en
Feedback
DHANGAA OROMUMMAA

DHANGAA OROMUMMAA

Open in Telegram

Hundinuu jira nooraa Ispoortii, odeeffannoo haqaa, amanamoo, Kitaabbilee asoosamaa, xiinsammuu, walaloo, weedduu jaalalaa suurawwaan mimmiidhagoo hunduma nubiraa argattuu Meaning : All there is noora Sports, fair info Yaadaaf 👉 @firaaol4 nuquunnamaa

Show more
2 429
Subscribers
No data24 hours
-27 days
-730 days

Data loading in progress...

Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
April '26
April '26
+1
in 0 channels
March '26
+22
in 0 channels
Get PRO
February '26
+18
in 0 channels
Get PRO
January '26
+26
in 0 channels
Get PRO
December '25
+3
in 0 channels
Get PRO
November '25
+7
in 0 channels
Get PRO
October '25
+6
in 0 channels
Get PRO
September '25
+29
in 1 channels
Get PRO
August '25
+42
in 1 channels
Get PRO
July '25
+38
in 0 channels
Get PRO
June '25
+43
in 0 channels
Get PRO
May '25
+26
in 0 channels
Get PRO
April '25
+23
in 0 channels
Get PRO
March '25
+28
in 1 channels
Get PRO
February '25
+12
in 0 channels
Get PRO
January '25
+37
in 1 channels
Get PRO
December '24
+60
in 1 channels
Get PRO
November '24
+169
in 2 channels
Get PRO
October '24
+145
in 1 channels
Get PRO
September '24
+50
in 1 channels
Get PRO
August '24
+66
in 2 channels
Get PRO
July '24
+68
in 1 channels
Get PRO
June '24
+73
in 1 channels
Get PRO
May '24
+143
in 1 channels
Get PRO
April '24
+166
in 2 channels
Get PRO
March '24
+111
in 1 channels
Get PRO
February '24
+77
in 0 channels
Get PRO
January '24
+218
in 4 channels
Get PRO
December '23
+201
in 5 channels
Get PRO
November '23
+419
in 5 channels
Get PRO
October '23
+87
in 2 channels
Get PRO
September '23
+55
in 0 channels
Get PRO
August '23
+21
in 0 channels
Get PRO
July '23
+51
in 0 channels
Get PRO
June '23
+39
in 0 channels
Get PRO
May '23
+64
in 0 channels
Get PRO
April '23
+65
in 0 channels
Get PRO
March '23
+48
in 0 channels
Get PRO
February '23
+118
in 0 channels
Get PRO
January '23
+165
in 0 channels
Get PRO
December '22
+179
in 0 channels
Get PRO
November '22
+253
in 0 channels
Get PRO
October '22
+217
in 0 channels
Get PRO
September '22
+69
in 0 channels
Get PRO
August '22
+37
in 0 channels
Get PRO
July '22
+16
in 0 channels
Get PRO
June '22
+12
in 0 channels
Get PRO
May '22
+13
in 0 channels
Get PRO
April '22
+11
in 0 channels
Get PRO
March '22
+23
in 0 channels
Get PRO
February '22
+12
in 0 channels
Get PRO
January '22
+8
in 0 channels
Get PRO
December '21
+16
in 0 channels
Get PRO
November '21
+22
in 0 channels
Get PRO
October '21
+76
in 0 channels
Get PRO
September '21
+369
in 0 channels
Get PRO
August '21
+240
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
06 April+1
05 April0
04 April0
03 April0
02 April0
01 April0
Channel Posts
BAGA GEESSAN Hordoftootni Amantaa kiristaana hundi keessanuu baga guyyaa dhalachuu gooftaa keenyaa iyyasuus kiristoos(Uummata
+4
BAGA GEESSAN Hordoftootni Amantaa kiristaana hundi keessanuu baga guyyaa dhalachuu gooftaa keenyaa iyyasuus kiristoos(Uummata oromoo biratti Ayyaana Qillee jedhamuun beekamu) nagaan geessan Baga geessan baga waliin geenye Ayyaana Gaarii 🙏🙏🙏 @haqummaaf

2
Barsiisaa tokkotu waa'ee marsaa jireenya kanniisaa utuu barsiisuu barattoota isaa gochaan isaan hubachiisuu barbaade. Kanniisa fidee kutaa dhufee fuuldura barattoota isaa kaa'ee akkas jedheen barattoota isaatiin amma marsaan isaa kun jiisaa irra gaheeraa gara gaheessaatti jijjiiramuuf turtii sa'aatii lama itti fudhata waan ta'eef namni kamiyyuu akka itti hin buune jedheen. Sana booda otuma barattootni daree keessa jiranii kanniisni suni qola keessa jiru cabsuu yaalii gochuu eegale.utuma yaaluus yeroo dheeraa itti fudhate . Barattootnis baay'ee gadduufii irraan kan ka'e gargaaruu yoo barbaadaniyyuu ajaja barsiisaa isaanii cabsuu hin barbaanne ture. Haa ta'u malee gara dhumaa irratti barattoota sana keessaa tokko dhiphinni kanniisa sanaa waan baay'ee garaa nyaateef gargaaruu murteessee ka'ees gargaaree qola inni jiru sana keessaa baase. Haa ta'u malee utuma baay'ee hin turiin kanniisni sun du'e😭😭😭 MAALIIF DU'EE KANNIISICHI❓❓❓ 👉Yaalii inni taasisaa ture sun yaalii jireenya isaaf baay'ee barbaachisu ture. 👉Achi keessaa ofiin cabsee(wal'aansoo qabee)bahuun isaa 1.Cimina qaama isaaf faayidaa qaba ture. 2.Cimina baallee isaaf faayidaa qaba ture. 👉Amma garuu gargaarsa namaatiin achi keessaa waan baheef faayidaa kana hunda ni dhabe ofiifis ni du'e. 𝙚𝙧𝙜𝙖𝙖𝙣 𝙠oo 👉Rakkinni jireenya kee keessatti sitti dhufu kamiyyuu faayidaa fi bu'aa mataa isaa qaba. 👉Qorama sitti dhufe sana keessatti harki namaa waan si gargaareef cimina kee(eenyummaa) ofii keetii dhabda. 👉Challenge (rakkoo) bor booda dhufuu maluuf irra deebiin harka namaa akka eegdu si taasisa. 👉Dandeettii keetti fayyadami teessee harka namaa hin eeggatiin. @haqummaaf
0
3
Gaafa dhalattu maqaa qabattee hin dhufne. Maqaan yoo kennameef maqaa sana taata. Yeroo dhalattu beekumsi tokkollee siif hin fidamne. Barachuuf mana barumsaa deemte, yuunivarsiitii yaadni hedduun sammuu kee keessatti dhangala'u tokkotti makamte. Beekumsa kanaan bocamte. Sana booda kun beekumsa keeti jettee yaaduu jalqabda. Kana hunda keessatti wanti kan kee hin jiru. Waan hunduu ni liqeeffama.Maqaan kee kan kee miti.Beekumsi kee kan kee miti.Fakkiin ati ofii keetii qabdu kan kee osoo hin taane, Namoota birootiin kan ijaaramedha. Namni tokko akka ati baay'ee bareedduudha siin jedhee fudhatte.Namni tokko salphaatti kan hin mo'amnedha jedhee ati sana fudhatte.Namni tokko si galateeffatee waan ta'eef ati maramtee of eeggannoodhaan waraabde. Namni yoo si arrabse ni miidhamta! Namummaan kee yaada namoota birootiin bocama. Harka biraatu uume, kaan immoo buruushiin isaanii fidanii akka barbaadanitti si dibe. Kana akka eenyummaa keetti yoo fudhatte immoo yoomiyyuu of hin beektu. Ofii kee isa dhugaa akka fudhattuuf bifa sobaa kana ajjeesi! Maaskiin kee haa kufu.Dhugaan kee uumamaan akka mul'atuuf haguuggiin kun osoo gubatee asheeta ta'ee gaariidha. Hanga egoon diigamutti muuxannoon jiraachuu hin danda'u. Namni eenyummaa ofii beekuu dadhabe immoo lubbuu uumama cufaa akkamitti beekuu danda’a. #ooshoo @haqummaaf
0
4
Jireenyakoo Keessatti Namoota Baayyee Amaneera, Namni Baayyenis Na Goyyomseera! Amantaan koo Garuu Waa Tokko! Goyyomsaan Isaanii, Amantaan Namoota Irraa Qabu Natti Hin Hir'isne! Hagam Ta'uyyuu Namni Hundi Ana Goyyomsuyyuu, An Amanamummaa koo Keessan Tura! Nama Amanamaa Ta'uun koo, Nama Nama Goyyomsuu Waliin Walitti Dhufeenya Hin Qabu! Kun Rakkoo Isaati, Ani Isarraa Komii Hin Qabu! Inni Waan Danda'u Godheera, Anis Waanan Danda'un Godha! Inni Na Goyyomseera! Ani Garu Amanamummaa koo Ittan Fufa! @haqummaaf
0
5
Saaksii Namootaa kutaa 3ffaa 1. Breaking News " Oppereeshinii har'a geggeeffameen Jaal Marroo ajjeefneerra. 🎷Hayiluu Addunyaa. 2 "Birrii Miliyoona 2 osoon baadhee deemaa jiruu Darajjee Beeggii na saame" 🎷Taayyee Danda'aa. 3. "Taa'aa na ilaalaa! Biyya Itiyoophiyaa jedhamtu yeroo dhihoottin hurgufee diigee isin argisiisa" 🎷 Tsaggayee Araarsaa 4 Du'een bada malee Dr Ililliin ala Doktorri biraa natti dhiyaatee nan wal'aanu. 🎷Jawaar Mohaammed. 5. "Leenconni nagaa isaaniiti". 🎷Moooneet Gammachuu. 6. Leenconni guyyaa 39ffaa isaanii lagannaa nyaataa itti fufaniiru. Bakka jirtan jirtanitti Waaqa keessan kadhadhaafii" 🎷 Ibsaa Shoomaa (Abarraa Taaddasaa) 7. "Ji'uma 3 qofa naaf kennaa Shanee waan jedhamtu xarageen ishii balleessa" 🎷Kamaal Galchuu. 8. "Gaafan garee finxaaleyyii Faannootti dhukaase Jaal Marroon naan lola". 🎷Jaal Shurrubbee 9. Ani Siyaasa keessaa baheera kana booda jireenya dhuunfaa koon jiraadha". Baqqalaa Garbaa 10. Ani dhaabas ta'ee paartiin deeggarus hin qabu. Miseensummaallee hin guunne. Miseensa dhaaba kamiiyyuu ta'uu hin barbaadu. 🎷 Galoo Maaloo Maaloo (Galaanaa Alamuu) 11. Abiyyi Ahimad Arat kiilootti seenuu sodaateet elekooptara keessa bulaa jira". Milkeessaa miidhaksaa 12 . "Yeroo isin miilaan deemtan nuti Xayyaaraan deemna" 🎷Guutuu Teessoo 13 "Markaatoo walakkaatti moodeesiin na keessaa lafa dhahe" 🎷Ibsituu Oromoo. Atumtuu baga nama ji'a guutuu waansanarraa fagaatee marsaa ji'aa argu taate jenna kaa😁. 14. "Qubeellaa cidha keenyaa gurgurreet uummata Aanaa Dharraa gargaarre" 🎷Kara Deemaa. 15. "Jireenya koo dhiiseen Jawaar Mohaammad kunuunsuuf jedhee mana isaatti gale. Ganama bariin ka'ee akkan shaayii fi buna danfisuuf naaf mijatutti". 🎷Masarat Dhaabaa. 16. Ba'aa gabrummaa Oromoon keessa jiru kana baachuu dadhabeen keeniyaatti baqadhe" "Lammii Taayyee 17 "Mootummaan kuni mootummaa Oromooti". 🎷Faarsee bulaa gaafa durgoon wayii kennameef. 18. "Facebook 7 banadheen ittiin Mootummaa kana deeggaruun cinaa dhaabbadhee eegaa jira" 🎷Hayiluu Axiree. 19 " Ani Waanan ittiin mootummaa deeggaru hin qabu Mootummaa dhumatu ji'aan mindaa naaf kanfalee na deeggaraa jira" 🎷Urgeessaa Tuujjoo. 20 Daangaa Oromiyaa kana ABO tu sarare" 🎷 Girmaa Magarsaa. Inuma Afuufamne Abboo😁 @haqummaaf
0
6
No text...
0
7
........Elaa........ Warri Hacee ajjestanii Maatii Hanbistan kophaa Shaamaa ta’aa gubadhaa Halkaniif guyyaa cophaa ~ Labooba
........Elaa........ Warri Hacee ajjestanii Maatii Hanbistan kophaa Shaamaa ta’aa gubadhaa Halkaniif guyyaa cophaa ~ Labooba gidduu ta’aa Akka cileetti boba’aa Agartuu waraanamaa Dacheerratti lola’aa. Kan dhalchitan hin guddatiin Yoo guddate hin dubbatiin Namaa gadi ta’aa, Ilmoo saree da’aa ~ Dhalli keessan Dhara ta’ee Gadameessatti haa du’u Hortee gadadoo ta’ee Qilee jallinaa haa bu’u Kan facaastan hin margiin Facaastanis firii dhabaa Agartuun keessan haa jaamu Tarree namaarraa dabaa ~ Hireen keessan jallatee Ormatti isin haa laatu Dacheen isin hin baatiin Raafamee sin haa nyaatu! .................. HBD HH 🎂💔 Falmataa Phawulos ✍️ @haqummaaf
0
8
Saaksii Namootaa Kutaa 2ffaa🎷🎷 "Abiyyi Ahimed kophaatti na waamee Oromoon waggaa 1000f akka deebi'ee mataa ol hin qabannettin cabsa naan jedhee natti hime" 🎷Milkeessaa Miidhagaa. "Leencota bira oolle. Kaaf leenca leenca urgoofne" 🎷Boontuu Baqqalaa Garbaa "Akkan mootii ta'u dhaladhee waggaa 7 yoon gahu haati koo natti himte"🎷Xaqlaay Ministeer😎 "Waggaa 10n dura konkolaataan nama badhaase"jedhe. Eenyu badhaaste? jennaaniin "maqaasaan dagadhe" kan jedhe tokkos jira. Innis 🎷 Mansur Jamaal "Maankaa qabattee baanaan Shaneen Naannawwaa san baqatti. Hin duuti malee hin dhuftu " 🎷Fayyoo "Matarayeesii natti fakkaata halkan guutuu garanatti garasittis gaggaragaleen dhukaasaa dhuman bula😎". 🎷Dassuu Ambooti. 🎷 Arat kiiloon eegaamaa bula mooy🤔 "Haadha kiyya wajjiin miila duwwaa Ambo keessaa kaanee deemnee Jimma geenye" "🎷Xaqlaay Ministeer😎😎 "Gaafan aangoo qavadhe eenyu akka HH ajjeese nan hima" 🎷Marroo🥵Jzb hxrw. "Mana hidhaa maa'ikalaawwii cabseen bahe". 🎷Daawud Ibsaa. Eer bakki🥵. "Yeroo jalqabaaf Artistoota Oromoo anatu harka qabee Hoteela Sharaatan seensise . Nyaata isaan nyaatanii hin beeknen achitti affeere". 🎷Bashaatuu Tolamaariyam. "Ani namarraa adda. Waaqatu keessa koo tolchee kophaatti na uume. "Meerii Didhaa" "Haadha manaa koo na jalaa fuudhan. Anis haadha manaa namaa fuudheen gubaa koo baafadhe" Injinar Galaanoo🥵. " Haadha koo jalaa warqii hateen gurguradhee ittiin buna nagadee sooromee biliyeenara ta'e. 🎷Israa'el Daggafaa. "Boru ganama sa'aatii 2:00 irratti Live seeneen of ajjeesa online irratti na eegaa" 🎷Kaffaaloo Tufaa. "Konkolaataa obboleessikoo Liqii baankiin bitee naaf kenneenin deemaa jira isan siif kenna" 🎷Eebbisaa Baayisaa tu Ittiiqaa dhaan jedhe.😎 😁 @haqummaaf
0
9
No text...
0
10
Yeroo homaa hin qabnetti , Waa heddu hubadhe.. Yeroo jireenyi natti ulfaatu hunda namni na oolchu ykn harka koo na qabatu hin jiru. Kanaaf ofii kootiif dhaabbachuun qaba jedhee imimmaan haxaawwadhee, garaa koo tasgabbeessuu baradhe. Yeroo akka hin danda'nne natti dhaga'amuttillee jabaadhee dhaabbadhe. Jaalala nama biraa irraa argachuuf eegaa ture ofiif kenne namoonni yeroo hunda akka na dhiisan hubadhe. Gariin hamma fedhe jaallattus si dhiisa gariin immoo yeroo jireenyi salphaa ta'e qofa si jaallatta. Namoota yeroo baay'ee si barbaachisanitti si dagatan kunuunsuun nama dhukkubsa. Garuu dhukkubbii sana keessa darbee.. Ofii kootiif mul'achuu fi yeroo hundumaa akkan qabu of yaadachiisuun baradhe. ━━━━━━━━━━━ @haqummaaf Halkan gaarii qabaadhaa
0
11
Akkam jirtu hordoftoota chaanaali dhangaa oromummaa yeroo dheeraaf chaanaali kanarraa fagaannee turuu keenyaaf dhiifama jechaa Amma booda human haaraadhaan deebinee dhufneerra Kitaabilee barnootaa 👉Handout Barattoota remedial 👉Freshman Haga exit exam tti 👉odeeffanno barnootaa, 👉odeeffanno guutummaa Addunyaa, 👉odeeffanno xiinsammuu, 👉jechoota onnachiisoo Hunda qabnnee dhufneerra maarree hiriyoota keessan afferuun akka nu hordoftan kabajaan isin beeksifna 🥰👊🙏 Dhangaa oromummaa midiyaa haqaa🤝😍 @haqummaaf
0
12
Yuunbarsiitii salaale Barattoota remedial Bara 2018 Yuunivarsiitii keenyatti ramadamaniif wamicha taasiseera bal'inaan suura
Yuunbarsiitii salaale Barattoota remedial Bara 2018 Yuunivarsiitii keenyatti ramadamaniif wamicha taasiseera bal'inaan suura olii irratti argachuu dandeessu @haqummaaf
0
13
+5
No text...
0
14
Qabxiin ol aanaan bara kanaa 591 osoo hin taane 592 dha!!! Qabxiin olaanaan barattoota kutaa 12ffaa bara kanaa 592tti sirreef+1
Qabxiin ol aanaan bara kanaa 591 osoo hin taane 592 dha!!! Qabxiin olaanaan barattoota kutaa 12ffaa bara kanaa 592tti sirreeffameera. Qabxiin barataa kutaa 12ffaa Khaalid Bashir 591 irraa gara 592.08tti sirreeffameera. Qabxiin olaanaa biyyattii 2ffaan immoo Gosaa Nageessoo yoo tahu 589 irraa gara 590.08tti sirreeffameera. Kaalid Bashir fi Gosaa Nageessoo irra deebin baga gammaddan
0
15
Hiikoo Tuuchaa, ammas achuma Dodolaa irraa 577👏
Hiikoo Tuuchaa, ammas achuma Dodolaa irraa 577👏
0
16
Hasan Jaatanoo, achuma Dodolaa irraa hiriyaa Kaalid kan biraa. Kana dhaloonni baqqaa🙏
Hasan Jaatanoo, achuma Dodolaa irraa hiriyaa Kaalid kan biraa. Kana dhaloonni baqqaa🙏
0
17
Qabxiin kutaa 12ffaa gadhiifameera. Marsariitii bu’aan qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2017 ittiin ilaallamu ifoomeer
Qabxiin kutaa 12ffaa gadhiifameera. Marsariitii bu’aan qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2017 ittiin ilaallamu ifoomeera. Barattoonni ammarraa eegalanii marsariitii fi Teeleegiraama armaan gaditti eeramaniin bu’aa qabxii isaanii ilaallachuu kan danda’an ta’uu Tajaajilli Barnootaa fi maddaallii Qormaatilee ifoomseera. 1. Marsariitii https://result.eaes.et 2. Teeleegiraamii፡ https://t.me/EAESbot 3. Ergaa gabaabaa ፡ 6284 @haqummaaf
0
18
Baratoota kutaa 12 qormaata eegaa jiraniif Caarrraa gaariin isiniif hawwa
0
19
#Hubachiisa Barattoota Qabxii Olaanaa Galmeessisan Hanga Ammaatti Ministeerri Barnootaa Waan Hin Ibsneef #Tilmaamaan Suuraa B
#Hubachiisa Barattoota Qabxii Olaanaa Galmeessisan Hanga Ammaatti Ministeerri Barnootaa Waan Hin Ibsneef #Tilmaamaan Suuraa Barattootaa Maxxansuun Sirrii Miti. Kanaafuu, Maqaan Isaanii Hanga Ibsamutti Otuu Maxxansuu Baattanii Gaariidha. Boru Sa'aatii 6:00tti hanga beekamuttu obsuu wayya! 💙Oromia Education Bureau 💠 💙Tolaa Bariisoo Gada @haqummaaf
0
20
Oduu Ammee Bu'aan qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa boru ifooma Bu'aan qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara
Oduu Ammee Bu'aan qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa boru ifooma Bu'aan qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2017 boru ifooma. Qabxicha ilaalchisee boru waaree booda sa'aatii 10:00: eegalee ibsi kan kennamu ta'uu Ministeerri Barnootaa himeera. As Tuquun Daawwadhaa! 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 @haqummaaf
0