fa
Feedback

فریب کلاهبرداران را نخورید! تل‌متریو این کانال‌ها را شناسایی و برچسب‌گذاری می‌کند 👉 برای مشاهده برچسب، اشتراک تهیه کنید

BOLE COMPLEX

BOLE COMPLEX

رفتن به کانال در Telegram

Technology Channel

نمایش بیشتر

📈 تحلیل کانال تلگرام BOLE COMPLEX

کانال BOLE COMPLEX (@bole_complex) در بخش زبانی انگلیسی بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 10 074 مشترک است و جایگاه 11 144 را در دسته فناوری و برنامه‌ها و رتبه 2 608 را در منطقه ايطاليا دارد.

📊 شاخص‌های مخاطب و پویایی

از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 10 074 مشترک جذب کرده است.

بر اساس آخرین داده‌ها در تاریخ 21 اکتبر, 2025، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر -193 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر 0 بوده و همچنان دسترسی گسترده‌ای حفظ شده است.

  • وضعیت تأیید: تأیید نشده
  • نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 0% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً N/A% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب می‌کند.
  • دسترسی پست‌ها: هر پست به طور میانگین 0 بازدید دریافت می‌کند. در اولین روز معمولاً 0 بازدید جمع‌آوری می‌شود.
  • واکنش‌ها و تعامل: مخاطبان به‌طور فعال حمایت می‌کنند؛ میانگین واکنش به هر پست 0 است.

📝 توضیح و سیاست محتوایی

نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاه‌های شخصی توصیف می‌کند:
“Technology Channel”

به لطف به‌روزرسانی‌های پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 22 اکتبر, 2025)، کانال همواره به‌روز و دارای دسترسی بالاست. تحلیل‌ها نشان می‌دهد مخاطبان به‌طور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته فناوری و برنامه‌ها تبدیل کرده‌اند.

10 074
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-307 روز
-19330 روز
آرشیو پست ها
Repost from Kaachuu Promotion
Gaara waami jennaan jette jedhan cilaaloo Mi'aa ogbarruu feenan hordofi @Haadhawalaloo

Repost from Walaloon Jaalala
Dubbisuun nama guutuu nama taasisa. Kanaaf ammoo iddoon itti barreeffamoota gaggabaaboo barumsa guddaa kennan itti argamu asidha. Maatii ta'aa. Sammuu keessan sooraa.

“Akkan hin eegiinitti Duubaan natti dhuftuu? Yakkaa maaliin qaba Maaliif na ajjeeftu? Guddeelcha gabrummaan Baachuu dide malee Buddeena gadhummaan Nyaachuu dide malee Gowwoomsaafi fakkeessaan Kulkulfadhe malee Dhibee Oromoo koofin Dukkubsadhe malee Uummataaf - saba koof Ta'uu malee hiiroo Maalan yakke dhiiroo? Egaa erga gootanii Egaa erga ta’ee Maaf lafatti bada Akka burqaa yaa'ee Dhiiga koo dhugaa kaa Yoo siniif sifaa'e! Maaf lafatti bada Maafan biyyoof laadhaa Fooniifi lafee koo Kukutadhaa nyaadhaa! Akkuma kaleessaati Ani har'as hin sobu Dhiiga tolaa miti Dhiigni koo inni cobu Bade hafaa silaa? Gatii dhabaa silaa? Lafa dhiigni koo cobetti Seenaatu biqila Hadhaba kanatti Hin haftu dhugaan koo Dhaloonni lakkaa'ee Naaf baasa gumaa koo! Biyyoon na leellisa Awwaalli na jaja Oromoo lammii koof Du'uun naaf kabaja Ani sodaadhee hin beeku Kallattii hundattuu Qallayyoo Hundeessaa Gaanfuree Guddattuu…" @share @Waloo_Leta

Haloo Haloo Haloo koottaa seenaa maaloo Maal egduree sabaa seenaa lafa qabaa Walaloon jaalalaa Rakkoo maraaf falaa

Repost from Walaloon Jaalala
Odeeffannoo Waqtaawaa fi amanamaa ta'e argachuuf iddoo filatamaa. Torbee guutuu sa'aatii 24 waan haaraa Oromiyaatii hanga Addunyaatti raawwate saffisaan sin qaqqabsiisa.

Karaa qajeelaa deemuuf Qophee dalgaa kaawwattaa? Gadda obboleessa keetiin Gammachuu lakkaawwattaa? Dhadhaan dhabe jettaaree?
Karaa qajeelaa deemuuf Qophee dalgaa kaawwattaa? Gadda obboleessa keetiin Gammachuu lakkaawwattaa? Dhadhaan dhabe jettaaree? Teessee utuu raaftuu dhama Gaarii dacheerra guute Ati maaf yaadde hamaa? Bifti wal fakkaatuyyuu Daakuufi daaraan firaaree? Riqicha bososaarraan Laga ce'uun jiraaree? Dhugaan bultee ho'iti Akka abidda dibaa Karaan sobaan darbanis Galatti nama dhiba! #Share @Waloo_Leta

Repost from Walaloon Jaalala
Leenjii Aartii Gannaa Odeeffannoo dabalataaf Facebook https://www.facebook.com/kaachuuYW
Leenjii Aartii Gannaa Odeeffannoo dabalataaf Facebook https://www.facebook.com/kaachuuYW

Repost from Walaloon Jaalala
Fakkiiwwan Ajaa'ibsiisoo akka kanaa hedduu nu biraa argattu. Ajajaanis kaasifachuu dandeessu. Koottaa nu daawwadhaa.
Fakkiiwwan Ajaa'ibsiisoo akka kanaa hedduu nu biraa argattu. Ajajaanis kaasifachuu dandeessu. Koottaa nu daawwadhaa.

Repost from Walaloon Jaalala
Dubbisuun nama guutuu nama taasisa. Kanaaf ammoo iddoon itti barreeffamoota gaggabaaboo barumsa guddaa kennan itti argamu asidha. Maatii ta'aa. Sammuu keessan sooraa.

Repost from Walaloon Jaalala
Odeeffannoo Waqtaawaa fi amanamaa ta'e argachuuf iddoo filatamaa. Torbee guutuu sa'aatii 24 waan haaraa Oromiyaatii hanga Addunyaatti raawwate saffisaan sin qaqqabsiisa.

Repost from Walaloon Jaalala
Dhugaa - Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa 2022 Ajaa'iba kan nama jechisiisu fi barnoota guddaa kan dabarsu Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa Mata dureen isaa Dhugaa jedhuun bohaaraa. Subscribe gochuun maatii keenya ta'aa. 🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 https://youtu.be/zM_NMUa6mdo

Godaannisa Fiilmii Afaan Oromoo Ajaa'ibaafi Sadarkaa isaa eeggate kanaan bohaaraa. Subscribe gochuun maatii keenya kabajaa fi jaalalaa ta'aa. 🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 https://youtu.be/OSGAsiaUTbc

Repost from Qoosa
Godaannisa Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa 2022 🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 https://youtu.be/-UcjrUxybAA https://youtu.be/-UcjrUxybA
Godaannisa Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa 2022 🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 https://youtu.be/-UcjrUxybAA https://youtu.be/-UcjrUxybAA https://youtu.be/-UcjrUxybAA https://youtu.be/-UcjrUxybAA https://youtu.be/-UcjrUxybAA

Repost from Walaloon Jaalala
Fiilmii Afaan Oromoo haaraa mata dureen isaa "Yeeyyii" jedhu kana hundumti keessanuu daawwachuun dirqama keessan ba'aa. Subscribe gochuun maatii ta'aa. 🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 https://youtu.be/-FWIuE4zOWg