BOLE COMPLEX
前往频道在 Telegram
📈 Telegram 频道 BOLE COMPLEX 的分析概览
频道 BOLE COMPLEX (@bole_complex) 英语 语言赛道中的 是活跃参与者。目前社区聚集了 10 074 名订阅者,在 技术与应用 类别中位列第 11 144,并在 意大利 地区排名第 2 608 位。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 10 074 名订阅者。
根据 21 十月, 2025 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -193,过去 24 小时变化为 0,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 未认证
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 0%。内容发布后 24 小时内通常能获得 N/A% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 0 次浏览,首日通常累积 0 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 0。
📝 描述与内容策略
作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“Technology Channel”
凭借高频更新(最新数据采集于 22 十月, 2025),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 技术与应用 类别中的关键影响点。
10 074
订阅者
无数据24 小时
-307 天
-19330 天
帖子存档
10 074
Repost from Kaachuu Promotion
Gaara waami jennaan
jette jedhan cilaaloo
Mi'aa ogbarruu feenan
hordofi @Haadhawalaloo
10 074
Repost from Walaloon Jaalala
Dubbisuun nama guutuu nama taasisa. Kanaaf ammoo iddoon itti barreeffamoota gaggabaaboo barumsa guddaa kennan itti argamu asidha. Maatii ta'aa. Sammuu keessan sooraa.
10 074
“Akkan hin eegiinitti
Duubaan natti dhuftuu?
Yakkaa maaliin qaba
Maaliif na ajjeeftu?
Guddeelcha gabrummaan
Baachuu dide malee
Buddeena gadhummaan
Nyaachuu dide malee
Gowwoomsaafi fakkeessaan
Kulkulfadhe malee
Dhibee Oromoo koofin
Dukkubsadhe malee
Uummataaf - saba koof
Ta'uu malee hiiroo
Maalan yakke dhiiroo?
Egaa erga gootanii
Egaa erga ta’ee
Maaf lafatti bada
Akka burqaa yaa'ee
Dhiiga koo dhugaa kaa
Yoo siniif sifaa'e!
Maaf lafatti bada
Maafan biyyoof laadhaa
Fooniifi lafee koo
Kukutadhaa nyaadhaa!
Akkuma kaleessaati
Ani har'as hin sobu
Dhiiga tolaa miti
Dhiigni koo inni cobu
Bade hafaa silaa?
Gatii dhabaa silaa?
Lafa dhiigni koo cobetti
Seenaatu biqila
Hadhaba kanatti
Hin haftu dhugaan koo
Dhaloonni lakkaa'ee
Naaf baasa gumaa koo!
Biyyoon na leellisa
Awwaalli na jaja
Oromoo lammii koof
Du'uun naaf kabaja
Ani sodaadhee hin beeku
Kallattii hundattuu
Qallayyoo Hundeessaa
Gaanfuree Guddattuu…"
@share
@Waloo_Leta
10 074
Repost from የኛ አረቢያን መጅሊስ
Haloo Haloo Haloo
koottaa seenaa maaloo
Maal egduree sabaa
seenaa lafa qabaa
Walaloon jaalalaa
Rakkoo maraaf falaa
10 074
Repost from Walaloon Jaalala
Odeeffannoo Waqtaawaa fi amanamaa ta'e argachuuf iddoo filatamaa. Torbee guutuu sa'aatii 24 waan haaraa Oromiyaatii hanga Addunyaatti raawwate saffisaan sin qaqqabsiisa.
10 074
Karaa qajeelaa deemuuf
Qophee dalgaa kaawwattaa?
Gadda obboleessa keetiin
Gammachuu lakkaawwattaa?
Dhadhaan dhabe jettaaree?
Teessee utuu raaftuu dhama
Gaarii dacheerra guute
Ati maaf yaadde hamaa?
Bifti wal fakkaatuyyuu
Daakuufi daaraan firaaree?
Riqicha bososaarraan
Laga ce'uun jiraaree?
Dhugaan bultee ho'iti
Akka abidda dibaa
Karaan sobaan darbanis
Galatti nama dhiba!
#Share
@Waloo_Leta
10 074
Repost from Walaloon Jaalala
Leenjii Aartii Gannaa
Odeeffannoo dabalataaf Facebook
https://www.facebook.com/kaachuuYW
10 074
Repost from Walaloon Jaalala
Fakkiiwwan Ajaa'ibsiisoo akka kanaa hedduu nu biraa argattu. Ajajaanis kaasifachuu dandeessu. Koottaa nu daawwadhaa.
10 074
Repost from Walaloon Jaalala
Dubbisuun nama guutuu nama taasisa. Kanaaf ammoo iddoon itti barreeffamoota gaggabaaboo barumsa guddaa kennan itti argamu asidha. Maatii ta'aa. Sammuu keessan sooraa.
10 074
Repost from Walaloon Jaalala
Odeeffannoo Waqtaawaa fi amanamaa ta'e argachuuf iddoo filatamaa. Torbee guutuu sa'aatii 24 waan haaraa Oromiyaatii hanga Addunyaatti raawwate saffisaan sin qaqqabsiisa.
10 074
Repost from Walaloon Jaalala
Dhugaa - Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa 2022
Ajaa'iba kan nama jechisiisu fi barnoota guddaa kan dabarsu Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa Mata dureen isaa Dhugaa jedhuun bohaaraa. Subscribe gochuun maatii keenya ta'aa.
🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥
https://youtu.be/zM_NMUa6mdo

Godaannisa
Fiilmii Afaan Oromoo Ajaa'ibaafi Sadarkaa isaa eeggate kanaan bohaaraa. Subscribe gochuun maatii keenya kabajaa fi jaalalaa ta'aa.
🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥
https://youtu.be/OSGAsiaUTbc

Repost from Qoosa
Godaannisa
Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa 2022
🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥
https://youtu.be/-UcjrUxybAA
https://youtu.be/-UcjrUxybAA
https://youtu.be/-UcjrUxybAA
https://youtu.be/-UcjrUxybAA
https://youtu.be/-UcjrUxybAA
10 074
Repost from Walaloon Jaalala
Fiilmii Afaan Oromoo haaraa mata dureen isaa "Yeeyyii" jedhu kana hundumti keessanuu daawwachuun dirqama keessan ba'aa. Subscribe gochuun maatii ta'aa.
🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥
https://youtu.be/-FWIuE4zOWg