en
Feedback
BOLE COMPLEX

BOLE COMPLEX

Open in Telegram

Technology Channel

Show more

πŸ“ˆ Analytical overview of Telegram channel BOLE COMPLEX

Channel BOLE COMPLEX (@bole_complex) in the English language segment is an active participant. Currently, the community unites 10 074 subscribers, ranking 11 144 in the Technologies & Applications category and 2 608 in the Italy region.

πŸ“Š Audience metrics and dynamics

Since its creation on Π½Π΅Π²Ρ–Π΄ΠΎΠΌΠΎ, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 10 074 subscribers.

According to the latest data from 21 October, 2025, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by -193 over the last 30 days and by 0 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 0%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects N/A% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 0 views. Within the first day, a publication typically gains 0 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 0.

πŸ“ Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
β€œTechnology Channel”

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 22 October, 2025), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Technologies & Applications category.

10 074
Subscribers
No data24 hours
-307 days
-19330 days
Posts Archive
Repost from Kaachuu Promotion
Gaara waami jennaan jette jedhan cilaaloo Mi'aa ogbarruu feenan hordofi @Haadhawalaloo

Repost from Walaloon Jaalala
Dubbisuun nama guutuu nama taasisa. Kanaaf ammoo iddoon itti barreeffamoota gaggabaaboo barumsa guddaa kennan itti argamu asidha. Maatii ta'aa. Sammuu keessan sooraa.

β€œAkkan hin eegiinitti Duubaan natti dhuftuu? Yakkaa maaliin qaba Maaliif na ajjeeftu? Guddeelcha gabrummaan Baachuu dide malee Buddeena gadhummaan Nyaachuu dide malee Gowwoomsaafi fakkeessaan Kulkulfadhe malee Dhibee Oromoo koofin Dukkubsadhe malee Uummataaf - saba koof Ta'uu malee hiiroo Maalan yakke dhiiroo? Egaa erga gootanii Egaa erga ta’ee Maaf lafatti bada Akka burqaa yaa'ee Dhiiga koo dhugaa kaa Yoo siniif sifaa'e! Maaf lafatti bada Maafan biyyoof laadhaa Fooniifi lafee koo Kukutadhaa nyaadhaa! Akkuma kaleessaati Ani har'as hin sobu Dhiiga tolaa miti Dhiigni koo inni cobu Bade hafaa silaa? Gatii dhabaa silaa? Lafa dhiigni koo cobetti Seenaatu biqila Hadhaba kanatti Hin haftu dhugaan koo Dhaloonni lakkaa'ee Naaf baasa gumaa koo! Biyyoon na leellisa Awwaalli na jaja Oromoo lammii koof Du'uun naaf kabaja Ani sodaadhee hin beeku Kallattii hundattuu Qallayyoo Hundeessaa Gaanfuree Guddattuu…" @share @Waloo_Leta

Haloo Haloo Haloo koottaa seenaa maaloo Maal egduree sabaa seenaa lafa qabaa Walaloon jaalalaa Rakkoo maraaf falaa

Repost from Walaloon Jaalala
Odeeffannoo Waqtaawaa fi amanamaa ta'e argachuuf iddoo filatamaa. Torbee guutuu sa'aatii 24 waan haaraa Oromiyaatii hanga Addunyaatti raawwate saffisaan sin qaqqabsiisa.

Karaa qajeelaa deemuuf Qophee dalgaa kaawwattaa? Gadda obboleessa keetiin Gammachuu lakkaawwattaa? Dhadhaan dhabe jettaaree?
Karaa qajeelaa deemuuf Qophee dalgaa kaawwattaa? Gadda obboleessa keetiin Gammachuu lakkaawwattaa? Dhadhaan dhabe jettaaree? Teessee utuu raaftuu dhama Gaarii dacheerra guute Ati maaf yaadde hamaa? Bifti wal fakkaatuyyuu Daakuufi daaraan firaaree? Riqicha bososaarraan Laga ce'uun jiraaree? Dhugaan bultee ho'iti Akka abidda dibaa Karaan sobaan darbanis Galatti nama dhiba! #Share @Waloo_Leta

Repost from Walaloon Jaalala
Leenjii Aartii Gannaa Odeeffannoo dabalataaf Facebook https://www.facebook.com/kaachuuYW
Leenjii Aartii Gannaa Odeeffannoo dabalataaf Facebook https://www.facebook.com/kaachuuYW

Repost from Walaloon Jaalala
Fakkiiwwan Ajaa'ibsiisoo akka kanaa hedduu nu biraa argattu. Ajajaanis kaasifachuu dandeessu. Koottaa nu daawwadhaa.
Fakkiiwwan Ajaa'ibsiisoo akka kanaa hedduu nu biraa argattu. Ajajaanis kaasifachuu dandeessu. Koottaa nu daawwadhaa.

Repost from Walaloon Jaalala
Dubbisuun nama guutuu nama taasisa. Kanaaf ammoo iddoon itti barreeffamoota gaggabaaboo barumsa guddaa kennan itti argamu asidha. Maatii ta'aa. Sammuu keessan sooraa.

Repost from Walaloon Jaalala
Odeeffannoo Waqtaawaa fi amanamaa ta'e argachuuf iddoo filatamaa. Torbee guutuu sa'aatii 24 waan haaraa Oromiyaatii hanga Addunyaatti raawwate saffisaan sin qaqqabsiisa.

Repost from Walaloon Jaalala
Dhugaa - Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa 2022 Ajaa'iba kan nama jechisiisu fi barnoota guddaa kan dabarsu Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa Mata dureen isaa Dhugaa jedhuun bohaaraa. Subscribe gochuun maatii keenya ta'aa. πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯ https://youtu.be/zM_NMUa6mdo

Godaannisa Fiilmii Afaan Oromoo Ajaa'ibaafi Sadarkaa isaa eeggate kanaan bohaaraa. Subscribe gochuun maatii keenya kabajaa fi jaalalaa ta'aa. πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯ https://youtu.be/OSGAsiaUTbc

Repost from Qoosa
Godaannisa Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa 2022 πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯ https://youtu.be/-UcjrUxybAA https://youtu.be/-UcjrUxybA
Godaannisa Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa 2022 πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯ https://youtu.be/-UcjrUxybAA https://youtu.be/-UcjrUxybAA https://youtu.be/-UcjrUxybAA https://youtu.be/-UcjrUxybAA https://youtu.be/-UcjrUxybAA

Repost from Walaloon Jaalala
Fiilmii Afaan Oromoo haaraa mata dureen isaa "Yeeyyii" jedhu kana hundumti keessanuu daawwachuun dirqama keessan ba'aa. Subscribe gochuun maatii ta'aa. πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯ https://youtu.be/-FWIuE4zOWg