OROMO DV
📈 Análisis del canal de Telegram OROMO DV
El canal OROMO DV (@oromodv) en el segmento lingüístico de Amárico es un actor destacado. Actualmente la comunidad reúne a 15 930 suscriptores, ocupando la posición 12 530 en la categoría Educación y el puesto 2 144 en la región Etiopía.
📊 Métricas de audiencia y dinámica
Desde su creación el невідомо, el proyecto ha mostrado un crecimiento acelerado, reuniendo a 15 930 suscriptores.
Según los últimos datos del 03 septiembre, 2026, el canal mantiene una actividad estable. En los últimos 30 días la variación de miembros fue de -404, y en las últimas 24 horas de -17, conservando un alto alcance.
- Estado de verificación: No verificado
- Tasa de interacción (ER): El promedio de interacción de la audiencia es 37.51%. Durante las primeras 24 horas tras publicar, el contenido suele obtener 6.67% de reacciones respecto al total de suscriptores.
- Alcance de las publicaciones: Cada publicación recibe en promedio 5 977 visualizaciones. En el primer día suele acumular 1 063 visualizaciones.
- Reacciones e interacción: La audiencia responde de forma activa: el promedio de reacciones por publicación es 7.
📝 Descripción y política de contenido
El autor describe el recurso como un espacio para expresar opiniones subjetivas:
“DV, Passport fi kkf kan feetan nu qunnamaa!
Inbox: @OroDV1”
Gracias a la alta frecuencia de actualizaciones (últimos datos recibidos el 04 septiembre, 2026), el canal mantiene la vigencia y un amplio alcance. La analítica demuestra que la audiencia interactúa activamente con el contenido, lo que lo convierte en un punto de referencia dentro de la categoría Educación.
Carga de datos en curso...
| Fecha | Crecimiento de Suscriptores | Menciones | Canales | |
| 04 septiembre | 0 | |||
| 03 septiembre | 0 | |||
| 02 septiembre | 0 | |||
| 01 septiembre | 0 |
| 2 | Facebook page 30K followers ol qabu kan qabdanii fi gurgurachuu kan barbaaddan na qunnamaa!
Link page sanaa fi gatii ittiin gurgurachuu barbaaddan naaf barreessaa!
Inbox: @Eebbaa1
Page active ta'uu qaba! | 1 011 |
| 3 | Qabxiin Kutaa 12ffaa gadhiifameera!
Karaalee sirrii qabxii ittiin ilaallattan 3'n:
📌 Marsariitii (Website):
https://result.eaes.et
📌 Telegiraamii (Telegram):
@EAESbot
📌 Ergaa Gabaabaa (SMS):
6284
📌 Komii dhiyeessuuf (Complaints): https://result.eaes.et/complaint
NB: Admission number sirrii fi Maqaa jalqabaa(First name) qubee sirriidhaan barreeffamuu qaba!
@EbaDigital | 2 984 |
| 4 | Paaspoortii guyyaa 45 - 55 gidduu bahuu jalqabeera
Tajaajila Paaspoortii kan barbaaddan na qunnamaa!
Inbox: @OroDV1
Magaalaa feetan irratti beellama idilee fi ariifachiisaadhaan isiniifan guuta! | 9 131 |
| 5 | Hub: Tajaajila paaspoortii hundarratti ashaaraan ni kennama!
Namoonni baay'een akkuma durii paaspoortii haaraa baafachuu qofaaf ashaaraan kennama jedhanii yaadu. Garuu yeroo dhiyoo asitti namni paaspoortii haareffatus, kan bade baafatus ta'e, tajaajila kamiyyuu argachuuf dirqama biiroo immigration deemee ashaaraa kennuu fi suuraa haaraa ka'uu isa barbaachisa.
Sababnisaas paaspoortiii inni fudhatu E-Passport waan ta'eef suuraa fi biometrics(ashaaraa) haaraa kennuun dirqamadha.
Kan ashaaraan hin kennamne paaspoortii inni duraa E-Passport yoo ta'e qofadha.
Tajaajila paaspoortii kan barbaaddan @Orodv1 irratti na qunnamaa!
Inbox: @OroDV1
Magaalaa feetanirratti beellamaa normaliinis ta'e ariifachiisaadhaan isiniifan guuta. | 4 285 |
| 6 | Bara dhufurraa kaasee Carraa DV Ameerikaa yaaluuf paaspoortii qabaachuun dirqama akka ta'e dhageessaniittu mitii?
Paaspoortiin bakka baay'eetti barbaachisaa jira. Namoonni tajaajila paaspoortii barbaaddan, Paaspoortii haaraa baafachuuf, haareffachuuf, Kan bade baasuuf, akkasuma maqaa fi umrii jijjiirrachuu yoo barbaaddan magaalaa barbaaddan irratti beellamaa normaliinis ta'e ariifachiisaadhaan isiniifan guuta.
Inbox: @OroDV1 | 3 177 |
| 7 | Facebook fi Instagram isiniif hojjechaa jiraa?
Yoo isiniif hojjechuu didee hin rifatinaa! Rakkoo akka addunyaatti mudatedha.
Dafee akka sirreeffamu ni eegama!
@EbaDigital | 3 101 |
| 8 | Birr kuma 13 amanee natti erge 🥺
Nama Jimmaa tokkotu paaspoortii isaa bara dhalootaa jijjiiruuf na qunname. Dokumantii fi form hunda erga naaf ergee booda, Gatii tajaajilaa birr 500 akka naaf ergu itti hime(Gatii paaspoortii ofumasaan akka kaffalatuuf). Gatiin Paaspoortii immoo birr 12500 ture. Sana booda walumatti kuma 13 sitti erga naan jedhee, Akkuma jedhe kuma 13 natti erge. Anis amanamummaadhaan xumureefii waraqaa beellamaasaa ergeefiin jira.
Hubadhaa!
Namni kun online kanarraan na beeka malee homaa tokko hariiroo wajjin hinqabnu. Akkasumatti na amane! By the way, Namoonni muraasni ishee birr 500 kanayyuu amananii natti hin erguuf ni sodaatu.
Namoonni paaspoortii karaakoon guuttachuu barbaaddan Normaaliis, Ariifachiisaas magaalaa isin feetanirratti isiniifan guuta. | 8 836 |
| 9 | Breaking - Paaspoortiidhaaf qaamaan deemanii ashaaraa kennuun hafuuf jedha!
Kunis kan ta'u ragaa ashaaraa maamiltootaa National ID isaaniirraa fudhachuudhaan akka ta'e ibsameera.
Hub: Ammaaf hojiirra hin oolle!
Paaspoortii kan barbaaddan @OroDV1 irratti na qunnamaa!
Inbox: @OroDV1
Tajaajiloota Paaspoortii argachuuf maal maaltu barbaachisa kan jedhu odeeffaannoo guutuu argachuuf as tuqaa! | 8 290 |
| 10 | Breaking - Guyyaa har'aa paaspoortiin beellama guyyaa 45 hanga 60 qofaan guutamaa jira!
Finfinnee dabalatee magaalota hundarratti guyyaa 45tti ashaaraa kennuudhaan ji'a 2 keessatti Paaspoortii keessan fudhachuu dandeessu jechuudha.
Guyyaa lama sadii booda beellamni kun baay'ee fagaachuu waan danda'uuf dafaa itti guuttadhaa!
Na biratti guuttachuu kan barbaaddan @OroDV1 irratti na qunnamaa!
Inbox: @OroDV1
Tajaajiloota Paaspoortii argachuuf maal maaltu barbaachisa kan jedhu odeeffaannoo guutuu argachuuf as tuqaa! | 5 339 |
| 11 | Yaadachiisa: Paaspoortii
Namoonni guyyaan beellamaa keessan bor(wiixata) ta'e, sababa filannootiin hojiin waan hinjirreef guyyaan ashaaraa keessanii iftaanitti(Kibxatatti) darbee jira.
Gaafa Kibxataa deemaa!
@OromoDV | 4 342 |
| 12 | Qophooftanii? Sa'atii 8:00 am irratti galma Harmony College keessatti walargina!
Hub: Hirmaachuuf kaffaltii kaffalamu tokkollee hinjiru!
100% FREE!
Namni fedhii qabu hundi hirmaachuu danda'a. Har'a(Sambata Xiqqaa) Sa'atii 8:00 irratti argamuudhaan waa'ee hojii online gad fageenyaan baradhaa!
Bakka leenjii: Buraayyuu, Maariyaam, Bulchiinsa Magaalaa Fuuldura, Harmony College | 3 271 |
| 13 | Hojii Online dhugaan jireenya namaa jijjiiruu danda'u akkamiin akka hojjetama?
Hojii Online hojjechuuf fedha kan qabdan leenjii bilisaa Sambata Xiqqaa dhufu(May 30, 2026) galma Harmony College tti isiniif qopheesserratti akka hirmaattan afeeramtaniittu!
Leenjii kanarratti:
- Waa'ee hojii online gad fageenyaan ni barattu
- Sa'atii muraasa keessatti muuxannoo waggaa 5 olii ni qooddattu
- Hojiiwwan Online bilbila keessan qofaan hojjechuu dandeessan 5 ol gad fageenyaan ni hubattu
- Gaaffii keessan hundaaf deebiin ni kennama!
Hub: Leenjii kana fudhachuuf maallaqni kaffalamu tokkollee hinjiru! 100% BILISA!
Leenjiin waaree booda sa'atii 8:00 irratti eegalama!
Buraayyuu, Maariyaam
Bulchiinsa magaalaa Fuuldura | 3 774 |
| 14 | Hojii Online - Leenjii bilisaa marsaa 2ffaa isiniif qopheesseera!
Kottaa! Muuxannoo waggaa 5 olii qooddadhaa! Bilbila keessan qofaan madda galii uummadhaa!
Bakka leenjii: Galma Harmony College, Buraayyuu Bulchiinsa Magaalaa Fuuldura
Guyyaa leenjii: Sambata Xiqqaa dhufu Caamsaa 22, 2018 (May 30, 2026)
Sa'atii leenjii: Waaree booda sa'atii 8:00 am | 4 645 |
| 15 | Badhaasa kana hanga ammaatti nama 7 qofatu ulaagaa jedhame guutee jira. Nama 3tu hafa.
Namni 3 itti dadhabamee nama 10 yoo guutu badhaasicha isiniifan kenna! | 4 005 |
| 16 | #Breaking Passport - Oduu Gaarii!
Tajaajilli Paaspoortii Baalee Roobee fi Bulee Horaatti jalqabamee jira!
Barana qofa Oromiyaa keessaa Magaalota 4tti Damee haaraan banameera. Naqamtee, Mattuu, Baalee Roobee, fi Bulee Horaa.
Duraan Adamaa fi Jimmaa qofa ture.
Damee barbaaddan irratti paaspoortii guuttachuu yoo feetan @OroDV irratti telegramaan na qunnamaa!
Magaalaa hundarratti isiniif guutuu nan danda'a.
@OromoDV | 5 414 |
| 17 | Badhaasa qarshii fi leenjii bilisaa(free course) nama 10'f
1ffaa) Birr 500 + Leenjii bilisaa
2ffaa) Birr 300 + Leenjii bilisaa
3ffaa) Birr 200 + Leenjii bilisaa
4ffaa) Birr 150 + Leenjii bilisaa
5ffaa) Birr 100 + Leenjii bilisaa
6ffaa - 10ffaa) Leenjii bilisaa
Badhaasni leenjii kun Tiktok Content Creation Course dha. Course kana yoo fudhattan Tiktok hojjettanii milkaa'uu dandeessu!
Badhaasa kana argachuuf Tiktok koo irraa viidiyoo jalqabarra jiru kana:
- Like fi Favorite godhaa
- Repost godhaa
- Si'a 5 copylink godhaa!
- Nama 5'f share godhaa!
- Comment irratti yaada gaarii tokko barreessaa!
Namoonni Comment keessan like guddaa argate 1-10 badhaasa kana ni argattu!
Baay'inni like keessanii ilaalamee Sambata Guddaa galgala badhaasni keessan isiniif kennama.
Hub: Gaafa badhaasa fudhattan ajaja hunda raawwachuu keessan kan agarsiisu screenshot dhiyeessuu qabdu!
Carraa gaarii!
@EbaDigital | 3 478 |
| 18 | Giveaway Nama hundaa'f - Step isaa baay'ee salphaadha!
Badhaasnisaa leenjii hojii tiiktookii(Tiktok Content Creation Course) birr 800 kan ture bilisaan galmaa'uudha! Leenjii kana yoo fudhattan tiiktookii irratti hojjettanii milkaa'uu dandeessu!
Waa'ee Leenjichaa odeeffaannoo dabalataa argachuuf as tuqaa: https://t.me/EbaCourses/18
Badhaasa kana injifachuuf fuula Tiktok OBBOLAAWWAN TECHNOLOGIES jala seenuun viidiyoo ani hojjedhe tokko filachuudhaan:
- Like fi Favorite godhaa
- Repost godhaa
- Si'a 5 copylink godhaa!
- Nama 5'f share godhaa!
- Comment irratti yaada gaarii tokko barreessaa!
Link: https://www.tiktok.com/@obbolaawwan_technologies?_r=1&_t=ZS-95o7MT1WfCC
Comment keessan like 30 fi isaa ol argate hundi badhaasa kana ni argattu!
Badhaafamuuf: Comment keessan like 30 ol argatee fi ajaja hunda raawwachuu keessan kan agarsiisu screenshot godhaatii @Eebbaa1 irratti naaf ergaa!
Carraa gaarii! | 3 713 |
| 19 | Giveaway 2ffaa Nama 5'f - Step isaa baay'ee salphaadha!
Badhaasnisaa leenjii hojii tiiktookii(Tiktok Content Creation Course) birr 800 kan ture bilisaan galmaa'uudha!
Badhaasa kana injifachuuf fuula Tiktok OBBOLAAWWAN TECHNOLOGIES jala seenuun viidiyoo jalqabarra jiru kana:
- Like fi Favorite godhaa
- Repost godhaa
- Si'a 5 copylink godhaa!
- Nama 5'f share godhaa!
- Comment irratti yaada gaarii tokko barreessaa!
Link: https://www.tiktok.com/@obbolaawwan_technologies?_r=1&_t=ZS-95o7MT1WfCC
Namoonni Comment keessan like guddaa argate 1-5 badhaasa kana ni argattu!
Baay'inni like keessanii ilaalamee Facaasaa(Kibxata dhufu) galgala badhaasni keessan isiniif kennama.
Hub: Gaafa badhaasa fudhattan ajaja hunda raawwachuu keessan kan agarsiisu screenshot dhiyeessuu qabdu!
Carraa gaarii! | 3 649 |
| 20 | Badhaasa kaardii ykn qarshii nama 5'f
1ffaa) Birr 500
2ffaa) Birr 300
3ffaa) Birr 200
4ffaa) Birr 150
5ffaa) Birr 100
Badhaasa kana argachuuf Tiktok koo irraa viidiyoo jalqabarra jiru kana:
- Like fi Favorite godhaa
- Repost godhaa
- Si'a 5 copylink godhaa!
- Nama 5'f share godhaa!
- Comment irratti yaada gaarii tokko barreessaa!
Namoonni Comment keessan like guddaa argate 1-5 badhaasa kana ni argattu!
Baay'inni like keessanii ilaalamee Sambata Guddaa galgala badhaasni keessan isiniif kennama.
Hub: Gaafa badhaasa fudhattan ajaja hunda raawwachuu keessan kan agarsiisu screenshot dhiyeessuu qabdu!
Carraa gaarii!
@EbaDigital | 3 719 |
