cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Kutaa Faaruu M/S/Gololchaa Mika'elaa M/Xurrii

Mostrar más
Finlandia2 187El idioma no está especificadoMúsica23 017
Publicaciones publicitarias
2 144
Suscriptores
Sin datos24 horas
+87 días
+5130 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Enyuudha_Nutii__F_taa_D_n_Garamuu_Baayisaa_(128k).m4a6.13 MB
Ifa_Uffaatee,F_taa_Mul_ataa_Tazzarraa,Faarfannaa_Afaan_Oromoo_Ortodoksii.m4a5.59 MB
Na_Guddifatteeta,F_ttuu_Taddaluu_Warquu,Faarfannaa_Afaan_Oromoo.m4a6.39 MB
DUGDA DIINAAKOO Dugda diinootakoo kan naaf bitte furii lubbuu Koo Marga lalisaas kan naaf taate ati waaqakoo Yennaan maqaakee dhahuu Nan jarjaraa Nan ariifadha Danda'e of hin qabu gaarummaakee sanan yaadadha           @Ceesisa Tollikee badaa badee deebisa naatoonkee haalaan nama naasisa Ajajaan samii utubdee dhaabdee Dhugaa dubbachuuf na ajaa'ibdee           @Ceesisa ljikee dhoksaa dukkanaa baasaa Dubbiinkee hundee lafaa sochoosa Kennaanke Ayyaana natti uwwisee Eebbikee dhaba quubse nyaachisee           @Ceesisa Jechikee dhibee namaa fayyisaa Harkikee galmee badee haareessa Yaadakeen takka nama hin tuffattu Garaa Qulqulluun kan na jaalattu             ==•|•== F/taa Dn Barsan Abdiisaa 👇👇follow us ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝ + @Faarfataa     #share
Mostrar todo...
Dugda Diina Koo Dn Barsan Abdiisaa.mp34.30 MB
Maariyaam Faar Shawaa Battee.mp36.57 MB
Ifoomaa Misiraachoo Ifoomaa Misiraachoo Gabri'eel Ergamaa Fuula waaqa dhaabbatta galgala ganama Fannoo Warqee keetiin kottu nu eebbisi Gabri'eel si waamna ati nu araarsi (2) Ariifannaan baaste ijoollota Sadeeni Osoo hin gubatini qaamni isaanii Kochoo Diristee Daftee oolchitee Aangoo waaqatini boba'aa dhamsite(2) Daa'ima wallaalaa Qirqoosin cimsite Haadha isaas iyyeluxaa ati jabeessitee Hojiin kee raajiidha buusaa Araaraa Ergamaa gammachuu sooraa kakuu haaraa(2) Tajaajilaa gaarii Ergamaa Gammachuu Gochan kee adda gargaarsaa arifachuu Kanaaf si faarsina Dhaloonni maqaakee Addunyaa barsiisuuf Ajaa’iba kan kee        F/taa Alamuu Dandanaa            ==•|•== Walaloo:      F/taa Koo'eel Shawaa Yeedaloo:      F.Dn Keebar Tasfaa      F/taa Alamuu Dandanaa 👇👇👇👇👇👇👇👇 ╔═══════════╗ ♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═══════════╝ #Share gochuu hin dagatinaa!
Mostrar todo...
Ifoomaa Misiraachoo.mp38.02 MB
Ifa_Uffaatee,F_taa_Mul_ataa_Tazzarraa,Faarfannaa_Afaan_Oromoo_Ortodoksii.m4a5.59 MB
Maal ta'a osoo taane akkuma Saloomee Si waliin godaannee galataaf dhaabbanne Maal ta'a osoo taane akkuma Yooseefi Laphee qulqulluudhaan waamamne eebbafi Silaa obsa barra gidiraa danda'uu Gadi of-qabumaadhaan oftuulummaa mo'uu Hammeenya dhiisanii dhugaa waliin ba'uu Nun dhoowwatin dubroo laphee kanaaf ta'u Nuuf eyyami maaloo si galateeffanna Si waliin beelofnee beela kee hirmaanna Murtee nama ajjeesuu sobarraa baqannaa Araarsummaa keetti amannee jiraanna Barii lafaa hin eegnu halkanuma Walakkaa Sababa hin baay'isnu ni deemna si duukaa Fayyina keenyaafis ni qabda akeeka Yooseef nu taasisi maanguddicha beekaa            ==•|•== F/taa Dn Shaambal 👇👇follow us ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝ + @Faarfataa     #share
Mostrar todo...
Maal ta'a Osoo taane Dn Shaambal.mp37.40 MB
Jaalalli kankee /ፍቅርህ ማረከኝ/ Jaalalli kankee  booji'eera jireenyako Waaqayyoon anaaf qorichakoo Jaalalli kanke booji'eera barootakoo Dhiiga qulqullu ken bitameera Addunyaa dhiise sin tajaajila Duutike jireenya naaf ta'eera Dhiphachuu keetin bayyanadheera Kabaja keetif ka'een faarfadha Hanga humnako ol siqabadha Kabaja keetif ka'een faarfadha Hanga humnako ol siqabadha Laftiifi samiin haa ililchani Galannii sif haa gahuu jedhanii Qulqullumma kef fakkatti hin qabdu Goofta nabiraa galata hin dhabdu Qubnikoo bagana sif tarreessa Halkanif guyyaa an sin waaqessa Qubnikoo bagana sif tarreessa Halkanif guyyaa an sin waaqessa Si'iin ilaale sodaate diinni Fuula kee kufu sif sagadanii Akkana kuno Goofta jechuuni Hunduma moota ati jaalalaani Si'iin of jajne uuma keenyani Oolcha kan ta'ee mootidha inni Si'iin of jajne uuma keenyani Oolcha kan ta'ee mootidha inni             ==•|•== 👇👇follow us ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝ + @Faarfataa     #share
Mostrar todo...
Jaalalli Kan Kee Naatnaa'eel Boggaalaa (1).mp34.33 MB
Mikaa'el Anaaf Addadha /ሚካኤል ይለ'ይብኛል Tiksee na guddisee ijoollummaakoo Abbaa naaf ta'eeto Mikaa'el abbaankoo Anaaf addadha Mikaa'el anaaf addadha Kochoosan haguugee manasatti kan guddiseedha Hin bareedu yoon dagadhe seenaa kankoo Mikaa'ela kan bareeche jireenya koo Inni hin daganne hin dagatin kan jedheeni Edaa dhagaheera kan kadhadhe mucummaani
Bara San hunda kan naaf obsee Hojii kootin yoom nan balleesse Mulachu kootis riqadha ati   Jalqabbiis anaaf taate ati
Akkan gaddine akkan buusne an boquu koo Akkan boonye akkan buusne imaammanni koo Gammachuu akkan dhabne dadhabeeto Lubbudhani Narrati hin fagaatu guddiseenkoo Mikaelini
Guyyaankoo hin tolu yoon sin waamne Anaaf dhaqabi sin yoon jenne Na eegalchiste jalqaba koo Ati naaf bareechi xummura koo
Kuffiseera Karoora diinni koo baase Ol naqabe karaa sirrii na deemsise Na dhoksu dandeenye na hambisu dudduubatti Raaji Waaqayyootin fuldura kootii kufeet
Ati labooba ibiddaati Diinni ni kufaa fuula keett Anaaf ijadha hirkoo kankoo Bara baraanuu si eegankoo
Mostrar todo...
Mikaa'el Anaaf Addadha Dn Tafarraa Baqqalaa.mp310.52 MB
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.