en
Feedback
BOLE COMPLEX

BOLE COMPLEX

Open in Telegram

Technology Channel

Show more

📈 Analytical overview of Telegram channel BOLE COMPLEX

Channel BOLE COMPLEX (@bole_complex) in the English language segment is an active participant. Currently, the community unites 10 074 subscribers, ranking 11 144 in the Technologies & Applications category and 2 608 in the Italy region.

📊 Audience metrics and dynamics

Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 10 074 subscribers.

According to the latest data from 21 October, 2025, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by -193 over the last 30 days and by 0 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 0%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects N/A% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 0 views. Within the first day, a publication typically gains 0 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 0.

📝 Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
Technology Channel

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 22 October, 2025), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Technologies & Applications category.

10 074
Subscribers
No data24 hours
-307 days
-19330 days
Posts Archive
Repost from Kaachuu Promotion
Saree lakkoofsa meeqatu dursa bishaan dhuga?
Saree lakkoofsa meeqatu dursa bishaan dhuga?

Ergaawwan jaalalaa mimmidhagoo jaalala jabeessan eenyuf erguu barbaaddu? Jaalala keessanhoo eenyuf ibsuu barbaaddu? Dambalii Jaalalaatti dabalamuuf jaalala dhandhamaa ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ https://t.me/Dambalii_Jaalalaa

Suura kana akkuma ilaaltaniin maaltu sinitti mul'ate?
Suura kana akkuma ilaaltaniin maaltu sinitti mul'ate?

Repost from Kaachuu Promotion
Saree lakkoofsa meeqatu dursa bishaan dhuga?
Saree lakkoofsa meeqatu dursa bishaan dhuga?

Repost from Walaloon Jaalala
Nama affeeruu qofaan qarshii argadhaa! Nama tokko ammuma affeertan qarshii 2 argattu. Guyyaatti nama 100 osoo affeertanii ji'atti qarshii 6000 argachuu dandeessu. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Fetabet_bot?start=7186060561770090496

🔥የምንሰጠው ኮርስ ከወረቀት በላይ ነው! AICE ኮርስን በነፃ በመማር አፍሪወርክ ላይ ለሚወጡ ከፍተኛ ክፍያ የሚያስገኙ ስራዎች ብቁ ሆነው ይገኙ።የሶስተኛው ዙር ምዝገባ ተጀምሯል። ቦታዎች ውስን ና
🔥የምንሰጠው ኮርስ ከወረቀት በላይ ነው!  AICE ኮርስን በነፃ በመማር አፍሪወርክ ላይ ለሚወጡ ከፍተኛ ክፍያ የሚያስገኙ ስራዎች ብቁ ሆነው ይገኙ።የሶስተኛው ዙር ምዝገባ ተጀምሯል። ቦታዎች ውስን ናቸው፣ እንዳያመልጣችሁ!

"Dhuufuun waliin mari'atanii dhuufan hin ajaa'u" @Waloo_Leta

Repost from Kaachuu Promotion
Gaaffii Salphaa fakkaatu garuu na mooksu kana yaalaa chaanalota Afaan Oromoo Filatamoo ta'anitti dabalamaa.
Gaaffii Salphaa fakkaatu garuu na mooksu kana yaalaa chaanalota Afaan Oromoo Filatamoo ta'anitti dabalamaa.

Akkas akkas taane egaa! Gajamoo citte taane Hidda muruu dadhabne Xaddee dulloomte taane Tabba ba’uu dadhabne Bona nuuf darba
Akkas akkas taane egaa! Gajamoo citte taane Hidda muruu dadhabne Xaddee dulloomte taane Tabba ba’uu dadhabne Bona nuuf darba jennaan Hongeen lafaan nu dha’e Ganna nuuf darba jennaan Dhoqqeen mataa nu ga’e…. Fooyyee dhabne takkuma Tollis - lollis yakkuma! Quncee fo’uun nu dhibe Duunees boo’uun nu dhibe! Ajjeesaa imimmaan cobsu Garaan koo maalitti haa obsu? @Waloo_Leta

Repost from Kaachuu Promotion
Akkuma YouTube irraan qarshiin argamaa ture ammammoo Telegiraamiin kaffaltii jalqabuu isaa quba qabduu? Akka YouTube video ho
Akkuma YouTube irraan qarshiin argamaa ture ammammoo Telegiraamiin kaffaltii jalqabuu isaa quba qabduu? Akka YouTube video hojjachuun otuu sinirraa hin eegamin akkamiin Teeleegiraamiin qofa qarshii argamuu danda'a? 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Ofiif boonya yaa #Battee! Atillee obbaafattetta Dhiphinaafi gidiraa Kabajaan dhaqxee teessa Gootota akka kee bira! Lubbuun ke
Ofiif boonya yaa #Battee! Atillee obbaafattetta Dhiphinaafi gidiraa Kabajaan dhaqxee teessa Gootota akka kee bira! Lubbuun kee qulqullittiin Yoo bakka dhugaa geessu Gidiraa dachee Oromoo Hin agartu - hin dhageessu! Ajjeechaatti shaakallee Du’aa - kolfuutti kaane Ofiif boonya Battee koo Kan warra ‘araamuu’ taane! Ganama ‘RIP’ jenna Galgala sirbi jenna! Qaaliin nu keessaa harca’e Qe’een onaa nu ta’e… Bullee dhugaa hin gaafannu Duunee gumaa hin baafannu! Atillee haara-galfatta Bakka dhugaa dhaabattee Kan bor waan taanu hin beekne Ofiif boonya yaa Battee! @Waloo_Leta

Irree kee hin gitu Irreen kumootaa Sagalee tokkoon Addunyaa moota! ‘Darba hin fakkaannee’ Kan dabarsitu ‘Marga hin fakkaannee’ Kan magarsitu… Warqee kan gootu Moofaa caccabduu Gaafa murtoo kee Homaa hin dadhabdu! Yaa Waaqa dhugaa Mee maal dadhabda? Imimmaan cobuuf Safara qabda… Dacheen bal’oon kun Si’iif fal’aana Madaa dhalootaa Situ wal’aana! @Waloo_Lataa

Ji’oota muraasaaf miidiyaa hawaasaa kanarraa fagaadhee, waa dubbachuus dhiiseen ture. Barri bara itti dubbatanii kan dabe sirreessan, kan dheedhate bilcheessan ta’uu didnaan; Kan dubbatu malee kan dhaggeeffatu dhibnaan… callisuu wayya jedheen callise. Ajjeechaa #Battee_Urgeessaa yommuun dhaga’u obsan dhabe, qaama kootu na hollate! Amanuuf nan rakkadhe! Nama dubbatellee nama hin quuqne, nama tasgabbaa’aa, nama kabajamaa, nama yaadatti amanu, nama nagaa… akka sareetti gadi baasanii ajjeesanii gatan! Wayyoo Battee! Wayyoo dhiira gaafa xiiqii! Dhiira gaafa rakkoo! Korma sodaa hin beekne, goota dhugaarraa hin dheessine! Ajjeechaa #Haacee booda gaafa nutti dukkanaa’u; waan dubbannuufi akka itti dubbannu yommuu wallaalu situ dhugaa Oromoo dubbate! Situ abdii nutti hore! Ati nama tokko miti, sagalee Oromoo hundaa turte! “Yaadatti amanna, karaa nagaatti amanna” jetti! Sobaafi fakkeessaa! Mootummaan yaadatti amanu nama akka kee kunuunsee kabaja kennaaf malee akka sareetti ajjeesee hin gatu! Yaa qulqulluu namaa; dhiigni kee gatii qaba! Waaqayyo gumaa kee ni baasa! Nuti silaa dhaloota ganama hidhii xuuxee, waaree booda dhiichisudha! Nu hin abdatiin Battee koo! Nagaan boqodhu!

photo content

Repost from Kaachuu Promotion
Akkuma YouTube irraan qarshiin argamaa ture ammammoo Telegiraamiin kaffaltii jalqabuu isaa quba qabduu? Akka YouTube video ho
Akkuma YouTube irraan qarshiin argamaa ture ammammoo Telegiraamiin kaffaltii jalqabuu isaa quba qabduu? Akka YouTube video hojjachuun otuu sinirraa hin eegamin akkamiin Teeleegiraamiin qofa qarshii argamuu danda'a? 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Repost from Kaachuu Promotion
Akkuma YouTube irraan qarshiin argamaa ture ammammoo Telegiraamiin kaffaltii jalqabuu isaa quba qabduu? Akka YouTube video ho
Akkuma YouTube irraan qarshiin argamaa ture ammammoo Telegiraamiin kaffaltii jalqabuu isaa quba qabduu? Akka YouTube video hojjachuun otuu sinirraa hin eegamin akkamiin Teeleegiraamiin qofa qarshii argamuu danda'a? 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Repost from Kaachuu Promotion
Teeleegiraamiin kaffaltii eegaluu isaa quba qabduu?
Teeleegiraamiin kaffaltii eegaluu isaa quba qabduu?