OROMO DV
📈 تحلیل کانال تلگرام OROMO DV
کانال OROMO DV (@oromodv) در بخش زبانی امهری بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 16 897 مشترک است و جایگاه 11 985 را در دسته آموزش و رتبه 1 981 را در منطقه أثيوبيا دارد.
📊 شاخصهای مخاطب و پویایی
از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 16 897 مشترک جذب کرده است.
بر اساس آخرین دادهها در تاریخ 19 ژوئن, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر -609 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر -10 بوده و همچنان دسترسی گستردهای حفظ شده است.
- وضعیت تأیید: تأیید نشده
- نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 30.05% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 5.75% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب میکند.
- دسترسی پستها: هر پست به طور میانگین 5 077 بازدید دریافت میکند. در اولین روز معمولاً 971 بازدید جمعآوری میشود.
- واکنشها و تعامل: مخاطبان بهطور فعال حمایت میکنند؛ میانگین واکنش به هر پست 14 است.
📝 توضیح و سیاست محتوایی
نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاههای شخصی توصیف میکند:
“DV, Passport fi kkf kan feetan nu qunnamaa!
Inbox: @OroDV1”
به لطف بهروزرسانیهای پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 20 ژوئن, 2026)، کانال همواره بهروز و دارای دسترسی بالاست. تحلیلها نشان میدهد مخاطبان بهطور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته آموزش تبدیل کردهاند.
در حال بارگیری داده...
| تاریخ | رشد مشترکین | اشارات | کانالها | |
| 19 ژوئن | 0 | |||
| 18 ژوئن | 0 | |||
| 17 ژوئن | 0 | |||
| 16 ژوئن | 0 | |||
| 15 ژوئن | 0 | |||
| 14 ژوئن | 0 | |||
| 13 ژوئن | 0 | |||
| 12 ژوئن | 0 | |||
| 11 ژوئن | 0 | |||
| 10 ژوئن | 0 | |||
| 09 ژوئن | 0 | |||
| 08 ژوئن | 0 | |||
| 07 ژوئن | 0 | |||
| 06 ژوئن | 0 | |||
| 05 ژوئن | 0 | |||
| 04 ژوئن | 0 | |||
| 03 ژوئن | 0 | |||
| 02 ژوئن | 0 | |||
| 01 ژوئن | 0 |
| 2 | Facebook fi Instagram isiniif hojjechaa jiraa?
Yoo isiniif hojjechuu didee hin rifatinaa! Rakkoo akka addunyaatti mudatedha.
Dafee akka sirreeffamu ni eegama!
@EbaDigital | 2 143 |
| 3 | Birr kuma 13 amanee natti erge 🥺
Nama Jimmaa tokkotu paaspoortii isaa bara dhalootaa jijjiiruuf na qunname. Dokumantii fi form hunda erga naaf ergee booda, Gatii tajaajilaa birr 500 akka naaf ergu itti hime(Gatii paaspoortii ofumasaan akka kaffalatuuf). Gatiin Paaspoortii immoo birr 12500 ture. Sana booda walumatti kuma 13 sitti erga naan jedhee, Akkuma jedhe kuma 13 natti erge. Anis amanamummaadhaan xumureefii waraqaa beellamaasaa ergeefiin jira.
Hubadhaa!
Namni kun online kanarraan na beeka malee homaa tokko hariiroo wajjin hinqabnu. Akkasumatti na amane! By the way, Namoonni muraasni ishee birr 500 kanayyuu amananii natti hin erguuf ni sodaatu.
Namoonni paaspoortii karaakoon guuttachuu barbaaddan Normaaliis, Ariifachiisaas magaalaa isin feetanirratti isiniifan guuta. | 6 119 |
| 4 | Breaking - Paaspoortiidhaaf qaamaan deemanii ashaaraa kennuun hafuuf jedha!
Kunis kan ta'u ragaa ashaaraa maamiltootaa National ID isaaniirraa fudhachuudhaan akka ta'e ibsameera.
Hub: Ammaaf hojiirra hin oolle!
Paaspoortii kan barbaaddan @OroDV1 irratti na qunnamaa!
Inbox: @OroDV1
Tajaajiloota Paaspoortii argachuuf maal maaltu barbaachisa kan jedhu odeeffaannoo guutuu argachuuf as tuqaa! | 6 987 |
| 5 | Breaking - Guyyaa har'aa paaspoortiin beellama guyyaa 45 hanga 60 qofaan guutamaa jira!
Finfinnee dabalatee magaalota hundarratti guyyaa 45tti ashaaraa kennuudhaan ji'a 2 keessatti Paaspoortii keessan fudhachuu dandeessu jechuudha.
Guyyaa lama sadii booda beellamni kun baay'ee fagaachuu waan danda'uuf dafaa itti guuttadhaa!
Na biratti guuttachuu kan barbaaddan @OroDV1 irratti na qunnamaa!
Inbox: @OroDV1
Tajaajiloota Paaspoortii argachuuf maal maaltu barbaachisa kan jedhu odeeffaannoo guutuu argachuuf as tuqaa! | 4 997 |
| 6 | Yaadachiisa: Paaspoortii
Namoonni guyyaan beellamaa keessan bor(wiixata) ta'e, sababa filannootiin hojiin waan hinjirreef guyyaan ashaaraa keessanii iftaanitti(Kibxatatti) darbee jira.
Gaafa Kibxataa deemaa!
@OromoDV | 4 125 |
| 7 | Qophooftanii? Sa'atii 8:00 am irratti galma Harmony College keessatti walargina!
Hub: Hirmaachuuf kaffaltii kaffalamu tokkollee hinjiru!
100% FREE!
Namni fedhii qabu hundi hirmaachuu danda'a. Har'a(Sambata Xiqqaa) Sa'atii 8:00 irratti argamuudhaan waa'ee hojii online gad fageenyaan baradhaa!
Bakka leenjii: Buraayyuu, Maariyaam, Bulchiinsa Magaalaa Fuuldura, Harmony College | 3 161 |
| 8 | Hojii Online dhugaan jireenya namaa jijjiiruu danda'u akkamiin akka hojjetama?
Hojii Online hojjechuuf fedha kan qabdan leenjii bilisaa Sambata Xiqqaa dhufu(May 30, 2026) galma Harmony College tti isiniif qopheesserratti akka hirmaattan afeeramtaniittu!
Leenjii kanarratti:
- Waa'ee hojii online gad fageenyaan ni barattu
- Sa'atii muraasa keessatti muuxannoo waggaa 5 olii ni qooddattu
- Hojiiwwan Online bilbila keessan qofaan hojjechuu dandeessan 5 ol gad fageenyaan ni hubattu
- Gaaffii keessan hundaaf deebiin ni kennama!
Hub: Leenjii kana fudhachuuf maallaqni kaffalamu tokkollee hinjiru! 100% BILISA!
Leenjiin waaree booda sa'atii 8:00 irratti eegalama!
Buraayyuu, Maariyaam
Bulchiinsa magaalaa Fuuldura | 3 591 |
| 9 | Hojii Online - Leenjii bilisaa marsaa 2ffaa isiniif qopheesseera!
Kottaa! Muuxannoo waggaa 5 olii qooddadhaa! Bilbila keessan qofaan madda galii uummadhaa!
Bakka leenjii: Galma Harmony College, Buraayyuu Bulchiinsa Magaalaa Fuuldura
Guyyaa leenjii: Sambata Xiqqaa dhufu Caamsaa 22, 2018 (May 30, 2026)
Sa'atii leenjii: Waaree booda sa'atii 8:00 am | 4 532 |
| 10 | Badhaasa kana hanga ammaatti nama 7 qofatu ulaagaa jedhame guutee jira. Nama 3tu hafa.
Namni 3 itti dadhabamee nama 10 yoo guutu badhaasicha isiniifan kenna! | 4 005 |
| 11 | #Breaking Passport - Oduu Gaarii!
Tajaajilli Paaspoortii Baalee Roobee fi Bulee Horaatti jalqabamee jira!
Barana qofa Oromiyaa keessaa Magaalota 4tti Damee haaraan banameera. Naqamtee, Mattuu, Baalee Roobee, fi Bulee Horaa.
Duraan Adamaa fi Jimmaa qofa ture.
Damee barbaaddan irratti paaspoortii guuttachuu yoo feetan @OroDV irratti telegramaan na qunnamaa!
Magaalaa hundarratti isiniif guutuu nan danda'a.
@OromoDV | 5 414 |
| 12 | Badhaasa qarshii fi leenjii bilisaa(free course) nama 10'f
1ffaa) Birr 500 + Leenjii bilisaa
2ffaa) Birr 300 + Leenjii bilisaa
3ffaa) Birr 200 + Leenjii bilisaa
4ffaa) Birr 150 + Leenjii bilisaa
5ffaa) Birr 100 + Leenjii bilisaa
6ffaa - 10ffaa) Leenjii bilisaa
Badhaasni leenjii kun Tiktok Content Creation Course dha. Course kana yoo fudhattan Tiktok hojjettanii milkaa'uu dandeessu!
Badhaasa kana argachuuf Tiktok koo irraa viidiyoo jalqabarra jiru kana:
- Like fi Favorite godhaa
- Repost godhaa
- Si'a 5 copylink godhaa!
- Nama 5'f share godhaa!
- Comment irratti yaada gaarii tokko barreessaa!
Namoonni Comment keessan like guddaa argate 1-10 badhaasa kana ni argattu!
Baay'inni like keessanii ilaalamee Sambata Guddaa galgala badhaasni keessan isiniif kennama.
Hub: Gaafa badhaasa fudhattan ajaja hunda raawwachuu keessan kan agarsiisu screenshot dhiyeessuu qabdu!
Carraa gaarii!
@EbaDigital | 3 478 |
| 13 | Giveaway Nama hundaa'f - Step isaa baay'ee salphaadha!
Badhaasnisaa leenjii hojii tiiktookii(Tiktok Content Creation Course) birr 800 kan ture bilisaan galmaa'uudha! Leenjii kana yoo fudhattan tiiktookii irratti hojjettanii milkaa'uu dandeessu!
Waa'ee Leenjichaa odeeffaannoo dabalataa argachuuf as tuqaa: https://t.me/EbaCourses/18
Badhaasa kana injifachuuf fuula Tiktok OBBOLAAWWAN TECHNOLOGIES jala seenuun viidiyoo ani hojjedhe tokko filachuudhaan:
- Like fi Favorite godhaa
- Repost godhaa
- Si'a 5 copylink godhaa!
- Nama 5'f share godhaa!
- Comment irratti yaada gaarii tokko barreessaa!
Link: https://www.tiktok.com/@obbolaawwan_technologies?_r=1&_t=ZS-95o7MT1WfCC
Comment keessan like 30 fi isaa ol argate hundi badhaasa kana ni argattu!
Badhaafamuuf: Comment keessan like 30 ol argatee fi ajaja hunda raawwachuu keessan kan agarsiisu screenshot godhaatii @Eebbaa1 irratti naaf ergaa!
Carraa gaarii! | 3 713 |
| 14 | Giveaway 2ffaa Nama 5'f - Step isaa baay'ee salphaadha!
Badhaasnisaa leenjii hojii tiiktookii(Tiktok Content Creation Course) birr 800 kan ture bilisaan galmaa'uudha!
Badhaasa kana injifachuuf fuula Tiktok OBBOLAAWWAN TECHNOLOGIES jala seenuun viidiyoo jalqabarra jiru kana:
- Like fi Favorite godhaa
- Repost godhaa
- Si'a 5 copylink godhaa!
- Nama 5'f share godhaa!
- Comment irratti yaada gaarii tokko barreessaa!
Link: https://www.tiktok.com/@obbolaawwan_technologies?_r=1&_t=ZS-95o7MT1WfCC
Namoonni Comment keessan like guddaa argate 1-5 badhaasa kana ni argattu!
Baay'inni like keessanii ilaalamee Facaasaa(Kibxata dhufu) galgala badhaasni keessan isiniif kennama.
Hub: Gaafa badhaasa fudhattan ajaja hunda raawwachuu keessan kan agarsiisu screenshot dhiyeessuu qabdu!
Carraa gaarii! | 0 |
| 15 | Badhaasa kaardii ykn qarshii nama 5'f
1ffaa) Birr 500
2ffaa) Birr 300
3ffaa) Birr 200
4ffaa) Birr 150
5ffaa) Birr 100
Badhaasa kana argachuuf Tiktok koo irraa viidiyoo jalqabarra jiru kana:
- Like fi Favorite godhaa
- Repost godhaa
- Si'a 5 copylink godhaa!
- Nama 5'f share godhaa!
- Comment irratti yaada gaarii tokko barreessaa!
Namoonni Comment keessan like guddaa argate 1-5 badhaasa kana ni argattu!
Baay'inni like keessanii ilaalamee Sambata Guddaa galgala badhaasni keessan isiniif kennama.
Hub: Gaafa badhaasa fudhattan ajaja hunda raawwachuu keessan kan agarsiisu screenshot dhiyeessuu qabdu!
Carraa gaarii!
@EbaDigital | 0 |
| 16 | Breaking - Tajaajilli Paaspoortii magaalaa Mattuu irratti kennamuu eegale!
Kana dura Oromiyaa keessaa Adamaa fi Jimmaa qofa ture.
Ji'a muraasa dura Magaalaa Naqamteetti kan eegale yoo ta'u, Ammammoo dabalataan Godina Iluu Abbaa Booraa magaalaa Mattuu irrattis eegalameera!
Paaspoortii biratti guuttachuu kan barbaaddan @OroDV1 irratti dokumantii barbaachisu suuraa kaasuudhaan natti ergaa! Magaalaa feetan irratti isiniifan guuta.
Inbox: @OroDV1
Guyyaan beellama ashaaraa as dhiyaatee waan jiruuf dafaa itti fayyadamaa!
Tajaajiloota Paaspoortii argachuuf maal maaltu barbaachisa kan jedhu odeeffaannoo guutuu argachuuf as tuqaa! | 0 |
| 17 | Breaking - Guyyaa har'aa paaspoortiin beellama guyyaa 45 qofaan guutamaa jira!
Finfinnee dabalatee magaalota hundarratti guyyaa 45tti ashaaraa kennuudhaan ji'a 2 keessatti Paaspoortii keessan fudhachuu dandeessu jechuudha.
Guyyaa lama sadii booda beellamni kun baay'ee fagaachuu waan danda'uuf dafaa itti guuttadhaa! | 0 |
| 18 | Of eeggannoo godhaa - Telegramiin namootaa baay'ee butamaa jira!
Akkamiin butama yoo jettan... "Liinkii kana yoo tuqxe waan akkanaa argatta" jedhu.
Fakkeenyaaf:
- Doolara hanganaa argatta
- Telegram premium bilisaan argatta
- Footoo fi viidiyoo qullaa namootaa argatta 🤔
Ati dhuguma seetee liinkicha tuqxa. Bilbila kee itti galchita. Code siif dhufu itti galchita.
Dhumarratti telegramakeetiin chaawoo jetta. Kana qofaaree? Telegrama kee fayyadamanii message sana contact kee hundaaf forward godhu. Warri saff jedhanii liinkicha tuqan hunduu akkuma kee ta'u... Ammas liinkichi Contact isaanii hundatti forward ta'a.
Bifa kanaan daqiiqaa muraasa keessatti telegramiin namoota baay'ee butama. Telegrama qofa miti. Account miidiyaa hawaasa hundi bifa kanaan butamuu danda'a.
@EbaDigital | 0 |
| 19 | Magaalaa kamirraa paaspoortii baafachuu barbaaddu?
Guyyaa ashaaraan itti kennamu as dhiyaatee jira
Finfinnee - Guyyaa 79
Jimmaa - Guyyaa 62
Naqamtee - Guyyaa 46
Adaamaa - Guyyaa 82
Dire Dawa - Guyyaa 45
Ashaaraan kennamee torban 1-3 keessatti paaspoortii keessan isiniif dhufa.
Akkasumas Paaspoortii haareffachuuf, Kan bade baasuuf, akkasuma maqaa fi umrii jijjiirrachuu yoo barbaaddan magaalaa barbaaddan irratti beellamaa normaliinis ta'e ariifachiisaadhaan isiniifan guuta!
Inbox: @OroDV1
OromoDV | 0 |
| 20 | Tajaajila paaspoortii kan barbaaddan na qunnamaa!
Akkanatti isiniif guutee waraqaa beellamaa keessan isiniif erga. @OroDV1 irratti telegramaan na qunnamaa!
Torban 2 asitti Damee Finfinnee, Naqamtee, Jimmaa, Dirre Dawaa, fi Adaamaa irratti namoota hedduuf guutee waraqaa beellamaa isaanii ergeefiin jira.
Inbox: @OroDV1
Guyyoota booda system baduu waan danda'uuf dafaa guuttadhaa! | 0 |
اکنون در دسترس! پژوهش تلگرام ۲۰۲۵ — مهمترین بینشهای سال 
