Eyyeen giiftidha ati×3
Abbiyyee eyyeen dhufeera mana kee
Ammasa yaa haadhakoo
nagaa yaa'ee hin dhumne
Naaf kenne waaqnikoo ×2
Ulfinaan turaa ulfinaani
Qalbiin sinduraa badinii
Gadde yaa leeyya'u diinni
Qalbii keessan jijjiraadha
Fooniif dhiigaa isaa fudhadha
Amantiin cimaa dhaabbadhaa
Mana waaqatii bahinaa
Isiniif yaa laatu fayyinaa
×2
https://t.me/farOrthodox
https://t.me/farOrthodox
Kootta gammadaa ✝
Kotta gammad nutti yaatolu
hundii keesssan gammada
waaqni nuflaate ebba adda
hundi keessan gammadaa
faarfachuuf dhufne waqayyo (2)
waaqa farfaachuudhaf dhufne×2 yoohanisin finne
Waaqa faarfachudhaf dhufne
Hababoon meerre(2) ....Kunoo
kanwaqni uume
bokkan guddisee
lafti gammojji
jiidha magarsee
bara moofichaa
nurra dabarsee
gogaan mijjate
margi margeraa duddandhagahee
jaamaan argeraa
Hababoo×2 late goftaan nuuf laatee
rakkinichaaf dhiphina gudda nuraati gatee
Bokka kan robsu .... Waaqa kan aduu baasu
dukkana keessa
kan nama baasu
qamadiin gahee
nu asheeteraa
hababoonwagga
babbareederaa
dukkani ife
lafti bari'e
gamaachun quufaa
inni beela'e
Hababoo Hababoo ifee
Rakkini hin hafe
Inni diinni nurratti raaje hundumti hafe
Sumaaf dadhabaan
Sumaan abdataan
Simbiroon samii
Harkakee eegataan
Bishaan niguute
Coqorsi jira
Hunduu gammadee
siwaamaa jira
Namni siwaame
Maqaakee eebbise
Mukni inni goge
Kunoo lalisee
Bineensaaf horii
Budeena baseef
Hababoo×2 jenne waaqa faarfaanne ×2
Ijooleensaa hundumti keenya isumaa abdanne ×
Haadha gaarii giiftidha ati eyyen giiftidha ati
Harka diinarratti nugatiin ati
Nu eegderta hamma yoonatti
Eyyeen giiftidha ati
Nugadhiisiin harka diinatti
Eyyeen giiftidha ati
Eyyeen giiftidha ati×3
Abbiyyee eyyeen dhufeera mana kee
Ammasa yaa haadhakoo
nagaa yaa'ee hin dhumne
Naaf kenne waaqnikoo ×2
Ulfinaan turaa ulfinaani
Qalbiin sinduraa badinii
Gadde yaa leeyya'u diinni
Qalbii keessan jijjiraadha
Fooniif dhiigaa isaa fudhadha
Amantiin cimaa dhaabbadhaa
Mana waaqatii bahinaa
Isiniif yaa laatu fayyinaa
×2
https://t.me/farOrthodox
https://t.me/farOrthodox
Kootta gammadaa ✝
Kotta gammad nutti yaatolu
hundii keesssan gammada
waaqni nuflaate ebba adda
hundi keessan gammadaa
faarfachuuf dhufne waqayyo (2)
waaqa farfaachuudhaf dhufne×2 yoohanisin finne
Waaqa faarfachudhaf dhufne
Hababoon meerre(2) ....Kunoo
kanwaqni uume
bokkan guddisee
lafti gammojji
jiidha magarsee
bara moofichaa
nurra dabarsee
gogaan mijjate
margi margeraa duddandhagahee
jaamaan argeraa
Hababoo×2 late goftaan nuuf laatee
rakkinichaaf dhiphina gudda nuraati gatee
Bokka kan robsu .... Waaqa kan aduu baasu
dukkana keessa
kan nama baasu
qamadiin gahee
nu asheeteraa
hababoonwagga
babbareederaa
dukkani ife
lafti bari'e
gamaachun quufaa
inni beela'e
https://t.me/farOrthodox
https://t.me/farOrthodox
Repost from Kutaa Faaruu WDB Wiirtuu Waacaalee.
Ceenee bara haaraatti
Yaa arjaa Arjummaa keetti
Irreen Keenya Si faanaa
Hundaa Ni Moonaa
Bara Haaraa bara araaraa Bara Carromtoota
Haaromsitee Nuuf Dabalta Galatoomi Gooftaa
𝐀𝐫𝐣𝐮𝐦𝐦𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧 𝐦𝐚𝐚𝐥𝐭𝐮 𝐬𝐢 𝐟𝐚𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐚
𝐚𝐛𝐛𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮 𝐬𝐢𝐧 𝐪𝐢𝐱𝐱𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚
Yaa guddichaa hangafa lubaa situ nudhaaf Mala
Si qabannee sin gonfannee kan ceene kitilaa
𝐀𝐭 𝐣𝐢𝐫𝐚𝐚𝐧𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐦𝐚𝐚𝐥𝐭𝐮𝐧𝐮 𝐭𝐚𝐤𝐚𝐚𝐥𝐚𝐚
𝐀𝐭 𝐧𝐮 𝐪𝐚𝐛𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐢 𝐧𝐮𝐭𝐭𝐢 𝐭𝐨𝐥𝐚𝐚
Dhuguma dhukkuba keenya gaddaa Keenya baattee
Bara araaraa Nuuf kennite aangoo du'aa gitte
𝐦𝐞𝐞 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐤𝐞𝐞 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮 𝐤𝐚𝐧 𝐧𝐮 𝐛𝐚𝐚𝐭𝐞𝐞
𝐄𝐞𝐧𝐲𝐮 𝐚𝐤𝐥𝐚 𝐤𝐞𝐞 𝐥𝐮𝐛𝐛𝐮𝐮 𝐤𝐚𝐧 𝐧𝐮 𝐥𝐚𝐚𝐭𝐞𝐞
Yeroo haaraa nuuf kennitee nutoo ragaa baanaa
Maalirraa akkaa nu fayyistee ni beekna ni beekna
𝐘𝐚𝐚 𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚𝐬𝐮𝐮𝐬 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚𝐟 𝐬𝐢 𝐟𝐚𝐚𝐫𝐟𝐚𝐧𝐧𝐚𝐚
𝐘𝐚𝐚 𝐤𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐨𝐨𝐬 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚𝐟 𝐬𝐢 𝐥𝐚𝐥𝐥𝐚𝐛𝐧𝐚𝐚
Nut Dhaloonni filatamnee dhiigaan kan bitamee
Dukkana irraa Gara Ifaa Si'iin kan waamamne
𝐁𝐚𝐫𝐚 𝐡𝐚𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐥𝐚𝐭𝐚 𝐡𝐚𝐚𝐫𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢
𝐍𝐢 𝐬𝐢𝐦𝐚𝐧𝐧𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐦𝐦𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐠𝐮𝐝𝐝𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢
MaqaaKee Humna Nuuf ta'ee Hundaa Ni moo'anne
Fuldura isaa siin oolfate eenyutu leeyya'e
𝐒𝐢𝐢𝐧 𝐪𝐚𝐛𝐚𝐭𝐞𝐞 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐭𝐮 𝐪𝐚𝐚𝐧𝐚'𝐞
𝐒𝐢𝐧 𝐝𝐮𝐫𝐟𝐚𝐦𝐞 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐭𝐮 𝐪𝐚𝐚𝐧𝐚'𝐞
