cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Waa islaamaa islamic post

#(chanel waa islaama)# Argama (location ) bale-robe Creator by Hamza H/Alo Aman #KAAYYOO# 1,Odeeffannoo waaltawaa qaqqabsiisu 2, Seenaa gaggabaabaa Wal barsiisuu 3, Beekkumsa walii galaa fi kkf fedhii rabbiitiin isin biraan geenna. t.me/waislaama1

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
751
Obunachilar
-124 soatlar
-27 kunlar
-530 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Photo unavailableShow in Telegram
Guutuu isaa waa islaamaa media linki kanaan ni argatuuhttps://youtu.be/_Nk036NPwMw?si=7-tqGv0eJGQCBmbX
Hammasini ko'rsatish...
Eid Mubaarak Baga ittin geessan Faawundeeshinii waa islaamaa damee nageellee booranaa wajjiin Idni kan gammachuu Kan jaalalaa Kan tokkuummaa Kan badhaadhinaa👍 Isiniif haa ta'uu.....jenne jirra
Hammasini ko'rsatish...
قال الله تعالى : والفجر وليال عشر قال ابن عباس - رضي الله عنه - : " إنها عشر ذي الحجة“ وقال ابن كثير رحمه الله: المراد بها عشر ذي الحجة. وقال عز وجل: "وَيَذْكُرُوا اسْمَ اللَّهِ فِي أَيَّامٍ مَعْلُومَاتٍ"
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Guutuu isaa waa islaamaa media linkii kanaan ni argattu https://youtu.be/rIdZIF1iiPs?si=0Xom0WNA3Hc4ecyp
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Hojiiwwan Guyyoota Zul Hijjaa Kanatti Hojjetamuu Qaban Keessaa Shan: 1️⃣Soomu: Guyyoota Kanneen Keessa Soomu Yoo Danda’ame Guyyoota Zul-Hijjaa Irraa 1-9 Walitti Aansuun Soomu. Maalif? Soomni Mataan Isaa Qaama Hojii Gaariiti. Kana Malees, "Nabiyyiin (Saw) Guyyaa Sagali Zul-Hijjaa Soomana Turan." 2️⃣Zikrii Baay’isuu:- Faarfanna Rabbii (Alhamdulillah), Takbiira (Allahu Akbar), Tesbih (Subhanallah) Fi Tahlil (La Ilaha Illallah); Sagalee Isaa Ol Kaasuu Fi Zikroota Kana Tolchuu Jaallata Ibaadaa Isaan Yaadachiisuufi Maqaa Rabbii Ol Kaasuuf Hadiisa Abdullaah Ibnu Umar Dabarsan Keessatti Nabiyyiin (Saw) Akkana Jedhan Guyyoonni Rabbiin Biratti Guddaa Ta’anii Fi Hojiin Gaariin Guyyoota Kurnan Kana Caalaa Jaalatamaadha, Kanaaf Tahliila; Takbiiraa Fi Tahmida . Ulfinni Rabbiif Haa Ta'u! Laa Ilaha Illallah Walahu Akbar Walilahilhamd 3️⃣Salaata: Guyyoota Kanatti Salata Fardii Yeroodhaan Gara Masjiida Dhaquun Salaata Sunnaa Baay’isuun Guyyaa Hunda Gocha Jaalatamaadha, Garuu Guyyoota Kanatti Gocha Baay’ee Jaalatamaadha. 4️⃣Guyyaa ``Arafaa Soomu: Rasuulli (Nageenyi Isarratti Haa Jiraatu) "Nama Guyyaa ``Arafaa Soomane, Cubbuu Waggaa Darbee Fi Bara Dhufu Rabbi Dhiisaf Jedhan." (Muslim) . 5️⃣Sadaqaa Dabaluu, Qur'aana Qara'uu Fi Ibaadaa Biroo Baay'isuun Hojiiwwan Guyyoota Kurnan Kana Keessatti Cimsuu Qabnuudha. Sharee Waliif Gochuun Wal Yaadachiisa Gama Liinkii Armaan Gadiitin Nu Hordofaa. http://t.me/waislaama1 http://t.me/waislaama1
Hammasini ko'rsatish...

Jaalala sahaabonni rasuulaf qaban laalaamee ..................................................... #Seenaa_Ajaa_ibaa Gaaf Tokko Nabii Muhammad {ﷺ} Bilaal ibnu rabah dugda duuba isaatiin dhufanii ija isaa qabanii sagalee jijjiiratanii "Ani Eenyu" jedhanii gaafatan Bilaalis ati umar jedheen Miti jedhaniin Abu Bakri jedheen Ammas na hin beekne jedhaniin Usmaanimi jedheen Ammas Rasuulli Rabbii {ﷺ} miti jedhaniin Bilaal Tole Alii dhaa ree jedhee nama isa ammatee ija qabe kanaan eenyummaa isaa gaafate Achumaan Rasuulli {ﷺ} ijasaa gad dhiisanii gara fuuldura isaa dhufanii yaa "Bilaal" dhugamatti amma Ana ta'uu na hin beeknee jedhanii gaafatan !! Bilaali immoo yaa Ergamaa Rabbi akka gaaritti isin ta'uu beeke garuu Akka yeroo dheeraaf na ammattan waan barbaadeef malee jedhee deebiseef Hagam takka jaalalti rasuulaa onnee sahaabotaa akka seente kanumarraa tilmaamuun hin ulfaatu Seenaan kuni yoo sitti tole Nabiyyii Rahmataa #NABI_MUHAMMAD irratti salawaata buusi http://t.me/waislaama1 http://t.me/waislaama1
Hammasini ko'rsatish...
Waa islaamaa islamic post

#(chanel waa islaama)# Argama (location ) bale-robe Creator by Hamza H/Alo Aman #KAAYYOO# 1,Odeeffannoo waaltawaa qaqqabsiisu 2, Seenaa gaggabaabaa Wal barsiisuu 3, Beekkumsa walii galaa fi kkf fedhii rabbiitiin isin biraan geenna. t.me/waislaama1

Photo unavailableShow in Telegram
#Oduu_Ammee Dhaabbata Oduu Tasnimii Iraan: Du’a Pirezidaantii Iraan Ebrahim Raayisii gabaase Guutuu gabaasuchaa Nu eegaa Al-jaziiraa
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Helikoptarri pirezidaantii Iraanifi qondaalota olaanoo biyyattii baatee deemaa ture jedhame kufee caccabuu miidiyaan biyyattii gabaase. via BBC News Afaan Oromoo
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
#Innaa_lillaahi wo'innaa ileeyhi raaji'uun Imaamni masjiida osoo salaachisanii masjiidaa ba'aa jiranii ajjeefaman ☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆ Keebor Multimedia May 18-2024 ☆☆☆ Jiddugaleessaa Goondar Aanaa Daambiyaa ganda Ayenbaatti imaama masjiida kan ta'an Sheek Siraaj salaata maghriibaa salaachisanii osoo ba'aa jiranii hidhattootaan bifa suukaneessaan ajjeefamuu manni maree dhimmoota Islaamummaa naannoo Amaaraa beeksiseera. ☆☆☆ Sheek Siraaj hanga har'a wareegamanitti darasoota waggoottan dheeraaf masjiidichatti barsiisaa kan turan yoo ta'u manguddoo biyyaa jaarsa araaraati jedhan barreessan majlisa naannichaa. ☆☆☆ Nu Hordofaa. Telegrams 👇👇👇👇 https://t.me/KeborMedi
Hammasini ko'rsatish...
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.