cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

QEERROO PRESS

✦Humni Jabaan Addunyaa kana raasu. Kan Gabromfata jalaa bilisa si baasu, Tokkummaadha Lafa jirtutti ijaaramii, Wal ijaari! ✦ᴏʀᴏᴍɪʏᴀᴀɴ ᴡᴀʀᴇᴇɢᴀᴍᴀ ɪʟᴍᴀᴀɴ ɪsʜᴇᴇᴛɪɪɴ ɴɪ ʙɪʟɪsᴏᴏᴍᴛɪ! ᴏʀᴏᴍᴜᴍᴍᴀᴀɴ ᴅʜɪɪɢᴀ!! ❤️💚❤️ @Sololoobot

Больше
Рекламные посты
4 398
Подписчики
+5924 часа
+1047 дней
+22730 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

00:31
Видео недоступноПоказать в Telegram
Показать все...
1.92 MB
🥰 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
Yeroo kamiyyuu caalaa ati faanaa namoomaa irra dhaabbattee mirga hireekeetii falmmachuu caalaa fuulaa waaqaatti waanti kabaajaa fi ulfina qabu hin jiru. Atis falmattee yoo oftaatee waankeerratti abbaa taatee yoo ajajjee addunyaanuu boquu gad qabattee kabajaa kaasuu guutuudhaan si safeeffatti. Hirreenkee waankee abboomee sun warra gabroomfataaf summiidha firaaf aanteekee sabakee isa si qanansiifatuuf ammoo gonfoo ulfinaati.Hireen sabakeetii namuusa namoomaa ati qabduun sabnikees fuula addunyaatti ittiin madaalama. Naamuusni ABO_WBO bakka bu'insaaf egereen uummata Oromoo keessatti ilaalamuudha, kanaaf Jaarmiyaan ABO_WBO akeekaaf kaayyoo isaa cinaatti naamusaa mirga namoomaas tolchee akka ija Addunyaatti toltutti tolfateen socho'a. #OROMIYAAN_BIYYA❗️🙏 Daandii D Jaallataa
Показать все...
Фото недоступноПоказать в Telegram
𝗢𝗱𝘂𝘂 𝗚𝗮𝗱𝗱𝗮𝗮 Ijoollee tanneen kaleessa (22/6/2024)lixaa shaggar aanaa jalduu gandaa garijjedaa bakka godaa waraanbulichittii Tikisitonii sirinchaa pp badii tokkoo malee qaw"wee itti ergaa hirkisaan maqaa daballee shanee jedhuun ajee--saan biraa deemaan..kaleessa ree-faa isanii matiin akka hinkafanee dhoowanii jiru... Maqan ijoollee ajje-famaan kanneeni :- 1)Dajanee Bajjii 2)Dhabaa Tolaa jedhamuu....
Показать все...
Salaalee pp'n Kutaa hedduurraa erga edaa Ibsaa Balleessitee jirti.kunis waraana ishee galgalaarra hanga halkaani achii guuraa bultee. Humna fedheenis yoo dhufte gootichii wan godhu beeka kalattii akeekameen! t.me/Qeerroo_press
Показать все...
RIB amma #Baakkoo irraa gara #Naqamteetti ba'aa jirti! Qeerroon hordofi
Показать все...
𝐎𝐝𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 :MNO bakka hedduutti wal qoqqooduun Shimelis Abdisa sossoobbiif jecha Misooma Fakkeessee gadi bahaa jiraachuu fi Sodaa Hamaa keessa walbuusanii akka jiran ifoomee jira. Kaabinoonni Bakka teenyee dalagnuyyuu hin qabnu kana booda, Uummannis biyyis nutti baree jira jechuun qabaa na dhoksaa watwaachaa jira. WBO nis tarkaanfii laalessaa fudhachuuf qophii isaa akka xumuraa tti dhufee jiraa jechuun naasuu hamaa keessaa galuun ifoomee!
Показать все...
QEERROO PRESS

✦Humni Jabaan Addunyaa kana raasu. Kan Gabromfata jalaa bilisa si baasu, Tokkummaadha Lafa jirtutti ijaaramii, Wal ijaari! ✦ᴏʀᴏᴍɪʏᴀᴀɴ ᴡᴀʀᴇᴇɢᴀᴍᴀ ɪʟᴍᴀᴀɴ ɪsʜᴇᴇᴛɪɪɴ ɴɪ ʙɪʟɪsᴏᴏᴍᴛɪ! ᴏʀᴏᴍᴜᴍᴍᴀᴀɴ ᴅʜɪɪɢᴀ!! ❤️💚❤️ @Sololoobot

Of eeggannoo fi hordoffii °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° •Guyyaa 24/6/2024 ▪Taataan 40 kaleessa finfinnee ka'e ganama kana sa'aatii 3:35tti Fiichee fi Dagam qaxxamuruun Kuyyuutti imalee Jira.
Показать все...
#Waraana PP sakataa jettee Ona Iluu ganamaan dhuftee irraa hiike gootichii
Показать все...
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.