cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

QEERROO PRESS

✦Humni Jabaan Addunyaa kana raasu. Kan Gabromfata jalaa bilisa si baasu, Tokkummaadha Lafa jirtutti ijaaramii, Wal ijaari! ✦ᴏʀᴏᴍɪʏᴀᴀɴ ᴡᴀʀᴇᴇɢᴀᴍᴀ ɪʟᴍᴀᴀɴ ɪsʜᴇᴇᴛɪɪɴ ɴɪ ʙɪʟɪsᴏᴏᴍᴛɪ! ᴏʀᴏᴍᴜᴍᴍᴀᴀɴ ᴅʜɪɪɢᴀ!! ❤️💚❤️ @Sololoobot

Mostrar más
Finlandia1 394El idioma no está especificadoPolítica8 797
Publicaciones publicitarias
4 323
Suscriptores
+824 horas
+347 días
+22330 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
👍 2
~Cobni Dhiiga WBO, Mancaaftuu Dukkana Gabrummaa; Gaaza Qabsoo Bilisummaa Oromoof Oromiyaati! ~~~~~~~~~ Ifaajee Qabsoo Bilisummaa Oromoof Oromiyaa dhugoomsuuf adeemamu keessatti WBOn, gabrummaatti xumura gochuuf aarsaa qaalii hin herregamne taasisaa jira. WBOn, dadhabe, beela'e, dheebodhe utuu hinjedhiin nuffii tokko malee galgalaafi ganama Uummatasaa qaalii akka qaroo ijasaatti ilaaluuf waardiyyaa dhaabataa jira. Cabin lafeefi cobni dhiiga WBO, dukkana gabrummaa impaayeerri Itoophiyaa jaarraa tokkoof walakkaaf Oromootti aguugde tarsaasee barii bilisummaa mirkaneessuu danda'eera. Har'a impaayeerri Itoophiyaa raafama hawaas-dinagdeefi siyaasaa hamaan butamtee jirti. Sirni abbaa irree kan siyaasni warra Abisiniyaa harkatti tortoree siyaasa ofii tolfachuuf jecha nagaa guutummaa biyyatti dhorkee gooluu irratti argamus irree jabaa WBO, jala dhaabbachuu hindandeenyee. Uummanni keenya siyaasa murna Biltsiginnaa harkatti tortoree ajaan biyyatti goolaa jiru hundeen dhabamsiisuuf gama danda'e maraan qabsoo bilisummaa Oromoo WBOn, gaggeessaa jiru keessatti qooda seenaa ba'achuurratti argama. Ammatti, Oromoon akka sabaatti walabummaafi bilisummaa Oromoofi Oromiyaa mirkaneessuuf falma xiiqii taasisuun mirga utuu hintaane dirqama. Abadan! Itoophiyaa kuftee gangalachaa jirtutti lubbuu horuu hinqabu. Laal! Har'a WBOn, adda waraanaa kamirrattuu injifannoo ajaayibaa loltuu faashistii Impaayeera Itoophiyaarratti gonfataa jira. Humni kana booda isa dhaabu hinjiru. Uummanni keenyas akkuma kana dura barame waraana isaa isaaf jedhee ganna beelaan, bona ammoo dheebuun waadamee waardiyyaa isaaf ta'aa jiru cina hiriiruun Duula Irbuu Shinniggaa WBOn, diinarratti gaggeessaa jiru milkeessuuf dirqama seenaa qaba. Milkaa'ina qabsoo ammatti WBOn, gonfataa jiru bu'aa dadhabbii uummata keenyaa ta'uu diinnis ta'e firri inuma beeka, quba qabaadhaa! Oromiyaan Biyya! Jaal Gamtaa WBO
Mostrar todo...
👍 1
#Inbox Baha biiftuu ona carcar guutuu keessaatti hidhaan  kan durii caalaa jabattee jirti. Magaalaa ciroo Magaalaa hirnaa Magaalaa shanan dhuggoo ykn Magaalaa masala Magaalaa baddeeeysaa Galaamsoo fi kaneen biroo keessaatti ummaata nagaa hidhaa jirachuu ummaani nagaan bahee galuu dadhabee jira.
Mostrar todo...
👎 1
#Duula_Irbuu_Shinniggatin Gabrummaatti Xumura Ni Goona Duulicha Keessatti qoodadhu!
Mostrar todo...
👎 1
Eeruu Odeessa Sochii Humna Weerartuu!! Amma sa'aatii 12:30 irratti Konkolaataan duraan gara Doolootti gadi dabree ture, Waraana Shi*ftaa PPn Uummata Oromootti bobbaaftu fe'achuun guurratee gara Magaala Hawaasaatti Adoolaa Woyyuu keessaan ol-qaxxaamuree dabree jira. Baayyinna Konkolaataa: 42 Konkolaataa Gosaan; Paatrooliin; 6 Ooraaliin; 7 Konkolaataan Meeshaa fe’u; 4 A'izuuzii  Sangoota fe’atee jiru; 1 fi Baasii Uummataa 24 dha. Humni Hamileef Mogoleen bututee urraa'e tun, galgala kana Sa'aatii 12:30 irratti Magaala Adoolaa Woyyuu keessaan qaxxaamuruun gara Magaala Hawaasaatti ol-dabre. Konkolaataa 42 kanneen keessaa Magaala Dooloo dhaqee Humna fe'atee kan deebi'e, Konkolaataa 18 qofa yoo ta'u, Waraanni Konkolaataa 24 Magaala Nageellee Booranaa keessaa walitti haramee fe'ame. PPn duriiyyuu hin-goomtuu, amma akkam taati?? Abbuma suufetti, dhuufe jennaan😂
Mostrar todo...
👍 1
👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
OLA new strategy against OPDO/PP is just bigging through operations irbuu shingaaa🔥🔥🔥 ❤💚❤ 💪💪💪
Mostrar todo...
👍 5 2
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.