Waa islaamaa islamic post
Closed channel
#(chanel waa islaama)# Argama (location ) bale-robe #KAAYYOO# 1,Odeeffannoo waaltawaa qaqqabsiisu 2, Seenaa gaggabaabaa Wal barsiisuu 3, Beekkumsa walii galaa fi kkf fedhii rabbiitiin isin biraan geenna. t.me/waislaama1
Show more1 129
Subscribers
-224 hours
-87 days
-2030 days
Data loading in progress...
Similar Channels
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
September '26
September '260
in 0 channels
August '260
in 0 channels
Get PRO
July '26
+53
in 0 channels
Get PRO
June '26
+34
in 0 channels
Get PRO
May '26
+30
in 0 channels
Get PRO
April '26
+25
in 1 channels
Get PRO
March '26
+31
in 0 channels
Get PRO
February '26
+30
in 0 channels
Get PRO
January '26
+29
in 0 channels
Get PRO
December '25
+19
in 0 channels
Get PRO
November '25
+31
in 0 channels
Get PRO
October '25
+27
in 0 channels
Get PRO
September '25
+21
in 1 channels
Get PRO
August '25
+17
in 0 channels
Get PRO
July '25
+17
in 0 channels
Get PRO
June '25
+30
in 1 channels
Get PRO
May '25
+36
in 1 channels
Get PRO
April '25
+45
in 1 channels
Get PRO
March '25
+43
in 0 channels
Get PRO
February '25
+24
in 1 channels
Get PRO
January '25
+30
in 2 channels
Get PRO
December '24
+66
in 0 channels
Get PRO
November '24
+85
in 2 channels
Get PRO
October '24
+83
in 1 channels
Get PRO
September '24
+83
in 1 channels
Get PRO
August '24
+90
in 1 channels
Get PRO
July '24
+8
in 1 channels
Get PRO
June '24
+7
in 1 channels
Get PRO
May '24
+12
in 1 channels
Get PRO
April '24
+20
in 2 channels
Get PRO
March '24
+14
in 1 channels
Get PRO
February '24
+22
in 2 channels
Get PRO
January '24
+14
in 0 channels
Get PRO
December '23
+27
in 2 channels
Get PRO
November '23
+12
in 1 channels
Get PRO
October '23
+6
in 0 channels
Get PRO
September '23
+5
in 0 channels
Get PRO
August '23
+6
in 0 channels
Get PRO
July '23
+14
in 0 channels
Get PRO
June '23
+12
in 0 channels
Get PRO
May '23
+13
in 0 channels
Get PRO
April '23
+8
in 0 channels
Get PRO
March '23
+22
in 0 channels
Get PRO
February '23
+6
in 0 channels
Get PRO
January '23
+19
in 0 channels
Get PRO
December '22
+14
in 0 channels
Get PRO
November '22
+17
in 0 channels
Get PRO
October '22
+6
in 0 channels
Get PRO
September '22
+23
in 0 channels
Get PRO
August '22
+20
in 0 channels
Get PRO
July '22
+3
in 0 channels
Get PRO
June '22
+7
in 0 channels
Get PRO
May '22
+22
in 0 channels
Get PRO
April '22
+29
in 0 channels
Get PRO
March '22
+34
in 0 channels
Get PRO
February '22
+13
in 0 channels
Get PRO
January '22
+20
in 0 channels
Get PRO
December '21
+46
in 0 channels
Get PRO
November '21
+27
in 0 channels
Get PRO
October '21
+33
in 0 channels
Get PRO
September '21
+31
in 0 channels
Get PRO
August '21
+65
in 0 channels
Get PRO
July '21
+47
in 0 channels
Get PRO
June '21
+117
in 0 channels
Get PRO
May '21
+38
in 0 channels
Get PRO
April '21
+89
in 0 channels
Get PRO
March '21
+161
in 0 channels
Get PRO
February '21
+32
in 0 channels
Get PRO
January '21
+34
in 0 channels
Get PRO
December '20
+1 122
in 0 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 07 September | 0 | |||
| 06 September | 0 | |||
| 05 September | 0 | |||
| 04 September | 0 | |||
| 03 September | 0 | |||
| 02 September | 0 | |||
| 01 September | 0 |
Channel Posts
🎉🎊 Ammuma dorgommii Akaadaamii Afrikaa kan barattootaa fi hordoftoota isheetiif qophaa'e irratti hirmaadhu; badhaasa gatii guddaa qabu moo'adhu!
🕋 Badhaasa 1ffaa: Umraa.
💵 Badhaasa 2ffaa: Qarshii Itoophiyaa 50,000 Birrii.
💵 Badhaasa 3ffaa: Qarshii Itoophiyaa 30,000 Birrii.
🎥 Ibsi guutuun viidiyoo keessatti dhiyaateera!
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa
| 2 | ✨ Baga gara Akkaadaamii Afrikaa Afaan Oromootti dhuftan.
📌 Dizaayinara poostaraa fi gulaalaa viidiyoo afaan Oromootiin qacaruuf barbaadaa jirra. Namni Afaan Oromoo beeku yoo iyyachuu barbaade unkaa kana guutuu qaba
https://forms.gle/8iXYjHiYPxtZgMg46 | 247 |
| 3 | 👋 Barattoota keenya jaallatamoo marsaa jalqabaatif galmooftan hundi, nageenyi Rabbii isin irratti haa jiraatu.
⚪️ Har’a galgala sa’aatii 3:00 irraa eegalee, Sheeka keenya Dr. Jibriil Qamar wajjiin sagantaa kallattiin darbu (Live) kan “Baga Nagaan Dhuftan” fi “Baga Ayyaana Iidaa Geessan” jedhu ni qabaanna.
⏰ Sa’aatii: Galgala 3:00
🗓️ Guyyaa: Har’a, Caamsaa 25, 2018
✈️ Iddoo: Chaanaalii Telegraama keenya kana irratti nu eegaa.
🔅 Liinkii Telegram kana hiriyyoota keessaniif qoodaa (share godhaa):
🔗 @AkkaadaamiiAfriikaa
Akkaadaamii Afriikaa!!
Beekumsaaf, guddinaaf fi milkaa’inaaf!! | 279 |
| 4 | ✍️Simple Question
🔰Is the boy safe or not? Justify
Mukni kuni yoo jige mucaa miidhuu dandaha moo miti? | 300 |
| 5 | ⭕ Yaadachiisa!! 🔔
⭐ Barattoota keenya kabajamoo fi jaallatamoo Chaanaala barnoota Akkaadaami Afriikaa marsaa jalqabaatti makamuu keessaniif gammachuu guddaatu nutti dhagahama. Chaanaalii barnootaa kana keessatti makamuun keessan, marsaa jalqabaatif akka galmooftaniitti ilaalamu ta'u isaa isin beeksifna.
📱 Linkiin galmee platformii irratti ittii odeeffannoo keessan hunda ittiin galchiitan Guyyaa kibxataa 2/6/2026 ni banama. Yeroo sanatti hundI keessan odeeffannoo keessan ni galchitu.
📚 Barnoonni fadhii Rabbiitin guyyaa Roobii 1/7/2026 irraa eegalee ifatti ni jalqaba.
🎯 Kaayyoon keenya:-
" Beekumsa Shari'aa Nama hundaaf akka dhaqqabuu taasisu! "
👥 Galmaa'uu fi namoota birootiif qooduuf:
https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa
Akkaadaami Afriikaa!!
Marsaa Jalqabaa!!
Ifaa beekumsaa nama hundaaf!! | 329 |
| 6 | Dhugaa Social media!! #2
1. Nama lafa irra hojjatu caalaa nama asirra odessutu irra Hayyuudha.
2. Nama lafa irratti qabeenya dhugaa dalagatu caalaa nama asirra shittoo fi suufaa bareedu agarsiisutu abbaa qabeenya jedhama.
3. Nama Ilmii dhugaa qabaatee waggaa 20 qara'e sammuu isaatirra nama 2000 qaraasisu caalaa darasaa follower 2000 qabutu ustaaza jedhame sheeka tahe kabajame mul'ata. | 1 |
| 7 | ✅ Faayidaalee Akkaadaamii kanaa keessaa:
💵 Akkaadaamichi bilisa (kaaffaltii malee), akkasumas umrii hundaaf dhiiraa fi dubartootaaf banaadha.
📱Fageenyarraa taa’anii bilbila ykn laabtopiidhaan barachuun ni danda'ama.
👳♀️ Sirna baruu-barsiisuu saayinsaawaa fi salphaa ta’e kan hayyoota ciccimoon barsiifamu.
📄Gosa barumsaa hundaaf qormaata madaallii fi hubannoo ni kennina.
🎊 Warra milkaa’aniif waraqaa ragaa (Sartifikeetii) keennu:
https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa
📚 Barsiisoota Akkaadaamichaa:-
Dr. Jeeylaan Kadiir
Dr. Kamaal Haaji Galatuu
Dr. Kamaal Tilmoo
Dr. Abdallaah Kadiir
Dr. Mahmuud Huseen
Dr. Alii Jimmaa
Dr. Jibriil Qamar
⏳ Turtiin barumsaa: waggaa tokko yoo ta'u, simisteera lamatti qoodama.
Barumsi bifa kanaan barattootaaf dhiyaata :
Kitaabaan (PDF).
Viidiyoodhaan.
Sagaleedhaan.
Ammaaf Linkii kanaan gara Garee Telegiraamaa seentan join gootanii, booda foormiin galmee isiniif ergamuudhaan gara Waltajjii barnootaaf qophaa'eetti ceetu.
https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa
Carraa addaati, itti fayyadamaa.
Dubartoota, manguddoota, dargaggoota, hojjattoota mootummaa, warra kutaa barnootaa taa'anii barachuuf carraa hin qabne hunda itti affeeraa. | 348 |
| 8 | No text... | 235 |
| 9 | Guyyaan Qormaata Kutaa 12ffaa Ifoomeera.
Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa qormaata xumura barnoota sadarkaa lammaffaa (kutaa 12ffaa) Waxabajjii 24 hanga Adoolessa 17, 2018 A.L.I. tti akka kennamu beeksiseera.
Gama biraatiin, qormaatni biyyoolessaa sagantaa Rimiidiyaalaa Caamsaa 17 hanga Caamsaa 20, 2018 A.L.I. (guyyaan Caamsaa 19 Iid Al-Adhaadha) kan kennamu yoo ta'u, qormaatni ba’umsaa barnoota digrii jalqabaa (Exit Exam) immoo Waxabajjii 2 hanga Waxabajjii 12, 2018 A.L.I. tti ni gaggeeffama.
Dabalataan, qormaatni seensaa barnoota digrii lammaffaa fi isaa ol (NGAT) Adoolessa 29 hanga Adoolessa 30, 2018 A.L.I. tti akka gaggeeffamu ibsameera. | 669 |
| 10 | seenaa keessatti yeroo jalqabaatiif guutuu Ameerikaa (United States) tti Muslimoonni kuma 100,000 ol walitti qabamanii yeroo tokkotti salaata Iidaa salaatan.
Kun lakkoofsa qofa osoo hin taane - mallattoo ciminaa fi guddina amantaa Islaamaa mul'isa. Biyyoota Islaamummaan saffisaan keessatti guddachaa jirtu keessaa Ameerikaan ishee tokko dha.
Allahu Akbar ❤️ | 237 |
| 11 | Takbiiraa iidaa Ajaa'ibaa ...Affeeramaa
Bagaa ayyaana iidal fixr kan bara 1447 nagaayaan geessaan kabajamtootaa maatiwwan waa islaamaa akkasumas hordoftoota amantaa islaamaa guutuun. | 300 |
| 12 | تكبيراة العيد رائعة جدا .mp3 | 277 |
| 13 | Dogongoroota guyyaa Iidaa keessaa qabxiilee 50 ol inshallaah:
1) Qaama dhiqachuu dhabuu,..🔠
Guyyaa sana qaama dhiqachuun ni jaalatama.✔️
2) Uaffata bareedaa uffachuu dhabuu,…❌
Rasuulli ( SAW) guyyaa Iidaa uffata bareeda uffatan.✅
3) Osoo Iidaaf hin baane dura timira nyaachuu dhabuu…❌
Iidaaf osoon baane osoo timira sadihis taatee afaaniin waa qabuu qaba…garuu Iida Adhaa irratti salaata booda faxxaruu qaba.
4) Karama bahe sanaan demee deebi’uu ❌
Rasuulli (SAW) guyyaa Iidaa karaa wal faallessa✔️
5) Miilaan deemuu dhiisee, uzrii tokko malee yaabbiidhaan deemuu ❌
Guyyaa Iidaa dirree Iidaa miilaan deemuun Sunnaa Rasuulaati…✔️
6) Takbiiraa jechuu dhabuu🔠
Seensa aduu galgala xumura Ramadaanaa irraa hanga salaata Iidaatti Takbiiraa jechuu qabna.
7) Halkan Iidaa sana Ibaadaa addaatiin dabarsuu ykn Halkan Iidaa kabajuu 🔠
Salaanni halkan Iidaa qofa addatti salaatamu ykn Du’aa’iin addatti godhamu hin jiru.
8) Afaaniin caldhiseetuma dirree Iidaa deemuu 🔠
Sagalee kee ol kaastee Rabbiin guddisaa deemuu qabda.
9) Takbiiraa dheeraa takkaa fi Salawaata jechuu..
Fkn : Allaahu akbar Kabira, wal hamdu lillaahi kasirraa, wa subhanallahi bukratan wa asiilaa….laa ilaaha illallaahu wahdah Sadaqa wa’adah; wanasara Abdah….( ❌) hadiisa keessa hin jiru.
Allaahumma salli Alaa sayyidiinaa Muhammad…wa Alaa azwaaji sayyidinaa Muhammad ❌😂 hin jiru kunis..
10) Salaanni Iidaa sunnaadha jedhee salaatuu dhiisuu ❌
Salaanni Iidaa dubaraa fi dhiirarrattis waajiba…hayyoonni Islaamaa gurguddoon hunduu karama kanarra jiran.
Salaanni Iidaa waajiba..
11) Salaata Iidaaf azaanee Iqaamuu ❌
Salaanni Iidaa azaanaa fi Iqaamaas hin qabu.
12) Takbiiraan bakka tokko waliin jedhan ykn wal jalaa qaban takka hoo ❌ ( Yellem).
Hunduu mataa isaatii Takbiiraa jedha malee kan biraa hin dhageeffatu ✅
13) Iida dura ykn booda salaata sunnaa salaatuu..❌
Iidni duraa fi duubaanis sunnaa wahiitiun qabu.✔️
14) Hanga Iidni gahuuf 🎤 microphone daqiiqaa muraasaaf qur’aana qara’uu ❌
15) Imaama duubaan namni jiru Takbiraan sagalee ol fuudhee dhageessisuu ❌
Takbiiraa kan ol fuudhee dhageessisu imaama qofa kuun sagalee isaa gadi qabachuu qaba wayta takbiiraa..!
16) Khuxbaa Iidaa akka Khuxbaa Jum’aa lama godhuu…gidduu teessuma boqonnaa taa’ee ka’ee itti xumuruu ❌
Hadiisni akkas jedhu da’iifa.
17) Khuxbaa Iidaa Takbiiraan eegaluun tokkos jira…❌
Rasuulli (SAW) Khuxbaa isaa hundaa Alhamdulillaah jechuun Khuxbaa isaa bareedduu sanaan eegala…kan Takbiiraa kana keessan jirru.
18) Osoo Khuxbaatti jiru gidduun Ammas Takbiiraa kan Imaamni jedhu sunis hin jiru..!
Hadiisni isaan Ragaaf fayyadaman bututaadha…!!
19ffaa:
Itti fufa Inshallaah
Share godhaa 👇
https://t.me/waislaama1 | 272 |
| 14 | Yaa Allaah Ummah keenya nuuf tiksi, gaaddisa kee jalatti nu tokkoomsi, araarama nuuf godhi ❤️ 🩹 🤲🏽 | 157 |
| 15 | Imimmaan Dhoksaa
Masjida Al-Haram keessa yoo naannoftu utubaa jalatti namoota akkanaa argitan,warra gumguma namni hin dhageenye,kan garuu aaduun du’aa’ii isaa arshitti dhagahamu!
Imimmaan ija ummataa jalaa dhokatee dhangala’u sun, gadda osoo hin taane, jaalala kophummaa keessatti RAHMAAN waliin qabaniidha. Ati utubaa jala dhokatee kan booyu sitti fakkaata, inni garuu balbala samii rukutaa jira.
Imimmaan iccitii utubaa Masjidaa duubatti lola’u, iyya lafa irratti hin dhaga’amne garuu Arshii biratti deebii qabuudha. Namni uummata keessaa dhokatee Rabbitti booyu, addunyaa of harkaa qaba.
• Qabeenya Hin Mul'anne
Rabbiin gabrootta isaa warra jaallatu uummata keessa dhoksee qaba. Huccuu isaanii irraa utuu hin taane, amala fi gadi-of-qabummaa isaanii irraan isaan beekta. Isaan warra lafa irratti hin beekamne, garuu samii keessatti maqaan isaanii guyyaan dubbatama!
• Yeroo ati namoota jalaa dhokattee Rabbitti waa himattu, ati hiyyeessaa miti; ati hunda caalaa sooreessa. Sababni isaas, ati kan kadhattu sana malee homaa akka hin qabne mirkaneessiteetta. Gaafa kana ati waan hunda qabda!
Dhugumatti, Rabbiin gabroota isaa warra akkasii gidduu keenya facaasee qaba.
• War**aana Dhokatee Dhahu
Namoota ijaan yoo laalan laafaa fakkaatan,yoo harkaan qaban harki isaanii huqqina irraa nama hooqu,kan garuu YAA RABBI yoo jedhan “ Maal feeta !?” Kan RABBIIN jedhutu nu keessa jira,nama isa tuquun jiruun keenya barbadaa’utu jira!
Waraa**na dhokatee dhahu RABBIIN nu keessaa qaba,eenyuun akka nyaatamtu hin beektu of eeggataa wal eeggataa haa jiraannuun dhaamsa Halkan Ramadaana 29ffaati. | 145 |
| 16 | Imimmaan Dhoksaa 🫵 | 160 |
| 17 | 🕌
Masjiidni Al-Aqsaa erga zaalimtootaan cufamee hardhan wajjiin guyyoota 18 guuteera...
Al-Aqsa, iddoo Imala Israa’aa fi Mi’iraaja Nabiyyii keenyaati (SAW), Qibla lamaan keessaa isa jalqabaa, fi bakka kabajaa fi qulqulluu Islaamaa isa sadaffaadha.
Yaa saba biliyoona tokkoo... callisuun kun hanga yoomiitti laata?
Al-Aqsaan hanga yoomiitti cufamee, mooraa isaa xuraa'ee, qulqullummaan isaa sarbama?
Al-Aqsaan oduu darbaa miti, dhimma dagatamuus miti.
Aqiidaa onnee keenya keessaati; amaanaa fi Imaanaa morma keenyarratti kaahamaeedha.
Yaa Allaah ergaa dabarsinee jirra... Yaa Allaah Ragaa naaf ba'i.
Gabroottan kee cunqurfamtootaaf injifannoo, Al-Aqsaaf yeroo dhiyootti birmannaa nuuf kenni. | 165 |
| 18 | Ibsa zakaa fixriitiin wal qabatu, kan gamtaan Ulamaa’a Itoophiyaa baase, ji’a Ramadaanaa bara 1447H / 2026GC.
Wantoota zakaan fixrii irraa bayuu fi hamma nama tokkorraa bayu:
Boqqollaa =2.5KG
Qamadii =2.5KG
Garbuu =2.5KG
Xaafii =2.5KG
Daakuu =2KG
Ruuza =2.6KG
Maashillaa =2.25KG
Yeroon isaa guyyaa Iidaa salaata dura, ykn guyyaa tokkoo fi lama dursanii yoo baasanis rakkoo hin qabu.
Zakaan kun ummata muslimaa hundarratti dirqama, guddaa, xiqqaa, dhiira, shamara, bilisaa fi gabra irraallee ni baya.
Namni kennamuuf ammo namoota gosa 8 suuraa baqaraa aayata 60ffaa irratti dubbatameera. | 179 |
| 19 | ❓FAANA SEENAA KEESSAA MAAL QABNA
--------------------------------------------
🌱Har'as waggaa Kumaatama of duuba si deebise Waa si yaadachiisa .
💎Gaafas Islaamumman Har'a Miseensa Bil. 2f walakkaa ol Horatte tun hagana hin geettu .
💎Humnii fi Guddinni Har'aa Kun Jiru .
💎 Taankii fi Boombii Hiriirsanii Dhukaasuun kun hin jiru .
💎Dandeettii fi Qophiin lolaa Har'aa Kun hin jiru .
♦️Mirgaa bakka fedhan jiraachuu hin jiru .
💎 Jabaan laafaan ukkaamsee jiraachuun isaan biratti waan guddaa miti .
💎 Gabrummaan isaan keessatti Bifa godhatte .
🏮Rakkoo fi Lola sabummaa Wal xaxaa kana keessatti ifaan islaamumma Mul'ate .
♦️Nabi Muhammadiin ergamaa xummuraa Ta'anii ergaman .
🔮Ergaan Islaamummaa Kun dhufnaan ...
♦️Yaadaa fi ilaalchi haaraa ija Nama hedduu Boojite .
📌Kuun yaadaan kuun gochaan simate .
📌Ka waa jedhu jedhee ka waa godhu godhe .
♦️Ka Diinaa Barakaa dhabee Ka Diinii Barakaa Godhate .
♦️Waan dur hin qabne hedduu argate .
📌Kalema Nama tokkoo ka'ee Torbee osoon guutin Nama 7 ta'e .
📍gaafas irraa eegale jabinaan, Ciminaan, Tokkummaan ol ka'e .
🔴Guyyaa guyyatti Mul'achaa , Guddachaa , Ajandaa Yeroo Ta'e .
📍Faanti keyrii fi sharrii hundi gara isii ta'e.
📍Ka danda'an miidhaa , Tumaa, Ari'aa Hidhaan Bakka hunda ga'e .
🏺Kaan sobaa Kaan sodaachisaa , jaarsummaa jedha wanni hedduu ta'e .
🏺Yeroo kana Hunda Islaamumma Guddachuun, Dagaaguun Diinatti yaaddoo ta'e.
🏺Guyyaan As Deemaa Hundi ka Rakkoo fi Tumaa Ta'e .
🏓Guddaan biyyi qabdu islaamumma fudhataa dhufnaan Jabaataa Mul'acha dhufe .
🏓Rasuullis Daaw'aa ol qabnaan Oduun Gabaa hunda ga'e.
🏓Naggaadee shaamiin deemtuuf galtu biraatti Oduu karaa ta'e.
🧶Gaafas Tumamaa seenaa hojjatan .
🧶Gaafas Ari'amaa seenaa hojjatan .
🧶Gaafas Hidhamaa seenaa hojjatan .
🧶Takkaa Taankiin fi Boombiin hin lolle .
🔴Uffatanii Dibatanii raahaa hin goone .
📌Biddeena garbuu nyaatanii hin Quufne .
📌Oo'aaf qorra Jalaa hin boqanne .
📌Kuun fuularraa faana imimmaanii qaba .
📌Kuun duydaa fi Qomarraa faana Miidhamaa qaba .
💎 Dhahaa fi Waraana hedduun Gadaannisa itti ta'e .
⚱️Hundayyuu Qaama isaanii irraa faana Wareegamaattu Mul'ata.
🔴Yeroo Hundaa Wareegama kafaluuf Qophaayaa jiraatan .
🔴Rakkoo keessa taa'aa Seenaa Rakkoo Fure nuun gahan .
📍Beelahaa Beela nu baasan .
⚱️Namummaan Dhugaa isaan biraatti hafte .
🔴Dubartiin takka imaamu Ahmadiin Ani hojiin kiyya Uffata dhahee gurguraa .
♦️Manni Koo Gamoo Mootummaa Bira jiraa
ifaa Halkan Waraanni ibsee naannoo eeguun Shaamaa kiyya dhaamse ifaa isaaniitiin Yoo Hojjadhe Rabbi na gaafataa ... jetteen
🎯Haqa tiisuu isaanii Akkasitti nuu ibsan .
📿waa'ee isaanii Kitaabni Miliyeenni Keessaa bahu hin dandeenne .
💎 Umariin Qofa Ibsuuf Kitaaba Mujallada itti kaayan.
📿Islaamummaa Cuunfanii Xurii keessa fixanii nuu Kennan sana Har'a Dhoqqee goone .
📿Har'a Osoo ka'anii nu laalanii
💎Sila nu booda Nama لا إله الا الله tti Taphatutu dhufee jedhan .
♂️Nama Ifaajee teenna Dhoqqee dibetu dhufee jedhan.
♂️Hin gammadan ni gaddu malee .
♦️Nuun hin boonan nuu booyan malee .
♂️islaamummaa dhiiga itti tufanii nuun gahan
⚱️Bulleessinee Balleessine .
🧵Sahaabaan Tokko Handalaa jedhama ...
⚱️Waan Ittiin fuudhu dhabee usmaan kenneef .
⚱️uffataa fi Waan mahrii Qopheeffadha jedhee Gabaa bahe .
🔮Uffataa Nikaahaa Osoo barbaadu.
🔮Oduu Rasuulli bor Duula Deemuufi Qophaayaa jedhanii lallaban dhagaye .
🔮Handalaan Uffata dhiisee Eboofi Wantee bitatee gale jedhan .
🧶ilaali Mee seenaan sarara 6 qofti akkatti isaan ibsu .
💎Siin hoo maal Jenna .
🧶Seenaa KEESSAA MAAL qabda .
🧶ibaadaan Akkami salaataaf soomni ....
💎Homaa hin Jennu jettaa.
🔮isaan Ramadaanaaf Jiini 6 Yeroo hafu urgaan itti dhaha .
♦️Nu Ramadaana Haguma fixnuuf jarjarra
💎Waan Dhiirtii qabdee 20 deebifne Jenna .
🏮Ji'a 1 booda Hajjitu Dhufaa jira .
🏮warri Hajjii deemu Jecha wahii qaban | 256 |
| 20 | #Gaazaa 🇵🇸
Gazaza keessatti baatii February dabre qofa keessa daa’imman 3000 akka dhalatan galmeeffameera, miidiyaan biyyattii gabaasee jira.
Alhamdulillaah.
Muslimoonni 3000 yoo ajjeefaman, halkanuma san keessa 30000 dhalatee bula, Rabbiin nuuf haa baay’isu.
Ministeera biyyaa kan Gaazaa irraa..!! | 291 |
