en
Feedback
BOLE COMPLEX

BOLE COMPLEX

Open in Telegram

Technology Channel

Show more

πŸ“ˆ Analytical overview of Telegram channel BOLE COMPLEX

Channel BOLE COMPLEX (@bole_complex) in the English language segment is an active participant. Currently, the community unites 10 074 subscribers, ranking 11 144 in the Technologies & Applications category and 2 608 in the Italy region.

πŸ“Š Audience metrics and dynamics

Since its creation on Π½Π΅Π²Ρ–Π΄ΠΎΠΌΠΎ, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 10 074 subscribers.

According to the latest data from 21 October, 2025, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by -193 over the last 30 days and by 0 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 0%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects N/A% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 0 views. Within the first day, a publication typically gains 0 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 0.

πŸ“ Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
β€œTechnology Channel”

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 22 October, 2025), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Technologies & Applications category.

10 074
Subscribers
No data24 hours
-307 days
-19330 days
Posts Archive
Tapha Shaampiyoonis Liigii har'a galgala B. Dortimond fi Pii Essi Gii gidduutti taasisfamu nama tilmaamee argateef Badhaasa q
Tapha Shaampiyoonis Liigii har'a galgala B. Dortimond fi Pii Essi Gii gidduutti taasisfamu nama tilmaamee argateef Badhaasa qarshii 2,500 qopheessineerra. Ulaagaaleen 1. Join ishee jettu tuquun chaanaala keenyatti makamuu 2. Tilmaama isa jedhu irratti tilmaama keessan kaa'uudha. Hubachiisa:- namni hedduun yoo tilmaama sirrii argate nama dursa tilmaamef carraan kennama. Carraa Gaarii

Repost from Walaloon Jaalala
Dambalii Jaalalaa Chaanaala Afaan Oromoo ergaawwan jaalalaafi walaloowwan jaalalaan guutame kanatti namni miseensa hin taane eenyu?

Tapha Shaampiyoonis Liigii har'a galgala Riyaal Maadriidi fi Baayer Muunik gidduutti taasisfamu nama tilmaamee argateef Badha
Tapha Shaampiyoonis Liigii har'a galgala Riyaal Maadriidi fi Baayer Muunik gidduutti taasisfamu nama tilmaamee argateef Badhaasa qarshii 2,500 qopheessineerra. Ulaagaaleen 1. Join ishee jettu tuquun chaanaala keenyatti makamuu 2. Tilmaama isa jedhu irratti tilmaama keessan kaa'uudha. Carraa Gaarii

Repost from Kaachuu Promotion
Dhaga'aa Dhaggeeffadhaa Teeleegiraamiin karaawwan hedduudhaan dirree biizinasiifi hojii ta'eera. Akkamittiin Telegiramii keessan fayyadamuun qofa qarshii 100 irraa kaasee hanga hojjattan itti argachuu dandeessan hedduutu jiru. Maarree Chaanalota keenya kanneen irraatti ibsa ballaa qopheesainee lakkisuuf jenna.

Umurii xiqqoo Haga dabarre Jiga hin fakkaanneen Jigee agarre… Hurrii ganamaa Waca iddoo gabaa Hundinuu yeroo Murtoofte qaba! Hin abdatiinaa barcuma keessan Hoffaafi dhoqqicha Kan bakkatti hafu Gooftaa Tokkicha! @Waloo_Leta

Repost from Kaachuu Promotion
Teeleegiraamii fayyadamuun galii argachuu barbaadduu? Chaanalonni Afaan Oromoo Telegiraamii fayyadamuun galii guddaa kam faa
Teeleegiraamii fayyadamuun galii argachuu barbaadduu? Chaanalonni Afaan Oromoo Telegiraamii fayyadamuun galii guddaa kam faa akka ta'an beektuu?

Repost from Walaloon Jaalala
Dambalii Jaalalaa Chaanaala Afaan Oromoo ergaawwan jaalalaafi walaloowwan jaalalaan guutame kanatti namni miseensa hin taane eenyu?

Repost from Kaachuu Promotion
Sobaan hin beeksisnu Chaanaalota Afaan Oromoo Filatamoo ta'an bakka tokkotti argachuu feetuu? Chaanaalota mimmidhagoo itti fayyadamtan kanneen jabaa siniin jenneerra kunoo πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

Eenyutu injifata?
Eenyutu injifata?

Repost from Kaachuu Promotion
Sobaan hin beeksisnu Chaanaalota Afaan Oromoo Filatamoo ta'an bakka tokkotti argachuu feetuu? Chaanaalota mimmidhagoo itti fayyadamtan kanneen jabaa siniin jenneerra kunoo πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

Repost from Kaachuu Promotion
Kabajamtoota Hordoftoota keenya Jaalattanii fi kabajjanii nu hordofaa waan jirtaniif kabajni keenya guddaadha. Sin faana deemsi keenya itti fufa. Maarree isin warreen jaalannuuf Chaanaalota Filatamoo irraa barattu, itti bohaartu, bu'aa irraa argattu jennee yaadne qindeessa @Kaachuupromotion tiin isiniif dhiyeessineerra. πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

Repost from Kaachuu Promotion
Sobaan hin beeksisnu Chaanaalota Afaan Oromoo Filatamoo ta'an bakka tokkotti argachuu feetuu? Chaanaalota mimmidhagoo itti fayyadamtan kanneen jabaa siniin jenneerra kunoo πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

Bagan dhaladhe! Eebla 20 - har’i guyyaa dhaloota kooti! Karaa addaa addaatiin dhaamsa kan naaf ergitan, kabajaafi jaalalaa dh
+2
Bagan dhaladhe! Eebla 20 - har’i guyyaa dhaloota kooti! Karaa addaa addaatiin dhaamsa kan naaf ergitan, kabajaafi jaalalaa dhugaa kan natti agarsiiftan hundi keessan galatoomaa - ulfaadhaa! Har’as akkuma duraanii guyyaa dhaloota koo kanatti dhiifama isin gaafachuun barbaada. Dhiifama! Jireenyan dabarse keessatti utuun beekuufi utuun hin beekiin kanin isin gaddisiise, kanin isin miidhe, kan garaan keessan natti quuqame, bakka eegdanii kan na dhabdan hundinuu dhiifama! Dachee kanarra hagam akka turru hin beeknu. Dhiifama immoo Waaqatu jaallataa, dhiifama naaf godhaa! Warra umurii dheeraa jiraatee bara gaarii argu nu haa taasisu Waaqayyo! Baay’een sin jaalladha!

Aayyoo koo -- Akkamittan deemaree Ani aarsaakee dagachaa Dubbadheen si dubbisa Harmanii harma dachaa! Hin dhibamiin - hin du'in kanum kan koo feeti Barcumni Kabaja Koo Waaqaa gadiin kan keeti! Ragaa hittisaan si waama Gaafan dubbiif shakkame Gartokkee keeti ani Dhiiga keerraan argame! -- otuu dafqi kee cobuu Jirbii rakkinaa footee Ana bixxillee xiqqoo Guddistee nama goote Cuucee - dhala koo jettee Afaan nafhii dubbatta Furrii xurii koo wajjin Arraabdee na dhungatta Hidhata narraa hin citne Hiddaafi Hundee Kaayyoo Koo Kan biraa jecha hin qabu Sin Jaaladha #Aayyoo Koo! -- ✍Leta Kenei Aga @Waloo_Leta

Repost from Walaloon Jaalala
Dambalii Jaalalaa Chaanaala Afaan Oromoo ergaawwan jaalalaafi walaloowwan jaalalaan guutame kanatti namni miseensa hin taane eenyu?

Badhaafamaa https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_356935815 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift