en
Feedback
JAARRAA ABBAA GADAA

JAARRAA ABBAA GADAA

Open in Telegram

Goota falmuu dhiifnee Qeerroon Galee ciifnee Oromiyaa Dachii Goota Gantuu fi Yartuu Akkam Goggootaa !!! YAADAF👉 @JAARRAABOT Channel youtube keenya Argachuuf 👇👇 https://youtu.be/p51FnhhOuDY https://youtu.be/p51FnhhOuDY

Show more
1 964
Subscribers
No data24 hours
-17 days
-130 days

Data loading in progress...

Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
September '24
September '240
in 0 channels
August '240
in 0 channels
Get PRO
July '240
in 0 channels
Get PRO
June '240
in 0 channels
Get PRO
May '240
in 0 channels
Get PRO
April '24
+13
in 0 channels
Get PRO
March '24
+21
in 0 channels
Get PRO
February '24
+20
in 1 channels
Get PRO
January '24
+29
in 1 channels
Get PRO
December '23
+18
in 0 channels
Get PRO
November '23
+14
in 0 channels
Get PRO
October '23
+53
in 0 channels
Get PRO
September '23
+53
in 0 channels
Get PRO
August '23
+30
in 0 channels
Get PRO
July '23
+50
in 0 channels
Get PRO
June '23
+40
in 0 channels
Get PRO
May '23
+28
in 0 channels
Get PRO
April '23
+28
in 0 channels
Get PRO
March '23
+24
in 0 channels
Get PRO
February '23
+25
in 0 channels
Get PRO
January '23
+46
in 0 channels
Get PRO
December '22
+38
in 0 channels
Get PRO
November '22
+49
in 0 channels
Get PRO
October '22
+48
in 0 channels
Get PRO
September '22
+54
in 0 channels
Get PRO
August '22
+38
in 0 channels
Get PRO
July '22
+52
in 0 channels
Get PRO
June '22
+47
in 0 channels
Get PRO
May '22
+53
in 0 channels
Get PRO
April '22
+97
in 0 channels
Get PRO
March '22
+39
in 0 channels
Get PRO
February '22
+16
in 0 channels
Get PRO
January '22
+44
in 0 channels
Get PRO
December '21
+32
in 0 channels
Get PRO
November '21
+30
in 0 channels
Get PRO
October '21
+59
in 0 channels
Get PRO
September '21
+55
in 0 channels
Get PRO
August '21
+49
in 0 channels
Get PRO
July '21
+76
in 0 channels
Get PRO
June '21
+319
in 0 channels
Get PRO
May '21
+331
in 0 channels
Get PRO
April '21
+583
in 0 channels
Get PRO
March '21
+337
in 0 channels
Get PRO
February '21
+231
in 0 channels
Get PRO
January '21
+533
in 0 channels
Get PRO
December '20
+2 224
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
10 September0
09 September0
08 September0
07 September0
06 September0
Channel Posts
Seenaa sooressa Jaarraa Abba gadaa.pdf0.97 KB

2
𝐀𝐛𝐝𝐢𝐢 𝐡𝐢𝐧 𝐤𝐮𝐭𝐚𝐭𝐢𝐧𝐚𝐚! 𝐴𝑘𝑘𝑎 𝑛𝑢𝑡𝑖 𝐴𝑏𝑑𝑖𝑖 ℎ𝑖𝑛 𝑘𝑢𝑡𝑎𝑛𝑛𝑒𝑒𝑓, 𝑛𝑎𝑚𝑜𝑜𝑡𝑎 𝑎𝑏𝑑𝑖𝑖 𝑛𝑢𝑡𝑡𝑖 ℎ𝑜𝑟𝑢𝑢𝑛 𝑓𝑎𝑘𝑘𝑒𝑒𝑛𝑦𝑎 𝑛𝑢𝑢𝑓 𝑡𝑎'𝑎𝑛 𝑙𝑎𝑚𝑎𝑎𝑛 𝑘𝑎𝑛𝑎 𝑖𝑟𝑟𝑎𝑎 𝑏𝑎𝑟𝑎𝑑ℎ𝑎𝑎! 1, 𝑨𝒃𝒊𝒓𝒂𝒉𝒂𝒎 𝑳𝒊𝒊𝒏𝒌𝒂𝒂𝒏. dhalatee waggaa 21ffaa isaatti daldala eegalee kisaaran isa mudate. 𝑮𝒂𝒓𝒖𝒖 𝑨𝒃𝒅𝒊𝒊 𝒉𝒊𝒏 𝒌𝒖𝒕𝒂𝒏𝒏𝒆! 👉 Dhalatee waggaa 22ffaa isaatti immoo mana maree seera murtuuf hirmaatee hin milkoofne 𝑮𝒂𝒓𝒖𝒖 𝑨𝒃𝒅𝒊𝒊 𝒉𝒊𝒏 𝒌𝒖𝒕𝒂𝒏𝒏𝒆! 👉 Dhalatee waggaa 26ffaa isaatti jaalalleen isaa biraa boqotte 𝑮𝒂𝒓𝒖𝒖 𝑨𝒃𝒅𝒊𝒊 𝒉𝒊𝒏 𝒌𝒖𝒕𝒂𝒏𝒏𝒆! 👉Dhalatee waggaa 27ffaa isaatti dhukkuba narviitiin qabamee baayyee dhukkubsatee ture 𝑨𝒎𝒎𝒂𝒚𝒚𝒖𝒖 𝑨𝒃𝒅𝒊𝒊 𝒉𝒊𝒏 𝒌𝒖𝒕𝒂𝒏𝒏𝒆! 👉Dhalatee waggaa 34ffaa isaatti immoo Koongireesii Ameerikaaf dorgomee utuu hin milkaa'in hafe 𝑮𝒂𝒓𝒖𝒖 𝑨𝒃𝒅𝒊𝒊 𝒉𝒊𝒏 𝒌𝒖𝒕𝒂𝒏𝒏𝒆! 👉Dhalatee, waggaa 45ffaa isaatti akkasuma mana maree bakka bu'oota uummataa bakka bu'ee dorgomee kufe 𝑮𝒂𝒓𝒖𝒖 𝒂𝒎𝒎𝒂𝒔 𝑨𝒃𝒅𝒊𝒊 𝒉𝒊𝒏 𝒌𝒖𝒕𝒂𝒏𝒏𝒆! 👉Dhalatee, waggaa 47ffaa isaatti itti aanaa pireezidantii Ameerikaa dorgomee kufe 𝑨𝒎𝒎𝒂𝒔 𝑨𝒃𝒅𝒊𝒊 𝒉𝒊𝒏 𝒌𝒖𝒕𝒂𝒏𝒏𝒆! 👉Dhalatee, waggaa 49 isaatti mana maree bakka bu'oota Uummataa dorgomee kufe 𝒂𝒎𝒎𝒂𝒔 𝒂𝒃𝒅𝒊𝒊 𝒉𝒊𝒏 𝒌𝒖𝒕𝒂𝒏𝒏𝒆! 👉Dhalatee, waggaa 52ffaa isaatti 𝐏𝐢𝐫𝐞𝐞𝐳𝐢𝐝𝐚𝐧𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐦𝐞𝐞𝐫𝐢𝐤𝐚𝐚 𝐭𝐚'𝐞𝐞 𝐦𝐮𝐮𝐝𝐚𝐦𝐞. ᵃᵇᵈⁱⁱ ᵏᵘᵗᵃⁿⁿᵃᵃˢ ᵃᵇᵈⁱⁱ ᵏᵘᵗᵃᶜʰⁱⁱˢᵉ! 2, 𝐌𝐚𝐚 𝐲𝐮𝐮𝐧 𝐀. 𝐊. 𝐀 𝐉𝐚𝐜𝐤 𝐌𝐚𝐚 dureessi biyya chaayinaa kun yeroo heedduu kufaati keessummeessun nama beekamu kan tureedha. 👉Barumsa sadarkaa 1ffaa yeroo baratu al-lama kufe 𝑮𝒂𝒓𝒖𝒖 𝑨𝒃𝒅𝒊𝒊 𝒉𝒊𝒏 𝒌𝒖𝒕𝒂𝒏𝒏𝒆! 👉Barumsa sadarkaa 2ffaatti yeroo sadii kufe 𝑨𝒎𝒎𝒂𝒔 𝑨𝒃𝒅𝒊𝒊 𝒉𝒊𝒏 𝒌𝒖𝒕𝒂𝒏𝒏𝒆! 👉Seensa Yuunivarsiitii Hangizyuu tiif qoramee yeroo sadii kufe 𝑨𝒎𝒎𝒂𝒔 𝑨𝒃𝒅𝒊𝒊 𝒉𝒊𝒏 𝒌𝒖𝒕𝒂𝒏𝒏𝒆! 👉Yuunivarsiitii Harvardiitti barachuuf yeroo kudhan (10)n iyyate kurnanuu jalaa kuffisan 𝑨𝒎𝒎𝒂𝒔 𝑨𝒃𝒅𝒊𝒊 𝒉𝒊𝒏 𝒌𝒖𝒕𝒂𝒏𝒏𝒆! 👉Erga Barnoota xumuree booda yeroo soddoma qacaramuu dhaqee, hunduu fudhatama dhabe 𝑨𝒎𝒎𝒂𝒔 𝑨𝒃𝒅𝒊𝒊 𝒉𝒊𝒏 𝒌𝒖𝒕𝒂𝒏𝒏𝒆! 👉Dhaabbanni KFC jedhamu namoota 24 dorgomsisee yommuu turetti, namoonni 23 darbanii inni qofti kufe 𝑮𝒂𝒓𝒖𝒖 𝒂𝒎𝒎𝒂𝒔 𝑨𝒃𝒅𝒊𝒊 𝒉𝒊𝒏 𝒌𝒖𝒕𝒂𝒏𝒏𝒆! 👉Humna waraanaa keessa seenanii hojjechuuf namoota shan (5) ta'anii iyyatanii turan; garuu afur (4) darbanii inni qofti kufe 𝑲𝒖𝒏𝒊𝒔 𝒂𝒃𝒅𝒊𝒊 𝒉𝒊𝒏 𝒌𝒖𝒕𝒂𝒄𝒉𝒊𝒊𝒔𝒏𝒆. 𝔾𝕒𝕣𝕦𝕦 𝑦𝑒𝑟𝑜𝑜 𝑎𝑚𝑚𝑎𝑎 𝑘𝑎𝑛𝑎𝑡𝑡𝑖 𝑨𝒃𝒃𝒂𝒂 𝑸𝒂𝒃𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂𝒂 𝑩𝒊𝒚𝒚𝒂 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒚𝒊𝒏𝒂𝒂𝒇𝒊 𝑯𝒖𝒏𝒅𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒂 𝒅𝒉𝒂𝒂𝒃𝒃𝒂𝒕𝒂 🇦 🇱 🇮 🇧 🇦 🇧 🇦 𝒕𝒊 👇 𝙰𝚋𝚍𝚒𝚒 𝚔𝚞𝚝𝚊𝚗𝚗𝚊𝚊𝚗 𝚔𝚊𝚗 𝚑𝚒𝚒𝚔𝚊 𝚚𝚊𝚋𝚊𝚊𝚝𝚞 𝚢𝚘𝚘 𝚗𝚞𝚝𝚒 𝙰𝚋𝚍𝚒𝚒 𝚔𝚞𝚝𝚊𝚗𝚗𝚎𝚎𝚍𝚑𝚊 𝚖𝚊𝚕𝚎𝚎, 𝚊𝚋𝚍𝚒𝚒 𝚔𝚞𝚝𝚊𝚌𝚑𝚞𝚞 𝚢𝚘𝚘 𝚑𝚒𝚗 𝚔𝚎𝚎𝚜𝚜𝚞𝚖𝚖𝚎𝚎𝚜𝚜𝚒𝚗𝚞 𝚝𝚊'𝚎𝚎, 𝙰𝚋𝚍𝚒𝚒 𝚔𝚞𝚝𝚊𝚗𝚗𝚊𝚊 𝐻𝑖𝑖𝑘𝑎 𝑑ℎ𝑎𝑏𝑠𝑖𝑖𝑠𝑢𝑢 𝑑𝑎𝑛𝑑𝑒𝑒𝑛𝑦𝑎! Galatoomaa! Join for more: @JECHOOTAHAYYOOTA YAADAF👉 @besilent12
1
3
Gorsɑ Jireenyɑ keenyɑ keessɑtti nu fɑyyɑdu. 1 Gorsɑ lɑkkoofsɑ 5 irrɑ ilɑɑli 2 Dhiifɑmɑ dogoggoreeti lɑkkoofsɑ 11 irrɑ illɑɑli 3 Mee ɑl tokko hin dheekkɑmin lɑkkoofsɑ 15 irrɑ ilɑɑli 4 Tɑsgɑbbɑɑ'i Lɑkkoofsɑ 13 irrɑ isiniif jirɑɑ 5 Durɑɑn dursee lɑkkoofsɑ 2 ilɑɑlɑɑ 6 Mɑɑltu si ɑɑrsɑ lɑkkoofsɑ 12 irrɑ ilɑɑli 7 Dubbisuun guutuu nɑmɑ godhɑ!. 8 Gorsin jechuuf bɑrbɑɑde lɑkkoofsɑ 14 irrɑ jirɑ 9 Obsɑɑn lɑkkoofsɑ 4 irrɑ ilɑɑlɑɑ 10 Isɑ dhumɑɑ lɑkkoofsɑ 16 irrɑ ilɑɑlɑɑ 11 Dhiifɑmɑ guddɑɑ lɑkkoofsɑ 6 ilɑɑlɑɑ mɑɑl jedhɑ? 12 Mɑɑloo lɑkkoofsɑ 8 irrɑ ilɑɑlɑɑ 13 ɑbdii hin kutinɑɑ lɑkkoofsɑ 10 irrɑ isiniif jirɑ 14 ɑkkɑm ɑkkɑn isiniin jedhu hin beeku cɑllisɑɑtii lɑkkoofsɑ 3 irrɑ bɑrbɑɑdɑɑ 15 ɑkkɑ dheekkɑmtɑn nɑɑf gɑlɑ gɑruu lɑkkoofsɑ 9 irrɑɑ ɑrgɑttu 16 Obsɑ keessɑniif heddun isin gɑlɑteeffɑdhɑ Gorsichi lɑkkoofsɑ 7 irrɑ isiniif jirɑ!. Shɑre ᎽᎬᏒᎾᎾ ᎶᎪᎪᏒᎥᎥ @JECHOOTAHAYYOOTA
497
4
Milkaa'inaa fi Kufaatii ❍ Nama kamiifuu guyyaan borii  haaraadha. Kanaaf sochii hojjedhu. Hojii kee keessatii dogoggorri uumamu danda'a. 💪 Kufaatiin illee akkasuma. Wanti fedhe yoo ta'e dogoggora hin sodaatiin. Yoo dogoggorte malee barachuu hin dandeessu. Kufaatii hin sodaatiin. 👉👉👉 Bu'aa jireenyatu akkasi; jireenyumatu akkasitti injifatama. Kufaatiin filannoo biraadha. Yoo abdii kutatte kufaatii filachuu keetii. Yoo abdii qabaatte garuu kufaatiin mudannoo keeti. Mudannoo irraa muuxannootu dhufa. Muuxannoo yoo qabaatte hojii kamillee milkaa'inaan xumuruu dandeessa. ❍ Kufuun kee gaariidha; sababni isaa kufaatiin irree si jabeessudha. Jireenyi akka muuziqaati. Muuziqaan meeloodiin isaa takka ol ka'a, takka gadi bu'a akkasumas giddu galeessaan yeedaleeffamuun muuziqaa miidhagaa fi hawwataa ta'a. Jireenyi dhala namaas akkasumaan tola. Waa'ee maallaqaa hin yaadda'in, Yoo mul'ata qabaatte wanti hundinuu yeroo isaa eeggatee si dhaqaba. ❍ Jechoota jijjiiramaaf si qopheessu baay'inaan argachuuf channeli kana join godhi! Ittiin of jijjiirii! Akkasumas namoota kanneen biroof share godhi! Halkaan gaarii @Jechootahayyoota yaada kessaan comment jalatti nuf kennuu hin dagatina🙏❤️
1
5
Kitaaba "The Power of Regret" (Humna Gaabbii) jedhu kan Daniel H. Pink, Gisela Chipe, et al.: 1. Gaabbiin kan hundaati. Namuu gaabbii qaba. Isaanis kutaa muuxannoo dhala namaa isa idilee ti. 2. Gaabbiin yakka ykn salphina tokko miti. Gaabbiin waa’ee waan darbee yoo ta’u, yakki fi salphinni garuu waa’ee yeroo ammaa ti. Gaabbii jechuun miira gadda ykn gaabbii waan ta’eef yoo ta’u, yakka jechuun miira waan ta’eef itti gaafatamummaa fudhachuu yoo ta’u, salphinni immoo miira salphinaa ykn salphina. 3. Gaabbiin kaka’umsa cimaa ta’uu danda’a. Gaabbiin jireenya keenya irratti jijjiirama akka goonu nu kakaasuu dandaʼa. Fakkeenyaaf, daandii hojii murtaaʼe tokko hordofuu dhiisuu keenyatti yoo gaabbinu, abjuu sana dhugoomsuuf tarkaanfii fudhachuuf carraan keenya guddaa taʼuu dandaʼa. 4. Gaabbiinis madda ogummaa ta’uu danda’a. Gaabbiin dogoggora keenya irraa barannee gara fuulduraatti murtoo fooyya’aa akka goonu nu gargaaruu danda’a. 5. Namoonni baay’een gaabbii ijoo afur qabu. Gaabbiiwwan kunniin: • The "Boldness Regret"—Balaa fudhachuu fi jireenya guutummaatti jiraachuu dhiisuu keenyatti ni gaabbina. • "Gaabbii Walitti Hidhamiinsaa"—Hariiroo namoota biroo wajjin qabnu irratti yeroo fi humna gahaa invast gochuu dhabuu keenyatti ni gaabbina. • The "Integrity Regret"—Murtoo faallaa gatii keenyaa ta'e murteessuu keenyatti ni gaabbina. • The "Provision Regret"—Fayyaa qaamaa fi maallaqaa keenya kunuunsuu dhabuu keenyatti ni gaabbina. 6. Gaabbii keenya gara humna gaariitti jijjiiruu dandeenya. Kana gochuu kan dandeenyu: • Gaabbii keenya adda baasuu. • Hundee gaabbii keenyaa hubachuu. • Gaabbii keenyaaf dhiifama ofiif gochuu. • Gaabbii keenya irraa barachuu. • Jireenya keenya irratti jijjiirama gochuun gaabbii keenya irra deebi’uu irraa of qusachuu. 7. Jireenya keenya keessaa gaabbii dhabamsiisuuf yaaluu hin qabnu. Gaabbiin madda odeeffannoo fi kaka’umsa gatii guddaa qabu ta’uu danda’a. 8. Kanaa mannaa gaabbii keenya to’achuu irratti xiyyeeffachuu qabna. Kana gochuu kan dandeenyu ofitti mararfachuu, dhiifama gochuu fi galateeffachuu shaakaluudhaani. 9. Gara fuulduraattis murtoo fooyya’aa gochuuf gaabbiitti fayyadamuu dandeenya. Gaabbii keenya hubachuudhaan, gatiiwwan keenyaa fi wanta dursa kenninu adda baasuu dandeenya. 10. Gaabbiin mallattoo dadhabbii miti. Mallattoo ciminaa fi of beekuu ti. 11. Gaabbii nutti dhagaʼamuu sodaachuu hin qabnu. Miira fayya qabeessaa fi idilee ta'eedha. 12. Gaabbiin jireenya keenya akka to’atu gochuu hin qabnu. Inumaayyuu akka meeshaa guddinaa fi jijjiiramaatti itti fayyadamuu qabna. 13. Gaabbiin jireenya caalaatti hiika qabu jiraachuuf nu gargaaruu dandaʼa. Gaabbii keenya hubachuudhaan, filannoowwan gatii keenyaa wajjin walsimu gochuu dandeenya. 14. Gaabbii keenyaaf galateeffachuu qabna. Isaan barachuu fi guddachuuf nu gargaaruu dandaʼu. 15. Gaabbiin humna gaarummaaf humna guddaa qabuudha. Jireenya keenya irratti jijjiirama akka fiduufi addunyaa irratti dhiibbaa gaarii akka geessisnu nu kakaasuu danda’a. Barumsawwan kana hordofuudhaan gaabbii keenya to’achuu barachuu fi jireenya caalaatti hiika qabuu fi gammachuu qabu jiraachuuf itti fayyadamuu dandeenya. @Jechootahayyoota @Jechootahayyoota
363
6
Yeroo callistu yaaduu dandeessa. Yeroo callistu dhaggeeffachuu dandeessa. Yeroo callistu yaadachuu dandeessa. Yeroo callistu miiraa kee mo'achuu dandeessa. Yeroo callistu of argachuu dandeessa. Argitee jireenya keenya keessatti wantoonni hedduu barbaachisoon callisuu keessa jiru. @Jechootahayyoota @Jechootahayyoota
343
7
Yeroo tokko tokko wanni nuti barbaannu bakka nuti yaanne saniin ala waan jiru nutti hin fakkaatu. garuu bakka baayyee bakka ati hin yaanneen milkaayinni hedduutu jira. Waan tokkoon hin milkoofne jechuun; wanni hundi achirratti dhaabbate jechuu miti. Yeroo asiin cufamte achiin banaa tahuu  hubachuu qabna. @Jechootahayyoota
328
8
https://t.me/easternresearch7
265
9
Karaalee ittiin yaada sammuu keenyaa cimsannu. 1. Sammuun kee waanuma tokkottiyyuu akka hin dhiphanneef of eeggadhu! Kan sitti himan caalaatti yaada keessa kee jiru itti yaaddee, maddisiiftee, barreessitee, karoorsitee utuu ittiin hojjattee yaada kee gabbifatta. Namoonni tokko tokko yaada bareedduu utuma ofharkaa qabanii yaada nama kan biraatiin liqimfamanii hafu. Yookiin immoo ani dandeettii hin qabu, namni kan biraa kan ana irra caalu jira jedhanii yaada isaanii ukkaamsu! 2. Namoota yaada keetti si jajjabeessanii fi yaada kee miidhan adda baafadhu! Beekumsaa fi dandeettii uumamaa kan addaa qabda. Beekumsi nama hundumaa immoo walitti dhufee hojii gurguddaa hojjata. 3. Yaada gaarii maddisiisuu! Yeroo hundumaa yaada gaarii maddisiisuuf of kakaasi! Yaada gaarii yaaduun sammuu namaa boqochiisa. Yaada gaarii maddisiisuun jireenya dhuunfaa irra darbee biyya ijaara! Yaadni namootaa garaagara. Yaada nama kan biraatiin liqimfamuu irra ati hoo maal yaadda? Namni kamiyyuu yaada dhuunfaa mataa isaa qaba. Yaada namoota hundumaa walitti fiduun yaada moo'ataa fi hojiif nama kakaasu ijaaruun ni danda'ama. @Jechootahayyoota @Jechootahayyoota
254
10
Maallaqaan guddachuu barbaaddaa? Addunyaa kanarraa namni fedha maallaqaa dhabe hin jiru. Namni kamuu gama maallaqaan guddachuu ni barbaada, garuu hojjechuu hin barbaadu. Wantan hojjedhun dhabe akka jettu beeka, animmoo maaltu hojjetamen siin jedha. Namoonni hedduun waan xiqqoon eegaleen iddoo guddaa ga'a jechuu irra tokkichumaanan iddoo guddaa gahuu qaba jedhanii yaadu. Dandaa'amnaan gaariidha. Wanta hin dandaamneef garuu yeroo balleessuu irraa waan qabaniin eegaluun bilchina. Fedhiin tokkichaan maallaqaan guddachuu gurgurtaan lootariin akka baballatu taasiseera. Kanaaf namoonni hedduun hojii hojjechuu irra lootarii kutuu filataniiru. Akkuman duratti kaase namni maallaqaan guddachuu fedhu hedduudha. Garuu dhugummaan fedha guddinaa hin qaban! Utuu qabaatanii harka maratanii carraa lootarii hin eegan. Hojiin hin jiru jettee teessa taanaan bara baraan teessa malee yeroo hojiin siif argamu hin dhufu. Maaliifan wanti hojjetame hin jiru siin jedhe beektaa? Wanta biyyoota guddatanitti hojjetame keessaa hammamtu ykn maaltu biyya keenyatti hojjetame? Beeka haalli keessa jirru rakkoodha, garuu rakkoodhuma keessa teenye rakkoon ol tahuuf hojjechuu qabna. Maaltu magaalaan keessa ykn baadiyyaan keessa jirutti hin hojjetamne jedhii of gaafadhu. Hojii jechuun rakkoo furuu jechuudha? Bakka ati jiraattutti uummati maal bitee fayyadamuu barbaada, akkasuma maal immoo hedduminaan argachaa hin jiru? Of gaafadhu gaafa deebii argatte rakkoo sana furuuf hojjedhu. Kan biroo kennuudha. Business jechuun kennuu jechuudha. Nama kennuuf immoo dachaan kennamaaf. Uummataaf hamma dhiyeessitu argatta, caalattis argatta. Kana jechuun ati product dhiyeessita hawaasni product kee fudhachuuf maallaqa siif dhangalaasa. Amma argitee rakkoo furte jechuudha. Yaadi hojjedhuu carraan hojii keessa jiraa. Taa'umsa keessa carraa hin eegin! Dhuma irratti, fedhii qofti gahaa miti fedhiin amantii fi hojiin dabaalamuu qaban siin jedha. Sana booda jijjiramaa fi guddina jedhame fida. Kanaaf yaadi, amani, hojjedhu guddina barbaadde sana gonfadhu. @DEDRORO
280
11
▣ "Nama tokko umurii isaa guutuu qurxummii nyaachisuu irra; gaaftokko laga geessanii akka itti qurxummii qaban barsiisuu wayya"     — Jechaa chaayinotaa Join Us ◈sʜᴀʀᴇ​ @Jechootahayyoota
233
12
1. Ati waan yaaddudha. Yaadni kee sanyii amala fi hiree kee irraa biqiludha. 2. Haalli kee yaada keetiin bocama. Wanta si mudatu hunda toʼachuu hin dandeessu, garuu akkaataa itti deebii itti kennitu toʼachuu dandeessa. 3. Fedhiin kee addunyaa naannoo kee uumtu qajeelcha. Wanti ati irratti xiyyeeffattu balʼa waan taʼeef, yaada kee sirriitti filadhu. 4. Waan tokko hawwuu qofa osoo hin taane argachuu qabda. Milkaaʼinni kan argamu hojii cimaa, of kennuu fi ciminaan hojjechuudhaani. 5. Yaadni kee fayyaa qaama kee irratti illee dhiibbaa qaba. Yaadni gaariin sirna ittisa qaamaa kee guddisuu fi dafee akka fayyitu si gargaaruu danda'a. 6. Ati abbaa sammuu ofiiti. Yaada kee filattee dhugaa mataa keetii uumuuf humna qabda. 7. Yaadni kee dubbii kee ta'a. Dubbiin kee gocha kee ta'a. Gochi kee amala kee ta'a. 8. Amalli kee hiree kee murteessa. Yaada kee ogummaadhaan filadhu, egeree kee waan uumuuf. 9. Gammachuu ofii keetiif itti gaafatamummaa qabda. Namni biraa si gammachiisuu hin danda’u; yaada gaarii horachuun kan kee ti. 10. Ati uumaa jireenya ofiiti. Jireenya barbaadde uumuuf humna yaada keetii fayyadami. #As_A_MAN_THINKETH By #JamesAllen @Jechootahayyoota @Jechootahayyoota
409
13
#Gaarummaa Maallaqni saree guddaa bituu danda'a. Garuu garraamummaa qofatu sarichi akka eegee sitti raasu gochuu danda'a. Garraamummaan afaan duudaan dhaga'u, jaamaanis arguu danda'udha. Hiriyaan keenya wayita inni du'u awwaala isaa irra abaaboo kaa'uu caalaa, utuu inni jiruu gaarummaa itti agarsiisuu wayya. Waan gaarii namootaaf gochuun miira gaariin akka sitti dhagaa'amu godha. Jechoonni gaggaariin goonkumaa arraba hin miidhan. #YouCanWin @Jechootahayyoota @Jechootahayyoota
342
14
Dureessa addunyaa keenya irraa sadarkaa 3ffaa irra jiru JEFF BEZOS irraa barnoota barachuu dandeenyu: 1. Yeroo dheeraa yaadi. Jeff Bezos yeroo dheeraa yaada. Bu'aa yeroo gabaabaa hin ilaallatu. Dhaabbata yeroo dheeraa keessatti milkaa'u ijaaruu irratti xiyyeeffatee hojjechaa jira. 2. Maamila giddu galeessa godhachuu. Jeff Bezos maamila giddu galeessa godhatedha. Yeroo hunda muuxannoo maamiltootaa akkamitti akka fooyyessuu danda'u yaadaa jira. Maamila irratti yoo xiyyeeffatte wanti biraa hundi bakka isaa ni bu'a jedhee amana. 3. Kalaqa ta'i. Jeff Bezos nama kalaqa. Yeroo hundumaa mala haaraa waan tokko hojjechuuf barbaada. Balaa fudhachuu fi waan haaraa yaaluu hin sodaatu. Jeff Bezos daataa irratti kan xiyyeeffatedha. Murtoo fooyya'aa ta'e murteessuuf furtuu daataa ta'uu ni amana. Waan hundumaa irratti daataa walitti qaba, daataa sanatti fayyadamee murtoo sirrii ta’e murteessa. 5. Kufaatiidhaaf fedhii qabaachuu. Jeff Bezos kufaatiidhaaf fedhii qaba. Kufaatiin qaama kalaqaa akka ta’e ni beeka. Balaa fudhachuu fi wantoota haaraa yaaluun yoo dadhabanillee hin sodaatu. 6. Nama waliin haasa'u gaarii ta'i. Jeff Bezos nama wal qunnamsiisu gaarii dha. Mul’ata isaa fi kaayyoo isaa ifatti ibsuu danda’a. Garee isaa kakaasuu fi kakaasuus ni danda'a. 7. Dhaggeeffataa gaarii ta'i. Jeff Bezos dhaggeeffataa gaarii dha. Yaada garee isaa fi maamiltoota isaa irraa argamu dhaggeeffachuuf fedhii qaba. Akkasumas ragaan haaraan yeroo dhiyaatu yaada isaa jijjiiruuf fedhii qaba. 8. Gad of deebisuu. Jeff Bezos gad of qabuudha. Inni mudaa kan hin qabne ta’uu isaa waan beekuuf yeroo hundumaa namoota biroo irraa barachuuf fedhii qaba. Akkasumas yeroo dogoggore amanuu hin sodaatu. 9. Gaarummaa qabaadhu. Jeff Bezos gara laafessa. Hojjettootaa fi maamiltoota isaa kabajaan ilaala. Hawaasaaf deebisee kennuuttis ni amana. 10. Bashannanaa. Jeff Bezos ni bashannana. Hojii isaatti gammadee namoota waliin hojjatutti gammada. Yoo bashannana hin jirre ta'e sirritti akka hin hojjenne ni amana. Jeff Bezos nama walxaxaa fi nama hawwatudha. Ogeessa teeknooloojii cimaa, abbaa qabeenyaa mul'ata qabuu fi hogganaa socho'aa dha. Akkasumas nama mudaa qabuu fi dogongora hojjeteedha. Garuu mudaa qabaatus Jeef Beezoos namoota hedduudhaaf kaka'umsa ta'a. Abjuu guddaa yoo qabaanne, cimnee hojjechuuf fedhii yoo qabaanne, yoomiyyuu abdii hin kutanne yoo ta’e wanti kamiyyuu akka danda’amu nutti agarsiisa. @Oromotoo @Oromotoo
327
15
🪷Happy new year🌼! 2016💐 🌍🌍🌍🌍🌍🌍🌴🌴🌴🌴🌴 Hordoftoonni channel kanaa hunduu! Baga bara haara 2016 nagahaan geessan!🐓 Barri haaran kun Kan gammachuu🌹 Kan jaalalaa💕🫶 Kan tokkummaa💪 Kan misoomaa🌴 Kan waloomaa🤝 Kan quufaa🪺 Kan gabbinaa🐏🍣🥕 Kan milkii nuuf haa tah!🌍 @Jechootahayyoota @Jechootahayyoota
306
16
#Mootii_jireenya_keetii_ta'i! Haala kamiinuu akka ofii keetiitti nama kamiyyuu jaalladhu, garuu nama tokkollee ofii keetii ol hin jaallatin. Jireenya namoota biroo to'achuu hin dandeessu; Garuu jireenya ofiiikee yoo ilaalte eenyuun gara daangaa mootummaa keetii fi sadarkaa kamiin akka fiddu kan murteessu si qofa. Gonkumaa, haala kamiinuu, teessoo kee, daangaa kee eenyuufuu hin kenniin! Jireenyi kee mootummaa dhuunfaa kee ykn biyya yaadame kan ati mootii irratti taatedha. Namoonni baay’een seenuu fi ba’uu danda’u; Yaada kennuu danda'u; Garuu murtoo isa dhumaa kan murteessu si qofa. Kanaaf yaada namoota biroo dhaggeeffadhu, gorsa dhaggeeffadhu garuu jireenya mataa keetii gaggeeffadhu. Ati mootii jireenya mataa keetii waan taateef itti gaafatamummaa fudhadhu, eegi, mootummaa kee kunuunsi; Garuu mootummaa kee eenyuufuu hin latin. Akka mootiitti jiraadhu! @Jechootahayyoota @Jechootahayyoota
377
17
Dudhaalee jireenya milkaa'aa Napoleon Hill irraa💰: 1. Kaayyoo ifa ta'e qabaachuu. Galma galmaan gahuu barbaaddu murteessii. Kaayyoo ifa ta’e qabaachuun jalqaba hundaati. Kaayyoon jireenya keenyaaf hiika kenna. 2. Jabina ofii fi milkaa'ina keetti amanuu. Amantii malee wanti kamuu hiika hin qabu. Ofii fi daldala ofii irratti amanuun namni tokko kaayyoo isaa milkaa’inaan galmaan ga’uu fi karoora isaa dhugoomsuu, akkasumas abjuu isaa dhugoomsuudhaaf gargaara. 3.Ilaalcha sammuu gaarii. Jireenya kee keessatti wanti si mudate iyyuu, yeroo hunda ilaalcha gaarii qabaachuuf carraaqqii gochuu qabda. Miirri gadhee jireenya keenya irratti dhiibbaa hamaa geessisa. Addunyaa kana irratti wanti hundinuu hidhata. @OROMOTOO @OROMOTOO
288
18
▪️Habits that make you more Attractive: • Often checking up on friends. • Practicing self care. • Maintaining a positive mind
▪️Habits that make you more Attractive: • Often checking up on friends. • Practicing self care. • Maintaining a positive mindset. • Not caring what others think. • Keeping an open mind. • Handling conflict well. • Being curious. ▪️Share: @Jechootahayyoota
302
19
Jireenyi walitti dabalama waantootaa ti. Rakkina qaba.Bal'ina qaba. Salphina qaba. Ulfina qaba. Warra kanatu walitti dabalamee jireenya hiikkaa qabu fida. Nan kufa jettee hin sodaatin. Kufaatiin dhuma jireenyaa miti. Ulfinatu naaf dhufe jettee hin boonin. Ofiin boonuun galma jireenyaa miti. Isa ta'uf dhalatte osoo hin ta'in hafuun kufaatidha. Isa ta'uuf dhalatte ta'uuf immoo, rakkina keessa darbuun dirqama. madda; Kallattii Geggeessummaa(Miratu Shanko) @Jechootahayyoota @Jechootahayyoota
360
20
Research & Data Analysis by five different software groups ######### ✅Concept Note Paper Writing ✅Business plan Writing ✅Proposal Writing ✅Research Papers/Journal Articles ✅Data Collection ✅Data Analysis and Report Writing ✅Plagiarism Checking, Proofreading, and Editing ✅SPSS and MATLAB Training ✅STATA and EVIEWs Training ✅R and SAS Training ✅Software analysis & Development ✅Baseline surveys ✅Market Research ✅Latex and beamer writing What you wants related to analysis part of thesis paper from bachelor degree to dissertation we must create such incredible groups Location: wherever you wants Quality: as your expectation and high quality ( neat and clear results) Iddoo jirtanittii we give any training on statistical Software analysis Call for us  Mob no 0910662279 or 0923234562
1