en
Feedback
Abdisa Degefa

Abdisa Degefa

Open in Telegram
1 254
Subscribers
No data24 hours
-27 days
-1930 days

Data loading in progress...

Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
August '25
August '25
+1
in 0 channels
July '25
+3
in 0 channels
Get PRO
June '25
+9
in 0 channels
Get PRO
May '25
+6
in 0 channels
Get PRO
April '25
+6
in 0 channels
Get PRO
March '25
+2
in 0 channels
Get PRO
February '25
+4
in 0 channels
Get PRO
January '25
+7
in 0 channels
Get PRO
December '24
+17
in 0 channels
Get PRO
November '24
+16
in 0 channels
Get PRO
October '24
+11
in 0 channels
Get PRO
September '24
+23
in 0 channels
Get PRO
August '24
+48
in 1 channels
Get PRO
July '24
+9
in 0 channels
Get PRO
June '240
in 0 channels
Get PRO
May '24
+1
in 0 channels
Get PRO
April '240
in 0 channels
Get PRO
March '240
in 0 channels
Get PRO
February '240
in 0 channels
Get PRO
January '240
in 0 channels
Get PRO
December '230
in 0 channels
Get PRO
November '230
in 0 channels
Get PRO
October '230
in 0 channels
Get PRO
September '23
+58
in 0 channels
Get PRO
August '23
+191
in 0 channels
Get PRO
July '23
+133
in 0 channels
Get PRO
June '23
+115
in 0 channels
Get PRO
May '23
+116
in 0 channels
Get PRO
April '23
+97
in 0 channels
Get PRO
March '23
+120
in 0 channels
Get PRO
February '23
+197
in 0 channels
Get PRO
January '23
+318
in 0 channels
Get PRO
December '22
+170
in 0 channels
Get PRO
November '22
+151
in 0 channels
Get PRO
October '22
+142
in 0 channels
Get PRO
September '22
+110
in 0 channels
Get PRO
August '22
+8
in 0 channels
Get PRO
July '22
+12
in 0 channels
Get PRO
June '22
+7
in 0 channels
Get PRO
May '22
+6
in 0 channels
Get PRO
April '22
+6
in 0 channels
Get PRO
March '22
+1
in 0 channels
Get PRO
February '220
in 0 channels
Get PRO
January '220
in 0 channels
Get PRO
December '210
in 0 channels
Get PRO
November '210
in 0 channels
Get PRO
October '21
+24
in 0 channels
Get PRO
September '21
+70
in 0 channels
Get PRO
August '21
+77
in 0 channels
Get PRO
July '21
+129
in 0 channels
Get PRO
June '21
+449
in 0 channels
Get PRO
May '21
+143
in 0 channels
Get PRO
April '21
+156
in 0 channels
Get PRO
March '21
+221
in 0 channels
Get PRO
February '21
+115
in 0 channels
Get PRO
January '21
+219
in 0 channels
Get PRO
December '20
+1 407
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
07 August+1
06 August0
05 August0
04 August0
03 August0
02 August0
01 August0
Channel Posts
Qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa kan bara 2017 guyyaan itti kennamu ifoomeera. Tajaajilli madaalli barnootaa fi qormaata,
Qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa kan bara 2017 guyyaan itti kennamu ifoomeera. Tajaajilli madaalli barnootaa fi qormaata, qormaanni biyyaalessa kun Waxabajjii 23/2017 irraa eegalee hanga Adoolessa 8/2017 tti akka kennamu ibseera. Barattoonni Saayinsii Uumamaa waraqaa irratti qoraman Waxabajjii 21 hanga Waxabajjii 22/2017 akkasumas Barattoonni Saayinsii Hawaasaa Waxabajjii 29 fi 30 gara Yunivarsitii itti qoramanii kan seenan ta'a jedhameera. Barattoonni onlaayiniin qoraman mana jireenyaa isaanii deddebi'aa iddoo itti ramadamanitti qoramu. Qabiyyeen qormaata kitaaba barataa irratti kan xiyyeeffate yoo ta'u, barattoonni qormaataf qophii isaanii akka xumuran jedhameera. https://t.me/Abdisa_Official

2
Hordoftoonni Amantaa Kiristaanaa Baga ayyaana Faasikaa geessan Ayyaanni kun kan jaalalaa, tokkummaafi milkii isiniif haata'u
Hordoftoonni Amantaa Kiristaanaa Baga ayyaana Faasikaa geessan Ayyaanni kun kan jaalalaa, tokkummaafi milkii isiniif haata'u Ayyaana Gaarii!! https://t.me/Abdisa_Official
0
3
Hidden door to the Telegram Treasury found… Let’s open it together!
Hidden door to the Telegram Treasury found… Let’s open it together!
0
4
#EidAlFitr Ayyaanni Iidaa sooma hiikka guyyaa boruu ayyaneffatama. Guyyaa har'aa baatiin shawwal waan mul'atteef ayyaanni iid
#EidAlFitr Ayyaanni Iidaa sooma hiikka guyyaa boruu ayyaneffatama. Guyyaa har'aa baatiin shawwal waan mul'atteef ayyaanni iidaa 1446ffaa guyyaa boruu sanbata kan oolu ta'a. Eid mubaarak! https://t.me/Abdisa_Official
0
5
πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”πŸ€”
0
6
https://t.me/treasury_official_bot/app?startapp=944437749
0
7
https://t.me/treasury_official_bot/app?startapp=944437749
0
8
https://t.me/treasury_official_bot/app?startapp=944437749
0
9
https://t.me/treasury_official_bot/app?startapp=944437749
0
10
No text...
0
11
No text...
0
12
No text...
0
13
#Update "Kan lafaa ishee kaasan Andu'aalamiifi maatii isaati" - Maanaajara Andu'aalam Artist Andu'aalam Gosaa du'a kaadhimaa+1
#Update "Kan lafaa ishee kaasan Andu'aalamiifi maatii isaati" - Maanaajara Andu'aalam Artist Andu'aalam Gosaa du'a kaadhimaa isaa shamarree Qananii Addunyaan walqabatee "qorannoof barbaadamee" gara buufata poolisii geeffamuu himame. Kaadhimaan isaa Qananiin ganama har'aa du'uu erga odeeffamee booda namoonni gadda isaanii miidiyaa hawaasaa gubbaa ibsaa jiru, akka qoratamuus gaafatan. Maanaajara Artist Andu'aalam kan ta'e Lalisaa Indiriis, qorannoon reeffaa Hospitaala Minilikitti taasifamuufi sirni awwaalchaa guyyaa boruu akka taasifamu BBC'tti hime. Qananiin kan duute "lafa barii jala sa'aatii 11 ta'uuf" yeroo jedhutti mana jireenyaa isaanii gamoo shanaffaa irraatii kuftee ta'uu kan himu Lalisaan, kan lafaa ishee kaase Andu'aalamiifi maatii isaa ta'uu himeera. Guyyaa kaleessaa guyyaa dhalootashee kabajuuf sagantaa suuraa ka'uu bakka Andu'aalam jirutti taasisaa akka turan kan eere Lalisaan, "maal akka isheen taate qorannootu godhamaa jira" jedhe. https://t.me/Abdisa_Official https://t.me/Abdisa_Official
0
14
#Oduu_gaddaa Haati warraa Artistii Andu'aalem Gosaa, Qananii Addunyaa sababa hin beekkamneen du'aan boqattee jirti. Sababa du+2
#Oduu_gaddaa Haati warraa Artistii Andu'aalem Gosaa, Qananii Addunyaa sababa hin beekkamneen du'aan boqattee jirti. Sababa du'aa ishee poolisiin qorachaa jiraachuu himameera. Odeeffannoo qulqulluu yoo arganne isin biraan geenna. Maatii fi Hiriyyoota isheetiif jajjabina hawwina! Weellisaa Cimaa Artist Andu'aalem Gosa waaqayyo si haa jajjabeessu https://t.me/Abdisa_Official https://t.me/Abdisa_Official
0
15
#Ramadaan Soomni guddaan Ramadaanaa guyyaa sanbata boruu eegala. Sa'udi Arabiyaatti baatiin ramadaana mul'attee jirti. Guyyaa+1
#Ramadaan Soomni guddaan Ramadaanaa guyyaa sanbata boruu eegala. Sa'udi Arabiyaatti baatiin ramadaana mul'attee jirti. Guyyaa har'aa salaanni Taraawii ka eegalu yoo ta'u, boru immoo soomni ni eegala. @tikvahethafaanoromoo
0
16
Daa’ima bifa suukanneessaan gudeedamtee ajjeefamtee fannifamte. Simboo Birhaanu jedhamti. Umriin ishii 10. Daa’imti kun haala+2
Daa’ima bifa suukanneessaan gudeedamtee ajjeefamtee fannifamte. Simboo Birhaanu jedhamti. Umriin ishii 10. Daa’imti kun haala suukanneessaan erga gudeedamtee booda ajjeefamte. Godina Shawaa Lixaa aanaa meettaa walqixxee magaalaa walqixxeetti gochi baay'ee sukkaneessaan raawwatameera. Simboo Birhaanuu Baqqalaa umrii waggaa 10 ti. Erga gudeedamtee booda haala suukanneessaan fannifamtee kan argamte yommuu ta’u haga yoonaa qaamonni yakka kana raawwatan seeratti hin dhihaatin jiru. Biyyattii keessatti yakkoonni suukanneessoon akka kanaa irra deddeebiin mudachaa jira. Yeroo ammaa kanattis haalli kun yaaddoo guddaa uumee jira. https://t.me/Abdisa_Official https://t.me/Abdisa_Official https://t.me/Abdisa_Official
0
17
"Yoo xiqqaate lammiilen Itoophiyaa 20 du'an":-IOM Bidiruun Jibutiirraa godaantoota feetee gara Yamanitti imaltu dhidhimuu hor+1
"Yoo xiqqaate lammiilen Itoophiyaa 20 du'an":-IOM Bidiruun Jibutiirraa godaantoota feetee gara Yamanitti imaltu dhidhimuu hordofee lammileen Itoophiyaa 20 du'uu Dhaabbanni Godaansa Addunyaa (IOM) beeksise. Bidiruun godaantoota feete kun Sambata darbe gargaluun lammilee Itoophiyaa- dubartoota 9 fi dhiiroota 11 du'aniiru. Dhaabbanni IOM akka ibsetti, bidiruu lammileen Itoophiyaa 35 feete kana kaapteenii lammii Yaman oofaa kan ture yoo ta'u, bakka Al- Hajjaa jedhamutti erga dhiyaatani booda bidiruun dhidhime. Lammileen Itoophiyaa 15 fi lammileen Yaman bidiruu sana hoofaa turan lama lubbuun oolaniiru. IOM akka jedhutti, sababa bubbee hamaatiin bidiruun Jibutii, kaate kun dhidhimuu hin oolle jedhe. Dhaabbatichatti hogganaan damee Yaman Abdusattor Isoyiv, taatee gaddisiisan kun godaantonni jiruu fooyyee barbaacha ''haala hamaa keessa darban nu yaadachisa'' jedhan. https://t.me/Abdisa_Official https://t.me/Abdisa_Official
0
18
Pirezidantiin Ameerikaa haaraan Doonaald Tiraamp, lammummaan kallattiin namoonni maatii sanada seera qabeessa hin qabne irraa
Pirezidantiin Ameerikaa haaraan Doonaald Tiraamp, lammummaan kallattiin namoonni maatii sanada seera qabeessa hin qabne irraa dhalataniif kennamu akka hafuuf murte dabarsan. Tiraamp bara aangoosaanii Wiixata Amajjii 20, 2025 eegaleen ajajjoota pirezidantummaa maallatteessan keessaa tokko kan lammuummaa dhalachuun argamu hambisuu ilaalatuudha. Haata'u malee gadi fageenyisaa hin ibsamne. Heerri mootummaa Ameerikaa 14ffaan fooyya'e, namni Ameerikaa keessatti dhalate kamiyyuu lammummaa Ameerikaa akka argatu labseera. Tiraamp kana hambiisuudhaan waadaa seenanillee murteessaanii kana hojiirra oolchuudhaaf danqaaleen akka mudatan yaadama. Gamtaan bilisummaa siviili Ameerikaa fi gareewwan biraas ajaja Tiraamp hordofee bulchiinsa isaarratti himannaa kan dhiyeessan battalumatti. Fooyya'insi heera mootummaa Ameerikaa 14ffaa irratti himni jalqabaa ulaagaalee lammummaa dhalootaan argamu ibsa. ''Namni Ameerikaatti dhalate ykn kan mirgi lammummaa kennameef kamuu lammii Ameerikaafi bulchiinsa keessa jiraatuuti'' jedhan.
0
19
"Saala lama qofatu jira. Innis dhiiraa fi durba dha" - Pirezidaanti Tiraamp Pirezidaantiin Ameerikaa 47ffaan Doonaald Tiraamp+1
"Saala lama qofatu jira. Innis dhiiraa fi durba dha" - Pirezidaanti Tiraamp Pirezidaantiin Ameerikaa 47ffaan Doonaald Tiraamp guyyaa har'aa erga aangoo qabatanii booda hojiiwwan gurguddoo hojjatan keessaa tokko biyyattii keessatti saala dhiiraa fi dubaraa qofaaf beekamtii kennuudha. Kunis yeroo aangoo Pirezidaantii duraanii Joo Baayiden turetti eegumsa namoota saala jijjiirrataniif(transgender) kennamu kan haquu dha. Dhiiraa fi dubartoota qofaaf beekamtii kennuun ajaja Tiraamp keessaa isa barbaachisaa ta’uun beekameera. Tiraamp yeroo kakatanitti, "Har'a irraa eegalee / kana booda / imaammanni mootummaa Ameerikaa saala lama qofa, dhiiraa fi dubaraaf beekamtii kan kennuudha" jechuun mirkaneessaniiru. Haaluma kanaaan Pirezidaanti Tiraamp, namoonni saala isaanii jijjiirratan ispoortii dubartootaa irratti akka hin hirmaanne ajaja dhorku ni baasu jedhamee eegama. #USA #PresidentDonaldTrump https://t.me/Abdisa_Official https://t.me/Abdisa_Official
0
20
Baga Ayyaana Cuuphaatiin ittiin isin gahe! Ayyaana Gaarii!! https://t.me/Abdisa_Official
Baga Ayyaana Cuuphaatiin ittiin isin gahe! Ayyaana Gaarii!! https://t.me/Abdisa_Official
0