BOLE COMPLEX
前往频道在 Telegram
📈 Telegram 频道 BOLE COMPLEX 的分析概览
频道 BOLE COMPLEX (@bole_complex) 英语 语言赛道中的 是活跃参与者。目前社区聚集了 10 074 名订阅者,在 技术与应用 类别中位列第 11 144,并在 意大利 地区排名第 2 608 位。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 10 074 名订阅者。
根据 21 十月, 2025 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -193,过去 24 小时变化为 0,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 未认证
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 0%。内容发布后 24 小时内通常能获得 N/A% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 0 次浏览,首日通常累积 0 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 0。
📝 描述与内容策略
作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“Technology Channel”
凭借高频更新(最新数据采集于 22 十月, 2025),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 技术与应用 类别中的关键影响点。
10 074
订阅者
无数据24 小时
-307 天
-19330 天
帖子存档
10 074
Tapha Shaampiyoonis Liigii har'a galgala B. Dortimond fi Pii Essi Gii gidduutti taasisfamu nama tilmaamee argateef Badhaasa qarshii 2,500 qopheessineerra.
Ulaagaaleen
1. Join ishee jettu tuquun chaanaala keenyatti makamuu
2. Tilmaama isa jedhu irratti tilmaama keessan kaa'uudha.
Hubachiisa:- namni hedduun yoo tilmaama sirrii argate nama dursa tilmaamef carraan kennama.
Carraa Gaarii
10 074
Repost from Walaloon Jaalala
Dambalii Jaalalaa
Chaanaala Afaan Oromoo ergaawwan jaalalaafi walaloowwan jaalalaan guutame kanatti namni miseensa hin taane eenyu?
10 074
Tapha Shaampiyoonis Liigii har'a galgala Riyaal Maadriidi fi Baayer Muunik gidduutti taasisfamu nama tilmaamee argateef Badhaasa qarshii 2,500 qopheessineerra.
Ulaagaaleen
1. Join ishee jettu tuquun chaanaala keenyatti makamuu
2. Tilmaama isa jedhu irratti tilmaama keessan kaa'uudha.
Carraa Gaarii
10 074
Repost from Kaachuu Promotion
Dhaga'aa Dhaggeeffadhaa
Teeleegiraamiin karaawwan hedduudhaan dirree biizinasiifi hojii ta'eera. Akkamittiin Telegiramii keessan fayyadamuun qofa qarshii 100 irraa kaasee hanga hojjattan itti argachuu dandeessan hedduutu jiru. Maarree Chaanalota keenya kanneen irraatti ibsa ballaa qopheesainee lakkisuuf jenna.
10 074
Umurii xiqqoo
Haga dabarre
Jiga hin fakkaanneen
Jigee agarre…
Hurrii ganamaa
Waca iddoo gabaa
Hundinuu yeroo
Murtoofte qaba!
Hin abdatiinaa barcuma keessan
Hoffaafi dhoqqicha
Kan bakkatti hafu
Gooftaa Tokkicha!
@Waloo_Leta
10 074
Repost from Kaachuu Promotion
Teeleegiraamii fayyadamuun galii argachuu barbaadduu? Chaanalonni Afaan Oromoo Telegiraamii fayyadamuun galii guddaa kam faa akka ta'an beektuu?
10 074
Repost from Walaloon Jaalala
Dambalii Jaalalaa
Chaanaala Afaan Oromoo ergaawwan jaalalaafi walaloowwan jaalalaan guutame kanatti namni miseensa hin taane eenyu?
10 074
Repost from Kaachuu Promotion
Sobaan hin beeksisnu
Chaanaalota Afaan Oromoo Filatamoo ta'an bakka tokkotti argachuu feetuu? Chaanaalota mimmidhagoo itti fayyadamtan kanneen jabaa siniin jenneerra kunoo
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
10 074
Repost from Kaachuu Promotion
Kabajamtoota Hordoftoota keenya
Jaalattanii fi kabajjanii nu hordofaa waan jirtaniif kabajni keenya guddaadha. Sin faana deemsi keenya itti fufa. Maarree isin warreen jaalannuuf Chaanaalota Filatamoo irraa barattu, itti bohaartu, bu'aa irraa argattu jennee yaadne qindeessa @Kaachuupromotion tiin isiniif dhiyeessineerra.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
10 074
Repost from Kaachuu Promotion
Sobaan hin beeksisnu
Chaanaalota Afaan Oromoo Filatamoo ta'an bakka tokkotti argachuu feetuu? Chaanaalota mimmidhagoo itti fayyadamtan kanneen jabaa siniin jenneerra kunoo
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
10 074
+2
Bagan dhaladhe!
Eebla 20 - har’i guyyaa dhaloota kooti!
Karaa addaa addaatiin dhaamsa kan naaf ergitan, kabajaafi jaalalaa dhugaa kan natti agarsiiftan hundi keessan galatoomaa - ulfaadhaa!
Har’as akkuma duraanii guyyaa dhaloota koo kanatti dhiifama isin gaafachuun barbaada. Dhiifama! Jireenyan dabarse keessatti utuun beekuufi utuun hin beekiin kanin isin gaddisiise, kanin isin miidhe, kan garaan keessan natti quuqame, bakka eegdanii kan na dhabdan hundinuu dhiifama! Dachee kanarra hagam akka turru hin beeknu. Dhiifama immoo Waaqatu jaallataa, dhiifama naaf godhaa!
Warra umurii dheeraa jiraatee bara gaarii argu nu haa taasisu Waaqayyo!
Baay’een sin jaalladha!
10 074
Aayyoo koo
--
Akkamittan deemaree
Ani aarsaakee dagachaa
Dubbadheen si dubbisa
Harmanii harma dachaa!
Hin dhibamiin - hin du'in
kanum kan koo feeti
Barcumni Kabaja Koo
Waaqaa gadiin kan keeti!
Ragaa hittisaan si waama
Gaafan dubbiif shakkame
Gartokkee keeti ani
Dhiiga keerraan argame!
--
otuu dafqi kee cobuu
Jirbii rakkinaa footee
Ana bixxillee xiqqoo
Guddistee nama goote
Cuucee - dhala koo jettee
Afaan nafhii dubbatta
Furrii xurii koo wajjin
Arraabdee na dhungatta
Hidhata narraa hin citne
Hiddaafi Hundee Kaayyoo Koo
Kan biraa jecha hin qabu
Sin Jaaladha #Aayyoo Koo!
--
✍Leta Kenei Aga
@Waloo_Leta
10 074
Repost from Walaloon Jaalala
Dambalii Jaalalaa
Chaanaala Afaan Oromoo ergaawwan jaalalaafi walaloowwan jaalalaan guutame kanatti namni miseensa hin taane eenyu?
10 074
Badhaafamaa
https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_356935815
🎁 +2.5k Shares as a first-time gift