ch
Feedback
Kutaa Faaruu WDB Wiirtuu Waacaalee.

Kutaa Faaruu WDB Wiirtuu Waacaalee.

前往频道在 Telegram

👉Kun Chaanaalii Faaruu afuurawaa Ortodoksaawaan irratti darbudha! Waaqayyoo tajaajilicha haa bal'isu. Link @farOrthodox @farOrthodox ይህ ቻናል ኦርቶዶክሳዊ መንፈሳዊ መዝሙራ የሚተላለፍበት ነው። እግዚአብሔር አገልግሎቱን ያስፋ. @farOrthodox @farOrthodox

显示更多
3 106
订阅者
-124 小时
+187
+4530

数据加载中...

标签云
无数据
有任何问题?请刷新页面或联系我们的客服
进出提及
---
---
---
---
---
---
吸引订阅者
六月 '26
六月 '26
+75
在2个频道中
五月 '26
+93
在1个频道中
Get PRO
四月 '26
+63
在1个频道中
Get PRO
三月 '26
+51
在1个频道中
Get PRO
二月 '26
+64
在0个频道中
Get PRO
一月 '26
+95
在2个频道中
Get PRO
十二月 '25
+82
在6个频道中
Get PRO
十一月 '25
+98
在1个频道中
Get PRO
十月 '25
+33
在1个频道中
Get PRO
九月 '25
+78
在1个频道中
Get PRO
八月 '25
+43
在1个频道中
Get PRO
七月 '25
+40
在0个频道中
Get PRO
六月 '25
+51
在2个频道中
Get PRO
五月 '25
+41
在1个频道中
Get PRO
四月 '25
+44
在1个频道中
Get PRO
三月 '25
+62
在1个频道中
Get PRO
二月 '25
+54
在2个频道中
Get PRO
一月 '25
+82
在4个频道中
Get PRO
十二月 '24
+90
在0个频道中
Get PRO
十一月 '24
+84
在0个频道中
Get PRO
十月 '24
+132
在4个频道中
Get PRO
九月 '24
+180
在2个频道中
Get PRO
八月 '24
+163
在1个频道中
Get PRO
七月 '24
+114
在0个频道中
Get PRO
六月 '24
+84
在0个频道中
Get PRO
五月 '24
+191
在1个频道中
Get PRO
四月 '24
+139
在3个频道中
Get PRO
三月 '24
+334
在3个频道中
Get PRO
二月 '24
+167
在0个频道中
Get PRO
一月 '24
+182
在0个频道中
Get PRO
十二月 '23
+161
在3个频道中
Get PRO
十一月 '23
+97
在1个频道中
Get PRO
十月 '23
+118
在5个频道中
Get PRO
九月 '23
+121
在0个频道中
Get PRO
八月 '23
+70
在0个频道中
Get PRO
七月 '23
+59
在0个频道中
Get PRO
六月 '23
+30
在0个频道中
Get PRO
五月 '23
+40
在0个频道中
Get PRO
四月 '23
+30
在0个频道中
Get PRO
三月 '23
+41
在0个频道中
Get PRO
二月 '23
+33
在0个频道中
Get PRO
一月 '23
+73
在0个频道中
Get PRO
十二月 '22
+68
在0个频道中
Get PRO
十一月 '22
+54
在0个频道中
Get PRO
十月 '22
+33
在0个频道中
Get PRO
九月 '22
+55
在0个频道中
Get PRO
八月 '22
+70
在0个频道中
Get PRO
七月 '22
+25
在0个频道中
Get PRO
六月 '22
+235
在0个频道中
日期
订阅者增长
提及
频道
22 六月+3
21 六月+4
20 六月+1
19 六月+3
18 六月+5
17 六月+6
16 六月+7
15 六月+2
14 六月+2
13 六月+3
12 六月+2
11 六月+4
10 六月+3
09 六月+2
08 六月+3
07 六月+4
06 六月+4
05 六月0
04 六月+3
03 六月+5
02 六月+5
01 六月+4
频道帖子
2
Fayyisaa Addunyaa F.Dn Fayyisaa Asraat(Adee).mp3
1 552
3
Ani Eenyu Warqinesh Asfawu.mp3
1 243
4
Qulqulleetti Koo yaa Maariyaamii (2) Qulqullettikoo yaa Maariyaamii Laphee koo waan gaarii  Baasee ni dubbata   Akka Abbaa Hiriyaaqosi   Si galateenfata Qulqullettikoo yaa Maariyamii Ergamoonni Waaqaa Si galateenfatu  Kan waa'ee kee beekuu  Har'as haa dubbatu Qulqullettikoo yaa Maariyamii Kennaa Fannoo jalaa Yaa haadha jaalalaa Lalistuu siinaati Fayyistuu hundumaati Qulqullettikoo Yaa Maariyaamii Maariyaam giiftii koo Baay'eedha cubbuun koo Ilma kee naaf kadhuu Fayisaa lubbuu koo Qulqullettikoo yaa Maariyaam Yaa gugee garraamii Dubree maariyaamii koottu mee gara koo Yaa haadha Gooftaa koo Qulqullettikoo yaa Maariyaam Biqiltuu paaxosii Haadha Iyyesuusi Mirga ilma kee jirta Hundumaaf kadhatta Akka abboota keenya nu eebbisii Nu eebbisii Maariyaamii Si jaalannaa si kabajnaa akka Abbaa Ifreemii Akka Abbota keenyaa nu eebbusi ati ulee aaroni Dubree maariyaamii Keenya si'i karaanii Baruma baraanii Akka abbota keenyaa nu eebbisi maqan kee hoo dammaa Si waamna amma amma Si malee maal qabna Eebba kee barbadna Akka abbota keenyaa nu eebisu Baganaa Daawitii Maseenqoo Izraatii Maaloo nuuf kottu ati Si waammanna nuti            ==•|•== 👇👇Hordofaa https://t.me/farOrthodox https://t.me/farOrthodox
1 011
5
Qulqulleetti Koo Abbaa G.Iyyesuus.mp3
890
6
Lolli maaf Kuraa.mp3
868
7
Maqaakee Waamee Damee Kabbadaa.mp3
800
8
Galataan haa Marfamu Dn Tafarraa Baqqalaa.mp3
876
9
Gabri'eel F.Dn Tafarraa Baqqalaa (1).mp3
24
10
Abbaan Gatii malee Faar Solomoon Dabalee.mp3
666
11
Lolli maaf natti ka’a Lola dhugaanoo qaba Harkasaat na wajjinii diinni koo maaf dadhabaa Dubbadhuu sagaleekee diinni koo haa faca’u Kennaa kee namaa  hin laadhu galanni siif haa ta’u Fara’oon qopheessus loltoota jabaa filee Akka ati isa caaltu aangon kee isaaf hin galle Sodaadhus galaanicha fulduratti ilaale Gargaarsa si kadhannaan galaanichi tarsa’e Du’uu koo murteessanis yaadan walii galanii Yaa’itti na baasanis cubbamtuudha jedhanii Maqaa koo balleessanis maqaa haaran fudhadhe Lafa isaan yaadan mitii jireenyattan butadhe Beeka caliste malee keessa doonicha jirta Sagalee du’aaf dhufe jireenyatti jijjirta Hin mamu sin amana amantii kootu hir’ate Jiraachisaa koo jirta galaanni si baqate Maqaa haaraa naaf laatten sijalaa awwadhera Wanta ati naafgoote hundaaf galata dhiyeessera Sagaleen boojuu badee moo’ichatu dhaadata Maqaa kee yeroon dhahu diinatu na baqata ==•|•==     📌 F/taa Kuraa Haabtamuu    👇👇Hordofaa ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝ + @Faarfataa
23
12
Lolli maaf natti ka’a Lola dhugaanoo qaba Harkasaat na wajjinii diinni koo maaf dadhabaa Dubbadhuu sagaleekee diinni koo haa faca’u Kennaa kee namaa  hin laadhu galanni siif haa ta’u Fara’oon qopheessus loltoota jabaa filee Akka ati isa caaltu aangon kee isaaf hin galle Sodaadhus galaanicha fulduratti ilaale Gargaarsa si kadhannaan galaanichi tarsa’e Du’uu koo murteessanis yaadan walii galanii Yaa’itti na baasanis cubbamtuudha jedhanii Maqaa koo balleessanis maqaa haaran fudhadhe Lafa isaan yaadan mitii jireenyattan butadhe Beeka caliste malee keessa doonicha jirta Sagalee du’aaf dhufe jireenyatti jijjirta Hin mamu sin amana amantii kootu hir’ate Jiraachisaa koo jirta galaanni si baqate Maqaa haaraa naaf laatten sijalaa awwadhera Wanta ati naafgoote hundaaf galata dhiyeessera Sagaleen boojuu badee moo’ichatu dhaadata Maqaa kee yeroon dhahu diinatu na baqata ==•|•==     📌 F/taa Kuraa Haabtamuu   
2
13
Lolli maaf natti ka’a Lola dhugaanoo qaba Harkasaat na wajjinii diinni koo maaf dadhabaa Dubbadhuu sagaleekee diinni koo haa faca’u Kennaa kee namaa  hin laadhu galanni siif haa ta’u Fara’oon qopheessus loltoota jabaa filee Akka ati isa caaltu aangon kee isaaf hin galle Sodaadhus galaanicha fulduratti ilaale Gargaarsa si kadhannaan galaanichi tarsa’e Du’uu koo murteessanis yaadan walii galanii Yaa’itti na baasanis cubbamtuudha jedhanii Maqaa koo balleessanis maqaa haaran fudhadhe Lafa isaan yaadan mitii jireenyattan butadhe Beeka caliste malee keessa doonicha jirta Sagalee du’aaf dhufe jireenyatti jijjirta Hin mamu sin amana amantii kootu hir’ate Jiraachisaa koo jirta galaanni si baqate Maqaa haaraa naaf laatten sijalaa awwadhera Wanta ati naafgoote hundaaf galata dhiyeessera Sagaleen boojuu badee moo’ichatu dhaadata Maqaa kee yeroon dhahu diinatu na baqata ==•|•==     📌 F/taa Kuraa Haabtamuu    👇👇Hordofaa ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝ + @Faarfataa
1
14
Abbaan Gatii malee Abbaan gatii malee Kan nama jaallatu sabootasaaf ergee ilmasaa jaallatu Tiksee hoolotaatii kan balbala banu Afuura qulqulluun Kan nuti jiraannu Afuura nuuf ergi yaa Abbaa jaalalaa Icciitiis nutti himi jechoota wangeelaa Addunyaa Kan hunda fedhii keen jaallatte Saba Kee balleessin badii keenya laalte Goota Goofa caalu kan qorichaaf oolu Ilma Maariyaamii hoolicha garraamii x2 Nalleessaa keenyani ati fannifamte Dheebuu keenya baaste ofii Kee dheebotte Si duukaa buunerra fannoo kee baannee Ati madoofteti kan nuti fayyine Guyyaa shantamaffaatti afuurri kee ergamee Afaan Pheexirosin kunoo lallabame Dukaa bu'oonni kee maqaa keetiif jecha Gidiraa baatanii du'aafi ajjeechaa Isaayyaas lallabee gochaa gooligootaa Ilma Maariyaamii daa’imni Ifraataa Magaalaa Daawwititti dhalatee guddataa Waaqa jiraan keessaa maaltuu saan qixxaataa?                ===°|°=== F/taa Solomoon Dabalee 👇👇 follow ╔═══════════╗ ♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═══════════╝ + 👉 @Faarfataa
1
15

16
Maqaakee waamee yooman salfadhee Maariyaam jedhee yooman gufadhee Kanan itti obsu maqaa keetidha Ya durbee an galatan siif laadha Dukkana lixee biyya ormatti Dhiitamen ture baraa baratti Daabilos boojin na gidirsiisee Fayyisaa Addunyaa ati naaf deesse Dhaala abba kootii biyyakoo dhiisee Biyya ormoota keessatti of dhokse Ati dhaqabdee na jabeessitee Kophummaa kankoo na dagachiiste Dunkaanni guute namni waamame Keessummeessaanis hedduu yaadda'ee Maalan dhiyeessa jedhee yoon gaddu Araarsummaa keen naaf ta'ee hunduu Innin an yaade duumessa ta'ee Akka qilleensa nat bittinaa'e Innin an yaade ta'uyyuu baatu Haadha waaqayyon an abdii kutu Abbaaf haatikoo na irraanfatanis Biyyi lafaa kun dhibdee na gattus Yoon si qabaadhe an maalan ta'a Qilleensa hamaa garbas nan ce'a Dinnikoo dhufee na dadarbusi Rakkoo baayyise na dhiphisusi Addaan hin kutuu ana galatakee Narra jirahoo durbee oolmaan kee Na rakkisanis warri hamoonnii Sijaalachuuko nan dhiisisani Hamoota keessat maqaakeen waama Hirkoo naaf ta'i siif danda'ama
688
17
Galataan haa marfamu masaraan buufata kee Ejjennaan faana keetii bantiin Samii teessoon kee Arjummaa keetiin madde ogummaan ogeessotaa Iyyesuus maqaa gaarii tiksee balbala hoolotaa Galaana sakattaatee garaa lafaas nii beektaa Samii utubaa malee jabeessitee dhaabdeettaa Ardii taakkuun safarta maddi ogummaa sibiraa Seerota bulchiinsa kee maaltu hir'isee hiraa? Jiraattotni samiirraa ergamoonnis raayyaanii Sodaadhaan si faarfatu ciigoo haaraa kulanii Ulfina Waaqummaa keef biyyi lafaat' kirkiraa Kattaat' dadayyaa'amee galata Keef hiriiraa Qixatti beekta hunda libsuu ija Kee tokkoonii Wanta nu barbaachisu Soorata lubbuuf foonii Jaalala isa xumuraa sidha kan nu jaallatee Golgootatti arreedee funcaa du'aa kan kutee Gonkumaa hin shallagamu turtiin bulchiinsa keeti Barootaan haa jajamu teessoon mootummaa keeti Aboottee harkaan qabdee addunyaa dabarsitaa Mo'ii baraan jiraadhu Silaas maaltu siin qitaa?      ==•|•== 👇👇Miseensa ta'aa ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝ + @Faarfataa     #share
24
18
Fuuldura Waaqayyo kan dhaabbattu Araraaf dhiifama kan kadhattu Hangafa Ergamootaa hundaa oli Sin waama Qulqulluu Gabri'eeli Waa’ee cubbuu keenyaaf... Gabri'eel Tasa hin callistu Abidda boba’aa Bishaan kan taasistu Fannoo kee Warqeedhan Kottu nu eebbisi Karaa badiinsarraa Ati nu deebisi Kadhannaa kan keetin... Gabri'eel Nagaa kan taasiste Kabaja kan keetiin Addunyaan ni ifte Maqaa Waaqayyootu Jira maqaa keerra Eegumsa kee amanne Kanaaf si waamnerra Misiraachoo himuuf... Gabri'eel Nagaaf kan ergamte Qirqoosiif haadhasaa Abiddaa kan baaste Nunins nu baraari Badii sodaanurraa Araarsummaa keetin Adda bahin nurraa Kabaja Waaqayyoo... Gabri'eel Aarsaa isaaf dhiyaatu Gara Aariyaamiitti Kan fuutee olbaatu Uffanni kee Ifaa Fannoon kee abiddaa Waaqayyoon biraatii Namaaf nagaa fidda ==•|•== F/taa Dn Tafarraa Baqqalaa 👇👇 follow us ╔═══════════╗ ♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═══════════╝ +++++ @Faarfataa #Share gochuu hin dagatinaa!
29
19
Abbaan Gatii malee Abbaan gatii malee Kan nama jaallatu sabootasaaf ergee ilmasaa jaallatu Tiksee hoolotaatii kan balbala banu Afuura qulqulluun Kan nuti jiraannu Afuura nuuf ergi yaa Abbaa jaalalaa Icciitiis nutti himi jechoota wangeelaa Addunyaa Kan hunda fedhii keen jaallatte Saba Kee balleessin badii keenya laalte Goota Goofa caalu kan qorichaaf oolu Ilma Maariyaamii hoolicha garraamii x2 Nalleessaa keenyani ati fannifamte Dheebuu keenya baaste ofii Kee dheebotte Si duukaa buunerra fannoo kee baannee Ati madoofteti kan nuti fayyine Guyyaa shantamaffaatti afuurri kee ergamee Afaan Pheexirosin kunoo lallabame Dukaa bu'oonni kee maqaa keetiif jecha Gidiraa baatanii du'aafi ajjeechaa Isaayyaas lallabee gochaa gooligootaa Ilma Maariyaamii daa’imni Ifraataa Magaalaa Daawwititti dhalatee guddataa Waaqa jiraan keessaa maaltuu saan qixxaataa?                ===°|°=== F/taa Solomoon Dabalee 👇👇 follow ╔═══════════╗ ♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═══════════╝ + 👉 @Faarfataa
20
20
OL BA'E Ol ba'e galataanii Eeyyee 2x Ol bahe lilleen, galataanii Eeyyee 4x ililleen Ol ba'e 2x ililleen Du'aa injifatee Mootichi Mototaa Ol ba'ee 2x ililleen Kaayyoo dhufeef fixee Gara biyya lafaa lyyasuus kiristoos nu hundumaaf hangafaa Du'ee Du'aa isaatin Du'a keenya hambisee Du'aa injifate bilisummaa labse Afuura qulqulluu nuuf erguudhaaf deeme Isa hundaa nuuf ibsuu Dhugaa dubbatame Mirgaa Abbaa isaa lyyasuus taa'eraa Bakka nuuf qopheessuuf Gooftaan olbaheraa Biyyaa lafaa bu'ee Aangoo du'aa cabsee Nutis akka boonnuuf Karaa isaa nuuf ibsee Kabaaja guuddadhan llilleedhaf galataa Aangoosaan ol ba'e Faarsaa ergamootan Nuti ni laalabnaa Isaa du'aa ka'ee Du'a ka'umsa isaan Hangafa isa ta'e lyyasuus ilileen kabajaan olba'ee Murtiif ni deebi'aa Mirga abbaa isaa ta'ee Qomoos Abbaa Gabra lyyasuus 📬Faaruu Keessan Beeksifachuuf          👇👇 @Biree29      @AbdiiWaaq_Abdiel 👇👇Join godhaa 👇👇👇 ╭══•|❀:✞✟✞❀|•══╮ ✥┈┈••●◉✞◉●••┈••✥ @FaruuHaara @Ortho_Ring ✥┈┈••●◉✞◉●••┈••✥ ╰══•|❀:✞✟✞❀|•══╯ Like 🥰👍
0