cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

QEERROO PRESS

✦Humni Jabaan Addunyaa kana raasu. Kan Gabromfata jalaa bilisa si baasu, Tokkummaadha Lafa jirtutti ijaaramii, Wal ijaari! ✦ᴏʀᴏᴍɪʏᴀᴀɴ ᴡᴀʀᴇᴇɢᴀᴍᴀ ɪʟᴍᴀᴀɴ ɪsʜᴇᴇᴛɪɪɴ ɴɪ ʙɪʟɪsᴏᴏᴍᴛɪ! ᴏʀᴏᴍᴜᴍᴍᴀᴀɴ ᴅʜɪɪɢᴀ!! ❤️💚❤️ @Sololoobot

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
4 592
Obunachilar
+2124 soatlar
+1277 kunlar
+37230 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Impayeera Bosose ================== Gorsaan  Adanech Abeebe fi hoogganaan odeessaaa sobaa /Yemidiyaa serawit/obbo Kabbadee Kaasaa biyaa baqate jira. Erga biyyaa baqachuun isaa dhagaahamee manni jireenyaa poolisiidhan sakkata'amee jira. Impayeerichi guutummaatti sassabatee godaanuuf jira. #OROMIYAAN_BIYYA
Hammasini ko'rsatish...
👍 7😁 1
Gocha ppn maqaa magaalaa shaggaar misoomsu jedhuun ummataa oromoo daangaa magaalaa jira irratti raawwaacha jirtu akkamin uummataa oromoo lafaa isaa irraa buqisna tooftaa pp ta'ee jira. Magaallii shaggar akkuma magaalaan finfinnee oromoo buqsee san magaallii shaggaris qotee bula mana isaafif lafaa irra salphaatti maqaa misooma magaalaa jedhun lafaa irra buqqisu.yoo immoo ni misoomsina jedhan gamoo qofa jedhu. gammoolee warri humna qabu hojjachu yaalani nu dhowwaani lafaa irratti dhalaanne wal horee irratti. Ppn baala gizeen abbaa itti taatee lafaa keenya irratti warra mata'aa kennuf jedhani lafaa keenya irratti nu dhowwatani jiru himatu uummaanni.Saamiin bara wayyaanee caala nu miidha jira jedhu. Shaggar keessatti ppn lafaa gurguraa warra ishee eegu gaachaana sirna jette leenjiisten uummata sodachisufi saamsisuun burjaajji uumte jirti. Yaa oromoo Ppn Gachaana sirna jette kan isheen leenjiiste hattufi duriiyyee mana harqee olu ,haqaa dhoksuun humnaan uummata bulcha jirti. Amma yeroon gahe jira wbon yoo dhufe warra dursee simaatu keessa warra shaggari nuyi. Nu irra hin fagatin ilmaan haqaa jedha ummanni miidhame daangaa magaalaa jiru irrayi.
Hammasini ko'rsatish...
Arsii “Maaloo, ummanni #shirkaa dhume! Sagalee nuu ta'aa! Subii Guyyaa July 1/ 2024 Aanaa sirkaa ganda mitaana gaadootti waraanni kaabineen qindeessitee ummatatti bobbaafte yoo xinnaate mana 9 qotee bultoota jalaa gubee barbadeesse. Mana kana qabeenya tokko otoo hin hambisin keessatti ol guuranii keessatti guban! Ummata kaan tumaadhaan kaan hidhaadhaan, kaan immoo ajjeechaan fixaa jiru! Warroota manni jalaa gubate... 1. Sheek Jamaal Ebuu (Mana lama) 2. Sulxaan sh/Jamaal (mana lama) 3. Muhaammad Kadiir (Mana lama) 4. Iisaa Xekkoo 5. Yuusuf Xekkoo 6. Ayyuub H/waamoo 7. Aliyi Huseen 8. Abbaas Amaantuu faadha. Ummanni ka du'e obbaafate. Kan jiru garuu jiruu jibbee jira! Karaa biraan immoo nama naafxanyaan ajjeefte kan ammaaf maqaa isaa yoon dhahe maatiin sodaatu erga awwaalamee booda boollaa baasanii sareef kennan! Kun waan takkaa nurratti raawwatamee hin beekne! Dejene Gutamarra
Hammasini ko'rsatish...
☀︎︎ #Arjoo Warshaan shukkaaraa Arjoo dhidheessaa raafama guuddaa keessa jirti, WBO'n nu marsee jira jettee konkolaataa mooraa sana keessaa baastee baqachiisaa jirti.
Hammasini ko'rsatish...
👍 4
Odeeffannoo Lw Ona qilxu kaarraa! Maalumaafuu fedhii ala harka diinaa seenee kan ture ammas kan harkaa hin laatin jiru Solomoon kan jedhamu ykn Guraaraa kan jedhamu diinaan booji'amee turuun ni yaadatama Mooraa leenjii ppn galchetettis jalqabaa hanga xumuraatti itti roorrisaa kan turan ammas pp fiddee Magaalaa qilxu kaarraa galchitee waan jirtuuf humnaan itti fayyadamtee miidhaa geessisuu waan dandeessuuf qbo fi wbo naannoo sana jirtan akka of eeggattan jechuun dhaamsi darbee jira. Injifannoon saba cunqurfameef!
Hammasini ko'rsatish...
👍 9
02:47
Video unavailableShow in Telegram
Ayii hojii pp... ያዝ እንግዲህ ሚሊሻ ውይ ፀረ-ሽምቅ
Hammasini ko'rsatish...
68.03 MB
👍 5 1
Photo unavailableShow in Telegram
https://www.facebook.com/profile.php?id=61553958989491&mibextid=LQQJ4d Dhangaan Torbanii ammaan booda karaa kanaan waan darbuuf,fb account kana add follow gochuun hordofaa. Galatoomaa!
Hammasini ko'rsatish...
👍 4
Gaafa diigumsaa: Diriddirii kee Ya iddirii kee Gaafa ijaarsaa: Girrigirrii kee Shirrishirrii kee Kun chiggirii kee ✍𝑪𝒂𝒖𝒔𝒕𝒊𝒄 𝒔𝒐𝒅𝒂 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑻𝑬𝑳𝑬𝑮𝑹𝑨𝑴 @QEERROO_PRESS 𝐉𝐎𝐈𝐍 𝐆𝐎𝐂𝐇𝐔𝐔𝐍 𝐇𝐨𝐑𝐃𝐎𝐅𝐀𝐀. ╭───⌊📡📡 │ ├─• 𝐉𝐎𝐈𝐍 𝐀𝐍𝐃 ├─• 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ├─• @Qeerroo_press ├─• @Qeerroo_press │ ╰─────⌊ @Sololoobot
Hammasini ko'rsatish...
👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
🌿. Lafa kaleessa turretti warri nu barbaaddan hin dadhabinaa, nuti dhagaa miti kan bakka tokko teenyu. 🌿. Bakkuma duriirra naanna'i ati, hanga deemtee deebitutti nutimmoo waan haaraa dalgnee si eegnaa. 🌿. Inni bakka deemuuf beeku bakka gaheefi bakka isa hafus ni beeka. WBOn hayyuudhaan ijaaramee doofaadhaan hin diigatu imala xumuraa irra waan jirruuf, ni injifanna hin shakkin. IUOf.
Hammasini ko'rsatish...
👍 13 3
Mootummaan hoggantoota waraana isaa Eebantuu, haroo limmuu, Galilaa Kiiramuu, Keessa jiran gara magaalaa giddaa Ayyaanaatti waamee, Maaliif waraana Bilisummaa oromoo hin loltani? Akka isin teessaniif utuu hin taane akka isin loltanii Aanota kana Keessaa balleessitaniif gara kanatti isin fidne malee akka teessaniif miti jennaan, Maal gochuf lolla, yoo dandeenye lolla mitii nuti loluu hin dandeenye, warri loluu deeman iyyuu deebi'anii kan galan hin argine , Isaan humna keenyaan oli, yoo loluu ta'e immoo walumaan deemnee lolla, nuti qofaatti kan deemnee dhumnuuf hin qabnu jechuudhaan wal lolaa jirti. @Qeerroo_press
Hammasini ko'rsatish...
👍 3
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.